Telegram Web Link
โœ๏ธ Keeyriin duniyaa fi aakiraadha waa afur irratti kan hundaahu arge jedha. Isaanis:
Iimaana,
Gammachuu,
Jaalalaa fi
Milkaaโ€™innaโ€ฆkaraan wantoota afran kana ittiin guddifachuu dandeenyu, karaan ittiin jijjiiramuu dandeenyu kitaabota adda addaa dubbisuudhaan qofa jedheโ€ฆ!!

#Shek Salmaanal-Owdahโ€ฆ
ุณู„ู…ุงู† ุงู„ุนูˆุฏุฉ
Rabbiin hidhaa isa haa baasu jedhaaโ€ฆ!!

@tafak_or
โœ Yaa obbolessa kiyya Dubartii sin jaalanne osoo bareedina miti munalizaa Addunyaa tanaa taate hin fuudhiin...๐Ÿ˜”

โœ Wallahi moggaa ishii hin bahiin
Yoo jireenya mana keeti dirree
Waraana godhu feete malee

โœ Dubartiin malumma kee wajjiin
Sin jaalatin jiruu sitti cincessiti
Yeroo hunda sirratti uf tulti yoo
Bareedduufa taate an sin hin
Mallee jecha halkanii guyyaa
Akka ayaatatti sirratti qaraati
Si wajjiin jiraachuuf waan feedhii
Hin qabneef ilmaan illee osoo dhaltee ilmoo fi bakka hundatti
Hammenya kee dubbatti dhugaan
Sin jedha Osoo warri kee illeen ykn warri ishii si jaallates hin fudhiin
Irra hedduun ishii amala kana hin dhabdu yoo tan rabbiin rahmata
Godheef taate malee yaa rabbii...๐Ÿฅฐ


๐ŸŒน Shamarran keenya cufa waan rabbiin isaanii barreesse warra jaalatee ittis gammadee wajjiin
Jiraatu nuuf godhi yaa
Allah...๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿ”Š Kitaaba Usula Sunnaa
Kan Imaam Ahamad binu Hanbaliin barraaheโ€ฆ
ูƒุชุงุจ ุฃุตูˆู„ ุงู„ุณู†ุฉ ู„ู„ุฅู…ุงู… ุฃุญู…ุฏ ุจู† ุญู†ุจู„ ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰
Kutaa 1ffaa
โœ๏ธ ยซ Iraaq keessaa gaafa bahu, nama Imaamu Ahmad irra caalu, nama isarra beekaa, nama isarra Rabbiin sodaatu tokkoo dhiisee hin deemne isa maleeโ€ฆยป

Eennutu akkana jedhe beektuuโ€ฆ?! Aduu addunyaa tanaaโ€ฆImaamu Shafiโ€™iidha (Rahimahullaah)โ€ฆ.
โœ๏ธ Jireenya kee keessatti hiriyyaa gaarii dhabdeeโ€ฆhiriyyaa hamaadhaan mokkoramuun keeโ€ฆsababa heddumminna badii teetii akka tahe Rabbiin Qurโ€™aanaa keessatti dubbatee jiraโ€ฆ.
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Yoo badiin tantee heddummaatte Rabbiin hiriyyaa badaa sitti moosisee ittiin si mokkoraa beekiโ€ฆ

Aayata Qurโ€™aanaa tana dubbisaa meeโ€ฆ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
{ูˆูƒุฐู„ูƒ ู†ูˆู„ูŠ ุจุนุถ ุงู„ุธุงู„ู…ูŠู† ุจุนุถุง ุจู…ุง ูƒุงู†ูˆุง ูŠูƒุณุจูˆู†}.
Hiriyyaa gaarii qabda taanaan Alhamdulillaah jedhiโ€ฆ.
Hiriyyaa hamaa Rabbiin isinitti hin qabinโ€ฆ.

https://www.tg-me.com/tafak_or
โ˜†โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†โ˜†
ุงูŽู„ุณูŽู„ุงู…ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ูƒูู… ูˆูŽุฑูŽุญู’ู…ูŽุฉู ุงูŽู„ู„ู‡ู ูˆูŽุจูŽุฑูŽูƒุงุชูู‡ู‎
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœMaatii/ Mnseensota
#tafakkur hundaaf.... !
๐ŸŒบchannal heedduu aggarre kan yoo ati waa barreessite bakka itti siif hin kennine.
๐ŸŒบgruop hedduutu jira kan jechaa fi gocha isaaniitiin hamilee kee si cabsan... akkasuma karoora kee si jalaa fashaleessan...
๐Ÿ˜…Garuu isin
#maatiin tafakkur gochootaa fi jechoonni keessan faallaa waan amma jenneeti MASHA ALLH ALEYKUM๐ŸŒน
๐ŸฅฐHamileen keessan commentileen keessan , hirmaannan keessan hedduu namatti tola MASHA ALLAH ALEYKUMโ™กโ™กโ™กโ™ก
๐ŸŒธGALATOOMAA... isiniin ka malu galata qofaa miti....
๐ŸฅฐMee
#du'aa'ii tana #Aamiin na jalaa jedhaa....
๐ŸคฒRabbiin taqwaa isiniif haa kennu... taqwaan jireenya keennaaf waan barbaachisu keessaa tokko.
๐ŸคฒRabbiin yaadaa fi muraada keessan isiniif haa guutu
๐ŸคฒRabbiin beekumsa isiniif haa kennu.
๐ŸคฒHaala gaariin rabbiin isin haa bareechu. ( Husnal khuluq)
๐ŸคฒRabbiin ofii isaatii isin jaalatee, malaa'ikoonni isaallee isin jaalatanii, ilmi namaallee isin haa jaalatu....
๐ŸคฒUumamtoonni lafaa hundi isin haa kabajju.... โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โ˜†๐ŸŒน
#Aamiin... #Aamiinโ˜†๐ŸŒน
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Voice message
โœ๏ธ Hariiroon qurโ€™aanaa fi hadiisa gidduu jiru maali______?




Kitaaba kana Kutaaa 2ffaa saโ€™aatii 9tti nu eegaaโ€ฆ.!!
Nama qaama isaa yaadaa fi dhibeen laaffiste hundaa Rabbiin haa aafiyuโ€ฆ..๐Ÿคฒ๐Ÿฟ



Aaaamiin
2024/09/24 19:24:04
Back to Top
HTML Embed Code: