#Jireenyi_tunโฆโฆ.๐ค
โ๏ธ Jireenyi yeroo hunda salphaa mitiโฆgaruu yoo hanguma Rabbiin siif kenne sana jaalatte siif salphachuu dandeessiโฆ!
โ๏ธ Namni Rabbitti hin amanne baโaa jireenyaa tana akkamitti akka ufitti salphisuu dandaโu hin beekne garuuโฆ.!, maaliin ufirraa salphisaanis gaafii natti tahaโฆ!
๐๐ผ Nuti garuuโฆjireenyi hammaattus, salphattus hunduu keeyriif akka tahe hubannaโฆkanatu keessa keenyaaf boqonnaa kennaโฆ.!
Yoo hammaatte ni obsinaโฆyoo nuuf laafte ykn gammachuu taateโฆgalata Rabbiin galfannaโฆhunduu nuuf keeyriidha. Hunduu nuuf mindaadha.
Namni akkuma isheen jirtutti jaalate jaalaluma argataโฆnamni jibbes jibbama argataโฆ.Rabbiin keenya gara laafessa, Rahmata qabeessasโฆ.!!
Rabbiin nuuf haa laaffisuโฆ.!!
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

Hogganaan Telegiraam Faransaayitti toโatame
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC)-Hogganaan miidiyaa hawaasummaa Telegiraam Paaveel Duuroov Faransaayitti toโannoo jala oolfamuun gabaafame.
Miidiyaalee Fayansaay wabeeffachuun BBCโn akka gabaasetti, Paaveel Poolisii Faransaayiin kan toโatame, xiyyaara dhuunfaa isaan buufata xiyyaaraa Lee Burgee jedhamu wayita qubatutti taโuun eerameera.
Sababni toโatamuu isaas telegiraamiidhaan yakki raawwatameera jedhamuun ajaja akka toโannoo jala oolfamu irratti baโeen akka taโe Poolisiin ibseera.
Raashiyaatti kan dhalate, abbaan qabeenyaa kun lammummaa Faransaayii fi Emereetota Arabaa kan qabu taโuun ibsameera.
Paaveel Duroov, ragaalee fayyadamtootaa dabarsee hinkennuu jechuun bara 2018 telegiraamiin Raashiyaa keessatti ugguramee turuun ni yaadatama.

Hogganaan Telegiraam Faransaayitti toโatame Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC)-Hogganaan miidiyaa hawaasummaa Telegiraam Paaveel Duuroov Faransaayitti toโannoo jala oolfamuun gabaafame. Miidiyaalee Fayansaay wabeeffachuun BBCโn akka gabaasetti, Paaveel Poolisiiโฆ
Jarana Hoogganaan keenya hidhamee callisnaaโฆ๐ฅฒ
โกโกโก๏ทฝโกโกโก
#OBSI.....
โ Karatti hin dhaabin ammuma ittiin dararamii....
โ boru injifataa ta'ii jiraadhu...
share... โ๏ธ

Qabxiilee 10 Damee barnoota kanaatti osoo hin seenne duraโฆ.beekuu yoo barbaaddan
๐๐ป
Subscribe
https://youtu.be/fU3FZF4dj20?si=mTujzSjRwhumuaRF

YouTube
Qabxiilee 10 kan osoo barnoota qawaaโida hin eegalin dura beekuu qabduudhaโฆ.!!
Yeroo keenya barnootaan haa dabarsinuu
โกโก๏ทฝโกโก
โ wantoota jahan kana hubadhu.... !!?
๐ฆ #Yaadi malee hindhiphatin... !
๐ฆNamarraa baay'ee hin eeggattin.... !
๐ฆDandeettii keetitti fayyadami..... !
๐ฆDogoggora kee irraa baradhu..... !
๐ฆOfitti amani.... !
๐ฆDandeettii kee beeki...!
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ wantoota jahan kana hubadhu.... !!?
๐ฆ #Yaadi malee hindhiphatin... !
๐ฆNamarraa baay'ee hin eeggattin.... !
๐ฆDandeettii keetitti fayyadami..... !
๐ฆDogoggora kee irraa baradhu..... !
๐ฆOfitti amani.... !
๐ฆDandeettii kee beeki...!
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Gammachuuโฆ.
โ๏ธ Jibbaa namaatii fi waanyoodhaaf bakka hin qabdu taanaan, gammachuu irraa walakkaa dhaaltee jirtaโฆ.!
Namaaf gaarii yaadda, gaariis namaaf hawwita taanaan walakkaa hafte itti guuttachuudhaan gammachuu guutuu dhaaltee jirtaโฆ..!!
Rabbiin keessa keenya haa qulqulleessuโฆ..!!

#Abuukii....
โ Abuu bakri ( Abdullaah binu Abii Quhaafaa jedhama).
Siddiiq jedhamuun beekkama.
โ Sababaan Siddiiq( Irra dhuga dubbataa namaa) jedhameef ?
Gahee guddaa inni guyyaa Rasuulli gara samii ol bahan sana taphateef...
Mushrikoonni Abuu bakriin wayta argan... "Saahibni Kee tokko halkan edaa Beytalmaqdas dhaqe jedhee haashaa dhageetteeyii? " jedhaniin.
Abuu Bakris: Dhugama akkas isiniin jedhee ? jedhee mushrikoota gaafate.
Mushrikoota: Eeyyan kan akkas jedhee odeessu dhageenyaa jedhaniin.
Abuu Bakris: Afaan isaatii bahe taanaan ani waan inni jedhe ni dhugoomsa.
kanaaf @Siddiiq jedhame.
Abuu Bakriin sahaabota biraa irraa maaltu adda isa godha mee naaf barreessaa ?!

โ๏ธ Sahaabota keessaaโฆnama
Abbaan isaa sahaabaa,
haati isaa sahaabaa, Ijoolleen isaa tan dhiiraa fi dubraas sahaabaa, dubartoonni isaa hunduu sahaabaadhaa eennu____?

Anonymous Poll
66%
A) Abuu Bakri Al-siddiiq Radiyallaahu anhu
16%
B) Umar Radiyallaahu anhu
35%
C) Hunduu
Aadam Haaruun keessi keenya sitti aarus, galatoomi siin jechuu barbaadaโฆSababa kee Ummanni hedduun Seenaa Abuu Bakrii (RA) dubbisuu eegale Alhamdulillaah Alhamdulillaah
#tafak_or
#tafak_or
"Osoo iimaanni Ummata muhammad iimaana abubakrii cinaa khaayame khan abubakriitu caala"
Umar ibnul Khaxxaab
Umar ibnul Khaxxaab
โ๏ธ โ Rabbiin gara keessnaitti na ergeโฆ Isin ni kijibda naan jettanii, Abuu Bakri dhugaa dubbatte naan jedheโฆ., Lubbuu ufiitii fi qabeenya ufiitiinis na booharseโฆMee saahiba koo kana naaf dhiisaa na jalaa hin tuqinaaโฆ!!
Jedhan Rasuullli (Sallallaahu aleyhi wasallamโฆ.)
Nama Rasuulli akkanatti mormateefโฆnuti iyyinee iyyisiisuu qabnaahuโฆ.
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Jedhan Rasuullli (Sallallaahu aleyhi wasallamโฆ.)
Nama Rasuulli akkanatti mormateefโฆnuti iyyinee iyyisiisuu qabnaahuโฆ.
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Abuu bakriin (Radiyallaahu anhu) jecha takkaan ibsuu dandeessuuโฆ!?
๐๐ป
https://youtube.com/shorts/t1tf0qRjeGk?si=TDnJqC7W4FMuki36
๐๐ป
https://youtube.com/shorts/t1tf0qRjeGk?si=TDnJqC7W4FMuki36
YouTube
Abuu Bakriin (Radiyallaahu anhum) jecha takkaan ibsuudhaafโฆ..!!
Yeroo keenya barnootaan haa dabarsinuu
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Abuu bakriin (Radiyallaahu anhu) jecha takkaan ibsuu dandeessuuโฆ!? ๐๐ป https://youtube.com/shorts/t1tf0qRjeGk?si=TDnJqC7W4FMuki36
Abuu Bakri (Radiyallaahu anhum) sadarkaan isaa Anbiyootaa gadi, garuu ilma namaa hundaa oliโฆ.!!
Osoo ani lubbuun jiru Diiniin tuqamaaโฆ..!?
ุฃููููุต ุงูุฏูู ูุฃูุง ุญููโฆ!ุ
Abuu Bakri (Radiyallaahu anhu) guyyaa kam akkana jedhe yaadattuu?

โ๏ธ Duabrtiin mana keessatti dalagaa dalagaa qurโaana dhageeffattu ajrii lama Rabbiin biraa argattiโฆajrii dalagaa fi ajrii qurโaana dhageeffachuuโฆ.!!
Shekh Saalih Alfowzanโฆ
Ajrii kana saamadha shamarran keenyaโฆ.!!
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Shekh Saalih Alfowzanโฆ
Ajrii kana saamadha shamarran keenyaโฆ.!!
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Dhaamsaafโฆ.
Namoota 7n kana yoomuu garaa itti hin jabaatin. Isaanis:
Abbaa kee
ุงูุฃุจ
Haadha teee
ุ ุงูุฃู
Dubartoota
ุ ุงูู ุฑุฃุฉ
Ijoollee daaโimman
ุ ูุงูุทูู
Kaadima kee ykn nama si tajaajilu
ุ ูุงูุฎุงุฏู
Yatiimatti/ ijoollee abbaa hin qabne
ุ ูุงููุชูู
Nama dhiifama si gaafachuuf sitti dhufetti garaa hin jabaatinโฆ
ุ ูู ู ุฃุชุงู ู ุนุชุฐุฑุงู ..!

Qabxiilee 10 kana beekuu qabda
2ffaa irraa hanga xumuraa kunoo seenaa๐๐ป
https://youtu.be/qojRf9sSZOw?si=ZaEY-VoOFSVY57rY

Qabxiilee 10Bโฆ2ffaa irraa hanga xumuraa
Qawaaโida Fiqhii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yaa Allah
โ Ani bay,ee dhukkubsadhe sin jennaan ->Rahmata kiyyaa keessaa Abdii hin muriina nan jetteโ๏ธ
โ Onnee kiyyaa keessaa wan na ciinquu jira sin jennaan -> Ana yaadatun ni tasgabboofti nan jette
โ kophuuman natii dhagahama sin jennaan -> hiddaa Amaa keessan caalaa isiiniti dhihoo jirraa nan jetteโ๏ธ
โ ya rabbii badiin kiyyaa bay,eedha dogonggoree sin jennaan -> Ana malee Eenyuu badii irraa qulqullaahe nan jettee ๐
โ ilaahii nan dagaatin sin jennaan -> Na yaadadha isiin yaadadha nan jette๐ฅฐ
โ ya rabbii hajaa hedduun qaba sin jennaan -> Na kadhaadha isiinif kennaa nan jette....๐คฒ
Ee ya rabbii si malee Eenyu qabna du,ayii teena nurraa qeebalii badii teena nuf dhiisi......๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ