Telegram Web Link
@Thought.....

โœ Gammachuun daangaa dabre nama boochisa, gaddi daangaa dabre immoo nama kofalchiisa..!

@tafak_or
โœ Haadhaa fi Abbaan kankee hamilee guddaa sirraa qaban.... Abjuun isaanii suni akka hin fashaloofneef.... tattaaffii guddaa gochuu qabda ...!

@tafak_or
โœ Wantoota ati yoomuu namatti himuu hin qabne....
(Things you never tell people)
โ–ซ๏ธ - แˆˆแˆฐแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แแแˆ แˆ˜แŠ•แŒˆแˆญ แ‹จแˆŒแˆˆแ‰ฃแ‰ธแ‹ แŠแŒˆแˆฎแ‰ฝแก- ๐ŸŒ•๐Ÿ‘‡๐Ÿป

1) Mindaa kankee yookiin madda mindaa kankeetii nama tokkottuu akka hin himne.
yeroo hundaa akka isaan hin beekne gochuu qabda... xumurarratti waan sitti roorrisaniif.
๐Ÿ‘‰ แˆˆแˆ›แŠ•แˆ แŒˆแ‰ขแˆ…แŠ• แ‹ˆแ‹ญแˆ แ‹จแŒˆแ‰ข แˆแŠ•แŒซแˆ…แŠ• แŠ แ‰ตแŠ•แŒˆแˆญ แˆแˆ แŒŠแ‹œ แŠจแˆ›แŒฅแ‰ƒแ‰ต แ‹ญแˆแ‰… แŠ แˆ‹แ‹‹แ‰‚ แŠ แ‹ตแˆญแŒแข
2) Karoora kankee kan fuulduraaf baafatte eennutuu hin himin.... nama karoora kee karaa irraa maqsuuf deemtutu jira waan taheef....
(
๐Ÿ‘‰แŠ แŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ฑ แˆŠแ‹ซแ‹ฐแŠ“แ‰…แ แˆตแˆˆแˆšแˆแˆแŒ แ‹จแ‹ˆแ‹ฐแŠแ‰ต แŠฅแ‰…แ‹ตแˆ…แŠ• แŠ แ‰ตแŠ•แŒˆแˆซแ‰ธแ‹แข
3) kallattii dadhabinna keetii namatti hin himin.... namoonni gariin bakka saniin sitti fayyadama waan taheef....
๐Ÿ‘‰ แˆตแˆˆ แ‹ตแŠญแˆ˜แ‰ถแ‰ฝแˆ… แˆˆแˆ›แŠ•แˆ แŠ แ‰ตแŠ•แŒˆแˆญ แฃ แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ฑแˆ แŠ แŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ถแ‰น แ‰ แŠ แŠ•แ‰ฐ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญxeqemubahal____แข
4) Kufaatii kankeetis namatti hin himatin .... namoonni hedduun yeroo hundaa gatii kufaadhaa siif kennuun.... carraa biraa si daangessuu waan danda'aniif...
(Do not tell anyone about your failure. Some will always treat you as a failure, and will not give you any other chance.)
๐Ÿ‘‰แˆตแˆˆ แ‹แ‹ตแ‰€แ‰ตแˆ… แˆˆแˆ›แŠ•แˆ แŠ แ‰ตแŠ•แŒˆแˆญแก- แŠ แŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ถแ‰ฝ แˆแˆŒแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‹แ‹ตแ‰€แ‰ต แ‹ญแ‰†แŒฅแˆฉแˆƒแˆ แŠฅแŠ•แŒ‚ แˆŒแˆ‹ แŠฅแ‹ตแˆ แŠ แ‹ญแˆฐแŒกแˆ…แˆแข
5) Iccitii kankee nama tokkottuu hin himatin.....dhimma dhuunfaa keetii... hawaasa hundaaf facaasee bahaaf gala si dhoorkaati...!
(Do not tell anyone your secrets, you will make your privacy public for everyone.)
๐Ÿ‘‰ แˆšแˆตแŒฅแˆญแˆ…แŠ• แˆˆแˆ›แŠ•แˆ แŠ แ‰ตแŠ•แŒˆแˆญแก แŒแˆ‹แ‹ŠแŠแ‰ตแˆ…แŠ• แˆˆแˆแˆ‰แˆ แ‹ญแ‹ แ‰ณแ‹ฐแˆญแŒ‹แˆˆแˆ…แข
6) Tarkaanffii kankee Isa itti aanu eennuttis hin himin.... yeroo hundaa sagalee kee dhokfadhuu socho'i.... Surprise nama gochuu qabda... ati ufirraa haasahuu osoon taane... milkaa'inni kee bakka Kee sirraa haa haasahuu itti dhiisi....
(Do not tell anyone your next steps. Always move in silence. Surprise people and let your success speak for you.)
@Ibro

Nama jaalattuuf๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Beektuu_laata...!
(Smoking ๐Ÿšญ)

โœ Kaamphaaniin Sigaaraadhaa kan Ameerikaa keessatti argamu, wantoota Tanboon irraa ittiin dalagamutti sukkaara akka dabalu.
Sababni isaas ?
Akka namoota Sigaaraa xuuxaniif seeraan mi'aauu fi akka namni Sigaaraa xuuxu addaan hin kunneef....
โœ Wanti sana caala nama gaddisiisu immoo.... Sukkaara tanbootti dabaluu jechuun... Summiin qaama keessa garmalee akka dabaluuf Sababa ta'a jedhan qoratyoonni... akkasuma dhukkuba kaansariitiin saaxilamuufis Sababa ni taha....!
โœ Fitnaan kuni hanga biyya keenya keessa hin jirre, biyyoota Arabaa fi biyyoota Europe, akkasuma biyyoottan hafan keessa garmalee babaldhatee jira....!

Share
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Gammachuu....

โœ Wanti guddaan gammachuu barbaannutti gahuu nu dhoorke... gammachuu guddoo eeguudha....!!
Waanuma qabdutti gammadi..

@tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
โœ The great obstacle to achieving happiness is waiting for great happiness.
โœ แ‹ฐแˆตแ‰ณแŠ• แˆˆแˆ›แŒแŠ˜แ‰ต แ‰ตแˆแ‰ แŠฅแŠ•แ‰…แ‹แ‰ต แ‰ณแˆ‹แ‰… แ‹ฐแˆตแ‰ณแŠ• แˆ˜แŒ แ‰ แ‰… แŠแ‹แข ๐Ÿ’ก
โœ Namni waa isinitti jajjabaatan, kan keessi keessan isin dhiphate.... jecha tana akka heddummeessitan isiniif dhaama....๐Ÿ‘‡








โ†ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุฃู†ุช ุณุจุญุงู†ฺช ุฅู†ูŠ ฺชู†ุช ู…ู† ุงู„ุธุงู„ู…ูŠู†.
" Laa ilaaha Illaa anta subhaanaka innii kuntu minazzaalimiin....
"

Share๐Ÿ‘‡
๐Ÿƒ๐ŸŒป๐ŸŒธโ€ขโ”ˆโ”ˆโ€ข โ€ ๐ŸŒด โ€ โ€ขโ”ˆโ”ˆโ€ข๐ŸŒธ๐ŸŒป
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Xinsammuun_caccabuu...๐Ÿง 

โœ Irra hamaa wantoota gammachuu namaa balleessanii keessaa inni tokko keessi kee dadhabuudha....!!

#keessaan_dadhabuu jechuun;
๐Ÿ‚ Daftee rifatuu, daftee yaada keessa seenuu....!
๐Ÿ‚ jechi/haasofni namaa dafee Keessa keetitti dhagahamuu..!
๐Ÿ‚ Namuma kamitti irkattee jiraachuu...
๐Ÿ‚ Waa hunda keessatti/bakka hundatti daangaa dabruu...!
๐Ÿ‚ himataa fi hifannaa, akkasuma nama qeequu heddummachuu...!
๐Ÿ‚ Waan dinqisiifate hundaan daftee booj'amuu....
โœAkka kanatti nama keessaan caccabaa.... galabaa namaa .. kan keessi isaa miidhame taatee argamta...

โœ Furmaanni isaa #Xiinsammuun_jabaachuudha....(psychological strength).
Keessi kee jabaachuudha jechuun;
๐Ÿƒ Hamilee fi fedhii jabaa, akkasuma ufitti amanamummaa guddaa qabaachuu jechuudha.
๐Ÿƒ Balballi addunyaa tanaa guutuun sitti dhiphatte... osoo qaawwa bahiinsaas dhabdee... harka kennachuu dhabuudha...!
๐Ÿƒ Abbaan fedhe si ganee; si gurguratee... namaaf bakka kennuu dhabuudha...!
๐Ÿƒ Yaa Rabbii ati gahaa kooti jechuudha....!!
@Ibroo keessaniin....

Nama jaalattuuf... ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Suuraawwan qur'aanaa keessaa, kan jalqabni isaa Suuraa jedhee eegalu suuraa kami___?
Anonymous Quiz
22%
A) Suuraa Hajjii
62%
B) Suuraa Nuuri
15%
C) Suuraa qalam.
#Hunduu_hireedha....
โœ Mallaqni qofti qabeenyaa miti. inumaayyuu;

๐Ÿ‚ Keessi kee tasgaabbaahuun,
๐Ÿ‚ Sammuu beekkumsaan ifte qabaachuun,
๐Ÿ‚ Fayyaan qaama keetii....,
๐Ÿ‚ Qulqullinni qalbii keetii (fayyaalummaan)...,
๐Ÿ‚ Sammuu hin faalamin qabaachuun kee ...,
๐Ÿ‚ Du'aa'iin haadhoo keetii....,
๐Ÿ‚ Gara laafinnaa fi marartuun abbaa keetii...,
๐Ÿ‚ Obboleessa gaarii qabaachuun kee....,
๐Ÿ‚ Ilmoo fuuldura keetii seeqattu Rabbiin siif kennuun....,
๐Ÿ‚ Hiriyyaa siif dhiphatuu fi dhugamaan si jaalatu qabachuun kee....,
๐Ÿ‚ Nama imala wajjiin deemtu qabaachuun kee....
๐Ÿ‚ Namni si jaalatu affeerraa siif gochuun..... fi kkf hedduun isaa qabeenya guddaadha ....

๐Ÿ‘‰ kanaafuu Rizqiin tee mallaqa qofaa miti....
@Oolmaa_gaarii

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Alhamdulillaah Rabbil Aalmiin/
ุงู„ุญู…ุฏู„ู„ู‡ ุฑุจู‘ ุงู„ุนุงู„ู…ูŠู†
Jechi kuni qur'aana keessatti yeroo meeqa dubbatame ? Suuraa kam keessatti?
Anonymous Quiz
34%
A) Yeroo 2
26%
B) Yeroo 4
40%
C) Yeroo 6
โœ Sadarkaan kankee kan laalamu bakka ilmi namaa si dhaabe osoo hin taane... bakka ati uf dhaabdeedha... ilmi namaa Wal qixxummaa dalaguu fi waa madaaluu keessatti hirdhinna guddaa waan qabuuf....!

@tafak_or
#Toltuu_1000......
(Alhamdulillaah)

โœ Guyyaa tokkotti toltuu 1000 hojjattee ooluun dalagaa ulfaataa sitti hin fakkaatin.
๐Ÿ‘‡
Guyyaa tokkotti keeyrii 1000 hojjachuuf yeroo 100 qofa #Subhaanallaah jechuu si gaafata.
ู‚ุงู„ ๏ทบ:
โœ Ergamaan Aalamaa (SAW) akkana jedhan:
"ุฃูŠุนุฌุฒ ุฃุญุฏูƒู… ุฃู† ูŠูƒุณุจ ูƒู„ ูŠูˆู… ุฃู„ู ุญุณู†ุฉุŸ ูŠุณุจุญ ู…ุฆุฉ ุชุณุจูŠุญุฉุŒ ููŠูƒุชุจ ู„ู‡ ุฃู„ู ุญุณู†ุฉุŒ ุฃูˆ ูŠุญุท ุนู†ู‡ ุฃู„ู ุฎุทูŠุฆุฉ"
" Isin keessaa namni guyya guyyaan toltuu 1000 dalagachuu hin dandeenye ni jiraa ?
Yeroo dhibba tokko
#Subhaanallaah jedha, toltuu 1000 isaaf galmaaha ykn dilii/dogoggora 1000 irraa harca'a. "

Muslimtu gabaase...
- ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู….

Share godhaa๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/27 13:30:14
Back to Top
HTML Embed Code: