Tajwiida kitaaba
ุงูุณูุณุจูู ุงูุดุงูู
Jedhu eegallee jirraโฆ.
Seera Tajwiidaa sirritti barachuu warroonni barbaaddan
Seenaa kitaaba kana hordofaa
Subscribe ๐๐ป
https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=alwpCLP_z6XJmDQ1

YouTube
IBRO TUBE
Dhugaa dubbachuu yoo hin dandaโin, dharaaf harka hin dhahin.
ุฅู ูู ุชุณุชุทุน ููู ุงูุญู ููุง ุชุตูู ููุจุงุทู

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Itti isiniif dabaluu laataโฆ..๐ค
Hin dabalu ni nuffitu/hifattuu๐
Hin dabalu ni nuffitu/hifattuu๐
๏ดฟ ููุงูุตููุจูุญู ุฅูุฐูุง ุชููููููุณู ๏ดพ
โ๏ธ Rabbiin barii guyyaa hardhaa tana keessaโฆ
Balbala Rahmataa isiniif haa banuโฆRizqii bareeda bakka isin hin yaannee isiniif haa kennuโฆ..๐คฒ๐ฟ

Namoonni umrii 20 gadi jirtan hunduu na dhageeffadhaaโฆ:
โ๏ธ Yeroo keessan harka caalu social media gubbatti gubaa hin oolinaaโฆUmrii keessanitti hin taphatinaaโฆ!
๐๐ผ Ee beekkamaadha account kankee kan ati banattee irratti waa post gootu, ilmii adda addaatiin hawaasa fayyaduus dandeessaโฆgaruu waan san caala nama yaachisutu jiraa na dhageeffadhu:๐๐ป
Qurโaanaan busy tahuu, Sunnaa Rasuulaa (SAW) fi ilmii barachutu social media gubbaatti waa barreessuu dursaโฆ!
Kanaafuu umriin kankee umrii waa keessa sammutti waa kuufattu; umrii keessa waa dubbistu; umrii keessa barnoota adda addaa hordofuun sammuu kee gabbifattuโฆ
Miidiyaa yeroo kamuu ni dhaqqabdaโฆgaruu sammuun tantee tan waraqaa caala qulqulluu tuniโฆwaan hin taaneen gaafa guutamteโฆgaafa guddatte sirreessuun gatii si gaafataโฆ.!!
Kanaafuu barnoota kankee gosa hundaa duuka buutee hordofutuโฆnamoota hin beekne jala osoo follow gootu umrii kankee gubuu caala si fayyada..!
Ammarraa barnootatti jilbiifadhuโฆwaa dubbisii sammutti waa kuufadhuโฆumrii kankee keessaa stage ati amma irra jirtu kun waa hundaa ol qaaliidhaโฆwarqee qabdu kanaan hin qoosinโฆ!
Waa hundaa ol irratti xiyyeeffadhuโฆgaafa wahii osoo hin gaabbine ammuma dhaqqabadhuโฆ.!!
Galatoomaaโฆwaliif raabsaaโฆ!!
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โโ๏ทฝโโ
ุงููุณููุงู ู ุนูููููููู ููุฑูุญูู ูุฉู ุงููููู ููุจูุฑููุงุชูููโกโกโกโ
#MAALTAATE IMMOO.. ?! ๐ค
#MAALIIF AARTE..... ?!๐ก
๐ชตhaga rabbiin jiru homaa hin taatu... hin #aarin...
๐ชต rabbiin immoo yeroo maraa jiraataadha... ๐ฅฐ
๐ชตKanaafuu haga jiruu teetii homaa hin taatu jechuudha..... ๐#ALHAMDULILLAH๐นjedhi mee na duuka.... #ALHAMDULILLAAH๐น
โ#Mee... mee... seeqadhu.... ๐๐โบ..................๏ธ
abshir rahmata rabbii irraa garaa hin muratin..... garuu badii daleydee isarraa of hin fageessin.... tolee... ๐ค
share.... ๐

Warri qurโaanaa baga gammaddan โฆ
ุฃูู ุงููู ูุฎุงุตุชู
Subscribe godhaa๐๐ป
https://youtu.be/0uV_YG0NPQA?si=2WDmgTyyJXaBUFER

Warra Rabbiiโฆ.ุฃูู ุงููุฑุขู
Sadarkaa warra qurโaanaa
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Warri qurโaanaa baga gammaddan โฆ ุฃูู ุงููู ูุฎุงุตุชู Subscribe godhaa๐๐ป https://youtu.be/0uV_YG0NPQA?si=2WDmgTyyJXaBUFER
Kan itti aanuโฆ.
Qabxiilee 10 Seensa Tajwiidaatiin wal qabateeโฆ.
Seenaa hordofaa๐๐ป
https://youtu.be/0uV_YG0NPQA?si=2WDmgTyyJXaBUFER
Qabxiilee 10 Seensa Tajwiidaatiin wal qabateeโฆ.
Seenaa hordofaa๐๐ป
https://youtu.be/0uV_YG0NPQA?si=2WDmgTyyJXaBUFER
YouTube
Warra Rabbiiโฆ.ุฃูู ุงููุฑุขู
Sadarkaa warra qurโaanaa
โ๏ธ Ati ufii keetii uf dhaamsite taanaanโฆosoo ifaa addunyaa guutuullee ibsanii si ibsuu hin dandaโuโฆ.!!
Ufumaa keetii ifaa ufiif tahuu qabdaโฆ.okay ๐

โ๏ธ Yeroo cinqamte ykn rakkatte nama yaamattu sirritti addaan baastee beekuu qabdaโฆsababnisaas namni hundi yaamicha kee sijalaa hin awwaatu waan taheefโฆ.!!
๏ดฟููููููุฏ ูุงุฏุงูุง ููุญู ููููููุนู ู ุงูู ูุฌูุจููู๏ดพ
Allaah hoyโฆ๐คฒ๐ฟ
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
๏ดฟููููููุฏ ูุงุฏุงูุง ููุญู ููููููุนู ู ุงูู ูุฌูุจููู๏ดพ
Allaah hoyโฆ๐คฒ๐ฟ
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Jireenyi_tunโฆโฆ.๐ค
โ๏ธ Jireenyi yeroo hunda salphaa mitiโฆgaruu yoo hanguma Rabbiin siif kenne sana jaalatte siif salphachuu dandeessiโฆ!
โ๏ธ Namni Rabbitti hin amanne baโaa jireenyaa tana akkamitti akka ufitti salphisuu dandaโu hin beekne garuuโฆ.!, maaliin ufirraa salphisaanis gaafii natti tahaโฆ!
๐๐ผ Nuti garuuโฆjireenyi hammaattus, salphattus hunduu keeyriif akka tahe hubannaโฆkanatu keessa keenyaaf boqonnaa kennaโฆ.!
Yoo hammaatte ni obsinaโฆyoo nuuf laafte ykn gammachuu taateโฆgalata Rabbiin galfannaโฆhunduu nuuf keeyriidha. Hunduu nuuf mindaadha.
Namni akkuma isheen jirtutti jaalate jaalaluma argataโฆnamni jibbes jibbama argataโฆ.Rabbiin keenya gara laafessa, Rahmata qabeessasโฆ.!!
Rabbiin nuuf haa laaffisuโฆ.!!
Share๐๐ป

Hogganaan Telegiraam Faransaayitti toโatame
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC)-Hogganaan miidiyaa hawaasummaa Telegiraam Paaveel Duuroov Faransaayitti toโannoo jala oolfamuun gabaafame.
Miidiyaalee Fayansaay wabeeffachuun BBCโn akka gabaasetti, Paaveel Poolisii Faransaayiin kan toโatame, xiyyaara dhuunfaa isaan buufata xiyyaaraa Lee Burgee jedhamu wayita qubatutti taโuun eerameera.
Sababni toโatamuu isaas telegiraamiidhaan yakki raawwatameera jedhamuun ajaja akka toโannoo jala oolfamu irratti baโeen akka taโe Poolisiin ibseera.
Raashiyaatti kan dhalate, abbaan qabeenyaa kun lammummaa Faransaayii fi Emereetota Arabaa kan qabu taโuun ibsameera.
Paaveel Duroov, ragaalee fayyadamtootaa dabarsee hinkennuu jechuun bara 2018 telegiraamiin Raashiyaa keessatti ugguramee turuun ni yaadatama.

Hogganaan Telegiraam Faransaayitti toโatame Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC)-Hogganaan miidiyaa hawaasummaa Telegiraam Paaveel Duuroov Faransaayitti toโannoo jala oolfamuun gabaafame. Miidiyaalee Fayansaay wabeeffachuun BBCโn akka gabaasetti, Paaveel Poolisiiโฆ
Jarana Hoogganaan keenya hidhamee callisnaaโฆ๐ฅฒ
โกโกโก๏ทฝโกโกโก
#OBSI.....
โ Karatti hin dhaabin ammuma ittiin dararamii....
โ boru injifataa ta'ii jiraadhu...
share... โ๏ธ

Qabxiilee 10 Damee barnoota kanaatti osoo hin seenne duraโฆ.beekuu yoo barbaaddan
๐๐ป
Subscribe
https://youtu.be/fU3FZF4dj20?si=mTujzSjRwhumuaRF
๐๐ป
Subscribe
https://youtu.be/fU3FZF4dj20?si=mTujzSjRwhumuaRF
YouTube
Qabxiilee 10 kan osoo barnoota qawaaโida hin eegalin dura beekuu qabduudhaโฆ.!!
Yeroo keenya barnootaan haa dabarsinuu
โกโก๏ทฝโกโก
โ wantoota jahan kana hubadhu.... !!?
๐ฆ #Yaadi malee hindhiphatin... !
๐ฆNamarraa baay'ee hin eeggattin.... !
๐ฆDandeettii keetitti fayyadami..... !
๐ฆDogoggora kee irraa baradhu..... !
๐ฆOfitti amani.... !
๐ฆDandeettii kee beeki...!
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ wantoota jahan kana hubadhu.... !!?
๐ฆ #Yaadi malee hindhiphatin... !
๐ฆNamarraa baay'ee hin eeggattin.... !
๐ฆDandeettii keetitti fayyadami..... !
๐ฆDogoggora kee irraa baradhu..... !
๐ฆOfitti amani.... !
๐ฆDandeettii kee beeki...!
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Gammachuuโฆ.
โ๏ธ Jibbaa namaatii fi waanyoodhaaf bakka hin qabdu taanaan, gammachuu irraa walakkaa dhaaltee jirtaโฆ.!
Namaaf gaarii yaadda, gaariis namaaf hawwita taanaan walakkaa hafte itti guuttachuudhaan gammachuu guutuu dhaaltee jirtaโฆ..!!
Rabbiin keessa keenya haa qulqulleessuโฆ..!!

#Abuukii....
โ Abuu bakri ( Abdullaah binu Abii Quhaafaa jedhama).
Siddiiq jedhamuun beekkama.
โ Sababaan Siddiiq( Irra dhuga dubbataa namaa) jedhameef ?
Gahee guddaa inni guyyaa Rasuulli gara samii ol bahan sana taphateef...
Mushrikoonni Abuu bakriin wayta argan... "Saahibni Kee tokko halkan edaa Beytalmaqdas dhaqe jedhee haashaa dhageetteeyii? " jedhaniin.
Abuu Bakris: Dhugama akkas isiniin jedhee ? jedhee mushrikoota gaafate.
Mushrikoota: Eeyyan kan akkas jedhee odeessu dhageenyaa jedhaniin.
Abuu Bakris: Afaan isaatii bahe taanaan ani waan inni jedhe ni dhugoomsa.
kanaaf @Siddiiq jedhame.
Abuu Bakriin sahaabota biraa irraa maaltu adda isa godha mee naaf barreessaa ?!