Telegram Web Link
โœ Hattuun dur Itoophiyaatti caammaa namaa Masjidaa hattu sun jirti moo hin jirtu... yoo jiraatte ergaa qabaafii.....



natti_himaa... ๐Ÿ‘‡
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
โœ Hattuun dur Itoophiyaatti caammaa namaa Masjidaa hattu sun jirti moo hin jirtu... yoo jiraatte ergaa qabaafii..... natti_himaa... ๐Ÿ‘‡
Waa'ee hattuu kophee masjidaa ilaalchisee... Page ๐Ÿ“„ fi walakkaa erga barreessee booda... gidduudhaan addaan kute wlh....!

maaliif beektuu? eennutu biraan naaf gaha gaafii jedhutu? sammuu keessa na seene... moo hattuun kophee garee kana jalas ni jira.....! ๐Ÿ˜
๐Ÿ‘‰ Hattoota kophee masjidarraa nama jalaa hataniif dhaamsa gabaabaa....biraan naaf gahaa.

โœ Akkuma beekkamu kophee masjidatti nama jalaa hatuu jechuun, karaa biraatiin keeyrii irraa nama baqachiisuu fi karaa Rabbii irraa nama deebisuu jedhama.
โœ Hattuun kopheedhaa qajeelatti duula muslimtootatti godhaa jira jechuudha... (Mana Rabbii hin seeninaa, masjida deemtanii hin salaatinaa jechaa jira).
โœ Nama meeqatu Sababa daasni ykn kopheen isaa jalaa badeef jecha salaata Masjidaa dhiise... gariin isaa inumaa isaa reef towbatee ganaa gara Masjidaa dhufaa jiruu yoo kopheen jalaa hatamu.... bakka isaatti deebi'uuf galgala sanillee hin eegu... ๐Ÿ˜
โœ Nama masjidatti azaa godhuun, qajeelatti Masjidaan loluu jechuudha... kanaafuu wantoonni akkanaa kunniin, itti yaadameefii yaadamuu baatus, masjida irraa wal dhoorkuu jedhama.
Rabbiin qur'aana isaa kabajamaa keessatti akkana nuun jedha:
๏ดฟูˆูŽู…ูŽู† ุฃูŽุธู„ูŽู…ู ู…ูู…ู‘ูŽู† ู…ูŽู†ูŽุนูŽ ู…ูŽุณุงุฌูุฏูŽ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุฃูŽู† ูŠูุฐูƒูŽุฑูŽ ููŠู‡ูŽุง ุงุณู…ูู‡ู ูˆูŽุณูŽุนู‰ ููŠ ุฎูŽุฑุงุจูู‡ุง ุฃููˆู„ุฆููƒูŽ ู…ุง ูƒุงู†ูŽ ู„ูŽู‡ูู… ุฃูŽู† ูŠูŽุฏุฎูู„ูˆู‡ุง ุฅูู„ู‘ุง ุฎุงุฆูููŠู†ูŽ ู„ูŽู‡ูู… ูููŠ ุงู„ุฏู‘ูู†ูŠุง ุฎูุฒูŠูŒ ูˆูŽู„ูŽู‡ูู… ูููŠ ุงู„ุขุฎูุฑูŽุฉู ุนูŽุฐุงุจูŒ ุนูŽุธูŠู…ูŒ๏ดพ
"Nama akka maqaan Rabbii masjida keessatti hin dubbatamneef jecha, masjidarraa nama deebise caalaa, namni lubbuu ufii miidhe hin jiru...."
Akka Ibnu_Kasiir(Rahimahullaah) filatetti, Aayata kana kan itti baaname ijaarsa keessaati malee ijaarsa mukaa miti. fkn: itti salaatuu, zikrii keessatti godhuu fi ilmii keessatti baruudhaan. As keessa ijaarsi mukaas inuma seena, garuu ijaarsa keessaattu irra caala.
โœ Namichaan kophee masjidaa hatus, Aayata tana keessatti gahee guddaa qaba. gochi isaa Kuni, masjida irraa deebisuu fi masjida onsuu/qullaa hanbisuu uf keessaa qaba.
โœ Dalagaan isaa tuni dirree nageenyaa fi tasgabbiin beekkamte, dirree qulqullinnaa gara dirree dilii fi zulmiitti geeddaruudha.

#itti_fufa...
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Irra guddaan toltuu/badii namoota jaarraa keenya keessa jiraatanii social media/miidiyaa hawaasaa irraa taha.

๐Ÿ‘‰ Kanaafuu waan barreessituu fi Share gootu sirritti ilaaluu qabda. Waan barreessituu fi Share gootu hundarraahuu ni gaafatamata, irrattis qormaatamta waan taheef...!!

@tafak_or
‏ุซู…ูŽู‘ ุฅู†ูŽู‘ ุงู„ู„ู‡ูŽ ูŠุนู„ู…ู ู†ูˆูŽุงูŠูŽุงู†ูŽุง ุŒ ูˆู‡ุฐุง ูŠูŽูƒู’ูููŠ !โค๏ธ

- ู„ูŠุทู…ุฆู†ู‘ูŽ ู‚ู„ุจูŠ ๐Ÿ’™๐Ÿ‚
๏ทฝ ๏ดฟุฅูู†ูŽู‘ ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ูŽ ูˆูŽู…ูŽู„ูŽุงุฆููƒูŽุชูŽู‡ู ูŠูุตูŽู„ูู‘ูˆู†ูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู†ูŽู‘ุจููŠูู‘ ูŠูŽุง ุฃูŽูŠูู‘ู‡ูŽุง ุงู„ูŽู‘ู€ุฐููŠู†ูŽ ุขูŽู…ูŽู†ูู€ูˆุง ุตูŽู„ูู‘ู€ูˆุง ุนู€ูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู ูˆูŽุณูŽู„ูู‘ู…ููˆุง ุชูŽุณู’ู„ููŠู…ู‹ุง๏ดพ [ุงู„ุฃุญุฒุงุจ ูฅูฆ]

โ˜† ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑูŽุณููˆู„ู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ๏ทบ : " ู…ูŽู†ู’ ุตูŽู„ู‘ูŽู‰ ุนูŽู„ูŽูŠู‘ูŽ ุตูŽู„ูŽุงุฉู‹ ูˆูŽุงุญูุฏูŽุฉู‹ ุตูŽู„ู‘ูŽู‰ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู ุนูŽุดู’ุฑูŽ ุตูŽู„ูŽูˆูŽุงุชูุŒ ูˆูŽุญูุทู‘ูŽุชู’ ุนูŽู†ู’ู‡ู ุนูŽุดู’ุฑู ุฎูŽุทููŠุฆูŽุงุชูุŒ ูˆูŽุฑูููุนูŽุชู’ ู„ูŽู‡ู ุนูŽุดู’ุฑู ุฏูŽุฑูŽุฌูŽุงุชู ".
[ุตุญูŠุญ || ุงู„ู†ุณุงุฆูŠ]
ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€
โœจ ู…ู† ุงู„ุณู†ุฉ ุงู„ุฅูƒุซุงุฑ ู…ู† ุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ ูˆู„ูŠู„ุชู‡ุง

โœจุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุตูŽู€ู„ูู‘ ูˆูŽุณูŽู€ู€ู€ู„ูู‘ู…ู’ ุนู„ู€ู‰ ู†ูŽุจููŠูู‘ู†ูŽู€ู€ู€ุง ู…ูุญู…ูŽู‘ุฏ ๏ทบโœจ

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Gammachuu bakka itti argatte hundattuu hatuu qabda.... ๐Ÿ˜


#Hubachiisa: hatii gammadii osoon taane gammachuu hatiidha, Akka na jalaa hin dogongorre...!!
ุณูˆุฑุฉ ุงู„ุฅู†ูุทุงุฑ
Mansoor Al-Salmi
ุชู„ุงูˆุฉ ุฎุงุดุนุฉ ู„ุณูˆุฑุฉ ุงู„ุงู†ูุทุงุฑ
ุจุตูˆุช ุงู„ู‚ุงุฑู‰ุก ู…ู†ุตูˆุฑ ุงู„ุณุงู„ู…ูŠ
ุงู„ู„ู‡ู… ุงู†ูุนู†ุง ูˆุงุฑูุนู†ุง ุจุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ุนุธูŠู…

Aaaaaaah boqonnaa qalbii kootii....
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Ashaaraa_Gaarii....

โœ Hordoftoota Chanala ykn Group kee hordofan keessaa, kan afaaniin hin dubbanne, garuu kan ergaan ati dabarsitu isaan jala hin dabarretu jira. Namoota ergaa kee yoo dubbisan onneerraa gammaddan heddutu jiru.
โœ Hordoftoota xiqqoo qaba jettee yookiin hordoftoonni koo hedduun hin fayyadaman jettee, keeyrii dalagaa jirtu irraa hin dhaabatin.
โœ Kuni dhugaa kophummaa islaamummaan qabdu/Gurbaa muldhisa... homa qabdu sana wajjiin haala gaariin jiraadhu...
Ergaan ati dabarsitu Kun qabeenya ani boru uf duubatti dhiisee deemaa jiru; dalagaa boru fuuldura Rabbiitti irraa gaafatamu jedhii sirritti itti yaaddahi.

Osoo abbaan addunyaa tanarraa fagaatellee...ashaaraan gaariin duuba isaatti hafa.
ูุงุฑุชู‚ู...... ูˆุงู†ุชู‚ู......ูˆุงุชู‚ู.....๐ŸŒฑ
@Ibro

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Hardha galgala
Bid'aan akkamitti akka eegale gudii dhageettanii koottaa....
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/29 15:33:55
Back to Top
HTML Embed Code: