Telegram Web Link
@Sirritti_xiinxalli.....

โœ Miilli gara salaataatti sin geessine...Jannatattis yoomuu akka sin geessine beekuu qabda..

@tafak_or
@Dhaamsa_guddaa

โœ Yaa dargaggoota islaamaa waraanni guddaan yeroo ammaa harka keessan jiru intarneetaa fi miidiyaa haawaasaa/social media kana.
โœ Meeshaa kanaan addunyaa tana guututti duuluu dandeessu; biyyoota hedduu cabsitanii ittiin seenuu dandeessu... bakka hundatti islaamummaa facaasuu dandeessu...!
โœ Yaa dargaggoota islaamaa... garaan tuni gadaa teessan; carraan Kuni carraa keessan waan taheef carraa kana osoo isin jala hin dabarre itti fayyadamaa....
โœ Miidiyaan Kuni qananii guddaa Rabbiin harka keessan kaahe waan taheef.... qananii tana osoo isinirraa hin fudhatin yookaa isin isii jalaa hin fudhatin itti fayyadamaa...!... guyyaa gaabbitanii hin dhaqqabnetu dhufa waan taheef....!
โœ Yaa obboleewwan koo... Diiniin keessan yeroo ammaa Daa'iiwwan dhugaa; Isaannan obsa qaban; kan beekkumsaan sammuun isaanii ijaarame; Isaannan Rabbiif jecha diinaa kana facaasanitti hajama...!, dargaggeessa kaayyoo qabu, kan hamilee islaamummaa facaasuu uf keessaa qabutti hajama....
๐Ÿ‘‰ Mee maal jettu isin....!!
@Ibro

@Share gochuun nu bira dhaabadhaa.... ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Karaan ulfaataan yeroo baay'ee galma guddaatti nama geessa....!! ๐Ÿ‘‡

๐’…๐’Š๐’‡๐’‡๐’Š๐’„๐’–๐’๐’• ๐’“๐’๐’‚๐’…๐’” ๐’๐’‡๐’•๐’†๐’ ๐’๐’†๐’‚๐’… ๐’•๐’ ๐’‚ ๐’ƒ๐’†๐’‚๐’–๐’•๐’Š๐’‡๐’–๐’ ๐’†๐’๐’…๐’Š๐’๐’ˆ...
(Karaan imalli isaa ulfaatu, xumura isaattu bareeda...)

@tafak_or
@Jaalalli_qofti_gahaadhaa___?!

โœ Kan nuti barbaannu nama nu jaalatu qofa osoo hin taane..., nama nu hubatu; nama kabaja nuuf qabu; nama onnee isaa keessatti bakka nuuf kennutti hajamna.
โœ Hariiroo akka nagahaan rafuu dandeenyu; hariiroo keessa keenyaaf tasgabbii kennutti hajamna....!
โœ Namoota bakka isaan jiranitti nageenyaa fi tasgabbii malee sodaan nutti hin dhagahamne barbaanna....!
โœ Namoota yeroo haasofnu way kallattii hin taanetti nu batanii laata; yeroo dubbannu, way sababa dubbii keennaatiif isaan uf biraa dhabnaa jennee sodaannu osoon taane... namoota bilisummaadhaan... osoo if jala hin ilaalle waliin haasofnu nu barbaachisa....!
โœ Hariiroo gaafii nu burjaajessuu fi deebii nu dhamaasu if keessaa hin qabne barbaanna....!
โœ Hariiroo akka keessi keenya fayyaa argatu; hariiroo akka waa hunda jaalannu nu gootu barbaanna....!

๐Ÿ‘‰ Hariiroon akkanaa jiraannaan, wanti addunyaa kanarra jiru hundaa sitti bareedaa beeki...!
@Ibro anaa keessan.... ๐Ÿ™

Waan jaalattan nama jaalataniif.... ๐Ÿ‘‡

https://www.tg-me.com/tafak_or
" ุฅู† ุงู„ู„ู‡ ูˆู…ู„ุงุฆูƒุชู‡ ูŠุตู„ูˆู† ุนู„ู‰ ุงู„ู†ุจูŠ
ูŠุง ุฃูŠู‡ุง ุงู„ุฐูŠู† ุขู…ู†ูˆุง ุตู„ูˆุง ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…ูˆุง ุชุณู„ูŠู…ุง "
@tafak_or
Hirmaadhaa....
Hudeybiyyaa booda Dubartoota Rasuulaa keessaa, tan muslimtoota dallansuu Rasuulaa jalaa baraarte eennu_____?
Anonymous Poll
38%
A) Aa'ishaa (Radiyallaahu anhum)
15%
B) Zeynabaa (Radiyallaahu anhaa)
19%
C) Sowdaa (Radiyallaahu anhaa)
34%
D) Ummu salamaa (Radiyallaahu anhaa)
โœ Uf duuba deebitee jalqaba kee jijjiiruu hin dandeessu, garuu bakka amma irra jirtu irraa kaatee xumura kee jijjiiruu ni dandeessa.....!!

@tafak_or
๐Ÿ“žNamni tokko Janaabaa dhiqatee, garuu yoo bishaan afaan hin lulluuqatin ykn funyaan keessa ol hin fudhatin, dhiqatee jira moo hin dhiqanne jettu________?
Anonymous Poll
63%
A) Janaabaa irraa qulqullaahee jira ..
41%
B) Hin qulqulleeffanne....
@Dadhabbiidha....

โœ Waan ija namaatti bareeduuf jecha kophee siin taane/si qabu kaawwachuun mallattoo dadhabbii keetii ibsa....!!

@tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
๐Ÿ“žNamni tokko Janaabaa dhiqatee, garuu yoo bishaan afaan hin lulluuqatin ykn funyaan keessa ol hin fudhatin, dhiqatee jira moo hin dhiqanne jettu________?
Deebiin....B

Yeroo qaama dhiqattan, afaanis lulluuqattanii... funyaanis bishaan keessa fudhachuu qabdan...
โœ Rabbiin qur'aana keessatti akkana nuun jedhe...;

:{ูˆุฅู† ูƒู†ุชู… ุฌู†ุจุงู‹ ูุงุทู‡ุฑูˆุง}ุŒ
"Yoo janaabdan qulqulleeffadhaa....",
Qulqulleeffadhaa jechuun qaama keessan guutuu jechuudha. Funyaan keessaa fi afaan keessis qaamota nuti qulqulleeffachuun dirqamaa keessaa isa tokkoodha...
๐Ÿ‘‰ Kanaafuu Rasuulli keenyas (SAW) yeroo wuduu'a goonu akka afaan lulluuqannuu fi funyaan keessa bishaan ol fudhannus nu ajajan....!
๐Ÿ‘‡
{ูุงุบุณู„ูˆุง ูˆุฌูˆู‡ูƒู….....}
โœ Fuulli keenya wantoota hadasa guddaa fi xiqqaa keessattis qulqulleessuun nurratti dirqamaati....

#Hubachiisa: Kanaafuu Yeroo qaama dhiqannu lulluuqachuu fi bishaan funyaan keessa ol fudhachuunis waajiba jechuudha.
Sheek Muhammad Saalih Al-Useymiin... (Rahimahullaah).

Share ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿ“žNama tokkotu Ibraahimiin salaama hin gaafadhu jedhee kakate, garuu osoo karaa deemaaru hiriyyoota isaa hedduu bakka tokkotti argee salaama gaafate. garuu Ibraahimis achuma keessa jira. hukmiin kakuu isaa maal taha_____?
Anonymous Poll
44%
A) Guyyaa sadihii soomuu qaba.
59%
B) Soomuu hin qabu..
‏" ูู†ุงุฏู‰ ููŠ ุงู„ุธู„ู…ุงุช "
"Dukkana keessaa lallabate... "

โœ Dukkana garaa qurxummii... Dukkana bahraa.... Dukkana halkanii....
โœ Dukkanti ati keessa ciisaa jirtu hanga fedhe guddatus, dukkana Nabiyyallaahi Yuunus (Aleyhissalaam) keessa jiraate sana inuma hin geenye...

๐Ÿ‘‰ Rabbiin Tasbiiha qofaan dukkana sadi keessaa isa baase sun, rakkoo fi dhiphinna ati keessa jirtu kana keessaa sin baasu jettee yaaddaa....!!
Wlh si baasa.....!!
(( ู„ูŽุง ุฅูู„ูŽู‡ ุฅูู„ูŽู‘ุง ุฃูŽู†ู’ุช ุณูุจู’ุญูŽุงู†ูŽูƒูŽ ุฅูู†ูู‘ูŠ ูƒู†ุช ู…ู† ุงู„ุธูŽู‘ุงู„ูู…ูŠู† ))

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿ“ž Osoo bishaan hin barbaadin biyyeedhaan Tayammuma godhee salaate, ergasii akka bishaan hin argamne adda baafate. hukmiin isaa______?
Anonymous Poll
69%
A) Salaanni isaa sirriidha...
34%
B) Irra deebi'ee salaatuu qaba.
@Ufitti_amanamummaa....!!

โœ Namni yeroo jalqabaa ati itti amanuu qabdu, sima mataa keeti....!!
@tafak_or
2024/09/27 21:25:17
Back to Top
HTML Embed Code: