Soomni guyyaa Aashuuraadhaa Kuni Ulmaa'ii garii biratti sadarkaa sadihitti jira. isaanis:
1) Guyyaa 9ffaa, 10ffaa fi 11ffaa soomuu... hadiisni laafaa tahus dhufee jira... salafa keessaa namoonni Hadiisa kanatti dalaganis jiru.
2) Guyyaa 9ffaa fi 10ffaa soomuu... harka caalu hadiisni hedduun isa kana ilaallata...
3) Guyyaa 10ffaa qofa soomuu... kunis hayyamamaadha.. rakkoon qabu guyyaa boruu qofas soomtee yoo dhiiste...!!
Rabbiin isinirraa haa jaalatu
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

#Rahmatummaa...
โ Namni asiin dura guyyaa #Aashuuraa soomuu aadeffate, garuu ammaan tana Sababa rakkootiif, dhukkubsatew ykn Sababa xurii laguutiif jecha dhiise.... akkuma nama soomeetti isaaf barreeffama...!!
โ Hadiisa keessatti akkana jedhama:
โ ุฅุฐุง ู ุฑุถ ุงูุนุจุฏ ุฃู ุณุงูุฑ ูุชุจ ูู ู ุซู ู ุง ูุงู ูุนู ู ู ููู ุง ุตุญูุญุงโ
โ Gabrichi tokko yoo dhibame, yookiin yoo Imala bahe, akkuma waan yeroo biyya jiruu fi fayyaan jiruutti wanti inni dalagaa ture sun isaaf galmeeffama... โ
Share๐

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ููููููุฏู ุฃูุฑูุณูููููุง ู
ููุณูู ุจูุขููุงุชูููุง ุฃููู ุฃูุฎูุฑูุฌู ููููู
ููู ู
ููู ุงูุธููููู
ูุงุชู ุฅูููู ุงูููููุฑู ููุฐููููุฑูููู
ุจูุฃููููุงู
ู ุงูููููู ุฅูููู ููู ุฐููููู ููุขููุงุชู ูููููููู ุตูุจููุงุฑู ุดููููุฑู
Aayata tana dubbisaan ture... baay'ee natti tolte...!!

โ Aashuuraan walitti hidhata cimaa muslimoonni wajjiin qaban nu yaadachiisa...
Muslimoonni jaarraa gara garaa keessa jiraatanis; yeroo fi iddoon jireenya isaanii addaan fagaatus isaan tokkoma...!!
Obbolummaa iimaanaa tan gidduu keenya jirtu mirkaneessuun dirqama keenya...!
ูุงูู ุคู ููู ูุงูู ุคู ูุงุช ุจุนุถูู ุฃูููุงุก ุจุนุถ....
โ Guyyaan Aashuuraa guyyaa shukrii fi galataati.. guyyaa Nasrii fi tumsa isa keessa Rabbiin irraa barbaadaniidha...!
Guyyaa akka hardhaa kana Ummanni Nabiyyallaahi Muusaa ( Aleyhissalaam ) nu dhaqqabanii bar jedhaniin:
Achumaa Nabiyyallaahi Muusaanis : Tasgabbaahaa, ani Rabbii kiyyatu na wajjiin jira waan taheef.... amma karaa naaf saaqaa...!!
ููุง....ุฅู ู ุนู ุฑุจู ุณููุฏูู....
ูุณุฃู ุงููู ุฃู ูููููุง ูู ุง ูุญุจู ููุฑุถุงูุ ูุงูุญู ุฏ ููู ุฑุจ ุงูุนุงูู ูู...
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Muslimoonni jaarraa gara garaa keessa jiraatanis; yeroo fi iddoon jireenya isaanii addaan fagaatus isaan tokkoma...!!
Obbolummaa iimaanaa tan gidduu keenya jirtu mirkaneessuun dirqama keenya...!
ูุงูู ุคู ููู ูุงูู ุคู ูุงุช ุจุนุถูู ุฃูููุงุก ุจุนุถ....
โ Guyyaan Aashuuraa guyyaa shukrii fi galataati.. guyyaa Nasrii fi tumsa isa keessa Rabbiin irraa barbaadaniidha...!
Guyyaa akka hardhaa kana Ummanni Nabiyyallaahi Muusaa ( Aleyhissalaam ) nu dhaqqabanii bar jedhaniin:
Achumaa Nabiyyallaahi Muusaanis : Tasgabbaahaa, ani Rabbii kiyyatu na wajjiin jira waan taheef.... amma karaa naaf saaqaa...!!
ููุง....ุฅู ู ุนู ุฑุจู ุณููุฏูู....
ูุณุฃู ุงููู ุฃู ูููููุง ูู ุง ูุญุจู ููุฑุถุงูุ ูุงูุญู ุฏ ููู ุฑุจ ุงูุนุงูู ูู...
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Qur'aana haffazuu maaltu isin dhorke mee ?
Deebii quubsaa qabduu....!!
Deebii quubsaa qabduu....!!
Qur'aana haffazuu maaltu si dhoorke.....?
โ Namoonni gariin, qur'aana Tajwiida waan hin dandeenyeef jedhee... qur'aana haffazuu dhiise,.....!
โ Namoonni gariin ammoo qur'aana itti dalaguu Hin danda'u waan taheef....maal godhaa waan hin dandeenye haffaza jedhee dhiise...!
โ Tokko ammoo yeroo isa haffazuu Hun qabu jedhee dhiise...!
โ Namni gariin munaafiqummatti uf yaada... badii tiyya wajjiin akkamitti qur'aana haffaza jedhee dhiise...!
โ Kun dalagaatu busy nu godhe jedhee ufirraa dhiise...!
Kun hunduu gorsa sheeyxaanaa waan taheef ufirraa dhiisi...!
Koottu fuula kankee qur'aanatti deebifadhu.... Ikhlaasa qabaannaan qur'aana haffazuun salphaadha.... Rabbiin balbala keeyrii tana siif bana inshallah...!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Namoonni gariin, qur'aana Tajwiida waan hin dandeenyeef jedhee... qur'aana haffazuu dhiise,.....!
โ Namoonni gariin ammoo qur'aana itti dalaguu Hin danda'u waan taheef....maal godhaa waan hin dandeenye haffaza jedhee dhiise...!
โ Tokko ammoo yeroo isa haffazuu Hun qabu jedhee dhiise...!
โ Namni gariin munaafiqummatti uf yaada... badii tiyya wajjiin akkamitti qur'aana haffaza jedhee dhiise...!
โ Kun dalagaatu busy nu godhe jedhee ufirraa dhiise...!
Kun hunduu gorsa sheeyxaanaa waan taheef ufirraa dhiisi...!
Koottu fuula kankee qur'aanatti deebifadhu.... Ikhlaasa qabaannaan qur'aana haffazuun salphaadha.... Rabbiin balbala keeyrii tana siif bana inshallah...!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูู_ุฃุฎุชู....
โ Niqaaba godhatteef heeruma hin ooltu, qullaa deemteef dafteellee hin heerumtu...!
Wallaahi osoo mana xuubii fi dhakaadhaan ijaarame keessattis sitti qollofanii rizqiin kankee dhufuun isaa waan hin oolle....!!

โ Uffata kankee qulqulleeffataa, amantii kankee garuu xureessaa Hin deemin...!
#Hijaab....
โ Yeroo jalqabaatiif bara hijaabni dirqama godhame sana... Irra qulqulluu dubartootaattu, irra qulqulluu dhiiraa irraa hajjabate (Sahaabota baana).
Muslimoonni jaarraa kanaa hoo hangam takka ufitti amanamummaa qabna?
Dhiirti gadaa tanaa osoo akka jarri itti isin ilaalan gartanii, silaa fuula keessan sibiilaan hajjabattu ture.... ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Yeroo jalqabaatiif bara hijaabni dirqama godhame sana... Irra qulqulluu dubartootaattu, irra qulqulluu dhiiraa irraa hajjabate (Sahaabota baana).
Muslimoonni jaarraa kanaa hoo hangam takka ufitti amanamummaa qabna?
Dhiirti gadaa tanaa osoo akka jarri itti isin ilaalan gartanii, silaa fuula keessan sibiilaan hajjabattu ture.... ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ซต
โ Namoonni gariin yeroo dogoggora kankee siif sirreessan, akka waan isaan kurnyan warra jannataan gammachiifamanii san keessa jiran sitti fakkaata...!!
Hundi keenyaa hanqinna qabna, yeroo dogoggora waliif sirreessitan nama tahuu keessan hin dagatinaa... gala teenya maaliin akka xumuramtu Rabbiin qofatu beeka...
Rabbiin gala teenya nu haa tolchu.... ๐คฒ

โ Isaan lamaanuu kophee ๐ tokko...garuu takka tan miila mirgaati, takka immoo tan bitaa taate malee...
lamaanuu gabroottan Israel...
https://www.tg-me.com/tafak_or
lamaanuu gabroottan Israel...
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ๏ธ Waan Rabbiin kankee siif qoode jaaladhu, irra dureessa namaa taataaโฆ.!
ูุฃุฑุถู ุจู ุง ูุณู ูู ุงููู ูู ุ ุชููู ุฃุบูู ุงููุงุณ โค

#Jihaada_lubbuu
โ๏ธ Qabsoon ati hardha akka lubbuun tantee gadi dhaabbattuuf jecha lubbuu tantee wajjiin gootu kunโฆ..#Mahriin ishee jannata..!
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ๏ธ Qabsoon ati hardha akka lubbuun tantee gadi dhaabbattuuf jecha lubbuu tantee wajjiin gootu kunโฆ..#Mahriin ishee jannata..!
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Duโaaโii sadan tana hin dagatinaa. Isaanis:
1) Yaa Rabbi gala teenya nu tolchiโฆ.!
2) Duโa teenya dura towbaa qulqulluu nuuf hiriโฆ!
3) Rabbiin qalbii teenya islaamummaa irra gadi nu haa dhaabuuโฆ.!
Share๐๐ป

Hardha barbaachisummaa ykn gahee dubartoonni islaamaa qaban irraa waa xiqqoo dubbachuu barbaadaโฆ..
Anonymous Poll
98%
A) ๐
3%
B) ๐
โ๏ธBarbaachisummaa dubartootaa
๐๏ธDubartoonni hawaasa keessatti gahee guddaa qabu..Yoo dubartoonni tolan hawaasni guutuun tola.
๐๏ธDubartiin haadha, haadha manaati; obboleettii fi ijoollee tanteetiโฆ.
โ Duniyaan tuni meeshaadhaโฆirra gaariin meeshaa addunyaa tanaa dubartii gaariidha" Sallallaahu aleyhi wasallam
๐๏ธ Guyyaa tokko Ergamaan aalamaa Sallallaahu aleyhi wasallam bifa kanaan gaafatame:
Qabeenya addunyaa tanaa keessaa irra caalaan nuti jabeeffachuu qabnu isa kami?
โข Arraba zikrii heddummeessu,
โข Qalbii shukrii ykn galata galchu,
โข Haadha manaa gaarii Iimaanarratti si qarqaartu..
๐๏ธ Waa Sadi gammachuuu waa sadi hoongoodha. Isaanis:
1 Haadha manaa laaltee itti gammaddu, yoo biraa fagaattes lubbuu ishee fi ijoollee tanteetiif ishee amantuโฆ
2 Yaabbii gaarii hiriyyaa tanteetitti si qixxeessitu qabaachuuโฆ!
3 Mana baldhaa keessatti boqattu qabaachuuโฆ.
๐๏ธ Dubartoonni waa afuriif nikaaha godhaman. Isaanis:
1 Qabeenya isheetiif,
2 Zarii isheetiif,
3 Bareedinna isheetii fi
4 Diinii isheetiifโฆTan diinii qabdu sana jabeessii qabadhuโฆ.
#Itti_fufaโฆ.

#Dubartiin_barโฆ.
โ๏ธ Gaheen dubartoonni hawaasa keessatti qaban, gahee utubaan manaa mana keessatti qabuudhaโฆakkuma manni utubaa malee dhaabachuu hin dandeenye hawaasnis dubartoota malee dhaabachuu hin dandaโanโฆ
#Isaan_maleeโฆ

#Hubadhuโฆ..
๐๏ธ Dubbiin kankee gaariin namoota biraa keessatti faana uumaaโฆ
๐๏ธ Dhiifamni ati nama gaafattu, gatii guddaa qabaโฆ
๐๏ธ Nama hubachuu dandaโuun kankee naamusa ati qabdu ibsaโฆ!
๐๏ธ Dogoggora namni sitti dalage irra dabruun bilchinna sammuu keetii ibsaโฆ!
๐๏ธ Hamilee namaa eeguun kankee qarummaa kankee ibsaโฆ!
๐๏ธ Jaalala tikfachuun innuu mataan isaatuu jaalalaโฆ!
๐๏ธ Wanti ati namoota birootiif gumaachite, deemee simatti deebiโaโฆ.
Bareedinni karaa armaan olii kanaan ibsamaโฆBareedinna kee kana namarraa hin dondhoomin, booddee qullaatti haftaaโฆ.!

โ๏ธ Yaa Rabbi jireenya keenya qurโaana wajjiin; qurโaanaan; qurโaanaaf nu taasisiโฆ..!!