Telegram Web Link
๏ดฟูˆู„ุง ุทุนุงู… ุฅู„ุง ู…ู† ุบุณู„ูŠู†๏ดพ
โœ๏ธ Rabbiin qur'aana keessatti, Ummanni kaafiraa azaaba keessatti nyaata
Gisliina jedhamu malee, nyaata biraa hin qaban jedha. Gisliina jechuun___?
Anonymous Poll
28%
A) Bishaan hafuurri hoo'a isaa qofti gogaa namaa quuncisu
40%
B) Malaa warra azaabaa...
38%
C) Muka qoree qabu nyaatan
โœ Hanguma sadarkaan barnoota keetii guddataa dhufuun, beekkumsarraa waan xiqqoo wahii malee akka waan beekne sirritti siif galaa dhufa.
ูƒู„ู…ุง ุชุนู„ู…ุช ุฃูƒุซุฑุŒ ุฃุฏุฑูƒุช ุฃูƒุซุฑ ุฃู†ูƒ ู„ุง ุชุนุฑู ุฅู„ุง ู‚ู„ูŠู„ุง......
Gaafa barnoota dhiiste beekaa uf seeta, garuu wallaalaan si gahe inuma hin jirre.

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ Yoo dhageetteef deebii kennuuf hin xaarin:
๐Ÿ‘‡

๐Ÿซต waan garmalee furdatte fakkaatta... maaluma nyaatteeti garuu... ๐Ÿซข
๐Ÿซต Nyaatatu hin jirre moo maaltu akkanatti si huqqise garuu siin jedhu.... ๐Ÿซข
๐Ÿซต Qabxiin kankee waan si jalaa gadi bu'e fakkaatta.... ๐Ÿ™ˆ
๐Ÿซต Hanga GM ykn spoortii dalaguu eegalte yeroo dheeraadha.... garuu hanga ammaa achumร  jirtaa.... ๐Ÿซข
๐Ÿซต Urga biyya ormaa deemtee waggaa hangana turte...hanga ammaa Makiinaa hin binnee...siin jedhu....waa hedduudha...!

โœ Yeroo namoonni gaafii akkanaa si gaafatan ykn dudduuba kee haasahan dhageessu .. hanguma yeroo hunda deebii isaaniif laataa deemtuun keessi kee miidhamaa deema.
Gaafii gaafatamte kana hundaaf deebii kennaa deemta taanaan... ati kan ifaajaa jirtu isaaniif, jijjiiramni ati fiduuf deemtu isaaniif waan tahe namatti fakkaata.
kana jechuun ati kan jiraattu ufiif osoo hin taane namaaf jechuudha
โœ Eennullee haala jireenya keetii hin beeku... eennullee waan ati dabarsitee fi waan ati milkeessite si caala hin beeku...!
Waan keessa jirtuu fi waan dabarsite Rabbii fi si qofatu beeka..kanaafuu gaafii kana hundaa uf duubatti darbuudhaan gara fuulduraatti tarkaanfadhu...!

@Ibro๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Yoo osoo walin garre akka tasaa duuti na fudhatte... si arguudhaaf baay'ee akka hawwaa ture hin dagatin...!
@tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โœ Sahaabaabonni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam), Hadiisa Rasuularraa fuudhanii nutti geessan. isaan keessaa kan hedduu odeessetu jiras, kan muraasa odeessetu jiras.

1ffaan: #Abuu_Hureeyraadha...sahaร bota hunda keessaa, namni hadiisa hedduu hedduu himeedha. Hadiisa 5374 odeesse.
โ— ูุฃุจูˆ ู‡ุฑูŠุฑุฉูŽ ู‡ูˆ ุฃูƒุซุฑู‡ู… ุญุฏูŠุซุงู‹ ูู‚ุฏ ุฑูˆู‰ 5374 ุญุฏูŠุซุง
2ffaa:
#Abdallaa Ibnu Umar Hadiisa 2630 odeesse.
โ— ุซู… ุนุจุฏุงู„ู„ู‡ ุงุจู† ุนู…ุฑ ุฑูˆู‰ 2630 ุญุฏูŠุซุง
3ffaan:
#Anas binu Maalik Hadiisa 2286 odeesse.
โ— ุซู… ุฃู†ุณ ุจู† ู…ุงู„ูƒ ุฑูˆู‰ 2286 ุญุฏูŠุซุง
4ffaan:
Haadha muslima maraa @Aa'ishaadha Hadiisa 2210 odeessite.
โ— ุซู… ุฃู…ู‘ูู†ุง ุนุงุฆุดุฉ ุฑูˆุช 2210 ุญุฏูŠุซุง
5ffaan:
#Abdallaa binu Abbaasa Hadiisa 1660 odeesse.
โ— ุซู… ุงุจู† ุนุจุงุณ ุฑูˆู‰ 1660 ุญุฏูŠุซุง
6ffaan:
#Jaabir binu Abdillaah Hadiisa 1540 odeesse.
โ— ุซู… ุฌุงุจุฑ ุจู† ุนุจุฏุงู„ู„ู‡ ุฑูˆู‰ 1540 ุญุฏูŠุซุง
7ffaan:
#Abuu_Sa'iid Alkudriyyii Hadiisa 1170 odeesse....
โ— ุซู… ุฃุจูˆ ุณุนูŠุฏ ุงู„ุฎุฏุฑูŠ ุฑูˆู‰ 1170 ุญุฏูŠุซุง
ุฑุถูŠูŽ ุงู„ู„ูฐู‘ู‡ู ุนู†ู‡ู…
(Radiyallaahu anhum jamii'a).

โœSahaabonni torban kunniin warra hadiisa gurguddaa galmeessuudhaan beekamaniidha.... hin dagatinaa...

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Laamiyaa #Kutaa_6ffaa...



Wal geettiin keenya hardha galgala sa'aatii 3:00 irratti haa tahu.
#Faaya_jireenyaa

โœ Ati qur'aanaaf yeroo kennuun mallattoo ati qur'aanaaf jaalala qabaachuuti.
โœ Namni qur'aanaaf yeroo hin qabu jedhu; ykn busy tahuu isaa kan sitti himu.... Kuni hoongahaadha... sheeyxaanatu isa injifateera.
โœ Yeroo nyaataa hin dhabdu!, yeroo hujii hin dhabdu!, yeroo hirribaa hin dhabdu!, jireenya kankee keessatti wanti hunduu yeroo qaba, garuu qur'aanni si biratti yeroo hin qabu.

๐Ÿ‘‰ Amma eennuun sobaarta ? Rabbiin sobaarta moo lubbuu tanteeti....!!

Qur'aana sagantaa kankee keessaa, isa jalqabaa godhadhu...!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Dubartiin islaamummaa irraa waan beektu taanaan, jaarsa ishees mataa nyaatti/dhukkubsiti; ijoollees Tarbiyaa balleessiti; tarbiyaan ijoollee bannaan hawaasas galaafatti.
ูุฅุฐุง ุฌู‡ู„ุช ุงู„ู…ุฑุฃุฉ ุนู„ูˆู… ุงู„ุฏูŠู† ุŒ ุฃุชุนุจุช ุงู„ุฒูˆุฌ ูˆ ุฃูุณุฏุช ุงู„ุฃูˆู„ุงุฏ ูˆ ุฃู‡ู„ูƒุช ุงู„ุฃู…ุฉ

๐Ÿ–‹#Ibnul_Qayyim (Rahimahullaah) akkana jedhan.
โ€Œ๐Ÿ–‹๏ธโฉ ุงุจู† ุงู„ู‚ูŠู… ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡

โœ Shamarran keenya islaamummaa haa barannu, dhaloonni isinitti hajamaa... Dubartiin walakkaa ummataa kan taatu... gaafa diinaa ishee jabeeffatteedha.... gaafa leenca deessee qartee hawaasaaf gumaachiteedha....!!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Takka kijibde taanaan... dhugaan tantee tan achi boodaa hunduu shakkamtuudha.... !

@tafak_or
2024/09/29 19:28:12
Back to Top
HTML Embed Code: