Telegram Web Link
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡
โœ Boru barnoota eegaluun dura gaafii 50 qophaahee jira... Namni gaafii sana deebise.... kutaa... 1.... 3 jiraa... kutaa 1ffaa irraa eegala...
kan gaafii sana hin deebisne.... baatii 3 leenjii fudhata.....

1) Maqaa guutuu
2) Iddoo jireenyaa
3) lakk...bilbilaa...
4) Kitaabota asiin dura qaraate...

warri hanga ammaa keessaan hin galmoofne (Inbox) galmaahaa๐Ÿ‘‡

https://chat.whatsapp.com/ELwnjXVFjrvFtwzFNQXd2r
โœ Ulmaa'iin.....
ูŠุฑูุน ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฐูŠู† ุขู…ู†ูˆุง ู…ู†ูƒู… ูˆุงู„ุฐูŠู† ุฃูˆุชูˆ ุงู„ุนู„ู… ุฏุฑุฌุงุช.....

" Ulmaa'iin sadarkaa 700 namoota biroo irra caalan. garaagarummaan sadarkaa lamaan gidduu jiru deemsa waggaa 500ti..." Abdallaa binu Abbaas (Radiyallaahu anhu).

Darajaan tokko deemsa waggaa 500 kan nama gaafatu yoo tahe, darajaan 700 deemsa waggaa meeqaa nama gaafata___?!

Ati sadarkaa aalimaatti gahuuf waggaa meeqa imaluu qabda jechuudha....
Ulmaa'iin dhaaltu Anbiyaati jechuun salphaatti sitti hin fakkaatin...!!
Ulmaa'ii yoo baannu sheekkolee fi darasaa TikTok akka hin yaadanne....eennu akka tahan isiniif hima inshallah.

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
ุฅู†ู…ุง ูŠุฎุดู‰ ุงู„ู„ู‡ ู…ู† ุนุจุงุฏู‡ ุงู„ุนู„ู…ุงุก.....
" Gabroottan kiyyarraa warri na sodaatan ulmaa'ii qofa.... "

โœ Iccitiin kanaa maaliif beektuu?
Namni hanguma waa'ee Rabbii isaa sirritti hubataa deemuun, hangasuma Rabbii isaa sirritti sodaataa dhufa....!

Rabbiin ulmaa'ii keenya bakkuma jiraniitti nuuf haa tiksu.. ๐Ÿคฒ
@tafak_or
โœ Rabbiin nama keeyrii duniyaa fi Aakiraa isaaf fedhe diinii kana Isa barsiisa...!
ู…ู† ูŠุฑุฏ ุงู„ู„ู‡ ุจู‡ ุฎูŠุฑุง ูŠูู‚ู‡ู‡ ููŠ ุงู„ุฏูŠู†....

โœ Hadiisa Imamu Xabraaniin gabaase tokko keessatti akkana jedha:
"Namni keeyrii nama barsiisuuf ykn barachuuf qofa masjida deeme... ajrii nama Hajjii deemee hajjeettu isaaf qabama... "
โœ Rabbiin Nabi Muhammad ( Sallallaahu aleyhi wasallam)
" Yaa Rabbi ilmii naa dabali" jedhii gaafadhu jedheen.....osoo wanti ilmii caalu jiraatee silaa Rabbiin Nabiyyii aalamaatiin gaafadhu jedhaan....!

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Ilmii baradhaa...!

โœ Ilmii qofa barachuunuu keeyrii Rabbiin biratti toltuu taatee namaaf galmoofti.
๐Ÿ‘‰ bakka inni jiru barbaadanii, deemanii itti dhaquun mataan isaatuu ibaadaadha...!
๐Ÿ‘‰ waan baratte sana deebitee waliin dubbisuun ykn qo'achuun akka tasbiihaatti laallama...!
๐Ÿ‘‰ Ilmii barachuu fi wareegama isaaf barbaachisu kafaluun qabsoo ykn jihaada...!
๐Ÿ‘‰ Ilmiin hiriyyaa yeroo kophaa keetii si booharsu... Isa maqoo baatee waan barbaadde itti himattuudha.

https://www.tg-me.com/tafak_or
Kitaaba hardha qaraanu....
ู„ุงู…ูŠุฉ ู„ุดูŠุฎ ุงู„ุงุณู„ุงู… ุงุจู† ุชูŠู…ูŠู‡
Daqiiqaa 30 booda... inshallah kallattii kanaan nu eegaa
โœ Hanga feete gaariis taatu; hundaa ol bareedinnas qabaattu.. nama sababa tokko malee si jibbu hin dhabdu.
maaliif na jibban jettee hin rifatin.
โœ Hunda dura waa barachuu beekaa tahi... garuu dubbataa dhumaa tahi...!
โœ Yaada mormuu dandeessa... garuu nama yaada san qindeesse hin falmin.
โœ Humnaa ol hin abjatin... hanga abjuun ati keessa seente, iddoo jirtu si dagachiisu takka jechuudha..
bakki ati jirtuu fi haalli ati keessa jirtus akka sin hiine,... hanga abjuu fi kaayyoo manaa baateef dagattu takka.
hundaa giddugaleessa godhachuu qabda.
โœ Yoo ta jaalatte fuudhuu dadhabde... ta fuute jaaladhu... kaayyoo ati kufte sana isheen harka keessaa hin qabdu waan taheef...!
โœ Wantoota osoo ol baasii dalagi siin jedhanii dalaguu saalfattu tokko, maaf dhoksitee akka dalagdu uf gaafadhu mee__?!
โœ Hin sodaatin.. wantoonni sodaannu gariin nutti dhufuu dhabuus danda'a waan taheef...!

@Ibro
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Eenyummaa.....

โœ Waa lamatu eenyummaa kee ibsa...:
Yeroo dhabde obsa ati qabduu fi gaafa waan barbaaddu argatte amala ati muldhistu....!

@Ibro....
๐Ÿ‘‡
....... @tafak_or
#Agaree_bichaa...๐Ÿ˜€

โœ Osoo gubbaan namaa keessa kan caalu taatee... silaa gaafa ati duute, qaamni kee awwaalamee Ruuhiin tee gara samii ol hin baatu....!
@Musxafaa_Mahmuud...

Hedduun keenya keessa keenya caala, irraa fi irree keenyatti xiyyeeffanna....!

๐ŸŒทโœ@Ibro๐ŸŒท

Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ๏ธ Sahaabota armaan gadii keessaa, sahaabaan yeroo jalqabaatiif salaamtaa islaamaatiin Rasuula salaama gaafate eennu____โ“
Anonymous Quiz
19%
A) Abuu Bakri Assiddiiq (Radiyallaahu anhu)
8%
B) Abuu Ayyuub Al-ansaarii (Radiyallaahu anhu)
73%
C) Abuu zarri Algifaarii.... (Radiyallaahu anhu)
โœ Yoo kijibde hin kakatin... badiin kijibaatuu si geettii....!
2024/09/30 05:17:47
Back to Top
HTML Embed Code: