Telegram Web Link
#Jireenyatu_na_barsiise...!

โœ Irra hedduun namaa mana Barumsaa malee iddoon barnoonni itti baratamu waan jiru itti hin fakkaatu.
๐Ÿ‘‰ Garuu dubbiin dhugaa.... barnoota jireenya keenya keessaa malee kaamphaasiin addunyaa kanaa guutuun nu barsiisuu hin dandeenyetu jira.
Inumaa kan mana barumsaatti barannu caala, kan jireenya keenya keessatti barannutu irra nuuf barbaachisaa ta'uu danda'a.
โœ Jireenyi Kee mana Barumsaa guddaadha.... garuu manni Barumsaa jireenyaaa, osoo irraa hin baratin dura si dhukkubsuu fi dogoggora hedduu keessa si naquus danda'a.
โœ Jireenyi barsiisaa cimaadha... akka ati hin barannes yoo si arge Irra deddeebi'ee kan duraa caala si barsiisa.
@Ibro

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Dubartiin laguun jirtu qur'aana qara'uu dandeessii_____?
โœ Dubartiin laguudhaan jirtu qur'aana qara'uu dandeessi___?

Deebiin A)...
Garuu gaafii kana keessatti ulmaa'iin bakka lamatti wal qoodan. innis ;

#1ffaa) Warra laguudhaan qara'uu hin dandeessu jedhaniidha... (Mazhabni gurguddaan 3 karaa kanarra jira... Abuu Haniifaa; Shaafi'ii fi Ahmed)
Raggaan isaanii maali___?๐Ÿ‘‡

A) Hadiisa Ibnu Umar kan dubartiin heeydii qabduu fi namni Janaabaa qabus qur'aana hin qara'u jedhuudha...garuu hadiisni kun laafaadha/ุถุนูŠู.
B) Janaabaa fi heydiin akkuma tokko jedhan... erga Janaabaadhaan qur'aana qara'uu hin dandeenye heydiin inumaa San caala jabaata jedhu.

#2ffaa) Warra hin dandeessi jedhuudha... (Mazhaba Maalikii fi Sheykul Islaab IbnuTeymiyaa fi Ibnu Baazis karaa kanarra jiru..)
Ragaan isaanii maali____?
๐Ÿ‘‡
A) Ragaan qabatamaan hadiisaa fi qur'aanaa irraa, dubartiin laguu qabdu qur'aana hin qaraatu ykn zikrii hin gootu jedhu hin jiru... beekkamaadha dubartiin gadaa Rasuulaas inuma heydofti.
B) Yeroon heydiidhaa akka malee dheeratee qur'aana dagachuunis ni sodaataman.. kanaafuu qara'uu qabdi jedhu.
C) Aa'ishaan Radiyallaahu anhaa bakka hajjidhaaf harramattetti heydiin itti dhufnaan ergamaan Aalamaa akkana jedhaniin...
"Beeytii hin xawaafin malee waan warri hajjii dalagu hundaa dalagi...." hujjaajni qur'aanas ni qara'a....!
D) Hadiisni warra jalqabaas laafaa tahuu fi Janaabaa fi heydii walitti fakkeessuunis, waan fudhatama hin qabne....
Janaabaa yeroo barbaaddetti dhiqachuu dandeessa... heydiin ammoo yeroo dheeraa sirraa fudhaachuu danda'a.

kanaafuu deebiin A).
Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿ‘‹ Dubartiin laguu qabdu yoo salaata dhiifte ajrii argattu jiraa____?
Anonymous Poll
71%
A) Ajrii argatti
33%
B) Ajrii hin argattu
๐Ÿ“™ Salawaanni isin buustan akka Rasuula bira geessu meeqa keessantu beeka....?!๐Ÿ‘‡

โœ " Yaa Muhammad: Ebaluun ilma ebaluu tokko Salawaata sirratti buusaa jira.... "
‏"ูŠุง ู…ูุญูŽู…ูŽู‘ุฏ :
‏ุฅู†ูŽู‘ ููู„ุงู†ูŽ ุงุจู†ูŽ ููู„ุงู†ู ูŠูุตู„ูู‘ูŠ ุนู„ูŠูƒูŽ

Malaa'ikatu Rasuulaan jedha (SAW)...
‏ุงู„ู…ู„ุงุฆูƒุฉ ู„ุฑุณูˆู„ู ุงู„ู„ู‡ู ๏ทบ" โค๏ธ

Sallallaahu aleyhi wasallam...
https://www.tg-me.com/tafak_or
Allaah......

โœ "Osoo badiin kankee duumessa samiillee geettee, ergasii araarama narra barbaaddee... silaa siif araarame... "
โ€ูˆูŽู„ูˆู’ ุจูŽู„ูŽุบูŽุชู’ ุฎูŽุทูŽุงูŠูŽุงูƒูŽ ุนูŽู†ูŽุงู†ูŽ ุงู„ุณูŽู‘ู…ูŽุงุกูุŒ ุซูู…ูŽู‘ ุงุณู’ุชูŽุบู’ููŽุฑู’ุชูŽู†ููŠุŒ ุบูŽููŽุฑู’ุชู ู„ูŽูƒูŽโ€œ

Rabbiin nuuf haa araaramu...
@tafak_or
โœ Tokkotu akkana jedhe:๐Ÿ˜

Guyyaa tokko Salaata Fajrii salaatee osoo manatti galaa jiruu.... namoota Sangaa/qotiyyoo tokko makiinaa gubbaa korsiisuuf jecha marsanii dhaabatan argee ture.
Namoonni Kun Sangaa kana makiinaa gubbaa baasuudhaaf tuman, sangaan immoo jalaa socho'uu dide...
Achumaa Sangaa kanatti dhihaadhee... gaafa isaa yoo tuttuqu, sangichi aariin irraa galtee suutuma gubbaa ol bahe.

Namoonnis baay'ee tokko na galateeffatanii.... imala isaanii itti fufan.
Achumaa anis keessa kiyyatti... "abboo Kuni barakaa salaata subhiiti... amma booda salaata hin hafu" jechaa deeme.

Yoo deemee mana seenu haati koo iyyaa jirti....." Uuu... uuuu!, bada mucaa kiyya sangaa keenna nu jalaa hatanii bar..." naan jette....!
Ilma; Maaltu kolfa wallaala ree.... kolfaan uf qabuu dadhabee... wlh lafa dhahe...
#Haadha; Ilma ufii dhooftee.... "Ani sangaa keenna hatan jedhaa ati natti kolfitaa.... "
@Ilma: " Wlh Ummii sangaan keenya na beekee bar.. Ani sangaa keenya wallaalee.."๐Ÿ˜

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Baga_jiraattan... ๐ŸŒน

โœ Jireenya kee keessatti Hanga feete namoota haaraadhaan wal barattus... namoota fakkaataa akka isaanii yoomuu argachuu hin dandeenyetu jira.
โœ hanga fedhe namni haaraan jireenya Kee keessa dhufus, barri haaraan seenus isaan isaanuma... yeroo hundaa isaan siif nama addaati... yeroo kamuu nama hin jijjiiramneedha....!
๐Ÿ‘‰ Dhugaan isaan siif qaban; adeemsaa fi amalli isaanii bakkuma sana jira....!
โœ Inumaa adaduma oolaa bulluun sadarkaa fi kabajaan isaan onnee keenya keessatti qaban dabalaa deema...
โœ Namoonni yeroo Onnee teenya keessa dabartan Ababaa ๐ŸŒป๐ŸŒน facaastanii bira kuttan sun nagaa naaf jirtuuu.....?!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Kadiijaan (Radiyallaahu anhaa) hijraa dura waggaa meeqatti duute____?
Anonymous Quiz
31%
A) Waggaa 4tti.
46%
B) Waggaa 3tti.
23%
C) Waggaa 6tti.
โœ Rizqiiwwan yeroo hedduu nuti ufirratti dagannu keessaa ...;

๐Ÿ‘Œ Keessi keenna tasgabbii qabaachuu,
๐Ÿ‘Œ qaamni keenya fayyaa tahuu,
๐Ÿ‘Œ Du'aa'ii Ummaa teenyaa,
๐Ÿ‘Œ Nama jaalattuun Wal arguu Kee,
๐Ÿ‘Œ Obboleessi kee lubbuun jiraachuun,
๐Ÿ‘Œ sรฉequu fi tapha ilmaan keetii,
๐Ÿ‘Œhiriyyaa gaarii qabaachuun Kee,
๐Ÿ‘Œ gaarummaa kankee,
๐Ÿ‘Œ Salaata yeroodhaaf salaatuun kรฉe,
๐Ÿ‘Œ ijaan arguu fi arrabaan dubbachuu danda'uun kee,
๐Ÿ‘Œ hirriba gaarii fi fayyaan gaariin qananii guddoo nama hedduu irraa Rabbiin fuudhe siif kenne....

๐Ÿ‘‰ kanaafuu Yeroo hundaa Alhamdulillaah jedhi... ta haftes Rabbiin siif dabalaa ...
ูุงู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡ ุฏุงุฆู…ุง ูˆุงุจุฏุง....

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Ayyaana bara #haaraatiin/Christmas (2024) Wal qabatee wantoota nuti beekuu qabnu....;

1) Ayyaana keenyaa miti. Nuti ayyaana lama malee Akka hin qabne beekuu qabna.... ( Fixrii fi Iida Adhaa).
2) Akka shari'aa Islaamaatti ayyaaneffachuun Haraama.
3) Guyyaa ayyaanaa kanaan Wal qabatee Baga geessan waliin jechuun hin danda'mu... Baga geessan isaaniin jechuun karaan isin Irra jirtan Kun sirriidhaa, jabaadhaa jechuudha.
4) Warroota amantaa kana hordofan wajjiin ayyaana kanarratti hirmaachuun hanqinna Aqiidaa nuti qabnu nutti agarsiisa....!
5) Ayyaana kanarratti isaan wajjiin hirmaachuun badii fi Haraama irratti isaan qarqaaruu argisiisa... muslimarraa kan eeggamu irraa fagaachuudha.
6) Wantoota ayyaana sanaan Wal qabatan, waan isaan guyyaa sana itti fayyadaman kamuu bitanii mana kaahachuunis dhoorkaadha...!
7) Namoota dhimma kanaan Wal qabatee... Fataawaa dogoggoraa Kennan... (maal rakkoo qaba jedhan) gurra kennuufii dhabuu.
8) Waan kana akka seera jireenya Islaamaatti hubannee... itti dalaguudha.

@Ibro keessan...
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐ŸŒน Dubartiin takka erga deessee booda yoo dhiigni dhalaa/Nifaasni irraa hin muldhatin maal gochuu qabdi____?
Anonymous Poll
93%
A) Dhiqattee salaatti.
10%
B) Osoma hin dhiqatin salaatti.
#Sammuu_ajoofte.

โœ Ilmi namaa qaama isaa guyyaa guyyaadhaan qulqulleeffataa oola.... Sammuun hedduu isaanii garuu, waggaa dheeraadhaaf foolii badaadhaan guutamtee jirti.
๐Ÿ‘‰ Akkuma qaama keenya guyyaa guyyaadhaan qulqulleeffataa oollu, sammuu keenyas qulqulleessuu haa yaalluu....!!

@tafak_or
โœ Karaan bareedaan ati dhugaa itti dhoksuu dandeeasuun yoo jiraate.... dhugaa bifa qoosaa gootee namatti himuudha.

@tafak_or
#Eeyyan....

โœ Nama tokko daguu/sobuu dandeesse jechuun, namni sun gowwaa waan taheef gowwoomsite jechuu osoon taane.... nama santu hanga sin madaalle si amane jechuudha..!

@tafak_or
@Hin_booninaa....!
ูุง ุงู„ุฌู†ุฉ ู„ุง ูŠุฏุฎู„ู‡ุง ุงู„ู…ุชูƒุจุฑูˆู†.....
๐Ÿ‘‰ Namni boonu Jannata hin seenuu.....

@tafak_or
2024/09/27 23:26:56
Back to Top
HTML Embed Code: