𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
أركان الإسلام الخمسة بالترتيب: 1) الشهادتان 2) إقامة الصلاة 3) إيتاء الزكاة 4) صوم رمضان 5) حج البيت لمن استطاع إليه سبيلا.. أركان الإيمان وهي: 1-الإيمان بالله 2-الإيمان بملائكته 3-الإيمان بكتبه 4-الإيمان برسله 5-الإيمان باليوم الآخر 6-الإيمان بالقدر خيره…
Cuunfaan isaa
1) Arkaana islaamaa shanan
2) Arkaana Iimaanaa jahan,
3) Shuruuxa salaataa saglan,
4) Arkaana salaataa kudha afran,
5) Waajibaata salaata saddeettan,
6) Wantoota salaata balleessan saddeettanii fi….!!
Wantoonni amma isiniif hime kunniin wantoota sammuutti beekuun dirqamaati…..👇🏻
Comment 👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

✍️ Waa’een duniyaa sin yaachisin duniyaan harka Rabbii jirti,
Waayeen Rizqii sin yaachisin rizqiinis Rabbiin biraa dhuftii,
Fuuldurri keetis sin dhibin…fuuldurri keetis harka Rabbii jiraa….
Wanti si yaachisuu qabu akkamitti Rabbii koo jaalachiisaa qofa tahuu qaba…
Oolmaa gaarii qabaadhaa 👇🏻

✍️ Ilmi namaa yeroo hedduu amalli kee isaanitti jijjiiramuu fi adeemsa duraa irraa akka ati jijjiiramte qofa siif himu. Garuu gochi isaanii jijjiiramuu kee akka fide isaaniif hin mullatu…
Kankee malee kan isaanii isaanitti goonkumaa hin muldhatu….🤔
https://www.tg-me.com/tafak_or
Kankee malee kan isaanii isaanitti goonkumaa hin muldhatu….🤔
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
☆☆﷽☆☆
👌#JECHOOTA Abdii namatti horanii fi nama kakaasan!!
✍Jireenya keessatti...guyyaan hundi gammachuu miti....
🌺Obsaan dabarsi...
✍waan kaleessa darbe Irranfadhu....
🌺kan boriitiif tattaafadhu..
✍Mo'ataa kan si taasisu baay'ina dargaggootaa osoo hin taane......
🌺 yaadaa fi ofitti amanamummaa ati qabduudha.
✍Soba waliin fiiguu dandeessa.garuu.......
🌺dhugaa jalaa dhokachuu hin dandeettu...
✍waan feetuu fi hawwitu yoo dhabde...Allhtti hin gaddin....
🌺Allahn waan ati barbaaddu osoo hin taane waan si barbaachisu siif kenna.🥰
✍Abdii hin kutatin....
🌺Lafa dukkanti jirtu hundumaa ifti yeroo isaa eeggatee dhufa.
✍Gufuu fuuldura kee jiru osoo hin taane....
🌺Kaayyoo keessa kee jiru ilaalii tarkaanfadhu.
👇

✍️ Yaa Rabbi faana gaarii yoo ani asirraa deemes hin deemne wahii na taasisi…Yaa Allaah🤲🏿
Biyyi yeroo jalqabaatiif television 📺 laalte biyya tami____?
Anonymous Quiz
46%
A) Raashiyaa
35%
B) Chaayinaa
18%
C) Ameerikaa
#Hin_bareedu_dhugatti!
Afaaniin nama sobaa
Garaan namatti maluun
Bifaan nama fakkaataa
Qaamaan Bosona galuun
⭐
Caba ofii dhoffataa
Isa namaa odeessuun
Dhugaa namaa awwaalaa
Garaa namaa bobeessuun
⭐
Afaan Damma dibataa
Qeensa namatti qabuun
Daba namatti yaaduuf
Lagarra namatti labuun
⭐
Hin bareedu dhugatti
Nama dhugaa dubbatu
Afaan isaa ukkaamsuun
Mana haqaan dalagu
Haqaan malee itti saamsuun
⭐
Daandii qajeelaa dhiiftee
Isa dabaa filatuun
Abbaa yakkaa dhossitee
Isa fayyaa himatuun
⭐
Daandii haqaarra deemta
Jedhaa nama ugguruu
Dhugaa lafarra jirtu
Maallaqatti gurguruu
⭐
Rasaasa summii baattee
Mana namaa naannayuu
Har'a hannaaf bobbaatee
Boru immoo qaanayuun
Hin bareedu dhugatti
Aangoof qabeenna keetiin
Hiyyeessarratti duuluu
Qabeenya haqaan malee
Kuusaa keetitti tuuluu
⭐
Leenjii shiraan guuttameen
Baatee nama dararuu
Kijiba isan jirre
Kiiloo Dhibbaan safaruu
⭐
Hin bareedu dhugaa!
✍️Ahmed Husen Gishe
https://www.tg-me.com/tafak_or
Afaaniin nama sobaa
Garaan namatti maluun
Bifaan nama fakkaataa
Qaamaan Bosona galuun
⭐
Caba ofii dhoffataa
Isa namaa odeessuun
Dhugaa namaa awwaalaa
Garaa namaa bobeessuun
⭐
Afaan Damma dibataa
Qeensa namatti qabuun
Daba namatti yaaduuf
Lagarra namatti labuun
⭐
Hin bareedu dhugatti
Nama dhugaa dubbatu
Afaan isaa ukkaamsuun
Mana haqaan dalagu
Haqaan malee itti saamsuun
⭐
Daandii qajeelaa dhiiftee
Isa dabaa filatuun
Abbaa yakkaa dhossitee
Isa fayyaa himatuun
⭐
Daandii haqaarra deemta
Jedhaa nama ugguruu
Dhugaa lafarra jirtu
Maallaqatti gurguruu
⭐
Rasaasa summii baattee
Mana namaa naannayuu
Har'a hannaaf bobbaatee
Boru immoo qaanayuun
Hin bareedu dhugatti
Aangoof qabeenna keetiin
Hiyyeessarratti duuluu
Qabeenya haqaan malee
Kuusaa keetitti tuuluu
⭐
Leenjii shiraan guuttameen
Baatee nama dararuu
Kijiba isan jirre
Kiiloo Dhibbaan safaruu
⭐
Hin bareedu dhugaa!
✍️Ahmed Husen Gishe
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
والصبح إذا تنفس.
✍️ Rabbiin barii yaanni keessan keessatti furmaata argatu; kan qomti keessan keessatti baldhatu; kan Rabbiin kadhaa teessan keessa awwaatu isiniif haa taasisu….Aamiin🤲🏿
Oolmaa gaarii

✍️ Guyyaaa jum’aa keessaa yeroo takkatu jira kan du’aa’ii namni yeroo sana kadhate hanga bakka geettutti gadin deebine…..
Sa’aatii sana yoomi mee?
Sa’aatii sana yoomi mee?
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
✍️ Jechoota hedduu kan ati yeroo barreessitu ykn share gootu gatii hin kennineef…:
Qalbii hedduu gammachiisuu dandeessi,
Nama gadda keessa jiru hedduu booharsuu dandeessi,
Nama karaa maqe hedduu karaa irra kaahuu dandeessi,
✍️ Waan gaarii tahe hundaa yoo argite namaaf share gochuu irraa uf hin qusatin….!!
👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Jechoota hedduu kan ati yeroo barreessitu ykn share gootu gatii hin kennineef…:
Qalbii hedduu gammachiisuu dandeessi,
Nama gadda keessa jiru hedduu booharsuu dandeessi,
Nama karaa maqe hedduu karaa irra kaahuu dandeessi,
✍️ Waan gaarii tahe hundaa yoo argite namaaf share gochuu irraa uf hin qusatin….!!
👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
✍️ Guyyaa hundaa; yeroo hundaa fi Umrii kee guutuu keessatti kaayyoon guyyaa guyyaan jireenya kee keessatti bu’uuraa isaannan armaan gadii kanneen:
1) Salaata shanan yeroo isaa eegdee salaatuu,
2) Azkaara ganamaa fi galgalaa qara’uu,
3) Hanga Rabbiin siif laaffiserraa qur’aana qara’uu.
👉🏼Salaanni ifaa jiruu siif taati, 👉🏼 Azkaarri soorata qaamaa fi qalbii siif taha…soorata kanaan humna kee ijaaratta.
👉🏼 Qur’aanni barakaa jireenya kee keessatti fida…!!
✍️ Bu’aa ibaadaa kanneenii jireenya kankee keessatti irraa cituu baannaan…osoo duniyaa gubbaa jirtu argita..!!
Share godhaa👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) Salaata shanan yeroo isaa eegdee salaatuu,
2) Azkaara ganamaa fi galgalaa qara’uu,
3) Hanga Rabbiin siif laaffiserraa qur’aana qara’uu.
👉🏼Salaanni ifaa jiruu siif taati, 👉🏼 Azkaarri soorata qaamaa fi qalbii siif taha…soorata kanaan humna kee ijaaratta.
👉🏼 Qur’aanni barakaa jireenya kee keessatti fida…!!
✍️ Bu’aa ibaadaa kanneenii jireenya kankee keessatti irraa cituu baannaan…osoo duniyaa gubbaa jirtu argita..!!
Share godhaa👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
✍️ Kanneen armaan gadii keessaa Shuruuxa salaataa kan tahe kami__?
Anonymous Quiz
16%
A) Tashahuda/Attahiyyaata duraa
66%
B) Islaamummaa fi Aqlii qabaachuu
18%
C) Takbiiraa duraa
﷽
✍Risaalaa tana gara nama guyyaa qiyaamaa shafaa'aa nabiyyiin keennaa ﷺ isa haa dhaqqabduu barbaadu qofatti naa geessaa.....!!!!
✍Ergamaan rabbiiﷺ akkana jedha...《 nama narratti salawaata buuse yeroo bariisifatee fi yeroo dhiisifate shafa'aan tiyya isa dhaqqabdi jedha guyyaa qiyaamaa》
👌Namni shafa'aan isaanii gaafa ani ciqame san na haa dhaqqabdu jetttu na wajji jalqabi..... 1, 2, 3.....
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك عاى نبينا محمد

Fakkeenyummaa obsaa…
Seenaa tana hanga dhumaa hordofaa….kutaa 1ffaa
https://youtu.be/RVavEDlkQH8?si=lPWhNqeEzdlWQyVx

YouTube
Seenaa Nabi Ayyuub kutaa 1ffaa Nabiyyii seenaan isaa qur’aana keessatti hedduu hin dubbatamin garuu
Nabiyyoota hundaa Rabbiin wayta irraa haasahu waa’ee rakkoo ummata isaan itti ergamanii wajjiin irraa haasahe…garuu Nabiyyii kana isaa fi rakkoo mataa isaa qofarraa haasahe.
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Fakkeenyummaa obsaa… Seenaa tana hanga dhumaa hordofaa….kutaa 1ffaa https://youtu.be/RVavEDlkQH8?si=lPWhNqeEzdlWQyVx
Rabbiin Nabiyyallaahi Ayyuubiin (Aleyhissalaam) ilaalchisee qur’aana keessatti kallattii sadi qofaan irraa dubbate…mee naaf tarreessaa ?
1)
2)
3)
1)
2)
3)
#Hoongoo_guddaadha…
✍️ Waa hundaa dubbisaa ooltee, qur’aana qofa dubbisuu dhabuun kankee hoongoo guddaadha…!
Qur’aana kutaa jirenya keetii godhu malee, kutaa boqonnaa keetii keessatti hin galmeessin…!!
👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Waa hundaa dubbisaa ooltee, qur’aana qofa dubbisuu dhabuun kankee hoongoo guddaadha…!
Qur’aana kutaa jirenya keetii godhu malee, kutaa boqonnaa keetii keessatti hin galmeessin…!!
👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Isin_moo🤔
✍️ Haati manaa koo hijaaba ittiin salaattu lama qabdi ture. Tokko ishetu ufumaa bitate, tokko immoo anatu bitee akka kennaatti kenneef.
Dhumarratti wayta tasa afaan keessa walitti buune…isheen kiyya sana dhiiftee kan ufii saniin ka salaattu arge….akka anaaf ajriin hin yaaneef bar..😁

Hiikkaan aayata tanaa____?
👇🏻
قال تعالى: ﴿وَٱلَّیۡلِ إِذَا عَسۡعَسَ﴾ [التَّكۡوِير: ١٧] (Walleyli izaa as as)

Anonymous Poll
48%
A) Halkan wayta fuula achi deebifate
42%
B) Halkan wayta fuula as deebifate…
23%
C) lameenuu deebiidha