#Ignore....
โ Waa hedduu akka waan hin garreetti bira kunna:
Ijaan laallee arguu dhabnee osoo hin taane, qalbii keenyatu waan arge sana ilaalee quufe.
Bubbeen hobonboleettii hundi jireenya kee diiguuf hin dhuftu, bubbeen gariin karaa kankee qulqulleessuudhaaf dhufti...!
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

#Sirkaa.....๐ข
Aamiin jedhaa...
๐ Nama isaan beelesse Rabbiin beela baraa Rabbiin isaaniitti haa buusu,
๐ nama isaaniitti mala baase Rabbiin isaan haa salphisu,
๐ Nama qe'ee isaanii irraa isaan buqiise, Rabbiin dachee itti haa dhiphisu....
Aamiin Yaa Allaah..... ๐คฒ

#Irraa_baqadhaa.... ๐ซ
โ Jireenya ishee keessa kaayyoo wanti jedhamaa goonkumaa hin jiru...!
โ Akka haadha manaatti ittigaafatamummaa ishee bahachuu hin dandeessu...!
โ Gatii ishee qaama ufii qofaan uf madaalti ( Furdinnaa fi Bareedinna isheettu isheef waan guddaadha ..)...!
โ Qullaa uffattee hawaasa keessa qaanfii malee yaati...!
โ Qaanfii tokko malee dubbataa... sunuu jabeenya itti fakkaata...!
โ Abbaan manaa gaariin ishee biratti, nama kiishaa waa qabu qofa...!
โ Fiilmii Romance movies ilaalaa oolti....!
โ Abbaa barbaaddetti laaqamtee wajjiin taphachaa oolti....!
โ Filmiin Turkey, Hollywood, Korea fi chinaa kan isheen hin beekne hin jiru...!
โ Social Median addunyaa tanarratti suusii ishee keessaa guddaadha...!
โ Sirba feete yoo gaafatte, ishetu nama sirbe waliin itti siif guuta...!
Haalli shamarran gadaa tanaa hedduun kana fakkaata.... tan akkanaa tana fuudha jettee yeroo ufirraa hin gubin...!
๐ Osoo giiftii bareedumaas taatee irraa fagaadhu...!
Join๐Share
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Jireenya ishee keessa kaayyoo wanti jedhamaa goonkumaa hin jiru...!
โ Akka haadha manaatti ittigaafatamummaa ishee bahachuu hin dandeessu...!
โ Gatii ishee qaama ufii qofaan uf madaalti ( Furdinnaa fi Bareedinna isheettu isheef waan guddaadha ..)...!
โ Qullaa uffattee hawaasa keessa qaanfii malee yaati...!
โ Qaanfii tokko malee dubbataa... sunuu jabeenya itti fakkaata...!
โ Abbaan manaa gaariin ishee biratti, nama kiishaa waa qabu qofa...!
โ Fiilmii Romance movies ilaalaa oolti....!
โ Abbaa barbaaddetti laaqamtee wajjiin taphachaa oolti....!
โ Filmiin Turkey, Hollywood, Korea fi chinaa kan isheen hin beekne hin jiru...!
โ Social Median addunyaa tanarratti suusii ishee keessaa guddaadha...!
โ Sirba feete yoo gaafatte, ishetu nama sirbe waliin itti siif guuta...!
Haalli shamarran gadaa tanaa hedduun kana fakkaata.... tan akkanaa tana fuudha jettee yeroo ufirraa hin gubin...!
๐ Osoo giiftii bareedumaas taatee irraa fagaadhu...!
Join๐Share
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Daqiiqaa muraasa booda Darsiin ni eegalla
Addunyaan tuni dawaa tokko qofa qabdi. innis:
Obsa gaarii qabaachuudha....!
Obsa gaarii qabaachuudha....!
โ Ilma namaa taatee maaf boonta....!
Tasgabbaahaa mee...!
Hanga feetes jabaa taatu, hundi keenyaa guyyaa tokko qabrii keessatti, ciree mixiidhaa tahuu dandeenyaa...!!
@tafak_or

Jiraachuun qofti gahaa miti...!
โ Wanti murteessaan jireenya hagam jiraattee osoo hin taane, jireenya akkam jiraattee dabarsiteedha....!
แแแ แแ แซแ แ แแญแญ แณแญแแ
แแ แ แญแแต แ แญแแต แแญแญ แแแข
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Wanti murteessaan jireenya hagam jiraattee osoo hin taane, jireenya akkam jiraattee dabarsiteedha....!
แแแ แแ แซแ แ แแญแญ แณแญแแ
แแ แ แญแแต แ แญแแต แแญแญ แแแข
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Namni yeroo jalqabaatiif Safaa fi marwaa gidduu fiige eennu____?
Anonymous Poll
8%
A) Isma'il (Aleyhissalaam)
17%
B) Ibraahim (Aleyhissalaam)
78%
C) Haajara...
#Hortee_gaarii
โ Haadha manaatiin eegale, haati manaa tollaan, horteen ishee irraa daraarus midhaaga waan taheef.... ๐
๏ดฟูุงูุฐูู ูููููู ุฑุจููุง ููุจ ููุง ู ู ุฃูุฒูุงุฌููุง ููุฐูุฑููููุงุชููุง ููุฑููุฉู ุฃุนูููู๏ดพ [ุงููุฑูุงู: ูงูค]
โ Isaannan jedhan, Rabbii keenya dubartoota keenyarraa fi daraaraa keenyarraa dasii ijaa nuuf kenyi....โ [Furqaan: 74}.
Rabbiin jaartii gaarii isiniif haa kennu.....
๐๐น
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Haadha manaatiin eegale, haati manaa tollaan, horteen ishee irraa daraarus midhaaga waan taheef.... ๐
๏ดฟูุงูุฐูู ูููููู ุฑุจููุง ููุจ ููุง ู ู ุฃูุฒูุงุฌููุง ููุฐูุฑููููุงุชููุง ููุฑููุฉู ุฃุนูููู๏ดพ [ุงููุฑูุงู: ูงูค]
โ Isaannan jedhan, Rabbii keenya dubartoota keenyarraa fi daraaraa keenyarraa dasii ijaa nuuf kenyi....โ [Furqaan: 74}.
Rabbiin jaartii gaarii isiniif haa kennu.....
๐๐น
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Rabbitti qarqaarsifadhu....hin dadhabin....!
ุงุณุชุนู ุจุงููู ููุง ุชุนุฌุฒ
ุงุณุชุนู ุจุงููู ููุง ุชุนุฌุฒ
โ๏ธ Maqaan haadha Bilaal binu Rabaah (Radiyallaahu anhu) eennu jedhama___?
Anonymous Quiz
37%
A) Yamaamaa
37%
B) Hamaamaa
26%
C) Hilaanaa
โ Rabbiin faaruu haqa godhatu, faarfamuu jaalataa... Alhamdulillaah jedhi....!
ุฅููู ุงููููฐู ููุญุจ ุฃูู ููุญู ุฏ ุ ูููู ุงูุญู ุฏููู ๐ฉถ.
Alhamdulillaah๐

โ Rabbiin gabricha tokko yoo jaalate, ni mokkora.....!
ุฅู ุงููู ุฅุฐุง ุฃุญุจ ุนุจุฏูุง ุงุจุชูุงู .
Jaalala Rabbii argachuuf obsuun dirqama....!

#Oyruu.....
โ Qalbiin ilma namaa tuni oyruudha... jechoota gaggaarii keessatti facaasuu hin dagatinaa...! ๐
Yoo isiniif atootte firii isaa haamachuu dadhabdanis, magariisummaa dacheetti qananiitu waan taheef.....!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Qalbiin ilma namaa tuni oyruudha... jechoota gaggaarii keessatti facaasuu hin dagatinaa...! ๐
Yoo isiniif atootte firii isaa haamachuu dadhabdanis, magariisummaa dacheetti qananiitu waan taheef.....!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Lamaanuu_barbada...๐
โ Tokkotu xayyaara keessatti keessummeessituun ingiliffaan "beef ๐ or chicken ๐"/ Foon moo lukkuu barbaadda jettee gaafatteen?
Achumaa "Monday" barbaada jedheen ? ๐
Kan moggaa isaa xayyaara keessa jiru, hiika kenneefii "Lukkuudha moo Foon nyaatta?" siin jedhaa jirtii bar jedheen...!
Maal Ani hiika wallaale seetaa "Monday"/ุงูุฅุซููู jedhaanii jiraa bar jedheen... jedhama๐
Guyyร an Monday afaan Arabiffaatiin maal jedhama ? yoo hiika isaa beektan dubbiin qaallichi sirrii jiraa beektan... ๐