Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh.
โ๏ธ Tol Rabbiin guddaan gadaa tana keessa dubartii islaamaatiif oole keessaa, fageenyatti barnoota barachuudha. karaa salphaadhaan manuma ishee keessa teettee barnoota hedduu argachuu dandeessi.
โ Imalli Ilmiidhaa/barnoota Shari'aa Kuni jireenya dubartootaa keessatti, gadaa Nabii keenyaa irraa eegalee (Sallallaahu aleyhi wasallam) hanga gadaa tanaa waan diriireedha.
Dubartiin gadaa tana keessa Ilmii barataa jirtu hunduu, karaa warra ishee duraa -( dubartoota sahaabotaa fi Taabi'ootaa, akkasuma hayyuu hedduu isaanii as jiran)- qabattee deemaa jirti.
โ Dubartoonni Sahaabaa waa'ee Ibaadaadhaan wal qabatu ilaalchisee, akkasuma gaafilee hedduu islaamummaan wal qabatu, kan isaaniif hin galle Rasuula Rabbii Sallallaahu aleyhi wasallam gaafachaa turan.
โ Rasuulli dubartootaaf qofa, guyyaa isaan waa'ee islaamummaa sirritti itti baratan, waan duniyaa fi aakirattis isaan fayyadaa isaaniif guduunfuuf jecha guyyaa addaa godheefii barsiisaa ture..!
Kanarraa ka'uun, gahee dubartoonni islaamaa Diinii barachuu keessatti qabanii fi qooda isaan islaamummaa diriirsuu keessatti qaban guddaa akka tahe tilmaamuun nama hin dhibu.
โ Dubartoonnis barnoota shari'aatiin dagaaguu keessatti, garaagarumma dhiiraan waan hin qabneef jecha... manneen muslimtoota hedduu keessaa Ulmaa'ii fi urjiiwwan addunyaan tuni isaaniin ifte hedduun biqilaa turan.
๐ท Dubartoonni islaamaa Ilmii barachuun jireenya dubartootaa keessatti bu'aa maal uf keessaa qaba___?
1) Ibaadaa Rabbiin waajiba ishee irratti godhe, Akka isheen dhuftetti bifa gaariin gaggeessuuf ilmii nama barate gaafata.
2) Ijoollee isaanii Akhlaaqa islaamaa; mallattoo fi shari'aa islaamaatiin leenjisanii guddisuuf dubartii ilmii baratte gaafata.
3) Ilmii barattee, waan baratte sana deebitee barsiisuunuu isheef Ibaadaadha. Ilmii barataa jirti jechuun Ibaadatti jirti jechuudha.
4) Hidhannoon ishee moodeloota gadaa tanaa osoo hin taane, moodeloota addunyaa tanaa warra turan, kanneen akka Aa'ishaa fi Ummu Salamaa tahaa dhufa.
5) Addunyaan tuni bakka turte sanitti deebi'uuf, dhaloota akka sahaabaa sanneen oomishuu yoo barbaanne... dubartoonni barnoota Islaamaa keessatti qooda ishee bahachuu nu gaafata.
๐@Ibroo keessan....
Galatoomaa....!๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

#Aamiin_jedhi....
โ Qalbii bareedduu, ishee jaalachuu qofaan galata ishee deebisuu hin dandeessu. sanuu yoo du'aa'ii gooteef malee...!
Rabbii koo... qalbiiwwan nuti jaalanne tan ati qofti beektu sana nuuf tiksi.., hanga jaalala nuti qabnuuf saniin nuuf gammachiisi..., gammachuu gammachuu irraan nuuf dabaliif....!
Allaahumma... aamiin... ๐คฒ

Dhiirummaa jechuun maal jechuudha.....?๐ค
ibsa barbaadeeti... nama sirritti naa ibsu Mee
.....

#Dhiirummaa......๐ซต
Jecha kabajaati.... bakka ulfinnaati....
๐ Dhiirummaan kennuu, arjoomuu fi wareegama barbaachisu kafaluudha...!
๐ Dhiirummaan nama gaarii siif ooleef gaarii ooluu fi nama hamaa sitti ooleefis gaarima yaaduudha...!
๐ Dhiirummaa jechuun... namoota biraaf kabaja qabaachuu, akkasuma ilaalcha isaaniitiifis kabaja qabaachuu... isaan tuffachuu fi sadarkaa isaanii gadi buusuu dhabuudha..
๐ Dhiirummaa jechuun dhugaa ol baastee dubbachuu... dhugaa dirretti baasuudha... dhugaa dubbachuu keessatti sodaa wanni jedhamu keessa keetii dhabamuudha...!
๐ Dhiirummaa jechuun...guddinna lubbuu... guddinna sammuu.... bakka guddaa gahuuf tarkanfachuudha...
๐ Dhiirummaa jechuun Duudhaa fi Safuu hawaasaa eeggachuu...
๐ Dhiirummaa jechuun... sodaa Rabbii qabaachuudha... bakka Rabbiin jaalatutti argamuudha...!
๐ Dhiirummaa jechuun... Bareedinna keetiin osoo hin taane namummaa keetiin dubartii hawatuudha...!
๐ Dhiirummaa jechuun bakka miidhamni jirutti haqa dalaguudha...!
๐ Dhiirummaa jechuun... Hajamaa hunda, bakka inni harka diriirsetti moggaa dhaabachuudha....!
๐ Dhiirummaa jechuun... Sadarkaa kankee beektee... bakka siif kenname bira kutuu dhabuudha....!
๐ Dhiirummaa jechuun... bakka silaa Aaluu/gadoo bahachuu dandeessutti Irra namaaf dabruu... iddoo aariin sitti jirtutti if toohachuu...!
๐ Dhiirummaa jechuun... harka lafaadhaan... imimmaan fula Abdii kutaterraa haquu...!
๐ Dhiirummaa jechuun... ijji kee gammachuun.. keessi kee boqonnaa horatee... osoo nama hin miine rafuudha...
yoom kana qofa๐

โ Namni hedduun harka bitaa isaatti sa'aatii ๐ฐ gatii qaaliidhaan bitame hidhatee deema, garuu yeroon isa biratti waa hunda caalaa rakasa...!!
Afaaniinis yeroon qaaliidha jedhaa deema... maa itti hin fayyadamin ree...!?
@tafak_or

Haa'iyyaa Kutaa 1ffaa
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Haa'iyyaa Kutaa 1ffaa dhageeffadhaa...
โ Nama dhugaa dubbatu tasa yoo gartan harkatti hidhadhaa... lakkoofsi isaanii gadaa tana keessa xiqqaataa dhufee jira.
๏ดฟุฅูููู ุงููู ููุญูุจูู ุงูุชูููุงุจูููู๏ดพ
ุฃุณุชุบูุฑู ุงููู ู ู ูู ุฐูุจ ูุฃุชูุจู ุฅููู.

โฐ.....
โ Biyya chaayinaa keessatti sa'aatii harkaa baaftanii namaa kennuu fi bitanii akka kennaattis namaaf kennuun dhorkaadha. sa'aatii namaaf kennuu jechuun si ajjeesaa/hin duutaa qaxaroo eeggadhu jechuudha...!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Biyya chaayinaa keessatti sa'aatii harkaa baaftanii namaa kennuu fi bitanii akka kennaattis namaaf kennuun dhorkaadha. sa'aatii namaaf kennuu jechuun si ajjeesaa/hin duutaa qaxaroo eeggadhu jechuudha...!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Salphaa_seetaa....
โFuula Obboleessa keetiitti seeqachuun sadaqaadhaโ
ูุชุจุณู ู ูู ูุฌู ุฃุฎูู ุตุฏูุฉ......
โ Wanti kun yoo ilaalan salphaa wahii namatti hin fakkaatuu?! Mee koottaa namoota namaaf seeqachuu hin dandeenyeen wal isin barsiisaa...:
Waanyoon hin seeqattu,
namni jibbaa kee qabu siif hin seeqatu..., ๐
Namni aarii qabu seequu hin danda'u..., ๐
Namni faallaa kee deemu seequu hin danda'u..., ๐
Namni guddinna kee hin jaalanne seequu hin danda'u....,๐
namni boonu seequu hin danda'u...., ๐
namni hinaaffaa kee qabu seequu hin danda'u...,๐
diinni keetis siif hin seeqatuu itti qabadhu... ๐
โ Seequun nama qoma fayyaa qabdu qabuu fi nama dhugaan si jaalatu qofarraahi....!
Join๐

Ganama kee furtuu ๐๏ธ lamaan banachuu qabda. isaanis:
#Niyyaa_gaarii
Niyyaan gaariin furtuu Rizqii siif taati.
#Dubbii_gaarii
dubbiin gaariin furtuu qalbii siif taati.
Oolmaa gaarii isiniif haa tahu.
ููู ุฌู ูู ุจุงุฐู ุงููู

#Hikmaa...
โ Kopheen kee masjidatti dhokachuun rakko xiqqoodha. kopheen kee masjidarraa dhokachuun garuu rakkoo guddaadha.
Yoo dandeessan seenaaf isinii taatii Balbala masjidaa gubbatti varreeffadhaa.... gaafa asirraa na dhabdan maybe ittiin na yaadattuu....!!

Haa'iyyaa Kutaa 2ffaa
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Kutaa 3ffaa... guyyaa boruu inshallah
Guyyaa boruu/Jimaata Haa'iyyaa osoo qaraanee....
guyyaa 3n kana keessatti buusnee Kitaaba biraa eegaluu ni dandeenya..... Mee maal jettu?
Yaada keessan bahaa

Muslimoonni Wal tuffachuun haraama.... ๐ซ
โ Hanga fedhe hiyyoomatus, hanga fedhe wallaalaa tahus muslima tuffachuun haraamaa beeki. Nama muslima hin tuffatinaas, hin xiqqeessinaas..!
#Ibnu_Useymiin(Rahimahullaah) Kitaaba armaan gadii keessatti dubbatan.
๏บท๏บฎ๏บก ๏บ๏ปท๏บญ๏บ๏ป๏ปด๏ปฆ ๏บ๏ป๏ปจ๏ปฎ๏ปญ๏ปณ๏บ 382
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Hanga fedhe hiyyoomatus, hanga fedhe wallaalaa tahus muslima tuffachuun haraamaa beeki. Nama muslima hin tuffatinaas, hin xiqqeessinaas..!
#Ibnu_Useymiin(Rahimahullaah) Kitaaba armaan gadii keessatti dubbatan.
๏บท๏บฎ๏บก ๏บ๏ปท๏บญ๏บ๏ป๏ปด๏ปฆ ๏บ๏ป๏ปจ๏ปฎ๏ปญ๏ปณ๏บ 382
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
"ุฒูููุง ุฌูู
ุนุชูู
ุจุงูุฏุนุงุก๐ ู ุงูุตููุงุฉ ุนูู ุฑุณููู ๏ทฒ ุนููู ุงูุตูุงุฉ ูุงูุณูุงู
ุูุฃุณุนุฏูุง ุฃู
ูุงุช ุงูู
ูุณูู
ูู ูููุง ุจุฏุนูุฉ "๐.
โง#ููู _ุงูุฌู ุนูโฉ
https://www.tg-me.com/tafak_or
โง#ููู _ุงูุฌู ุนูโฉ
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Jannah....
โ Jannata keessa duuti hin jirtu; dhibeen hin jirtu; gaddaa f gadadoon hin jirtu; dhiphachuun hin jiru; nyaatanii mana fincaanii deemuun hin jiru.... gammachuu qofa...
Anaaf isinillee warra Jannataa nu haa taasisu Rabbiin....๐คฒ
ุฌุนููุง ุงููู ูุฅูุงูู ู ู ุฃูู ุงูุฌูุฉ.