Telegram Web Link
โœ Dubartiin islaamummaa irraa waan beektu taanaan, jaarsa ishees mataa nyaatti/dhukkubsiti; ijoollees Tarbiyaa balleessiti; tarbiyaan ijoollee bannaan hawaasas galaafatti.
ูุฅุฐุง ุฌู‡ู„ุช ุงู„ู…ุฑุฃุฉ ุนู„ูˆู… ุงู„ุฏูŠู† ุŒ ุฃุชุนุจุช ุงู„ุฒูˆุฌ ูˆ ุฃูุณุฏุช ุงู„ุฃูˆู„ุงุฏ ูˆ ุฃู‡ู„ูƒุช ุงู„ุฃู…ุฉ

๐Ÿ–‹#Ibnul_Qayyim (Rahimahullaah) akkana jedhan.
โ€Œ๐Ÿ–‹๏ธโฉ ุงุจู† ุงู„ู‚ูŠู… ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡

โœ Shamarran keenya islaamummaa haa barannu, dhaloonni isinitti hajamaa... Dubartiin walakkaa ummataa kan taatu... gaafa diinaa ishee jabeeffatteedha.... gaafa leenca deessee qartee hawaasaaf gumaachiteedha....!!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Takka kijibde taanaan... dhugaan tantee tan achi boodaa hunduu shakkamtuudha.... !

@tafak_or
โœ Bakka keeyrii itti facaastetti sharriin yoo magarte baay'ee sin ajaa'ibin... dacheen gariin kan facaasaaf hin taanetu jira waan ta'eef....!
@Ibro
@tafak_or
๐Ÿชซ
โœYeroo bilbilli kee chaargii fixatee cufachuuf %1 hafu... fiigdee osoo hin cufatin chargessita... !



waan lubbuu ilma namaa du'aaf kaate wahii baraarte namatti hin fakkaatuu.... ๐Ÿ˜๐Ÿ‘Œ

hardha fetaa jedhaa๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Dheessanii galuunis yeroo takka takka, furmaataas gootummaas ni jedhama.
Gaafa dheessite, takkaa lubbuu kee baraarta ykn nama biraa balaa jalaa baasta...!

Yeroo hunda dirree waraanaatti fuuldura deemuu qofa osoon taane, duubatti deebi'uunis iddoo itti fayyadu qaba.

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Poolisa ajajaa isaatti bilbilee...

๐Ÿšจ Police: Alaqaa wanjalanyaa tokkotu nu bira jira...Haadha manaattu Abbaa manaa Muka sibiilaatiin mataa dhahee jira.
๐Ÿš“ Ajajaa: maaliif ?
๐Ÿšจ Police: Isheen Alwaada/kushiinaa qulqulleessitee osoo hin gogin... abbaan manaa ishee waan kopheedhaan seeneef...
๐Ÿš“ Ajajaa: Qabdanii ree ?
๐Ÿšจ Police: hin qabne hanga ammaatti ?
Ajajaa ๐Ÿš“: Maaf qabuu diddan ree ?
๐Ÿšจ Police: Hanga Alwaadni/Kushiinaan goguuf eegaa jirra.......๐Ÿ˜
@Ibro

Oolmaa gaarii๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/30 23:37:18
Back to Top
HTML Embed Code: