Telegram Web Link
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
‏"ุฒูŠู†ูˆุง ุฌูู…ุนุชูƒู… ุจุงู„ุฏุนุงุก๐Ÿ•Š‏ ูˆ ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ุฑุณููˆู„ ๏ทฒ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู…ุŒูˆุฃุณุนุฏูˆุง ุฃู…ูˆุงุช ุงู„ู…ูุณู„ู…ูŠู† ููŠู‡ุง ุจุฏุนูˆุฉ "๐Ÿ’™.
‏โง#ูŠูˆู…_ุงู„ุฌู…ุนู‡โฉ
https://www.tg-me.com/tafak_or
Guyyaan Jum'aa kennaa Rabbiin Ummata hunda keessaa... Ummata Nabi Muhammadiif (Sallallaahu aleyhi wasallam) qofa kenneedha.
Ragaa isaa Hadiisa suuraa gubbaa jiru sana dubbisaa.
Sagalee darsii guyyaa Jimaataa ilaalchisee....?
Anonymous Poll
96%
A) Haa qaraanu
7%
B) hin qaraanu
ุฃูˆุขุฎุฑ ุณูˆุฑุฉ ุงู„ุฃู†ุจูŠุงุก || ุฑูˆุงูŠุฉ ูˆุฑุด
ุนุจุฏุงู„ุนุฒูŠุฒ ุณุญูŠู…
๏ดฟุฅูู†ู‘ูŽ ู‡ุฐูŽุง ุงู„ู‚ูุฑุขู†ูŽ ูŠูŽู‡ุฏูŠ ู„ูู„ู‘ูŽุชูŠ ู‡ููŠูŽ ุฃูŽู‚ูˆูŽู…ู ูˆูŽูŠูุจูŽุดู‘ูุฑู ุงู„ู…ูุคู…ูู†ูŠู†ูŽ ุงู„ู‘ูŽุฐูŠู†ูŽ ูŠูŽุนู…ูŽู„ูˆู†ูŽ ุงู„ุตู‘ุงู„ูุญุงุชู ุฃูŽู†ู‘ูŽ ู„ูŽู‡ูู… ุฃูŽุฌุฑู‹ุง ูƒูŽุจูŠุฑู‹ุง๏ดพ
[ุงู„ุฅุณุฑุงุก: ูฉ]
๐Ÿ“š

๐Ÿ“–ุฃูˆุขุฎุฑ ุณูˆุฑุฉ ุงู„ุฃู†ุจูŠุงุก | ุฑูˆุงูŠุฉ ูˆุฑุด | ุงู„ู‚ุงุฑุฆ ุนุจุฏุงู„ุนุฒูŠุฒ ุณุญูŠู….
๏ดฟููŽุงุณุชูŽุฌูŽุจู†ุง ู„ูŽู‡ู ูˆูŽู†ูŽุฌู‘ูŽูŠู†ุงู‡ู ู…ูู†ูŽ ุงู„ุบูŽู…ู‘ู ูˆูŽูƒูŽุฐู„ููƒูŽ ู†ูู†ุฌููŠ ุงู„ู…ูุคู…ูู†ูŠู†ูŽ๏ดพ
[ุงู„ุฃู†ุจูŠุงุก: ูจูจ]

ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุฃู†ุช ุณุจุญุงู†ูƒ ุฅู†ูŠ ูƒู†ุช ู…ู† ุงู„ุธุงู„ู…ูŠู†๐Ÿคฒ

Sirritti dhageeffadhaaa
#Kutaa_3ffaa

Hardha galgala.... sa'aatii muraasa booda.... Isin qophiidhaa ?
#Sirkaa.....๐Ÿ˜ข

Aamiin jedhaa...

๐Ÿ‘‰ Nama isaan beelesse Rabbiin beela baraa Rabbiin isaaniitti haa buusu,
๐Ÿ‘‰ nama isaaniitti mala baase Rabbiin isaan haa salphisu,
๐Ÿ‘‰ Nama qe'ee isaanii irraa isaan buqiise, Rabbiin dachee itti haa dhiphisu....

Aamiin Yaa Allaah..... ๐Ÿคฒ
#Irraa_baqadhaa.... ๐Ÿšซ

โœ Jireenya ishee keessa kaayyoo wanti jedhamaa goonkumaa hin jiru...!
โœ Akka haadha manaatti ittigaafatamummaa ishee bahachuu hin dandeessu...!
โœ Gatii ishee qaama ufii qofaan uf madaalti ( Furdinnaa fi Bareedinna isheettu isheef waan guddaadha ..)...!
โœ Qullaa uffattee hawaasa keessa qaanfii malee yaati...!
โœ Qaanfii tokko malee dubbataa... sunuu jabeenya itti fakkaata...!
โœ Abbaan manaa gaariin ishee biratti, nama kiishaa waa qabu qofa...!
โœ Fiilmii Romance movies ilaalaa oolti....!
โœ Abbaa barbaaddetti laaqamtee wajjiin taphachaa oolti....!
โœ Filmiin Turkey, Hollywood, Korea fi chinaa kan isheen hin beekne hin jiru...!
โœ Social Median addunyaa tanarratti suusii ishee keessaa guddaadha...!
โœ Sirba feete yoo gaafatte, ishetu nama sirbe waliin itti siif guuta...!

Haalli shamarran gadaa tanaa hedduun kana fakkaata.... tan akkanaa tana fuudha jettee yeroo ufirraa hin gubin...!

๐Ÿ‘‰ Osoo giiftii bareedumaas taatee irraa fagaadhu...!

Join๐Ÿ‘‡Share
https://www.tg-me.com/tafak_or
Daqiiqaa muraasa booda Darsiin ni eegalla
Sarara ykn Beeytii 10ffaa irraa eegalla hardha ....!
Addunyaan tuni dawaa tokko qofa qabdi. innis:


Obsa gaarii qabaachuudha....!
โœ Ilma namaa taatee maaf boonta....!

Tasgabbaahaa mee...!
Hanga feetes jabaa taatu, hundi keenyaa guyyaa tokko qabrii keessatti, ciree mixiidhaa tahuu dandeenyaa...!!

@tafak_or
2024/09/29 07:30:47
Back to Top
HTML Embed Code: