Telegram Web Link
Daqiiqaa 30 booda... inshallah kallattii kanaan nu eegaa
โœ Hanga feete gaariis taatu; hundaa ol bareedinnas qabaattu.. nama sababa tokko malee si jibbu hin dhabdu.
maaliif na jibban jettee hin rifatin.
โœ Hunda dura waa barachuu beekaa tahi... garuu dubbataa dhumaa tahi...!
โœ Yaada mormuu dandeessa... garuu nama yaada san qindeesse hin falmin.
โœ Humnaa ol hin abjatin... hanga abjuun ati keessa seente, iddoo jirtu si dagachiisu takka jechuudha..
bakki ati jirtuu fi haalli ati keessa jirtus akka sin hiine,... hanga abjuu fi kaayyoo manaa baateef dagattu takka.
hundaa giddugaleessa godhachuu qabda.
โœ Yoo ta jaalatte fuudhuu dadhabde... ta fuute jaaladhu... kaayyoo ati kufte sana isheen harka keessaa hin qabdu waan taheef...!
โœ Wantoota osoo ol baasii dalagi siin jedhanii dalaguu saalfattu tokko, maaf dhoksitee akka dalagdu uf gaafadhu mee__?!
โœ Hin sodaatin.. wantoonni sodaannu gariin nutti dhufuu dhabuus danda'a waan taheef...!

@Ibro
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Eenyummaa.....

โœ Waa lamatu eenyummaa kee ibsa...:
Yeroo dhabde obsa ati qabduu fi gaafa waan barbaaddu argatte amala ati muldhistu....!

@Ibro....
๐Ÿ‘‡
....... @tafak_or
#Agaree_bichaa...๐Ÿ˜€

โœ Osoo gubbaan namaa keessa kan caalu taatee... silaa gaafa ati duute, qaamni kee awwaalamee Ruuhiin tee gara samii ol hin baatu....!
@Musxafaa_Mahmuud...

Hedduun keenya keessa keenya caala, irraa fi irree keenyatti xiyyeeffanna....!

๐ŸŒทโœ@Ibro๐ŸŒท

Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ๏ธ Sahaabota armaan gadii keessaa, sahaabaan yeroo jalqabaatiif salaamtaa islaamaatiin Rasuula salaama gaafate eennu____โ“
Anonymous Quiz
19%
A) Abuu Bakri Assiddiiq (Radiyallaahu anhu)
8%
B) Abuu Ayyuub Al-ansaarii (Radiyallaahu anhu)
73%
C) Abuu zarri Algifaarii.... (Radiyallaahu anhu)
โœ Yoo kijibde hin kakatin... badiin kijibaatuu si geettii....!
โœ โ€œ Namni yeroon isaa Rabbiif, fi Rabbiin hin taane jireenya isaa caala boqatutu filatamaadha...โ€
Jireenya keenya hunda Rabbiif jecha... Rabbiin wajjiin haa goonuu..

#Ibnul_qayyim (Rahimahullaah) Kitaaba Addaa'u waddawaa'u/ุงู„ุฏุงุก ูˆุงู„ุฏูˆุงุก jedhu keessatti...fuula 186 laalaa...
๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ Rabbiin waan obsa qabuuf si sattare malee, waan badiin ati raawwatte xiqqaatteefii miti... daangaa hin cehin....!

@tafak_or
#Eennu_ati....

โœ lubbuu tantee tan si keessa jirtu caala wanti sitti kalaahaa inuma hin jirre. kanuma wajjiinuu waa'ee lubbuu keetii ilaalchisee namni sirra wallaalaa hin jiru.
Eennu akka taate uf hin beektu... eessaa akka dhufteenis hin beektu... garam akka deemaartuu fi siin deemaa jirtus hin beektu...!?
โœ Waan waa hundaa ol hangana sitti kalaahuu .. beekkumsi kee hangana keessatti xiqqaata... ufuun beektuu akkamitti bira kutteen waa'ee lubbuu nama biraa beekuu dandeesse__?๐Ÿค”
Inumaa nama bira kuttee iccitii addunyaa guutuu beekuuf yaaliin ati hin goone hin jiru.

โœ Dursa uf beekutu barbaachisa..., nama uf beeketu, uf bira kutee iccitii addunyaas beekuu danda'a.

Dhiifama yoon dogoggore.๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Hasaassii.....

โœ Addunyaan tuni dhumtuudha... addunyaa dhumtuu tanaaf jettee guyyaa takkaafis gadduu hin qabdu.
๐Ÿ‘‰ Xumurarratti hundi keenyaa asirraa godaanna... itti hin gaddin....!!

@tafak_or
#Xiinxalli_mee....

โœ #Baniin_Israel badii takka yoo dalagan...towbatu irra barbaadama.. Garuu towbaan qeebalamuuf seera mataa isaa qaba. seera/Shuruuxa towbaa keessaa ijoon, lubbuu isaanii ufumaa uf ajjeesuudha.... kan ajjeefame shahiidee taha...kan ajjeeseef Rabbiin ni araaramaaf...!
adeemsa kana keessatti abbaan ilma ajjeesuu danda'a...ilmi abbaa ajjeesuu danda'a.... shari'aa waan taateef...inumaa ilmoon tee badii dalagnaan...ufumaa ajjeesuu dandeetta...!!
aaaaaaah baay'ee ulfaata...

Garuu Rabbiin Ummata Muhammadiif Sallallaahu aleyhi wasallam laaffisee.... Istigfaaraa fi towbaa qulqulluu qofa nurra kaahe...nuti tanumaa dadhabnee jirra....๐Ÿ˜ข
Suuraa Albaqaraa...(keeyyata 54)๐Ÿ‘‡
ยซ...ููŽุชููˆุจููˆุง ุฅูู„ูŽู‰ ุจูŽุงุฑูุฆููƒูู…ู’ ููŽุงู‚ู’ุชูู„ููˆุง ุฃูŽู†ููุณูŽูƒูู…ู’ ุฐูŽู„ููƒูู…ู’ ุฎูŽูŠู’ุฑูŒ ู„ู‘ูŽูƒูู…ู’ ุนูู†ุฏูŽ ุจูŽุงุฑูุฆููƒูู…ู’.....ยป

โœ Alhamdulillaah Rabbil aalamiin..yaa Rabbi towbaa sitti deebine...!!

Osoo akka banii Israel lubbuu keessan baasaa nuun jedhee hoo___?! garuu laaftuu tanaa dadhabne...

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Akka lakkoofsa hijraatti baatiin 3ffaan maal jedhamee yaamama___?

Mee kaalandarii islaamaa hujitti hiikuuf yaalaa... ๐Ÿ’ช
Anonymous Poll
13%
A) Sha'abaana
14%
B) Shawwaal
78%
C) Rabii'al awwal
2024/09/25 06:35:16
Back to Top
HTML Embed Code: