Telegram Web Link
โœ๏ธ Guyyaa hundaa; yeroo hundaa fi Umrii kee guutuu keessatti kaayyoon guyyaa guyyaan jireenya kee keessatti buโ€™uuraa isaannan armaan gadii kanneen:
1) Salaata shanan yeroo isaa eegdee salaatuu,
2) Azkaara ganamaa fi galgalaa qaraโ€™uu,
3) Hanga Rabbiin siif laaffiserraa qurโ€™aana qaraโ€™uu.
๐Ÿ‘‰๐ŸผSalaanni ifaa jiruu siif taati, ๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Azkaarri soorata qaamaa fi qalbii siif tahaโ€ฆsoorata kanaan humna kee ijaaratta.
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Qurโ€™aanni barakaa jireenya kee keessatti fidaโ€ฆ!!
โœ๏ธ Buโ€™aa ibaadaa kanneenii jireenya kankee keessatti irraa cituu baannaanโ€ฆosoo duniyaa gubbaa jirtu argita..!!

Share godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/21 07:28:59
Back to Top
HTML Embed Code: