Telegram Web Link
In World War II:
Waraana addunyaa 2ffaa keessatti:

๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ฐ Denmark saโ€™aatii 6 keessatti harka kennatteโ€ฆ
Luxembourg ๐Ÿ‡ฑ๐Ÿ‡บ guyyaa takka keessatti harka kennatteโ€ฆ
Netherlands ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฑ guyyoota Shan booda harka kennatte..
Belgium ๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ช guyyoota 18 booda harka kennatte..
Poland ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ฑ guyyoota 35 booda harka kennatteโ€ฆ
France ๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท guyyoota 46 booda harka kennatte
Norway ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ด guyyoota 62 booda harka kennatteโ€ฆ

Muโ€™umintoonni Gaza garuu guyyoota 300 walakkaa ol kunoo biyya hangana guddattu wajjiin wal lolaa harka osoon kennatin afoo dhaabattee falmachaa jirtiโ€ฆ
ูƒุชุจ ุงู„ู„ู‡ ู„ุฃุบู„ุจู†ู‘ ุฃู†ุง ูˆุฑุณู„ูŠ
Rabbiin isiniif haa tumsuโ€ฆ.!!

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/28 09:34:11
Back to Top
HTML Embed Code: