Telegram Web Link
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
#7ffaaa: Yeroo namni keessa rafutti fayyadamuu...!! Namni muslimaa tokko yeroo ilmi namaa keeyrii dagate keessatti uf yaadachuun... qulqullinna dalagaa isaatiif baay'ee isa qarqaara. 👉 Dalagaalee sunnaadhaa dhoksanii dalagachuun Ikhlaasa horachuu irratti…
#9ffaan
(Waa'ee baatii sha'abaanaa irraa)👇

Galmeen ilma namaa tuni kallattii #sadihiin (3) gara Rabbii ol fuudhamti....:

@1ffaa:
✍️#Guyyaa_guyyaadhaan...
Dalagaan ati dalagattu kamuu guyyatti yeroo lama ol baati. yeroo tokko halkan, yeroo tokko ammoo guyyaadha...
Akkuma Hadiisa keessatti dubbatametti dalagaan guyyaas xumura guyyaa irratti; dalagaan halkaniis xumura halkanii osoo bariin hin seenne gara Rabbii ol baati.
« يرفع إليه عمل الليل قبل عمل النّهار، ويرفع إليه عمل النهار قبل عمل الّليل....»
🫵 Hadiisa biraa keessattis Malaa'ikoonni halkanii fi kan giyyaa...isin irratti wal tarreeffatu... Salaata Fajrii fi Salaata Asrii irratti wal gahan...
Namni yeroo sana akka tasaa ibaadaa irra jiraate Rabbiin Rizqii isaatii fi dalagaa isaa keessas barakaa kaahaaf jedhan.
@2ffaa:
#Galmee_Torbaanii
Galmeen ilma namaa torbaan keessatti yeroo lama ol baati. isaanis: Guyyaa Kamisaa fi guyyaa Jimaataa ture.
🫵 Guyyoota kana keessa nama gidduu isaanii Wal dhabbiin jiru malee hundaafuu araaramatu isaaniif godhama.
«تعرض أعمال الناس في كل جمعة مرتين: يوم الاثنين ويوم الخميس......»
@3ffaa:
#Galmee_waggaadhaa..
Dalagaan waggaa guutuun bakka tokko baatii sha'abaanaa keessa ol baati..
Akkuma Rasuulli (SAW) jedhan :
«وهو شهر ترفع فيه الأعمال إلى رب العالمين.....»
Ergasii dalagaan Umrii keetii guutuun erga ati duutee ol baafama..... dalagaan tantee Rabbiin bira geessi... xumurarratti galmeen dalagaa cufamee... galmeen qormaataa eegalama....
Dalagaan teenya bifa kamiin ol bahaa jirti laata.... 😢
@Ibro

Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Nafsee_too

🫵Telephonni 📱 kee islaamummaa tajaajilaa jira moo ..!? islaamummaa diigaa jira....!?

﴿ وليحملن أثقالهم وأثقالا مع أثقالهم وليسألن يوم القيامة عما كانوا يفترون ﴾

⚠️Uf_eeggadhu....

Osoo hin qoramin dura lubbuu keessan qorraa.... guyyaa galmeen kee cufamee asirraa godaattu waan hin beekneef...!

Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
📞 Azaaba warra qabrii keessaa beeyladoonni ni dhagahu....!!
Anonymous Quiz
92%
A) Dhugaa
8%
B) Soba
🫵Na_ajaa'ibe...!

Mataan keenya osoo Akka telephone 📱 irratti gonbisamu kana qur'aana irratti gonbisamee... silaa qur'aana torbaanitti altokko yookiin lama kattamuu dandeenya...!

اللهم اجعل القرآن ربيع قلوبنا ونور صدورنا.
https://www.tg-me.com/tafak_or
#10ffaa .....
(Baatii simannaa keessummaa)

Osoo keessummaa jabaa wahiittu torbaan dhufu keessa, mana kankee dhufuu heda siin jedhanii ... garuu manni kankee qulqullinna hin qabnee... mana kee osoo hin qulqulleessine bareechita moo...!?, qulqullinna manaa irratti hojjatta....!?
Kanaafuu ...:
👇
🧎Waajibaata kankee seeraan jajjabeeffachuun....!
🧎‍♂Daangaa Rabbii bira kutuu dhabuu...
🧎 Badii baatii 11 guutuu keessa dalagaa baate keessatti lubbuu kee qormaatuun... !
🧎‍♂Osoo badii waggaa dabartee irraa hin qulqullaahin... Ramadaanaa haaraa eegaluu hin qabdu...!
🧎Shakkii fi shirkii adda addaa irraa onnee tantee qulqulleessuun....!
🧎Haraama ijji kee laalte; gurraan dhageeffatte; harka itti diriirsite; miilaan itti deemte hundarraa towbaa deebi'uun...!
🧎‍♂ Rabbiin daangaan isaa yoo cabdu ni hinaafa... kana yeroo hundaa yaadachuu qabda ..!
🧎Towbaadhaaf qaxaroo kennuu dhabuu....!
🧎‍♂Obsi Rabbii si dagee... zulmii keessatti akka hin hafne...!

11ffaa....Share 👇
@tafak_or
https://www.tg-me.com/tafak_or
Hariiroon koo nama wajjiin akka baala mukaati...
kan na wajjiin hafe ni daraara; kan narraa kufe yoomuu hin deebi'u...!

@tafak_or
Yaada addaa yoo qabaattan
karaa @boti keenyaatiin nu qunnamaa....

👇
@ibro2_bot
#Séequu...
(Haadha manaatiin qoosuu barbaadeeti....)

👖 Jaarsa: Rabbiin sammuu tana qofa isin hirdhise malee, faayuma wahii isin uumee bar..!
🥻 Jaartii: Rabbiin wanti bareechee nu uumeef akka nu jaalattaniif...wanti sammuu nu hirdhiseef akka nuti isin jaalannuuf....
Jaarsa: akkana jedhaa weeddisaa lixe:
لــهــا لِســانٌ براه اللهُ منـصلِـتًا
كــانه حــيّــة أو سيــف قتّــالِ

شـاغِبتُـها مــازحـاً حتــى أُغازلها
فقَسّمتْ جبهتي نصفين في الحالِ

Haa isiniif hiikuu... 👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Obboleetti
(Na dhageessaa...!)
👇
Qullaa deemuun jaarsas namaa hin fidu; gammachuttis nama hin geessu...!

Qullaa deemuun;
💁‍♀ Gatii shamaraa gadi buusa,
💁‍♀ Jeedala fayyaan qabne/durriyyee karaa balleessa....!
💁‍♀ Nama xiqqoo sodaa onnee keessaa qabu challenge godhà...!
💁‍♀Rabbiin sitti dallansiisa....!

Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
Live stream finished (47 minutes)
Yaada asiin nuuf kennaa

@ibro2_bot
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
#Obboleetti (Na dhageessaa...!) 👇 Qullaa deemuun jaarsas namaa hin fidu; gammachuttis nama hin geessu...! Qullaa deemuun; 💁‍♀ Gatii shamaraa gadi buusa, 💁‍♀ Jeedala fayyaan qabne/durriyyee karaa balleessa....! 💁‍♀ Nama xiqqoo sodaa onnee keessaa qabu challenge…
Inni xumurarratti tan gurra/maqaa isaa; Amantaa isaa fi ijoollee isaa isaaf tiksitu waan filatuuf.... akkanumaan gatii kankee hin buusin....!!
وفي النِهایة یَختارُ مَن تَصونُ عِرضه ودینهُ وأولاده ِلذلك لا ترخصي نَفسك❤️
In the end, he chooses the one whose honor, religion, and children you protect, so don’t make yourself cheap ❤️
@Barii.....

🤲 Gaddaa fi gadadoon onnee teessan keessatti bakka hin argatin....
haalli amma keessa jirtan ulfaataa tahus bakka jirtanitti Rahmanni Rabbii Aalamaa isin hin hanqatin.... 🤲

Aaamiin Yaa Allaah...
@tafak_or
#Yaa_Allaah_jannata_kee

Namni muslimaa tokko yeroo sadi Jannata kadhatee hin hafu... Jannanni isaan jettu malee:
"Yaa Rabbi Jannata seensisi..."
ما سأل رجلٌ مسلمٌ اللهَ الجنةَ ثلاثًاإلَّا قالتِ الجنةُ: اللهم أدخلْهُ الجنةَ.

Rabbiin nu haa seensisu...!
Rasuulatu jedhan (Sallallaahu aleyhi wasallam)..
👇
Sahiih Aljaami'i (Fuula 5630 ).
رسول اللهﷺ صحيح الجامع (٥٦٣٠)

Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
Akka waan addunyaan guutuun harka kee jirtuutti tattaafadhu:

Hin sodaatin,
hin dhaabbatin,
hoogganaa tahi,
gara fuulduraatti tarkaanfadhu,
Yaada negative irraa sammuu Kee qulqulleessi,
Qalbii kankee addunyaa kanaaf bani... addunyaan tuni bar Imala gabaabduu wahiitii...!
Yoo kufte carraa kufaatii keetitti fayyadamuudhaan hirdhinna kee sirreeffattee...deemsa kee jabeeffachuu qabda.
Yoo boosse... imimmaan keetiif iddoo baldhifadhu... imimmaan daraa madaa kankeetii kan dabre irraa dhiqa waan taheef..!
Kaayyoo guddaadhaaf lubbuu keetii waadaa gali... akka waan nama takkaa hin kufneetti hidha hidhadhuu ka'i....!

@Ibro
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Islaamummaan.....!!

Rabbiin (Subhaanahu wata'ala) ufii isaatii karaa kana naaf filate...
takkii karaa kana naaf laaffisa yookiin karaa kana irratti na jabeessa....!!

@tafak_or
Ufitti amanamummaa...

I'm working on myself,
for myself,
by myself,

@tafak_or
2024/10/01 07:11:01
Back to Top
HTML Embed Code: