Telegram Web Link
Laamiyaa #Kutaa_6ffaa...



Wal geettiin keenya hardha galgala sa'aatii 3:00 irratti haa tahu.
#Faaya_jireenyaa

โœ Ati qur'aanaaf yeroo kennuun mallattoo ati qur'aanaaf jaalala qabaachuuti.
โœ Namni qur'aanaaf yeroo hin qabu jedhu; ykn busy tahuu isaa kan sitti himu.... Kuni hoongahaadha... sheeyxaanatu isa injifateera.
โœ Yeroo nyaataa hin dhabdu!, yeroo hujii hin dhabdu!, yeroo hirribaa hin dhabdu!, jireenya kankee keessatti wanti hunduu yeroo qaba, garuu qur'aanni si biratti yeroo hin qabu.

๐Ÿ‘‰ Amma eennuun sobaarta ? Rabbiin sobaarta moo lubbuu tanteeti....!!

Qur'aana sagantaa kankee keessaa, isa jalqabaa godhadhu...!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Dubartiin islaamummaa irraa waan beektu taanaan, jaarsa ishees mataa nyaatti/dhukkubsiti; ijoollees Tarbiyaa balleessiti; tarbiyaan ijoollee bannaan hawaasas galaafatti.
ูุฅุฐุง ุฌู‡ู„ุช ุงู„ู…ุฑุฃุฉ ุนู„ูˆู… ุงู„ุฏูŠู† ุŒ ุฃุชุนุจุช ุงู„ุฒูˆุฌ ูˆ ุฃูุณุฏุช ุงู„ุฃูˆู„ุงุฏ ูˆ ุฃู‡ู„ูƒุช ุงู„ุฃู…ุฉ

๐Ÿ–‹#Ibnul_Qayyim (Rahimahullaah) akkana jedhan.
โ€Œ๐Ÿ–‹๏ธโฉ ุงุจู† ุงู„ู‚ูŠู… ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡

โœ Shamarran keenya islaamummaa haa barannu, dhaloonni isinitti hajamaa... Dubartiin walakkaa ummataa kan taatu... gaafa diinaa ishee jabeeffatteedha.... gaafa leenca deessee qartee hawaasaaf gumaachiteedha....!!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Takka kijibde taanaan... dhugaan tantee tan achi boodaa hunduu shakkamtuudha.... !

@tafak_or
โœ Bakka keeyrii itti facaastetti sharriin yoo magarte baay'ee sin ajaa'ibin... dacheen gariin kan facaasaaf hin taanetu jira waan ta'eef....!
@Ibro
@tafak_or
๐Ÿชซ
โœYeroo bilbilli kee chaargii fixatee cufachuuf %1 hafu... fiigdee osoo hin cufatin chargessita... !



waan lubbuu ilma namaa du'aaf kaate wahii baraarte namatti hin fakkaatuu.... ๐Ÿ˜๐Ÿ‘Œ

hardha fetaa jedhaa๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/25 19:27:52
Back to Top
HTML Embed Code: