Telegram Web Link
โœ Mana sirreessaa Biraazil keessatti, hanga baay'inna Kitaaba ati dubbisteetiin adabbiin hidhaa guyyaa afur afuriin sirraa hirdhifama....!

Osoo seerri Kun biyya keenya jiraatee hoo ?
Dubbisaa.... ๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ Qur'aanni onnee Kee keessa seene taanaan... ni jiraachisa; ni duroomsa; ni jabeessa....!
#Hattoota_Ramadaanaa eeggadhaa ...! isaanis:
(https://www.tg-me.com/tafak_or๐Ÿ‘‡)

1) Television ๐Ÿ“บ
Televisionni hattuu badaa sooma namaa nama jalaa balleessuu fi ajrii soomaas nama jalaa hirdhisuu danda'uudha... fiilmii fi sagantaa adda addaa kan bu'aa hin qabne; kan yeroo namaa guban heddutu dhihaata...!
2) Suuqotaa fi gabayaa...
Hattuu yeroo fi qabeenya namaa kallattii hin taanetti qisaasessuudhaan beekameedha... hattuu kana injifachuudhaaf osoo gabaa hin baane waan baatuuf murteessitee bahuu qabda...!
3) Gurzaa/hirriba malee buluu..
Kun hattuu yeroo qaaliiti... hattichi kuni Tahajjudaa fi Istigfaara halkanii si dhabsiisa...
4) Alwaada/kitchen....
Keessattuu dhimmi kun dubartoota ilaallata... nyaata adda addaa qopheessuuf-kan irra caalaan isaa gatamu- yeroo dheeraa achi keessatti dabarsiti... yeroon isheen boqonnaa fudhattu yeroo waa afaan kaahattu qofa... kunis hattuu cimaadha....
5) Bilbila yeroo dheeraa haasahuu...
Bilbilaan yeroo dheeraa haasahuu fi badii tokko tokko achirratti nama mudatu...
fkn: Nama hamachuu; oduu adda addaa kan bu'aa hin qabne odeessuu fi iccitii namaa facaasuu... kkf hedduudha...!
6) Dondhummaa...
Dondhummaa ajrii fi mindaa sadaqaa silaa ibiddarraa si eegduu si dhabsiisa...! keessattuu kennaa ati Ramadaana keessa kennattu si dhabsiisa... kunis hattuu cimaadha..!
7) Teessuma milkii hin qabne
Teessumni zikrii uf keessaa hin qabne... Teessuma guyyaa qiyaamaa nama sheenessituudha...!
8) Social media....
Inni dhumaa fi hattuun cimaan miidiyaa hawaasaati.... yoo karaa Rabbii keessatti itti hin fayyadamin baay'ee ulfaataadha...

โœ#@Ibro
Join&Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Baatii isa keessa adeemsaa fi sochiin keenya, gara isa caaluutti nuuf jijjiiramu Rabbiin nuuf haa godhu... ๐Ÿคฒ

@tafak_or
๐Ÿ‘‰ Rabbiin kadhaa namaaf awwaatu.. waan kadhattan hundaa isiniif haa awwaatu... ๐Ÿคฒ
@tafak_or
โœ Onnee teessan hundaa waan dheebottan sana isin haa obaasu.... ๐Ÿคฒ
@tafak_or
#Never_give_up...
โœ Guyyaa tokko harka kennachuu dhabuu keetitti lubbuu tantee gakateeffatta....!
@tafak_or
Ramadaana keessa qur'aana yeroo meeqa buusuu yaaddu____?

tooftaa isaa isiniif hima...!
#Yeroo_meeqa_buusuuf/kattamuuf__?
๐Ÿ‘‡
โœ Baatii tokkotti....;

๐Ÿ‘‰ yeroo tokko qofa buusuu yoo barbaadde.... salaata shanan booda Fuula afur afur qara'uu qabda....
๐Ÿ‘‰ Yeroo lama buusuu yoo barbaadde.... salaata shanan booda Fuula saddeet(8) saddeet qara'uu qabda....
๐Ÿ‘‰ yeroo sadi buusuu yoo barbaadde.... salaata shanan booda Fuula 12 kudha lama lama qara'uu qabda...
๐Ÿ‘‰ yeroo afur buusuu yoo barbaadde.... salaata shanan booda Fuula 16 kudha jaha jaha qara'uu qabda..
๐Ÿ‘‰ Yeroo Shan buusuu yoo barbaadde.... salaata shanan booda Fuula 20 digdama digdama qara'uu qabda.
๐Ÿ‘‰ Yeroo jaha buusuuf hoo meeqa qara'uu qabda____?

Join๐Ÿ‘‡ share
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Dhugaa...

โœ Osoo akka mobile/telephone keenya laallu Sanatti qur'aana lallee... silaa baatii keessatti yeroo hedduu irra deddeebinee buufna ture...!

@tafak_or
โœSadarkaa beelli qabuu fi faayidaa beelli fayyaa keenyaaf qabu beektuu laata....!

ยซ..ูˆูŽุฃูŽู† ุชูŽุตููˆู…ููˆุง ุฎูŽูŠู’ุฑูŒ ู„ูŽู‘ูƒูู…ู’ ุฅูู† ูƒูู†ุชูู…ู’ ุชูŽุนู’ู„ูŽู…ููˆู†ูŽ
Bakkatti hafaan Rabbuma....


Anaa dhufu Ustaaz Raayyaa Nashiidaa Manzuumaa 37ffaa
#Sirreeffadhaa...

โœQur'aana eessa geettan jechuu osoo hin taane, qur'aanni eessa isin gahe ? ta'uu qaba gaafiin....!

@tafak_or
Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wasallam) Umraa yeroo meeqa godhan_____?
Anonymous Quiz
32%
A) 6
19%
B) 5
49%
C) 4
2024/09/27 21:29:45
Back to Top
HTML Embed Code: