Telegram Web Link
Daqiiqaa 10 booda....



Kitaaba keessan banadhaa
โœ Ani namoota dogongoran caala, kan dogongora isaa sirreessuuf jecha isa dogongore caala dogongorantu na ajaa'ibe...!
โœ Sagaleen kankee kan mana kankee keessaa waan bahu sitti hin fakkaanne sun, samiilee torban birayyuu ol kutuu danda'a...!
ูˆู…ุง ูƒุงู† ุฑุจู‘ูƒ ู†ุณููŠู‘ุง.......

Yaaa Allaah.......๐Ÿคฒ

๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Ayizon ....

โœ Ati loltuu jabduu waan taateef Rabbiin waraana cimaa keessa si seensise.... fatanaan sitti heddummachuun jabinna kee malee laafinna kee hin ibsu.


harka hin kennatin... @htafak_or
โœ๏ธโ€ข ุงู„ุตู„ุงุฉ ุญูŠุงุฉ ูู…ู† ุถูŠุนู‡ุง ุฃุตุจุญ ู…ูŠุชุง ุนู„ู‰ ู‚ูŠุฏ ุงู„ุญูŠุงุฉ.
โœ Salaanni jiruudha, namni salaata miidhe/ergare... osoo lubbuun jiru du'ee jira dhugaa..!
โœ Rabbiin waan barbaade dalaga, yeroo barbaadetti, waan barbaadeen, abbaa barbaadeef, akka barbaadetti dalaga....!

@tafak_or
โœ Dargaggummaa keetitti gaafa sheekummaa fi hooggansaa eegalte.... adabbiin xiqqaan si mudatu, beekkumsa silaa argachuu dandeessu paarsantii ol'aanaa dhabda...!
โœDu'aa'ii nama jireenyi itti hammaattee ykn wanti kamuu yeroo itti jabaate kadhachuu qabu:
๐Ÿ‘‡

ยซ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู…ู‘ูŽ ู„ุง ุณูŽู‡ู„ูŽ ุฅู„ู‘ูŽุง ู…ุง ุฌูŽุนูŽู„ุชูŽู‡ ุณูŽู‡ู„ู‹ุงุŒ ูˆุฃู†ุชูŽ ุชูŽุฌุนูŽู„ู ุงู„ุญูŽุฒู’ู†ูŽ ุฅุฐุง ุดูุฆุชูŽ ุณูŽู‡ู„ู‹ุง ยป.
ยซ Allaahumma laa sahla illaa maa ja'altahuu sahlan...wa'anta taj'alul huzna izaa shi'ita sahlaa...ยป

Rabbiin waan jabaate hunda isiniif haa laaffisu....

๐Ÿ‘‡
#Ibnu_Hibbaan Sahiiha isaa 2427 keessatti gabaase....
๐Ÿ“™ุฑูˆุงู‡ ุงุจู† ุญุจุงู† ููŠ ุตุญูŠุญู‡ ูขูคูขูงโ€ข

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/25 02:37:33
Back to Top
HTML Embed Code: