𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
✍️ Kitaaba isin fayyadu tokko isiniif erguu barbaada…irraa fayyadamaa barnoota isaa YouTube eegallee jirra inshallaah… Kitaaba jecha takka qofaan hukmii 50 ykn 100 kennuuf si qarqaaru…: Eegallee jirra kutaa 2ffaa القواعد الفقهية للشيخ ناصر السعدي Asiin…
Daqiiqaa muraasa booda nu eegaa
Kitaabni kun hangam akka ijoo tahe seensa isaattu ragaadha…
Kitaaba Qawaa’ida fiqhiyyaa…kutaa 2ffaa gadi dhiifameera….seenaa baradhaa…yeroo keessanitti fayyadamaa…
Yoo isinitti tole Subscribe’like’ share godhaa
👇🏻
https://youtu.be/8m-F4cf1KlY?si=D9PHQu_SOB6Dtqvw

YouTube
Qawaa’ida Fiqhii kutaa 2ffaa (https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=FqwyTWwANwvQLWvF)
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Kitaabni kun hangam akka ijoo tahe seensa isaattu ragaadha… Kitaaba Qawaa’ida fiqhiyyaa…kutaa 2ffaa gadi dhiifameera….seenaa baradhaa…yeroo keessanitti fayyadamaa… Yoo isinitti tole Subscribe’like’ share godhaa 👇🏻 https://youtu.be/8m-F4cf1KlY?si=D9PHQu_SOB6Dtqvw
Beekkumsi….👇🏻
العلم أصل كل خير….
” Ilmiin bu’uura kheeyrii hundaati…." Gabaabinnaan faayidaa Ilmiin qabdu cuunfitee jecha takkaan ibsuu yoo barbaadde, jecha armaan olii tan Imaam #Alqraafiin ittiin ibsan tana fayyadamuu ni dandeessa…!!
Kitaaba irraa👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

☆☆☆﷽☆☆☆
#KARAALEE BEEKUMSA ITTIIN HORATAN.......!
✍ Jalqabni beekumsaa.... Cal'iinsa.
✍ Lammaffaan beekumsaa ..... dhagahuudha.
✍sadaffaan beekumsaa..... Qalbii keessatti galmeessuudha.
✍4ffaan xiyyeeffannoon qoratuudha.
✍5ffaan gochaan agarsiisuudha.
✍6ffaan kanneen hin beekne beeksisuudha.
✋Sadarkaa kaneen hordofi beekumsa horattaa!!

﷽
#AHBAABII.....!!
✍HADHA GUYYAAN GUYYAA INNI CAALAA GIYYOOTAA TA'E....ISA KEESSA SALAWAATA HEDDUMMEESSAA.....
🍃 اللهم صل وسلم وبارك علی نبینا,وحبیبنا ,وخلیلنا,وقدوتنا محمد وعلی آله وصحبه وسلم تسلیما کثيرا

Kitaabota kanneen hundaa 20 barsiisuuf qophii xumurree…eegallees jirra….
Seenaa hordofaa👇🏻
https://youtu.be/MFLf84_-toc?si=cP6nbYmrrVKUYNDs

Kitaabota 20 karoora bara kanaati…barachuuf qophiidhaa….!!
Kitaabota 20 kana keessaa 10 yoo barana fudhatte…kun jijjiirama guddaadha…!!
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Kitaabota kanneen hundaa 20 barsiisuuf qophii xumurree…eegallees jirra…. Seenaa hordofaa👇🏻 https://youtu.be/MFLf84_-toc?si=cP6nbYmrrVKUYNDs
Hanga hardhaa barreeffamaan wajjiin turre….vediodhaan kana caala wal barsiisuu dandeenya…ergaa barnoota qaban hedduu waliif dabarsuu dandeenya inshallaah
Seenaa Subscribe godhaa…
https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=eH6VYL_aHDW716Qv

IBRO MEDIA
Dhugaa dubbachuu yoo hin danda’in, dharaaf harka hin dhahin.
إن لم تستطع قول الحق فلا تصفق للباطل
إن لم تستطع قول الحق فلا تصفق للباطل
✍️ Qur’aana keessatti garaagarummaan jechoota armaan gadii maali….?
1) Halafa/حلف= kakate jechuudha…
ويحلفون با الله إنهم لمنكم
2) Qasam/قسم= kakatee…
وإنه لقسم لو تعلمون عظيم
Hiikni isaanii tokkoodha…garuu Rabbiin bakka garitti jecha tokkooffaa irra jiruun, iddoo tokko tokko immoo jecha 2ffaa irra jiruun ibsa….!!
Yaalaa mee👇🏻
https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=eH6VYL_aHDW716Qv
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) Halafa/حلف= kakate jechuudha…
ويحلفون با الله إنهم لمنكم
2) Qasam/قسم= kakatee…
وإنه لقسم لو تعلمون عظيم
Hiikni isaanii tokkoodha…garuu Rabbiin bakka garitti jecha tokkooffaa irra jiruun, iddoo tokko tokko immoo jecha 2ffaa irra jiruun ibsa….!!
Yaalaa mee👇🏻
https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=eH6VYL_aHDW716Qv
https://www.tg-me.com/tafak_or
YouTube
IBRO MEDIA
Dhugaa dubbachuu yoo hin danda’in, dharaaf harka hin dhahin.
إن لم تستطع قول الحق فلا تصفق للباطل
إن لم تستطع قول الحق فلا تصفق للباطل
Adeemsa_barnootaa…!!(360p)
<unknown>
buufadhaa irraa fayyadamaa....tartiiba barnootaa isin barsiisa...
Forwarded from Nasiha mohammed
﷽✍
🌹اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ♡♡
🤔 هل تعلم انك اذا توضيت قبل النوم يصلون عليك الف ملك؟؟!!
🤔 Ni beeytaa osoo hin rafin dura yoo wuduu'a godhatte sirratti araarama sii kadhatuu malaa'koonni 1000?!!
🤔 هل تعلم اذا قراءت سورة الدخان قبل النوم ستبشر بالجنة🌹🌹؟؟!!
🤔 Ni beeytaa osoo hin rafin yoo suuraa dukaan qaraate jannataan gammachiifamuu?!!
🤔هل تعلم انك اذا قراءت سورة الملك قبل ستؤجر من النار؟؟!!
🤔 Ni beeytaa ati yoo qaraate suuraa mulk osoo hin rafin dura ibidda jalaa nagaa bahuu??!!

✍️ Qur’aana keessatti garaagarummaan jechoota armaan gadii maali….? 1) Halafa/حلف= kakate jechuudha… ويحلفون با الله إنهم لمنكم 2) Qasam/قسم= kakatee… وإنه لقسم لو تعلمون عظيم Hiikni isaanii tokkoodha…garuu Rabbiin bakka garitti jecha tokkooffaa irra jiruun…
Garaagarummaa Halafaa fi qasamaa (lameenuu kakuudha)
Harka caalu hiika tokkotu kennamaaf….
1) Halafa/حلف
Jechi halafa jedhamaa kuni qur’aana keessatti bakka 13tti dubbatame…hunduu kakuu kijibaatiif Rabbiin jecha tanaan ibse…
Fkn: Rabbiin yeroo kakuu munaafiqtootaa irraa dubbatu ويحلفون isini wajjiin jirra jedhanii kakatan…garuu dubbiin dhugaa isaan isin wajjiin hin jiran jedhe…
2) Qasama/قسم
Garuu qasamni kakuu dhugaa qofarratti ykn kan paarsantiin olaanaan dhugaatti tilmaamamuun Rabbiin qasamaan ibse….!!
Kanaafuu:
Halafa: yoo kijibaan kakatte…!
Qasam: Yoo dhugaan kakate….
Wallaahu Aalam….
Share👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
Harka caalu hiika tokkotu kennamaaf….
1) Halafa/حلف
Jechi halafa jedhamaa kuni qur’aana keessatti bakka 13tti dubbatame…hunduu kakuu kijibaatiif Rabbiin jecha tanaan ibse…
Fkn: Rabbiin yeroo kakuu munaafiqtootaa irraa dubbatu ويحلفون isini wajjiin jirra jedhanii kakatan…garuu dubbiin dhugaa isaan isin wajjiin hin jiran jedhe…
2) Qasama/قسم
Garuu qasamni kakuu dhugaa qofarratti ykn kan paarsantiin olaanaan dhugaatti tilmaamamuun Rabbiin qasamaan ibse….!!
Kanaafuu:
Halafa: yoo kijibaan kakatte…!
Qasam: Yoo dhugaan kakate….
Wallaahu Aalam….
Share👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
١- إنما امره اذا اراد شيئاً ان يقول له كن فيكون "
٢- هو عليَّ هيّن "
٣- ولسوف يعطيك ربك فترضى "
٤- إن مع العسر يسرا "
٥- يدبر الأمر "
٦- وهو على كل شيء قدير "
ألا تكفيييييك......!!!
٢- هو عليَّ هيّن "
٣- ولسوف يعطيك ربك فترضى "
٤- إن مع العسر يسرا "
٥- يدبر الأمر "
٦- وهو على كل شيء قدير "
ألا تكفيييييك......!!!
✍️ Abdii hin kutatin…sa’aatiin milkaahinna keetii sa’aatii ati abdii keessa kutatte sana tahuun malaa….!!
@tafak_or
@tafak_or
✍️ Wantoota addunayaa kanarra jiran hundaa yoo sodaatte jalaa dheessita…Allaahaa malee…yoo isa sodaatte gara isaatti dheessita……!!
#Ibnul-Qayyim (Rahimahullaah)
#Ibnul-Qayyim (Rahimahullaah)
﷽
#MALLATTOO GOGGOGINA QALBII🫀 IRRAA: -........ ?!
✍Gabrichi yeroo rafu.... ma'asiyarratti rafuudha.
✍Yeroo dammaqus ma'asiyama irratti ka'uu
😳#Irra hedduun keenna keessaattu eega bilbila harkatti qabachuun nu qunname.... hedduun keenna yeroo rafu ma'asiyarratti rafaa beeki...
😳#Gariin osoo ma'asiyaa laaluu... ma'asiyaan if dadhabsiisee rafa.
😢#KUNI malattoo
share👇

GOGGOGINA QALBIITI...
🫀share👇