Nama qaama isaa yaadaa fi dhibeen laaffiste hundaa Rabbiin haa aafiyuโฆ..๐คฒ๐ฟ
Aaaamiin
Aaaamiin
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ๏ธ Hariiroon qurโaanaa fi hadiisa gidduu jiru maali______? Kitaaba kana Kutaaa 2ffaa saโaatii 9tti nu eegaaโฆ.!!
โ๏ธ Aayata qurโaanaa keessaa, Aayata maalummaa isii/ergaa ishee keessa jiru sana, guutuun guututti waan Rabbiin itti fedhe hubachuu hin dandeenyetu jiraโฆ.karaa hadiisaatiin maleeโฆ!!
โ๏ธ Bara kana baratoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa %5.4 qofaatu darbe๐ฅฒ
Mana barnootaa 1,363 ammoo barataa tokkollee dabarsuu hin dandeenye jedhan๐ฅฒ
Barattoota 684,205 Qormaata biyyoolessaa bara kanaa qoraman keessaa barattoonni 36,409 qofaatu darbe
Maaltu deemaa jira garuu sirna barnoota biyya kanaa keessatti๐ค๐คท๐ฝโโ๏ธ
Marii hin barbaachisu jettuu waan kun dhugaa?
Dhumni barattoota kanaa maal tahuu dandaโa yaa sabaa?๐คท๐ฝโโ๏ธ
Harโa halkan saโaatii 6tti ifa taasisu๐คฆ๐ฝโโ๏ธ
Allaaaaahโฆ.ijoollee teenya Rabbiin isin haa milkeessu ๐คฒ๐ฟ
โ Kutaa 12ffaa
โBu'aan qormaata akkuma gadhiifameen marsariitii armaan gadii irratti ilaallachuu ni dandeessu.
1. eaes.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.edu.et
4. result.neaea.gov.et
5. SMS 6284
6.https://www.tg-me.com/EAESbot
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
EAES ๐ช๐น Result bot
EAES: Educational Assessment and Examination Service Official Bot.
Use this bot to check your Result.
Use this bot to check your Result.
โโโ๏ทฝ โโโ
ุงูุฏููุง ุซูุงุซุฉ ุงูุงู ..... !
#DUNIYAAN #GUYYAMA SADI..!
โ1โ#Kaleessa.... jiraannee jirra hin deebi'u keeyriin dabarsituu hamtuun....
โ2โ#Hadha... hin jiraanna garuu hin turu... ni dhiha... guyyaan boru kan nama biroo ta'uu danda'a....
โ3โboru eessatti akka bariifannu kan hin beeyne sani...
#QABRII... YKN.......
https://www.tg-me.com/tafak_or
ุงูุฏููุง ุซูุงุซุฉ ุงูุงู ..... !
#DUNIYAAN #GUYYAMA SADI..!
โ1โ#Kaleessa.... jiraannee jirra hin deebi'u keeyriin dabarsituu hamtuun....
โ2โ#Hadha... hin jiraanna garuu hin turu... ni dhiha... guyyaan boru kan nama biroo ta'uu danda'a....
โ3โboru eessatti akka bariifannu kan hin beeyne sani...
#QABRII... YKN.......
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โ๏ธ Dhiirri tokko kaadhimaadhaaf si kadhateeโฆwantoota armaan gadii sitti qabate ykn sirra kaahe taanaanโฆ:-
Hijaaba shariโaa islaamaatiin wal galu uffachuu,
๐๐ผ Bakka affeerraa adda addaa, bakka fitnaa fi dhiiraan walitti laaqamiinsi jiru deemuu si dhoorkinaan,
๐๐ผ Salaataa fi qurโaana haffazutti si kakaasnaan,
๐๐ผ Dhiira ajnabaa harka fuudhuu irraa si seereeโฆisaan wajjiin haasaa si daangessee ati diddee itti deemnaanโฆ.
Uf duuba deebiโii uf ilaaliโฆhanqinni guddaan isa bira osoo hin taane si wajjiin akka jiruโฆ.!
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Hijaaba shariโaa islaamaatiin wal galu uffachuu,
๐๐ผ Bakka affeerraa adda addaa, bakka fitnaa fi dhiiraan walitti laaqamiinsi jiru deemuu si dhoorkinaan,
๐๐ผ Salaataa fi qurโaana haffazutti si kakaasnaan,
๐๐ผ Dhiira ajnabaa harka fuudhuu irraa si seereeโฆisaan wajjiin haasaa si daangessee ati diddee itti deemnaanโฆ.
Uf duuba deebiโii uf ilaaliโฆhanqinni guddaan isa bira osoo hin taane si wajjiin akka jiruโฆ.!
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐น๐นAni... Anaf๐น๐น
๐ธ Duniya dhumtuu tanatu...keessa kiyya senee
๐ธ gara oli gara gadii...Koree bu,ee
๐ธ wan akiraa ...hin dagadhe ittii cufee
๐ธ tan hin guunne...tan hin quufne
๐ธ tan hin qabamne hin qaba yoo jettee...osoo safartee tan hin safaramne
๐ธ duniyan mizana hin qabdu...hin lakkahamtu Eesaa
๐ธ duniyan laaqamtun ...na bittee
๐ธ iddoo isii malee ...Onnee kiyya sentee
๐ธ hin guutamnes ... qixxee taatee haftee
๐ธ bilasha oliif gadii ...jedhee hafee
๐ธ badii duniyaatif ...shufeera ta,ee
๐ธ fedhiin isii nati mi,aye...fashion horddofee
๐ธ miidhagiina islaamummaa...wan hundaa dagadhee
๐ธ mal qabadhe ha deemu...gara Akiraa
๐ธ guyyaa jireenyi kiyyaa dhumee...yoo na gahee dabareen
๐ธ deemsa hin hafne san ...maqaan koo yoo yaamame
๐ธ mal qabadhe deema...mal qaba hojjii gaarii
๐ธ duniyati kan hojjadhe hin qabu ...Eessaa fuudha akiraa
๐ธ wan naf hin hayyamanee...Osoo laalu ija kiyyaan
๐ธ Osoo hojjadhu badii...na jalaa laafee imaani koo
๐ธ duniyaaf osoo xaaruu...na jalaa badee akiraan koo
๐ธ osoo diina ta,u ...ofuma ufiti
๐ธ Na boochise na gaddiisiise ...bilaash ta,un koo
๐ธsi gaha...si gaha...lakkii si ha gahu nabsi
๐ธ badii hin dubbatin ...uf qusadhu arraba koo
๐ธ mani koo isa borii...firashaf tiraasin...biyyeedha gubbaafi jalaan
๐ธ badii si gahu...uf gorsii ya nabsi...
ูู ููุณ ุฐุงุฆูุฉ ุงูู ูุช ...๐ข
Share๐๐ป

#Shamarran_muslimaatiifโฆ.
โ๏ธ Yeroo tarkaanfii heerumaatiif imala eegaltu..dhiira ganaa diiniidhaaf nama isa sirreessu isa barbaachisu yoo argatte hin qeebalinโฆ!
Wanti kana siin jedheef waa lamaaf beeki:
#1ffaa: Jajjabeenyaa fi humni bultii hoogganuudhaa harki caalu abbaa manaa kankee harka jira. Namni haadha manaa fi ijoollee isaa leenjisus abbaa manaatiโฆ
Abbaa manaa jechuun fakkenya guddaa maatiin hordofu jechuudhaโฆgaafa innuu nama isa leenjisu barbaaduโฆbultiin garam deemtiin gaafiin qabu.
#2ffaa: Dhiirri dhalootaan dhaamsaa fi qajeelfama namarraa/dubartii irraa fudhachuu keessatti hanqinna qabaโฆ
Isa karaa bade itti heerumee qajeelchaan tuni Baayโee ulfaattiโฆ
Fuudhaaf heeruma jechuun buufata fayyaa ykn iddoo leenjiin itti kennamu wahii mitiโฆbultii jechuunโฆ.bultii jechuudha๐
๐๏ธ@Anaa_keessan(Ibro)
Galatoomaaa

Barnoota bara haaraa osoo hin eegalin dura qabxiilee ijoo 40 ol isiniif dhaamaaโฆ.
Barattoonni narraa fudhattuu laataโฆ.insgallaah yeroo boqonnaa kiyyaatti barreessee ykn sagaleedhaanis isiniif dabarsaa

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Ibsa yoo barbaaddan sagalee isiniif kaaha inshallaah
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Barreeffama kana cuunfaan isaa bifa gaafiitiin akkana fakkaata:
1) Maraatibni ykn sadarkaaleen diinii meeqa?
2) Islaama Jechuun maal jechuudha?
3) Towhida jechuun maal jechuudha?
4) Gosoota towhidaa sadan tarreessaa?
5) Towhida Rubuubiyyaa; Uluuhiyyaa; asmaaโa fi sifaataa jechuun maal jechuudha? Fakkeenyota isaa wajjiin tarreessaaโฆ
6) Shirkii jechuun maaliidha ?
7) Shirkiin bakka meeqatti qoodamti?
8) Garaagarummaa shirkii guddoo fi xiqqoo gidduu jiru fakkeenya wajjiin tarreessiโฆ?
9) Teeda laallachuu fi Asmaa dirachuun dhiibbaa maal uf keessaa qaba?
Gosoota shirkii keessaa damee kam jalatti ramadamu?
10) Ruqaa jechuun maali ? Ruqaa shirkii kan jedhaman isaannan kammiin?
11) Arkaanni islaamaa meeqa ?
12) Hiikkaan laa ilaaha illallaah maalinni?
Arkaanni laa ilaaha illallaah meeqa ?
13) Shuruuxa Laa ilaaha illallaah hiika isaa wajjiin tarreessi?
14) Iimaana jechuun maali? Iimaana namaa maaltu dabala, maaltu hirdhisaโฆ?
15) Arkaana iimaanaa hiikkaa isaa wajjiin tarreessaaโฆ?
16) Ihsaana jechuun maal jechuudha?
Arkaanni ihsaanaa meeqa?
Deebii isaa isiniif kenneeraโฆafaan oromootiin kan barbaaduโฆ๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) Maraatibni ykn sadarkaaleen diinii meeqa?
2) Islaama Jechuun maal jechuudha?
3) Towhida jechuun maal jechuudha?
4) Gosoota towhidaa sadan tarreessaa?
5) Towhida Rubuubiyyaa; Uluuhiyyaa; asmaaโa fi sifaataa jechuun maal jechuudha? Fakkeenyota isaa wajjiin tarreessaaโฆ
6) Shirkii jechuun maaliidha ?
7) Shirkiin bakka meeqatti qoodamti?
8) Garaagarummaa shirkii guddoo fi xiqqoo gidduu jiru fakkeenya wajjiin tarreessiโฆ?
9) Teeda laallachuu fi Asmaa dirachuun dhiibbaa maal uf keessaa qaba?
Gosoota shirkii keessaa damee kam jalatti ramadamu?
10) Ruqaa jechuun maali ? Ruqaa shirkii kan jedhaman isaannan kammiin?
11) Arkaanni islaamaa meeqa ?
12) Hiikkaan laa ilaaha illallaah maalinni?
Arkaanni laa ilaaha illallaah meeqa ?
13) Shuruuxa Laa ilaaha illallaah hiika isaa wajjiin tarreessi?
14) Iimaana jechuun maali? Iimaana namaa maaltu dabala, maaltu hirdhisaโฆ?
15) Arkaana iimaanaa hiikkaa isaa wajjiin tarreessaaโฆ?
16) Ihsaana jechuun maal jechuudha?
Arkaanni ihsaanaa meeqa?
Deebii isaa isiniif kenneeraโฆafaan oromootiin kan barbaaduโฆ๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Jiruun sitti hammaatteeโฆ.!!
โ๏ธ Yeroo jireenyi duniyaa tuni xiqqoo natti dhiphachuuf deemtuโฆsuutuma jedhee qurโaana fuula lamaaf sadi dubbisuu eegalaโฆguyyoota muraasa booda cinqiin suni hunduu narraa galeeโฆRabbiin kallattii ani hin yaanneen Rizqii fi Ilmii, akkasuma waa hubachuu keessatti Rabbiin koo kan naaf banu argaโฆ.!!
Haasaa Namoota gaggaarii irraaโฆ!!

Barreeffama kana cuunfaan isaa bifa gaafiitiin akkana fakkaata: 1) Maraatibni ykn sadarkaaleen diinii meeqa? 2) Islaama Jechuun maal jechuudha? 3) Towhida jechuun maal jechuudha? 4) Gosoota towhidaa sadan tarreessaa? 5) Towhida Rubuubiyyaa; Uluuhiyyaa; asmaaโaโฆ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gaafilee dabalataaโฆ
1) Arkaana Iimaanaa meeqa? Hundaa barreessiโฆ
2) Rabbitti amanuu jechuun maali? Buโaan ykn firiin Rabbitti amanuudhaan nuuf argamu hoo ?
3) malaaโikatti amanuu jechuun hoo ? Firiin nuti argannu hoo maali ?
4) Kitaabatti amanuu jechuun hoo ? Faayidaan kitaabatti amanuu maali ?
5) Rusultootatti amanuu jechuun hoo ? Faayidaa maal qaba ?
6) Guyyaa boodaatti/qiyaamaatti amanuu jechuun maal jechuudha? Faayidaa isaa tarreessi ?
7) Qadara jechuun maal jechuudha? Qadaratti amanuun buโaa maal nuuf buusa?
8) Ihsaana jechuun maali ? Ihsaanni arkaana qabaa? Yoo qabaateef meeqa?
9) Maraatiba/Sadarkaalee ihsaanaa keessaa lama barreessi?
10) Buโaan nuti Ihsaanarraa buufannu maali ?
Yaalaa hanga galgalaatti ๐๐ป