๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Suuraan Kuni maal Ibsa.... nama dursee argate.... kaardii Abbaa 50 badhaasaan...
Daqiiqaa 30 qofa qabdan... achiin boodatti namni deebise..... sadaqaa jaariyaa siif taati malee... kaardiin Akka nama Udhiyyaa salaata dura qaleeti....
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Suuraan Kuni maal Ibsa.... nama dursee argate.... kaardii Abbaa 50 badhaasaan...
Hanga ammaa warri yaaltan hunduu baay'ee galatoomaa...deebiin isin yaaltan hedduun sirritti itti qajeela... garuu kan nuti barbaanne deebii qofa osoo hin taane... The best answerdha...
Deebiin isaa...... ๐
Obsaan na eegaa... badhaafamtoonnis yoo jiraatan... isiniif himaa
Deebiin isaa...... ๐
Obsaan na eegaa... badhaafamtoonnis yoo jiraatan... isiniif himaa
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Suuraan Kuni maal Ibsa.... nama dursee argate.... kaardii Abbaa 50 badhaasaan...
Deebiin #Hama/Wal hamachuu
โ Kan muka Jala ciisu sun sihi ... mukni Marge Kun immoo dalagaa tanteeti... dalagaa ati ifaajjee... keeyrii ati dalagatte.
Firii isaa situ nyaachuu qaba ture... garuu toltuu ati dalagatte, warra ati isaan hamataa oolte santu sirraa guurata guyyaa qiyaamaa...
ni ifaajja...kan ifaajju ammoo nama biraatiif....
walumaagalatti Suuraan waan hedduu ibsa, Suuraan Kuni Kitaaba guddaadha... hundi keessanuu akka keessanitti argattanii jirtu.... garuu sirritti kan inni ibsu... hama/nama hamachuu ibsa.
Family Tafakkur baay'ee galatoomaa... garuu nama tokko qofatu yaada kiyya kanatti dhihaate....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Suuraan Kuni maal Ibsa.... nama dursee argate.... kaardii Abbaa 50 badhaasaan...
Eennutu badhaafamuu qaba amma ? ๐
#Baatiiwwan_hajjii
โ ุงูุญุฌ ุฃุดูุฑ ู ุนููู ุงุช.....โ
โ Hajjiin baatiiwwan beekkamtuudha......โ
Baatiiwwan hajjiidhaa sunniin:
1) Shawwaal,
2) Zul-qa'adaa,
3) Kurnyan duraa Zul-Hijjaa irraa..
Warra irraa fayyadamu nu haa taasisu Rabbiin....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ ุงูุญุฌ ุฃุดูุฑ ู ุนููู ุงุช.....โ
โ Hajjiin baatiiwwan beekkamtuudha......โ
Baatiiwwan hajjiidhaa sunniin:
1) Shawwaal,
2) Zul-qa'adaa,
3) Kurnyan duraa Zul-Hijjaa irraa..
Warra irraa fayyadamu nu haa taasisu Rabbiin....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ Dubartoota Armaan gadii tanneen hin fuudhinaa... 1) Mannaanaa, 2) Annaanaa, 3) Hannaanaa, 4) Haddaaqaa, 5) Barraaqaa, 6)Shaddaaqaa, 7) Ushbatud-daar jedhaman..... Isiniif galee? haa hiikkamuu ?๐ https://www.tg-me.com/tafak_or
5ffaan: #Barraaqaa
Barraaqaa jechuun... dubartii dibata heddummeessitu, dubartii garmalee uf babbareechisuu yaaltu....
Bareedinni ishee sun Abbaa manaa ishee gammachiisuuf osoo hin taane, namoota biraa gowwoomsuuf ykn Bareedinna ishee sana ummatatti mukdhifachuuf... hanga namni hundi waa'ee ishee haasahu takka kan uf bareechitu jechuudha...
tana hin fuudhinaa walumaagalatti.....
6ffaa: #Shaddaaqaa/Odeessituu...
Shaddaaqaa jechuun: dubartii yeroo hundaa iyyitu; ta oduu addaan hin kunne; tan haasaa ishee keessatti kijiba heddummattu...
Tan oduu bu'aa hin qabne hanga namni ishee hifatutti haasoftu jechuudha....
Beekkamaadha oduun ishee qiletti akka si gatu.... irraa fagaadhu....
7ffaa: Rabbuu ittiin isin hin mokkorin..... 7ffaan๐
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Barraaqaa jechuun... dubartii dibata heddummeessitu, dubartii garmalee uf babbareechisuu yaaltu....
Bareedinni ishee sun Abbaa manaa ishee gammachiisuuf osoo hin taane, namoota biraa gowwoomsuuf ykn Bareedinna ishee sana ummatatti mukdhifachuuf... hanga namni hundi waa'ee ishee haasahu takka kan uf bareechitu jechuudha...
tana hin fuudhinaa walumaagalatti.....
6ffaa: #Shaddaaqaa/Odeessituu...
Shaddaaqaa jechuun: dubartii yeroo hundaa iyyitu; ta oduu addaan hin kunne; tan haasaa ishee keessatti kijiba heddummattu...
Tan oduu bu'aa hin qabne hanga namni ishee hifatutti haasoftu jechuudha....
Beekkamaadha oduun ishee qiletti akka si gatu.... irraa fagaadhu....
7ffaa: Rabbuu ittiin isin hin mokkorin..... 7ffaan๐
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ฎ #ุญูููุฉ
โ Dhiirtis intala yeroo inni laafe isa hin kaddamtu; yaala isaatiif tan hirriba dhabdu; hanga gaafa inni fayyee lafaa ol jedhutti, akka haadha isaatti tan isa kunuunsitu yoo hin fuunee... maal fuudhe jedhamaree....!
Dubartiinis nama yeroo isheen dhibamte rifatuuf; yaala isheetiif ganamaaf galgala nama yaadu; hamma danda'uun akkuma haati finna ufii kunuunsitu nama ishee kunuunsu yoo hin argannee... heerumte hin jedhamtu...!
โ Yeroo hundaa Rahmata Rabbiin gidduu keessan kaahe yaadadhaa... waliif Rahmata oolaa....
"ูุฌูุนูู ุจูููููู ู ูุฏููุฉู ูุฑุญู ูุฉ".

โ Rabbiin Subhaanahu wata'ala Maqoota 99 qaba... Mee amma kamtu sammuu kee keessa dursee si dhufe....?!
Comment jalatti barreessi ajrii warra dubbisee argattaa.... ๐

๐ Waa hojjachuu qofaa miti, waan hojjatan sana bareechanii hojjachutu akka dhiiroo.....!
โ Nama hedduu biratti beekkamtii argachuuf jecha waan hin danda'amne wahii dalaguun sirraa hin eeggamu.... homa jaalattu tokko bifa addaatiin bareechitee yoo dalagde, osoo nama tokko qofallee taatee namni si beeku yoomuu sin dagatu....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Nama hedduu biratti beekkamtii argachuuf jecha waan hin danda'amne wahii dalaguun sirraa hin eeggamu.... homa jaalattu tokko bifa addaatiin bareechitee yoo dalagde, osoo nama tokko qofallee taatee namni si beeku yoomuu sin dagatu....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Baatii Ramadaanaattu caala moo.... kurnyan Zul-Hijjaa tanatu caala...?!
waan amanuun isinitti ulfaatu tokko isinitti himuu Mee ?!

Ani waan arge hunda hin barreessu... garuu waanan beeku sana bifa addaatiin akka barreessu uf beeka.... uf jajuu kootii miti..... waan Rabbiin naaf kenne himadhe Alhamdulillaah...
waan ajaa'iba takka isiniif himuuf deema inshallah.... waan na ajaa'ibeef.....

#Kana_beektuu_laata...!
1) Rabbiin Ramadana qur'aana keessatti yeroo takka qofa dubbate, garuu kurnyan Zul-Hijjaa tana yeroo afurii ol dubbate....
A) Suuraa fajrii jalqabarratti,
B) Suuraa A'araaf... keeyyata 142,
C) Suuraa Hajjii keeyyata 28,
D) Suuraa Buruuj....
2) Rabbiin waa'ee Ramadaanaa irraa osoo hin dubbatin dura waggaa 13/14n dursee waa'ee kurnyan Zul-Hijjaa dubbateera.
Aayanni waa'ee kurnyan Zul-Hijjaa haasoftu aayatoota yeroo jalqabaa buufaman keessaa tokko.
Rabbiin sahaabaa Rasuulaa osoo Randaanaan hin laanjisin kurnyan Zul-Hijjaa tanaan leenjise....!
3) Kurnyan Zul-Hijjaa jechuun guyyoota ka'abaan ๐ keessa ijaaramte....
4) kurnyan Zul-Hijjaa Guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Ismaa'iliin lubbuu isaa keessa baraare....
5) Guyyoota Rabbiin lowhii Nabiyyallaahi Muusaadhaaf keessa barreesse...!
6) Guyyoonni kunneen guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Muusaa keessa dubbiseen....!
7) Guyyoonni kunneen guyyoota Nabiyyallaahi Muusaan Aleyhissalaam Nyaataa fi dhugaati tokko malee halkaniif guyyaa walitti dhaabee ibaadaa keessa dalagaa tureedha.
8) Guyyaa Aayanni Islaamummaan guuttamuu ilaalchisee dubbattu keessa buufamteedha...
ุงูููู ุฃูู ูุช ููู ุฏูููู ........!
9) Inumaa Hadiisa garii keessatti akka dubbatametti guyyoonni kunneen guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Daawudiif Aleyhissalaam keessa araaramedha....
ูุบูุฑูุง ูู......!
Guyyoota salphaa nutti fakkaata... Irra hedduun keenya hanga yeroo Ramadaanaa zahmaa goonu guyyoota kana quba hin qabnu..
akkamitti Irra caaltuu guyyoota addunyaa tanaa taate jettee uf gaafattee beektaa... !?
Dhugaa hin fakkaatu mitii... !!
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) Rabbiin Ramadana qur'aana keessatti yeroo takka qofa dubbate, garuu kurnyan Zul-Hijjaa tana yeroo afurii ol dubbate....
A) Suuraa fajrii jalqabarratti,
B) Suuraa A'araaf... keeyyata 142,
C) Suuraa Hajjii keeyyata 28,
D) Suuraa Buruuj....
2) Rabbiin waa'ee Ramadaanaa irraa osoo hin dubbatin dura waggaa 13/14n dursee waa'ee kurnyan Zul-Hijjaa dubbateera.
Aayanni waa'ee kurnyan Zul-Hijjaa haasoftu aayatoota yeroo jalqabaa buufaman keessaa tokko.
Rabbiin sahaabaa Rasuulaa osoo Randaanaan hin laanjisin kurnyan Zul-Hijjaa tanaan leenjise....!
3) Kurnyan Zul-Hijjaa jechuun guyyoota ka'abaan ๐ keessa ijaaramte....
4) kurnyan Zul-Hijjaa Guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Ismaa'iliin lubbuu isaa keessa baraare....
5) Guyyoota Rabbiin lowhii Nabiyyallaahi Muusaadhaaf keessa barreesse...!
6) Guyyoonni kunneen guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Muusaa keessa dubbiseen....!
7) Guyyoonni kunneen guyyoota Nabiyyallaahi Muusaan Aleyhissalaam Nyaataa fi dhugaati tokko malee halkaniif guyyaa walitti dhaabee ibaadaa keessa dalagaa tureedha.
8) Guyyaa Aayanni Islaamummaan guuttamuu ilaalchisee dubbattu keessa buufamteedha...
ุงูููู ุฃูู ูุช ููู ุฏูููู ........!
9) Inumaa Hadiisa garii keessatti akka dubbatametti guyyoonni kunneen guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Daawudiif Aleyhissalaam keessa araaramedha....
ูุบูุฑูุง ูู......!
Guyyoota salphaa nutti fakkaata... Irra hedduun keenya hanga yeroo Ramadaanaa zahmaa goonu guyyoota kana quba hin qabnu..
akkamitti Irra caaltuu guyyoota addunyaa tanaa taate jettee uf gaafattee beektaa... !?
Dhugaa hin fakkaatu mitii... !!
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Tafakkur jechuun ana... ana jechuun Tafakkur....
Maatii jaalalaa... warra hanga hardhaa Mucaa qaldhaa kana hin beekneef.... ๐

โ Zul-Hijjaa guyyaan hardhaa guyyaa 8ffaati... Guyyaa #Tarwiyaa jedhama.... guyyaa Hujjaajonni Rabbii Ibaadaa keessa eegalan...
Guyyaan boruu ammoo guyyaa 9ffaati.... guyyaa Arafaa.... guyyaa guddaadha....
Rabbiin guyyoota kanarraa warra milkaahu nu haa taasisu... ๐คฒ
Guyyaan boruu ammoo guyyaa 9ffaati.... guyyaa Arafaa.... guyyaa guddaadha....
Rabbiin guyyoota kanarraa warra milkaahu nu haa taasisu... ๐คฒ
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ Zul-Hijjaa guyyaan hardhaa guyyaa 8ffaati... Guyyaa #Tarwiyaa jedhama.... guyyaa Hujjaajonni Rabbii Ibaadaa keessa eegalan... Guyyaan boruu ammoo guyyaa 9ffaati.... guyyaa Arafaa.... guyyaa guddaadha.... Rabbiin guyyoota kanarraa warra milkaahu nu haaโฆ
Guyyaa 8ffaa....
Guyyaa Tarwiyyaa wanti jedhameef ?
Keessummoonni Rabbii guyyaa kana keessa bishaan qabatanii Makkaan irraa gara Arafaa imaluudhaaf guyyaa keessa siinqeffatan...
ykn Guyyaa kana keessa Makka irraa gara Minaa waan deemaniif jedhama.... wlhu A'alam....
https://www.tg-me.com/tafak_or
Guyyaa Tarwiyyaa wanti jedhameef ?
Keessummoonni Rabbii guyyaa kana keessa bishaan qabatanii Makkaan irraa gara Arafaa imaluudhaaf guyyaa keessa siinqeffatan...
ykn Guyyaa kana keessa Makka irraa gara Minaa waan deemaniif jedhama.... wlhu A'alam....
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Hoo'a kanaan Wal qabatee dargaggeessi qunxaadhaan๐ฉณ salaattan uf eeggadhaa... mogolee teessan dhoksaa.... Mogoleen owraa irraahi....!
https://www.tg-me.com/tafak_or
https://www.tg-me.com/tafak_or