Telegram Web Link
โœ๏ธ Salaanni Rukuu'aa fi sujuuda hin qabne salaata tam____?
Anonymous Poll
1%
A) Salaata Fajrii
2%
B) Salaata Iidaa
99%
C) Salaata Janaazaa
โœ๏ธ Yoo abbaan manaa haadha manaa isaatiin "halkan leeylatulqadrii si xalaaqe" jedheen. Xalaaqni Kun yoom argama____?
Anonymous Quiz
19%
A) Bara dhufu..?
11%
B) Bara dabre...?
23%
C) Barana.. ?
47%
D) halkan 27 fi 29 ?
Bada ka nama hin saalfanne tokko ollaa keessan jiraa___?

๐Ÿšดโ€โ™‚ Dargaggessa tokkotu osoo biskileeta/bicycle ๐Ÿšฒ oofaa jiruu manguddittii takkatti buuse. Erga kuffiseenii boodas, kan silaa itti fiigee bakka isheen kuftee kaasuu qabu, itti kolfaa bira kute.

Garuu manguddittiin... " waa si jalaa bu'an mucaa kiyya..." jettee yaamteen.
๐Ÿšดโ€โ™‚ Dargaggessichis ufumarra garagalee gulufaa dhufe...waan gate sana barbaadutti seene.. garuu homaa arguu hin dandeenye...!
Achumaa manguddittiinis akkana jetteen:
"Dhiirummaa fi namummaa keettu si jalaa bade malee homaan bannee deemi..." jetteen. sana yoomuu hin argattuu hin yaadin jetteen.

โœ๏ธ Yoo naamusaa fi adaba hin qabnee; yoo nama hin kabajne jireenyi gatii hin qabdu...!
๐Ÿšดโ€โ™‚.......
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Guyyaa hardhaati hin jennu... garuu hardha tahuu ni kajeella... Yaa Allaah.... ๐Ÿคฒ
#Alhamdulillaah...

๐Ÿฅ Buufata fayyaa keessa nama jireenya ati amma keessa jirtu kana jiraachuuf hawwu heddutu jira...,
๐Ÿš Mana sirreessaa/hidhaa keessa nama bilisummaa ati argatte kana hawwee dhabe heddutu jira....,
๐Ÿชฆ Qabrii keessaahis nama carraa jireenya hardha argatte kana, hawwaa jiru heddutu jira... takkattima osoo duniyatti na deebisanii guyyama takkaaf keeyrii dalagadhee jedhaarutu jira...!

โ›บ๏ธ Kaamphii buqqaatotaa keessa... nama hirribaa fi firaasha akka ati irra raftuu kana aabjataarutu jira...

โœ Obboleessa koo jireenyi kee hanga feete siif hammeenya taatus.... namoota hedduuf hawwii guddoo taatee jirti... nama heddutu jireenyuma tee tanayyuu jiraannaa laata!? jedhee sitti hawwaa jira.
kanaafuu yeroo hundaa @Alhamdulillaah jedhi....

Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Haqiiqaadha...

โœ Ramadaanni gara xumuraa gaafa kalaahu... ramadaanni nu biraa deemuu gahe jennee yaaddofna... garuu kan deemaa jiru Ramadaana osoo hin taane nu tahuu hin barre...! ๐Ÿ˜ข
โœ Ramadaanni deemus abbaa Rabbiin itti deebise wajjiin ima deebi'a... garuu ati gaafa asirraa deemte yoom asitti deebita!?

kan deemaa jiru umrii keenya... azala teenyatu nutti kalaahaa jira....
Rabbiin ka dabarsine nurraa haa jaalatu... kan hafe keessa barakaa nuuf haa kaahu... bakka nu hanqisnes irra nuuf haa dabru...!
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Gaafuma Rasuula arrabsan qofa Fidaaka jechuun tuni.... faashina haaraa muslimoonni itoophiyaa qabatan taheera....!

Ani waa'ee kanarratti waggaa 1 dura Kitaaba guutuu barreesse....eebbisiises... ergaa guddaa dabarsee jiras....
Ergaa sanatti fayyadamuu yoo dandeenye qofa kan bututaa kanniin ufirraa dhaabuu dandeenyu..!
Ummanni kun dhaabbata addaa, deeggarsa addaa qabu, kan kaayyoon isaa duula Rasuula arrabsuu qofarratti ta'e hundeessanii waan qaban fakkaata....!
garuu Dhaabbanni Tumsa Rasuulaa qofti dargaggoota islaamaatiin maaf hin ijaaramne__?
hanga hardhaa nama meeqatu nabii keenya Arrabse?! hanga eennu arrabsu eegaa jirtan?!
wlh ani ummata akkanaatti haasahuunuu natti ulfaata..!
Kitaaba kana gubadheeti gaafa namichi shanee Rasuula arrabse San wlh boohaa barreesse.
Tooftaa 79 kan Rasuulaa keenyaaf tumsuu dandeenyuun keessa jira... tooftaa tokko qofahuu osoo itti fayyadamnee... bara baraan nutti hin deebitu...

amma ka isin beektan addaraasha qabattanii Nashiidaa qopheessitanii biraa galuudha...
Mee Akka dhiiraa seera tumadhaa...
Ani gubata haasahaara... dhiifama naaf godhaa
Yoo madaan koo naaf cabe jedheeti Yaa Rasuula Rabbii (SAW)...
dhiifama naaf godhi humna dhabee, waan humna tiyyaatiin siif birmadhee... ๐Ÿ˜ญ
โœ Dhirti gadaa Nabii kiyyaa (SAW) Rasuulaaf jettee haadha manaa isaatuu ajjeefti....!
Yoo ka ija hin qabne Rasuulaaf akkasitti birmatu...!
ati ka qaama guutuu qabdu.... aaaaaaah....
Tooftaa 75 keessaa kudhan ijoottii yoo fayyadamne.... ufirraa kutuu ni dandeenya
#28ffaa ...

โœ Ramadaanni baranaa jireenya kee keessatti Ramadaana xumuraa siif tahuus mala... osoo duuti dhuftee sin ziyarre keeyrii keessa jirtu tana saamadhu..!

Rabbiin nurraa haa qeebalu
@tafak_or
โœ Islaamummaa keessa sabummaa fi biyyummaa wanti jedhu hin jiru....!
hanga gandummaan keessa kee jirtu atiif islaamummaan ollaadha malee maatii tokkoo miti.
#Zakaa_Fixrii

1) Ibaadaa Rabbitti dhihaataniin keessaa ishee tokkoodha..!
2) Zakaan fixrii sadaqaa sooma furuudhaan namatti wajjabduudha...
3) Zakaan fixrii Sababa lamaaf karaa godhamte/ dhufte. isaanis:
1ffaa: nama soome ibaadaa isaa qulqulleessuuf...
2ffaa: Guyyaa Iidaa sana miskiinota nyaachisuuf...!
4) Zakaan fixrii Ramadaanaaf akka fakkenya Sujuuda Sahwii/ sujuuda daguu salaataaf...
Akkuma Sujuudni Sahwii salaata qurcu, Zakaan fixriis waan nuti sooma keessatti hirdhisne ykn dogoggorre nuuf guuta...!
5) Kaayyoon Zakaa fixrii maali___?
Miskiinotaaf baldhisuu,
Rakkattootaa fi hiyyeeyyii deeggaruu,
Miskiinonni akka guyyaa Iidaa harka nama Jala hin qabanne gochuudha...!
Guyyaa gammachuutiin akka hin gaddine taasisuudha...!
6) Zakaan fixrii muslima hundarrattuu dirqama...!
7) #itti_fufa....

Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Yaa Allaah......

โœ Maaltu beeka waan ati yeroo dheeraaf hawwaa turtee fi kadhaataa turte, Rabbiin baatii ulfaattuu tana keessa deebii siif kennuun Surprise si godhuus danda'a....!

Allaaaah... ๐Ÿคฒ
2024/09/27 11:26:10
Back to Top
HTML Embed Code: