Telegram Web Link
โœ Uffata kankee qulqulleeffataa, amantii kankee garuu xureessaa Hin deemin...!
โœ Isaan lamaanuu kophee ๐Ÿ‘Ÿ tokko...garuu takka tan miila mirgaati, takka immoo tan bitaa taate malee...
lamaanuu gabroottan Israel...

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Waan Rabbiin kankee siif qoode jaaladhu, irra dureessa namaa taataaโ€ฆ.!
ูุฃุฑุถูŽ ุจู…ุง ู‚ุณู…ู‡ู ุงู„ู„ู‡ ู„ูƒ ุŒ ุชูƒูู† ุฃุบู†ู‰ ุงู„ู†ุงุณ โค
Hardha barbaachisummaa ykn gahee dubartoonni islaamaa qaban irraa waa xiqqoo dubbachuu barbaadaโ€ฆ..
Anonymous Poll
98%
A) ๐Ÿ‘
3%
B) ๐Ÿ‘Ž
โœ๏ธBarbaachisummaa dubartootaa

๐Ÿ–‹๏ธDubartoonni hawaasa keessatti gahee guddaa qabu..Yoo dubartoonni tolan hawaasni guutuun tola.
๐Ÿ–‹๏ธDubartiin haadha, haadha manaati; obboleettii fi ijoollee tanteetiโ€ฆ.

โ€œ Duniyaan tuni meeshaadhaโ€ฆirra gaariin meeshaa addunyaa tanaa dubartii gaariidha" Sallallaahu aleyhi wasallam
๐Ÿ–‹๏ธ Guyyaa tokko Ergamaan aalamaa Sallallaahu aleyhi wasallam bifa kanaan gaafatame:
Qabeenya addunyaa tanaa keessaa irra caalaan nuti jabeeffachuu qabnu isa kami?
โ€ข Arraba zikrii heddummeessu,
โ€ข Qalbii shukrii ykn galata galchu,
โ€ข Haadha manaa gaarii Iimaanarratti si qarqaartu..


๐Ÿ–‹๏ธ Waa Sadi gammachuuu waa sadi hoongoodha. Isaanis:
1 Haadha manaa laaltee itti gammaddu, yoo biraa fagaattes lubbuu ishee fi ijoollee tanteetiif ishee amantuโ€ฆ
2 Yaabbii gaarii hiriyyaa tanteetitti si qixxeessitu qabaachuuโ€ฆ!
3 Mana baldhaa keessatti boqattu qabaachuuโ€ฆ.

๐Ÿ–‹๏ธ Dubartoonni waa afuriif nikaaha godhaman. Isaanis:
1 Qabeenya isheetiif,
2 Zarii isheetiif,
3 Bareedinna isheetii fi
4 Diinii isheetiifโ€ฆTan diinii qabdu sana jabeessii qabadhuโ€ฆ.

#Itti_fufaโ€ฆ.
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
#Hubadhuโ€ฆ..

๐Ÿ–‹๏ธ Dubbiin kankee gaariin namoota biraa keessatti faana uumaaโ€ฆ
๐Ÿ–‹๏ธ Dhiifamni ati nama gaafattu, gatii guddaa qabaโ€ฆ
๐Ÿ–‹๏ธ Nama hubachuu dandaโ€™uun kankee naamusa ati qabdu ibsaโ€ฆ!
๐Ÿ–‹๏ธ Dogoggora namni sitti dalage irra dabruun bilchinna sammuu keetii ibsaโ€ฆ!
๐Ÿ–‹๏ธ Hamilee namaa eeguun kankee qarummaa kankee ibsaโ€ฆ!
๐Ÿ–‹๏ธ Jaalala tikfachuun innuu mataan isaatuu jaalalaโ€ฆ!
๐Ÿ–‹๏ธ Wanti ati namoota birootiif gumaachite, deemee simatti deebiโ€™aโ€ฆ.

Bareedinni karaa armaan olii kanaan ibsamaโ€ฆBareedinna kee kana namarraa hin dondhoomin, booddee qullaatti haftaaโ€ฆ.!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Yaa Rabbi jireenya keenya qurโ€™aana wajjiin; qurโ€™aanaan; qurโ€™aanaaf nu taasisiโ€ฆ..!!
#Yaadachiisa

Warroota profile keessan suuraa keessan irra godhattaniifโ€ฆ.
Suuraa kankee qofaan falfaala ykn Sihrii akka sirratti dalagamuu dandaโ€™u qaba qabdaaโ€ฆ.
Kun haasaa afaanii osoo hin taane qabatamaan waan argameedhaโ€ฆ.

Rabbiin isin haa eeguโ€ฆ.ergaa tana share waliif godhaaโ€ฆ.!!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
#Galaa_jireenyaaโ€ฆ.!!

โœ๏ธ Girgiddaa mana moofaa ykn mana hiyyeessaa duubaan ilaaltee, nama mana sana keessa jiraatu irratti murtee hin kenninaaโ€ฆ!
Manatu biyyeedhaan tolfame malee, Ruuhii warqii caaltutu keessa jiraatuun mala..
โœ๏ธ Manneen akkasii sana osoo seentee ilaaltee, bunni isaanii sukkaara hin qabu malee jaalalli isaan siif qaban sukkaara caala miโ€™aawaaโ€ฆ..
โœ๏ธ Akkasuma qaldhinnaa fi furdinna namaas ilaaltee maalummaa namaa hin murteessinโ€ฆ
Qaama isaattu qaldhate malee, gabbinni sammuu isaa addunyaa guutuu kunuunsuu dandaโ€™aโ€ฆfurdinna qaamaa garte malee keessi isaa hoffaa tahuu dandaโ€™aโ€ฆ..
Waan xiinxallee argeefโ€ฆ.

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Sirrimatti itti amaniโ€ฆ
Wanti si dabre tokko duruma siif hin uumamne, wanti siif uumame yoomuu akka si jala hin dabarre itti amanuu qabdaโ€ฆ.!!

@tafak_or
2024/09/28 07:24:02
Back to Top
HTML Embed Code: