โ Gammachuu bakka itti argatte hundattuu hatuu qabda.... ๐
#Hubachiisa: hatii gammadii osoon taane gammachuu hatiidha, Akka na jalaa hin dogongorre...!!

ุณูุฑุฉ ุงูุฅููุทุงุฑ
Mansoor Al-Salmi
ุชูุงูุฉ ุฎุงุดุนุฉ ูุณูุฑุฉ ุงูุงููุทุงุฑ
ุจุตูุช ุงููุงุฑูุก ู ูุตูุฑ ุงูุณุงูู ู
ุงูููู ุงููุนูุง ูุงุฑูุนูุง ุจุงููุฑุขู ุงูุนุธูู
Aaaaaaah boqonnaa qalbii kootii....
https://www.tg-me.com/tafak_or

โ Bilbilli keessan Sunnaa fi Towhida facaaauudhaaf kan isin hin qarqaarre; kan keeyritti kakaasuu fi hamtuu irraa wal seeruuf isin hin tajaajille yoo ta'e keeyrii isiniif hin qabu.
Bilbila keessan Haraama keessaa dhiqaa....
โ Rabbiin keeyrii isiitii fi keeyrii isiin tolfamteef hunda isiniif haa hiru... hamaa isheetii fi hamtuu isheen tolfamteef isin haa baraaru.
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Bilbila keessan Haraama keessaa dhiqaa....
โ Rabbiin keeyrii isiitii fi keeyrii isiin tolfamteef hunda isiniif haa hiru... hamaa isheetii fi hamtuu isheen tolfamteef isin haa baraaru.
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

#Ashaaraa_Gaarii....
โ Hordoftoota Chanala ykn Group kee hordofan keessaa, kan afaaniin hin dubbanne, garuu kan ergaan ati dabarsitu isaan jala hin dabarretu jira. Namoota ergaa kee yoo dubbisan onneerraa gammaddan heddutu jiru.
โ Hordoftoota xiqqoo qaba jettee yookiin hordoftoonni koo hedduun hin fayyadaman jettee, keeyrii dalagaa jirtu irraa hin dhaabatin.
โ Kuni dhugaa kophummaa islaamummaan qabdu/Gurbaa muldhisa... homa qabdu sana wajjiin haala gaariin jiraadhu...
Ergaan ati dabarsitu Kun qabeenya ani boru uf duubatti dhiisee deemaa jiru; dalagaa boru fuuldura Rabbiitti irraa gaafatamu jedhii sirritti itti yaaddahi.
Osoo abbaan addunyaa tanarraa fagaatellee...ashaaraan gaariin duuba isaatti hafa.
ูุงุฑุชูู...... ูุงูุชูู......ูุงุชูู.....๐ฑ
@Ibro

Hardha galgala
Bid'aan akkamitti akka eegale gudii dhageettanii koottaa....
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Bid'aan akkamitti akka eegale gudii dhageettanii koottaa....
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Iccitiin_dalaguu....
๐
ูุงุณุชุนูููุง ุนูู ูุถุงุก ุญูุงุฆุฌูู ุจุงููุชู ุงู...."
โ Kaayyoon dhaamsa kanaa waanyoo fi ija namaa dheefaaf qofa, waan dhoksaadhaan dalagaa jedhamni sehee ture. yoo xiinxallee guyyaa keessa Hadiisa kana ilaalu, kaayyoon isaa kanarra guddaadha.
#Iccitiidhaan_dalagaa
Yaada keessan dirree baaftanii gaafa dalagdan, milkaahuu dhabuus dandeessu..., miidhamni isin achi booda miidhamtan, miidhama kaayyoo keessan kufuu sana caala waan taheef....
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Waa'ee abjuu keessanii fi karoora keessan fuulduraaf itti deemaa jirtan ol baastanii irraa dubbachuun, lubbuu keessan irraa waan guddaa wahii akka eegdan, bakka guddaa gahuu akka yaaddan isin godhร ... garuu yoo haasaha booda waan xiqqoo wahii milkooftan garuu, hamileen isin beeksisaa turtan sun addunyaa keessa faffaca'ee jira... hangam takka ufitti qaanfattu.
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Abjuun keetis akkuma qabeenya keetii si jalaa hatamuu danda'a waan ta'eef....
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Gammachuun kophaa keessanii fi dadhabbii keessan qofaan bakka yaaddan gahuudhaa... gammachuu mallaqaan hin tilmaamamne waan taheef...!
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Dandeettii namoota hedduu hanga hujiidhaan hin geenye haasaa keessatti dhumata waan taheef....
@Ibro keessan...

Bid'aa fi Firqaa wanni jedhamu bara kam keessa eegale_?
Anonymous Poll
37%
A) Hijraa irraa waggaa 25 hanga 37
39%
B) Hijraa irraa waggaa 37 hanga 100
34%
C) Hijraa irraa waggaa 100 hanga 150
Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh.
โ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san.
Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita.
yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita.
@Ibro
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san.
Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita.
yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita.
@Ibro
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Pireezidaantiin Iraan Ibrahim Raa'isii fi qoondaalonni biyyaatti ol'aanoon saddeet balaa helikooptaraan lubbuun isaanii darbuu miidiyaan biyyattii gabaasee jira.
ุงูุชููุฒููู ุงูุฅูุฑุงูู ุงูุฑุณู ู ูุนูู ููุงุฉ ุงูุฑุฆูุณ ุฅุจุฑุงููู ุฑุฆูุณู ูู ุฑุงูููู ุจุชุญุทู ู ุฑูุญูุชูู .
odeeffannoo dabalataaf๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
ุงูุชููุฒููู ุงูุฅูุฑุงูู ุงูุฑุณู ู ูุนูู ููุงุฉ ุงูุฑุฆูุณ ุฅุจุฑุงููู ุฑุฆูุณู ูู ุฑุงูููู ุจุชุญุทู ู ุฑูุญูุชูู .
odeeffannoo dabalataaf๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Earphone gurraa sa'aatii tokkoof fayyadamte taanaan... baakteriyaan gurra keenyaa dachaa 700 dabalaa dhufa.
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Rabbiin_biratti_jaalatamtuudha
โ Arrabarratti baay'ee laaftu, miizana qiyaamaa garuu akka malee tan namaa ol kaastu:
ุฎูููุชุงู ุนูู ุงููุณุงู ุซูููุชุงู ุจุงูู ูุฒุงู
๐
ุณุจุญุงู ุงููู ูุจุญู ุฏู
ุณุจุญุงู ุงููู ุงูุนุธูู
Subhaanallaah wabihamdihii&
Subhaanallaahil Aziim.
Mee Tasbiiha godhaa...
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Arrabarratti baay'ee laaftu, miizana qiyaamaa garuu akka malee tan namaa ol kaastu:
ุฎูููุชุงู ุนูู ุงููุณุงู ุซูููุชุงู ุจุงูู ูุฒุงู
๐
ุณุจุญุงู ุงููู ูุจุญู ุฏู
ุณุจุญุงู ุงููู ุงูุนุธูู
Subhaanallaah wabihamdihii&
Subhaanallaahil Aziim.
Mee Tasbiiha godhaa...
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Nagaa_bultanii... ๐ซต
โ Hanga fedhe gadaan jijjiiramee, hanga fedhe sadarkaa fi qilleensi isaanii jijjiiramus warroonni gaarummaa fi qulqullinni keessa isaanii hin jijjiiramne.
โ Warroonni qoreen hammeenyaa fi xiqqeenyaa osoo koomee isaanii jalaan waraantu, abaaboo abdiidhaa namaaf qooddan nagaa bultanii...!
โ Warroota jireenyi isin hadheessitee, sanumaan wajjiinuu harka kennachuu diddan.
๐ warroonni gaddaan raftanii, abjuu guddaadhaan hirribaa dammaqxan,
๐ warroonni qilleensi jireenya keessanii hammam hadhaahus seeqataa deemtan....
๐ warroonni ganamaaf galgala Rabbii keessanitti warwaattan hunduu nagaa bultanii....
@Ibro...
Rabbiin barii hardhaa uume Kuni gammachuu guyyaa tanaa isin haa dhageessisu... ๐คฒ
Share๐

โ Naannoo sin madaalle jiraachuu jechuun gabaabinnumatti teessoo kanarra taa'uu jechuudha.
akkam Mee Yimechal? ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
akkam Mee Yimechal? ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or