Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Chanala kana Seenaa join godhaa waan guddaa irraa barattanii
๐
https://www.tg-me.com/mhadisrasolelahsaw

Telegram
MOHAMMED SHEYBANI
Rasuulli Rabbii ๏ทบ akkana jedhan:"Nama Rabbiin toltuu isaaf fedhe Diinii Isa barsiisa".
https://www.tg-me.com/mhadisrasolelahsaw
https://www.tg-me.com/mhadisrasolelahsaw
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โ Sahaabaabonni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam), Hadiisa Rasuularraa fuudhanii nutti geessan. isaan keessaa kan hedduu odeessetu jiras, kan muraasa odeessetu jiras.
1ffaan: #Abuu_Hureeyraadha...sahaร bota hunda keessaa, namni hadiisa hedduu hedduu himeedha. Hadiisa 5374 odeesse.
โ ูุฃุจู ูุฑูุฑุฉู ูู ุฃูุซุฑูู ุญุฏูุซุงู ููุฏ ุฑูู 5374 ุญุฏูุซุง
2ffaa:
#Abdallaa Ibnu Umar Hadiisa 2630 odeesse.
โ ุซู ุนุจุฏุงููู ุงุจู ุนู ุฑ ุฑูู 2630 ุญุฏูุซุง
3ffaan:
#Anas binu Maalik Hadiisa 2286 odeesse.
โ ุซู ุฃูุณ ุจู ู ุงูู ุฑูู 2286 ุญุฏูุซุง
4ffaan:
Haadha muslima maraa @Aa'ishaadha Hadiisa 2210 odeessite.
โ ุซู ุฃู ูููุง ุนุงุฆุดุฉ ุฑูุช 2210 ุญุฏูุซุง
5ffaan:
#Abdallaa binu Abbaasa Hadiisa 1660 odeesse.
โ ุซู ุงุจู ุนุจุงุณ ุฑูู 1660 ุญุฏูุซุง
6ffaan:
#Jaabir binu Abdillaah Hadiisa 1540 odeesse.
โ ุซู ุฌุงุจุฑ ุจู ุนุจุฏุงููู ุฑูู 1540 ุญุฏูุซุง
7ffaan:
#Abuu_Sa'iid Alkudriyyii Hadiisa 1170 odeesse....
โ ุซู ุฃุจู ุณุนูุฏ ุงูุฎุฏุฑู ุฑูู 1170 ุญุฏูุซุง
ุฑุถูู ุงูููฐููู ุนููู
(Radiyallaahu anhum jamii'a).
โSahaabonni torban kunniin warra hadiisa gurguddaa galmeessuudhaan beekamaniidha.... hin dagatinaa...
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

#Sisters....
โ Karaa irratti if babbareechitee muldhachuun abbaa manaa gaarii namaa fida sitti fakkaatee akka hin gowwoomne.
Dhiira dhugaa biratti, dhalaan dhiira hundaaf uf bareechitu isa hin harkifatu/itti hin toltu...!
โ Shamarran hedduun yeroo ala bahuu hedan, dibataa fi dhiqata qofarratti sa'aatii lamaa ol gubu. inumaa waan guyyaa sana cidha qabdu/heerumaartu sitti fakkaata.
Innaa lillaah........ ๐

#Faaya_jireenyaa
โ Ati qur'aanaaf yeroo kennuun mallattoo ati qur'aanaaf jaalala qabaachuuti.
โ Namni qur'aanaaf yeroo hin qabu jedhu; ykn busy tahuu isaa kan sitti himu.... Kuni hoongahaadha... sheeyxaanatu isa injifateera.
โ Yeroo nyaataa hin dhabdu!, yeroo hujii hin dhabdu!, yeroo hirribaa hin dhabdu!, jireenya kankee keessatti wanti hunduu yeroo qaba, garuu qur'aanni si biratti yeroo hin qabu.
๐ Amma eennuun sobaarta ? Rabbiin sobaarta moo lubbuu tanteeti....!!
Qur'aana sagantaa kankee keessaa, isa jalqabaa godhadhu...!

#Guddisa_gaarii
๐ดAbbaa manaa: Mee mucaa koo akkamitti guddisa/Tarbiyaa godhร naaf himaa ?
๐ชด Hayyicha: Mucaan kee Umriin meeqa amma?
๐ด Abbaa manaa: Baatii torba.
๐ชด Hayyicha: Barfattee jirtaa deemi... guddisni ijoollee filannoo haadha manaa irraa eegala...!

โ Dubartiin islaamummaa irraa waan beektu taanaan, jaarsa ishees mataa nyaatti/dhukkubsiti; ijoollees Tarbiyaa balleessiti; tarbiyaan ijoollee bannaan hawaasas galaafatti.
ูุฅุฐุง ุฌููุช ุงูู ุฑุฃุฉ ุนููู ุงูุฏูู ุ ุฃุชุนุจุช ุงูุฒูุฌ ู ุฃูุณุฏุช ุงูุฃููุงุฏ ู ุฃูููุช ุงูุฃู ุฉ
๐#Ibnul_Qayyim (Rahimahullaah) akkana jedhan.
โ๐๏ธโฉ ุงุจู ุงูููู ุฑุญู ู ุงููู
โ Shamarran keenya islaamummaa haa barannu, dhaloonni isinitti hajamaa... Dubartiin walakkaa ummataa kan taatu... gaafa diinaa ishee jabeeffatteedha.... gaafa leenca deessee qartee hawaasaaf gumaachiteedha....!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
ูุฅุฐุง ุฌููุช ุงูู ุฑุฃุฉ ุนููู ุงูุฏูู ุ ุฃุชุนุจุช ุงูุฒูุฌ ู ุฃูุณุฏุช ุงูุฃููุงุฏ ู ุฃูููุช ุงูุฃู ุฉ
๐#Ibnul_Qayyim (Rahimahullaah) akkana jedhan.
โ๐๏ธโฉ ุงุจู ุงูููู ุฑุญู ู ุงููู
โ Shamarran keenya islaamummaa haa barannu, dhaloonni isinitti hajamaa... Dubartiin walakkaa ummataa kan taatu... gaafa diinaa ishee jabeeffatteedha.... gaafa leenca deessee qartee hawaasaaf gumaachiteedha....!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Hanguma ati duniyaadhaaf dhiphataa dhuftuun yaanni Aakiraa qalbii tee keessaa bahaa deema. Hanguma ati aakiraadhaaf dhiphataa dhuftuun yaanni duniyaa qalbii kee keessaa bahaa deema..!
๐ #Maalik_binu_Diinaar (Rahimahullaah)
Warra Aakiraadhaaf dhiphatu Rabbiin nu haa godhu.
๐
Ilmaan Aakiraa tahaa...!!
#tafak_or
๐ #Maalik_binu_Diinaar (Rahimahullaah)
Warra Aakiraadhaaf dhiphatu Rabbiin nu haa godhu.
๐
Ilmaan Aakiraa tahaa...!!
#tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh Maatii #Tafakkur hundaaf... galgala hardhaa Kitaaba #Laamiyaa kan sheeka beekkamaa ifaa addunyaa kanaa tahe, hayyuu hayyummaa isaa addunyaan ragdeef Kitaaba sheekul Islaam #Ibnu_Teymiyaa waan goolabnuuf irratti akka argamtan kabajaadhaan isin gaafadha....
Yeroon galgala sa'aatii 3:booda kallattii live nu eegaa....