Telegram Web Link
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Baga geessan....
ุนูŠุฏ ุณุนูŠุฏ
Ayyaana Sooma Hiikaa (Iid-Al-Faxirii) Kan Waggaa 1445ffaa Baga Waliin Nu Gahe!
-----------

Hordoftoota Amantaa Musliimaa biyya keessaafi ala jiraattan hundaan, Jiโ€™a Ramadaanaa. xumuurtanii ayyaana sooma hiikaa Eid Al-Faxirii kan bara 1445ffaan baga isin gahe, warra baranaa, kan bara hegeree nu haa taasisu jechaa, ayyaanni kun kan nagaa, gammachuu, milkii, jaalalaafi Tokkummaa hunda keenyaaf akka ta'u hawwiin qabu ibsa.
Eid Mubarak Baga Ittiin nu gehe
ุชู‚ุจู„ ุงู„ู„ู‡ ู…ู†ุง ูˆู…ู†ูƒู… ุตุงู„ุญ ุงู„ุฃุนู…ุงู„

@Ibro.... Maatii Tafakkur hundaaf
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Warroonni haala gaariidhaan uffattanii, Maatii fi hiriyyoottan keessan wajjiin erga salaattanii booda suuraa post gootan.... warroota uffata hin qabne; yatiimaa haadhaa fi Abbaa ykn hiriyyaa hin qabne akka qalbiin hin cabneef jecha... irraa uf qusadhaa...!
โœ Osoo anaafis akka jaraa taatee jedhee hawwaara..... ay miskiina....!
Warra Gazzaa Rabbiin gammachuu Iidaa isin hin hanqisin....!

Kanaaf Suuraa keessan post hin godhinaa jenna...!
Waa'ee #Shawwaal....

1) Baatiin shawwaal baatii barakaati.... jalqaba baatii hajjiitis..
Baatii tana keessa namni I'itikaafni jala tare... qadaa kafala.
baatii fuudhaa fi heerumaati...
2) Soomni shawwaal sooma sunnaa namni muslima tahe kamuu soomuu qabuudha.. sooma Ajriin isaa guddaati.
3) Namni Ramadaana booda guyyoota jahan tana soome akka waan waggaa guutuu soomeetti isaaf herreegama.
4) Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wasallam) Hadiisa lakk. 3 kana yeroo ibsan akkana jedhan:
Namni baatii Ramadaanaa soome akka nama baatii 10 soomeetti isaaf hirreegama. namni guyyoota jahan shawwaal soome immoo akka waan nama baatii 2 soomeetti isaaf herreegama... walumagalatti waggaa takka soome jechuudha.
5) Shawwaal soomuunis akkuma toltuuwwan biroo kudhan kudhaniin namaaf hirreegamaa silaa... shawwaaliin maaltu adda godha___? nama jechuuf deebiin;
Shawwaal Akka nama waajiba soomeetti namaaf herreegama.
6) Faayidaa Shawwaal keessaa... Rabbiin waan ati Ramadaana keessa hirdhifte baatii tanaan itti siif guuta... bakka waajiba hirdhisne Rabbiin sunnaadhaan namaaf guuta.
7) Shawwaal soomutu dursa moo Qadaa Ramadaanaa kafaluudha___?
#itti_fufa...

Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿ‘‡
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡..
ู…ุณุงุก ุงู„ุฎูŠุฑุงุช ูˆุงู„ุจุฑูƒุงุช ูŠุง ุฃู‡ู„ ุงู„ุญุฏูŠุซ ูˆู…ุชุงุจุนูŠ ู‚ู†ุงุฉ #ุชููƒุฑ ๐Ÿค..
ุงุณุฃู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ุฃู† ูŠุฌุนู„ ุฃูˆู‚ุงุชูƒู… ู…ู„ูŠุฆุฉ ุจุงู„ูุฑุญ ูˆุงู„ุณุฑูˆุฑ๐Ÿƒ.
ุงูุชุชุญุช ู‚ู†ุงุฉ ุฎุงุตุฉ ู„ู€:
ู„ู„ุฏุฑูˆุณ ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ ุจุงู„ู„ุบุฉ ุงู„ุฃุฑูˆู…ูŠุฉุŒ ูˆู‡ูŠ ู„ู…ุณุงุนุฏุชูƒู… ูƒู„ ู…ุงุชุฑูŠุฏูˆู†ู‡ ู…ู†ูŠ ู…ู† ู†ุงุญูŠุฉ ุงู„ุนู„ูˆู… ุงู„ุดุฑุนูŠุฉ ูˆู…ุงูŠุฎุต ุงู„ุนู‚ูŠุฏุฉ ูˆุงู„ุญุฏูŠุซ....... ูˆุงุณุฃู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ุงู„ุนูˆู† ูˆุงู„ุณุฏุงุฏ ููŠ ุฐู„ูƒ..

ูุฃู‡ู„ู‹ุง ูˆุณู‡ู„ู‹ุง ุจุงู„ุฌู…ูŠุนโ€ฆ
https://chat.whatsapp.com/ELwnjXVFjrvFtwzFNQXd2r
#Firdowsii_addunyaa turte....
(@Indonesia.....)

Ijoollee keessan gurra buusaa...

โœ Biyyi #Indonesia ykn #Andalus/Spain jedhamtu.... waggaa 800 oliif biyya islaamaa akka turte.
โœ Biyyi amma harka diinaatti deebite tun... akkuma Masrii; Magribii;Shaam/sooriyaa fi Iraaqii qabeenya muslimtoota akka turte ijoollee gurra buusaa mee..!
โœ Wanti Indonesia keessatti raawwatame ammaan tana gazzaa fi filisxeen keessatti akka muldhataa jiru itti himaa... ijoollee barsiisaa...!
โœ Sababni Indonesian harka diinaatti kufteef.... hardhas Irra deddeebi'ee ummata muslimaa keessatti muldhataa jiraa, kan gadaa sanaa caala amma hammaatee jiraa.... ufii silaa dagataa jirtuu.. mee ijoollee keessanitti himaa...!
โœ Warri gaafa sana Spain fi Indonesia kuffise sun hardhas biyya teenyaa fi biyyoota biraas hedduu kuffisaa jiraa.... dhaloota dhufaa jirtutti naa himaa...!!
โœ Indonesiaan madda qarominna ummata Islaamaa akka taate itti naaf himaa...!
qarominni hardha bahaa dhiha keessa gahe kun.... Andalusii fi Spain irraa akka daraare itti naa himaa....!
Biyyi harka diinaatti jirtu tun, biyya addunyaa guutuu.. keessattuu Europen dukkana wallaalaa keessaa baastee akka addunyaatti ol bahan gooteedha.
@Ibro

Eessaa dhufne? eessatti kufne akkanatti?
Rabbiin nuuf yaa birmatu๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Nama akka waan beekne if beeku caala, kan waan beekne akka waan beeknes uf hin beeknetu irra heddummaata...!
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡
โœ Boru barnoota eegaluun dura gaafii 50 qophaahee jira... Namni gaafii sana deebise.... kutaa... 1.... 3 jiraa... kutaa 1ffaa irraa eegala...
kan gaafii sana hin deebisne.... baatii 3 leenjii fudhata.....

1) Maqaa guutuu
2) Iddoo jireenyaa
3) lakk...bilbilaa...
4) Kitaabota asiin dura qaraate...

warri hanga ammaa keessaan hin galmoofne (Inbox) galmaahaa๐Ÿ‘‡

https://chat.whatsapp.com/ELwnjXVFjrvFtwzFNQXd2r
โœ Ulmaa'iin.....
ูŠุฑูุน ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฐูŠู† ุขู…ู†ูˆุง ู…ู†ูƒู… ูˆุงู„ุฐูŠู† ุฃูˆุชูˆ ุงู„ุนู„ู… ุฏุฑุฌุงุช.....

" Ulmaa'iin sadarkaa 700 namoota biroo irra caalan. garaagarummaan sadarkaa lamaan gidduu jiru deemsa waggaa 500ti..." Abdallaa binu Abbaas (Radiyallaahu anhu).

Darajaan tokko deemsa waggaa 500 kan nama gaafatu yoo tahe, darajaan 700 deemsa waggaa meeqaa nama gaafata___?!

Ati sadarkaa aalimaatti gahuuf waggaa meeqa imaluu qabda jechuudha....
Ulmaa'iin dhaaltu Anbiyaati jechuun salphaatti sitti hin fakkaatin...!!
Ulmaa'ii yoo baannu sheekkolee fi darasaa TikTok akka hin yaadanne....eennu akka tahan isiniif hima inshallah.

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
ุฅู†ู…ุง ูŠุฎุดู‰ ุงู„ู„ู‡ ู…ู† ุนุจุงุฏู‡ ุงู„ุนู„ู…ุงุก.....
" Gabroottan kiyyarraa warri na sodaatan ulmaa'ii qofa.... "

โœ Iccitiin kanaa maaliif beektuu?
Namni hanguma waa'ee Rabbii isaa sirritti hubataa deemuun, hangasuma Rabbii isaa sirritti sodaataa dhufa....!

Rabbiin ulmaa'ii keenya bakkuma jiraniitti nuuf haa tiksu.. ๐Ÿคฒ
@tafak_or
โœ Rabbiin nama keeyrii duniyaa fi Aakiraa isaaf fedhe diinii kana Isa barsiisa...!
ู…ู† ูŠุฑุฏ ุงู„ู„ู‡ ุจู‡ ุฎูŠุฑุง ูŠูู‚ู‡ู‡ ููŠ ุงู„ุฏูŠู†....

โœ Hadiisa Imamu Xabraaniin gabaase tokko keessatti akkana jedha:
"Namni keeyrii nama barsiisuuf ykn barachuuf qofa masjida deeme... ajrii nama Hajjii deemee hajjeettu isaaf qabama... "
โœ Rabbiin Nabi Muhammad ( Sallallaahu aleyhi wasallam)
" Yaa Rabbi ilmii naa dabali" jedhii gaafadhu jedheen.....osoo wanti ilmii caalu jiraatee silaa Rabbiin Nabiyyii aalamaatiin gaafadhu jedhaan....!

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/24 09:10:51
Back to Top
HTML Embed Code: