Telegram Web Link
โœ๏ธ Jireenya kee keessatti hiriyyaa gaarii dhabdeeโ€ฆhiriyyaa hamaadhaan mokkoramuun keeโ€ฆsababa heddumminna badii teetii akka tahe Rabbiin Qurโ€™aanaa keessatti dubbatee jiraโ€ฆ.
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Yoo badiin tantee heddummaatte Rabbiin hiriyyaa badaa sitti moosisee ittiin si mokkoraa beekiโ€ฆ

Aayata Qurโ€™aanaa tana dubbisaa meeโ€ฆ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
{ูˆูƒุฐู„ูƒ ู†ูˆู„ูŠ ุจุนุถ ุงู„ุธุงู„ู…ูŠู† ุจุนุถุง ุจู…ุง ูƒุงู†ูˆุง ูŠูƒุณุจูˆู†}.
Hiriyyaa gaarii qabda taanaan Alhamdulillaah jedhiโ€ฆ.
Hiriyyaa hamaa Rabbiin isinitti hin qabinโ€ฆ.

https://www.tg-me.com/tafak_or
โ˜†โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†โ˜†
ุงูŽู„ุณูŽู„ุงู…ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ูƒูู… ูˆูŽุฑูŽุญู’ู…ูŽุฉู ุงูŽู„ู„ู‡ู ูˆูŽุจูŽุฑูŽูƒุงุชูู‡ู‎
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœMaatii/ Mnseensota
#tafakkur hundaaf.... !
๐ŸŒบchannal heedduu aggarre kan yoo ati waa barreessite bakka itti siif hin kennine.
๐ŸŒบgruop hedduutu jira kan jechaa fi gocha isaaniitiin hamilee kee si cabsan... akkasuma karoora kee si jalaa fashaleessan...
๐Ÿ˜…Garuu isin
#maatiin tafakkur gochootaa fi jechoonni keessan faallaa waan amma jenneeti MASHA ALLH ALEYKUM๐ŸŒน
๐ŸฅฐHamileen keessan commentileen keessan , hirmaannan keessan hedduu namatti tola MASHA ALLAH ALEYKUMโ™กโ™กโ™กโ™ก
๐ŸŒธGALATOOMAA... isiniin ka malu galata qofaa miti....
๐ŸฅฐMee
#du'aa'ii tana #Aamiin na jalaa jedhaa....
๐ŸคฒRabbiin taqwaa isiniif haa kennu... taqwaan jireenya keennaaf waan barbaachisu keessaa tokko.
๐ŸคฒRabbiin yaadaa fi muraada keessan isiniif haa guutu
๐ŸคฒRabbiin beekumsa isiniif haa kennu.
๐ŸคฒHaala gaariin rabbiin isin haa bareechu. ( Husnal khuluq)
๐ŸคฒRabbiin ofii isaatii isin jaalatee, malaa'ikoonni isaallee isin jaalatanii, ilmi namaallee isin haa jaalatu....
๐ŸคฒUumamtoonni lafaa hundi isin haa kabajju.... โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โ˜†๐ŸŒน
#Aamiin... #Aamiinโ˜†๐ŸŒน
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Voice message
โœ๏ธ Hariiroon qurโ€™aanaa fi hadiisa gidduu jiru maali______?




Kitaaba kana Kutaaa 2ffaa saโ€™aatii 9tti nu eegaaโ€ฆ.!!
Nama qaama isaa yaadaa fi dhibeen laaffiste hundaa Rabbiin haa aafiyuโ€ฆ..๐Ÿคฒ๐Ÿฟ



Aaaamiin
โœ๏ธ Bara kana baratoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa %5.4 qofaatu darbe๐Ÿฅฒ

Mana barnootaa 1,363 ammoo barataa tokkollee dabarsuu hin dandeenye jedhan๐Ÿฅฒ
Barattoota 684,205 Qormaata biyyoolessaa bara kanaa qoraman keessaa barattoonni 36,409 qofaatu darbe
Maaltu deemaa jira garuu sirna barnoota biyya kanaa keessatti๐Ÿค”๐Ÿคท๐Ÿฝโ€โ™‚๏ธ
Marii hin barbaachisu jettuu waan kun dhugaa?
Dhumni barattoota kanaa maal tahuu dandaโ€™a yaa sabaa?๐Ÿคท๐Ÿฝโ€โ™‚๏ธ
Harโ€™a halkan saโ€™aatii 6tti ifa taasisu๐Ÿคฆ๐Ÿฝโ€โ™‚๏ธ

Allaaaaahโ€ฆ.ijoollee teenya Rabbiin isin haa milkeessu ๐Ÿคฒ๐Ÿฟ

โœ…Kutaa 12ffaa

โœBu'aan qormaata akkuma gadhiifameen marsariitii armaan gadii irratti ilaallachuu ni dandeessu.

1. eaes.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.edu.et
4. result.neaea.gov.et
5. SMS 6284
6.https://www.tg-me.com/EAESbot

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Dhiirri tokko kaadhimaadhaaf si kadhateeโ€ฆwantoota armaan gadii sitti qabate ykn sirra kaahe taanaanโ€ฆ:-
Hijaaba shariโ€™aa islaamaatiin wal galu uffachuu,
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Bakka affeerraa adda addaa, bakka fitnaa fi dhiiraan walitti laaqamiinsi jiru deemuu si dhoorkinaan,
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Salaataa fi qurโ€™aana haffazutti si kakaasnaan,
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Dhiira ajnabaa harka fuudhuu irraa si seereeโ€ฆisaan wajjiin haasaa si daangessee ati diddee itti deemnaanโ€ฆ.

Uf duuba deebiโ€™ii uf ilaaliโ€ฆhanqinni guddaan isa bira osoo hin taane si wajjiin akka jiruโ€ฆ.!

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
๐ŸŒน๐ŸŒนAni... Anaf๐ŸŒน๐ŸŒน

๐ŸŒธ Duniya dhumtuu tanatu...keessa kiyya senee
๐ŸŒธ gara oli gara gadii...Koree bu,ee
๐ŸŒธ wan akiraa ...hin dagadhe ittii cufee
๐ŸŒธ tan hin guunne...tan hin quufne
๐ŸŒธ tan hin qabamne hin qaba yoo jettee...osoo safartee tan hin safaramne
๐ŸŒธ duniyan mizana hin qabdu...hin lakkahamtu Eesaa

๐ŸŒธ duniyan laaqamtun ...na bittee
๐ŸŒธ iddoo isii malee ...Onnee kiyya sentee
๐ŸŒธ hin guutamnes ... qixxee taatee haftee
๐ŸŒธ bilasha oliif gadii ...jedhee hafee
๐ŸŒธ badii duniyaatif ...shufeera ta,ee
๐ŸŒธ fedhiin isii nati mi,aye...fashion horddofee
๐ŸŒธ miidhagiina islaamummaa...wan hundaa dagadhee

๐ŸŒธ mal qabadhe ha deemu...gara Akiraa
๐ŸŒธ guyyaa jireenyi kiyyaa dhumee...yoo na gahee dabareen
๐ŸŒธ deemsa hin hafne san ...maqaan koo yoo yaamame

๐ŸŒธ mal qabadhe deema...mal qaba hojjii gaarii
๐ŸŒธ duniyati kan hojjadhe hin qabu ...Eessaa fuudha akiraa

๐ŸŒธ wan naf hin hayyamanee...Osoo laalu ija kiyyaan
๐ŸŒธ Osoo hojjadhu badii...na jalaa laafee imaani koo
๐ŸŒธ duniyaaf osoo xaaruu...na jalaa badee akiraan koo
๐ŸŒธ osoo diina ta,u ...ofuma ufiti
๐ŸŒธ Na boochise na gaddiisiise ...bilaash ta,un koo

๐ŸŒธsi gaha...si gaha...lakkii si ha gahu nabsi
๐ŸŒธ badii hin dubbatin ...uf qusadhu arraba koo
๐ŸŒธ mani koo isa borii...firashaf tiraasin...biyyeedha gubbaafi jalaan
๐ŸŒธ badii si gahu...uf gorsii ya nabsi...
ูƒู„ ู†ูุณ ุฐุงุฆู‚ุฉ ุงู„ู…ูˆุช ...๐Ÿ˜ข
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
#Shamarran_muslimaatiifโ€ฆ.

โœ๏ธ Yeroo tarkaanfii heerumaatiif imala eegaltu..dhiira ganaa diiniidhaaf nama isa sirreessu isa barbaachisu yoo argatte hin qeebalinโ€ฆ!
Wanti kana siin jedheef waa lamaaf beeki:
#1ffaa: Jajjabeenyaa fi humni bultii hoogganuudhaa harki caalu abbaa manaa kankee harka jira. Namni haadha manaa fi ijoollee isaa leenjisus abbaa manaatiโ€ฆ
Abbaa manaa jechuun fakkenya guddaa maatiin hordofu jechuudhaโ€ฆgaafa innuu nama isa leenjisu barbaaduโ€ฆbultiin garam deemtiin gaafiin qabu.
#2ffaa: Dhiirri dhalootaan dhaamsaa fi qajeelfama namarraa/dubartii irraa fudhachuu keessatti hanqinna qabaโ€ฆ
Isa karaa bade itti heerumee qajeelchaan tuni Baayโ€™ee ulfaattiโ€ฆ
Fuudhaaf heeruma jechuun buufata fayyaa ykn iddoo leenjiin itti kennamu wahii mitiโ€ฆbultii jechuunโ€ฆ.bultii jechuudha๐Ÿ˜
๐Ÿ–Š๏ธ@Anaa_keessan(Ibro)
Galatoomaaa

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/27 11:14:45
Back to Top
HTML Embed Code: