laamiyaa kutaa 2ffaa
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Asiin dhageeffadhaa....Laamiyaa kutaa 2ffaa... torbaan 2ffA
โ Mukni guddaan tokko gaafa jigu... nama hundatu sagalee kufaatii isaa dhagaha... garuu gaafa bosonni guutuun dagaaguu, namni quba isaa qabu hin jiru.
Namni kan xiyyeeffannaa kennuuf guddinna kee osoon taane... kufaatii keetiidha...!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โ Yeroo hundaa anatu sirriidha jettee yoo kan uf yaaddu taate addunyaa kanarraa homaa barachuu hin dandeessu...!
๐@tafak_or
๐@tafak_or
โ Nama hamileen tuqame tokko... bira dhaabbattee hamilee itti godhuun Ibaadaadha...!
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ โ laamiyaa kutaa 2ffaa
Wal argaan sa'aatii 3:00 irratti inshallah
Daqiiqaa 10 booda....
Kitaaba keessan banadhaa
Kitaaba keessan banadhaa
โ Shawwaal keessa fuudhuun jaalatamaadha....!
ููุณุชุญุจ ุงูุฒูุงุฌ ูู ุดููุงู"
Rabbiin Saalihaa fi saalihiin walitti haa qabu kaa....๐คฒ
ุงูููู ุฒูุฌ ุงูุตุงูุญูู ุจุงูุตุงูุญุงุช.
๐
@tafak_or
ููุณุชุญุจ ุงูุฒูุงุฌ ูู ุดููุงู"
Rabbiin Saalihaa fi saalihiin walitti haa qabu kaa....๐คฒ
ุงูููู ุฒูุฌ ุงูุตุงูุญูู ุจุงูุตุงูุญุงุช.
๐
@tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Ani namoota dogongoran caala, kan dogongora isaa sirreessuuf jecha isa dogongore caala dogongorantu na ajaa'ibe...!
โ Sagaleen kankee kan mana kankee keessaa waan bahu sitti hin fakkaanne sun, samiilee torban birayyuu ol kutuu danda'a...!
ูู ุง ูุงู ุฑุจูู ูุณูููุง.......
Yaaa Allaah.......๐คฒ
๐
@tafak_or
ูู ุง ูุงู ุฑุจูู ูุณูููุง.......
Yaaa Allaah.......๐คฒ
๐
@tafak_or
โ๏ธ Maqoota armaan gadii keessaa maqoota fardaa tahee... kan qur'aana keessatti dubbatame maqaa kam___?
Anonymous Quiz
21%
A) Azzaajiraati/ุงูุฒุงุฌุฑุงุช
17%
B) Wannaazi'aati/ูุงููุงุฒุนุงุช
62%
C) Wala'aadiyaat/ูุงูุนุงุฏูุงุช
โ Osoo jirtu Akka hin duuneef maal gochuu qabda....
Dhaabbata hedduu keessaa harka qabaachuu qabda... Barsiisaa baratta... fudhataa kennatta... kan fagaateefis hanga tokko xiyyeeffannoo kennaa... kan si bira jiruufis hamma wahii dhiibbaa irratti gochuu qabda... ๐
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Dhaabbata hedduu keessaa harka qabaachuu qabda... Barsiisaa baratta... fudhataa kennatta... kan fagaateefis hanga tokko xiyyeeffannoo kennaa... kan si bira jiruufis hamma wahii dhiibbaa irratti gochuu qabda... ๐
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Dhimmi muslimtootaa osoo du'aa'ii qofaan kan furamu taatee, silaa ergamaan Rabbii (SAW) waraana hin seenu ture.
Du'aa'iin isaanii (Sallallaahu aleyhi wasallam) akka lafee irra malee lafa hin buune hundatu beeka....
Mee dammaqaa....!๐