โ Biyya namoonni afur keessa jiran.... Rabbiin balaa isaaniitti dhufu kamuu irraa tikaa fi tiksee isaaniif taha. isaanis;
1) Hoogganaa ykn dura bu'aa dhugaa kan haqaan dalagu, kan biyyaaf jiraatu... kan biyya hin miine yoo hoogganaa jiraate... biyya san Rabbiin ni eega..!
2) Aalima karaa dhugaa irra deemu.... Sababa Aalmni dhugaa jala deemu jiruuf Rabbiin biyya san eega...!
3) Sheekkoleen hamtuu irraa seeraa toltutti nama kakaasan... akkasuma du'aatonni Ilmii barachuu fi qur'aana irratti nama jajjabeessan yoo biyya keessa jiraataniidha....!
4) Dubartiin isaanii yoo kan qaama sattaratan taate... yoo dirree bahanii qullaa deemuu baatan... Rabbiin biyya sana balaa irraa eega....
Yoo Sababa Ulmaa'ii taate malee hin jirru silaa qaata banne...halaakamne silaa...!!
โ Sheeka sheekkolee Tafsiiraa kan tahe..Imaam Alqurxubii.
ุงูุฅู ุงู ุงููุฑุทุจู ุดูุฎ ุฃุฆู ุฉ ุงูุชูุณูุฑ...
Kitaaba
ยซAljaami'u li ahkaamil-qur'aan (4/49)
ุงูุฌุงู ุน ูุฃุญูุงู ุงููุฑุขู ยป
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โ Rasuula irratti (Sallallaahu aleyhi wasallam) salawaata buusuu jechuun maal jechuudha?
Mee akkamitti siif galeera, naaf ibsuu dandeessaa ?
Yeroo deebii barreessitan achumaan salawaata buusaa... ๐
#Comment

โ Rabbiin waan barbaade dalaga... yeroo barbaadetti.. waan barbaadeen..., Akka barbaadetti
..abbaa barbaadeef....!!
#Abdii_hin_kutin๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
..abbaa barbaadeef....!!
#Abdii_hin_kutin๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Dubartoota Rasuulaa keessaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) tan xumurarratti duute ishee tami____?
Anonymous Poll
46%
A) Aa'ishaa (Radiyallaahu anhumaa)
25%
B) Zeynabaa (Radiyallaahu anhaa)
39%
C) Ummul Salamaa
โ Waan ija namatti toluuf qofa, kophee si qabu kaawwachuun kee... dadhabinna keessaa isa dhumaati....!
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Kitaaba hardha qaraanu.... ูุงู
ูุฉ ูุดูุฎ ุงูุงุณูุงู
ุงุจู ุชูู
ูู
Wal argaan keenya yoo Rabbiin fedhe hardha galgala sa'aatii 3:00.... irratti haa tahu
#Madaala....!
โ Wantoota saddeet jijjiirama kee muldhisan. isaanis:
1) Haasofni sa'aatii dheeraa keessa kee sin gammachiisu...!
2) Halkan hirriba malee/gurzaa buluu caala hirriba filatta..!
3) Namaaf irra dabruu heddummeessita, ykn gadoo hin baay'eessitu...!
4) Muxannoo argachuudhaaf kan duraa caala keessi kee hayyamamaa taha...!
5) Garaagarumma namaa baay'ee kabajja.... fakkeenyaaf yoo qaamni garagaraa lamaan walitti bu'e... lamaanuu ija wal qixxummaatiin ilaalta...!
6) Namoota uf hawachiisuu fi ilmi namaa akka xiyyeeffannoo kallattii kee deebisuuf jecha baay'ee hin dhiphattu....!
gadaa tana tanatu nu cinqe๐
7) Waan ulfaataa hedduu baadhattee dabarsuu dandeessa...!
8) Namarratti waa murteessuuf hin ariifattu....!
โ@Ibro
๐
psychology and self-development channel....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Wantoota saddeet jijjiirama kee muldhisan. isaanis:
1) Haasofni sa'aatii dheeraa keessa kee sin gammachiisu...!
2) Halkan hirriba malee/gurzaa buluu caala hirriba filatta..!
3) Namaaf irra dabruu heddummeessita, ykn gadoo hin baay'eessitu...!
4) Muxannoo argachuudhaaf kan duraa caala keessi kee hayyamamaa taha...!
5) Garaagarumma namaa baay'ee kabajja.... fakkeenyaaf yoo qaamni garagaraa lamaan walitti bu'e... lamaanuu ija wal qixxummaatiin ilaalta...!
6) Namoota uf hawachiisuu fi ilmi namaa akka xiyyeeffannoo kallattii kee deebisuuf jecha baay'ee hin dhiphattu....!
gadaa tana tanatu nu cinqe๐
7) Waan ulfaataa hedduu baadhattee dabarsuu dandeessa...!
8) Namarratti waa murteessuuf hin ariifattu....!
โ@Ibro
๐
psychology and self-development channel....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Isaan dagachuu dadhabee.... araarama naaf kadhaafii.....
#Ibnu_Saalihii gadaa keenyaa turan....๐ข
(Rabbiin Rahmata isaaniif haa godhu....)
โGadaa asiin duraa keessa nama tokko kan #Ibnu_Saalih jedhamutu ture. bara beelli akka malee namatti hammaatetti, dubartoonni Oyruu isaa keessa seenanii dhoksaadhaan hayyama isaa malee waa jalaa fudhatu. innis akkuma nama quba hin qabnee bira kuta.
Guyyaa tokko dubartiin takka ooyruu isaa keessaa waa guurattee.... Heddumminna waan fudhattee irraa, zambiila baadhachuu dadhabdee osoo waliin dhamaatu Ibnu_Saalih/abbaan qabeenyaa itti dhufe.
Booda isheen Isa tahuu isaa hin beektu... bira dhaabatee ba'aa sana erga qarqaaree booda... dafii asiin bahi.. osoo ibnu Saalih sitti hin dhufne jedheen jedhama. Arjummaa dhugaa...!!
โ Gariin keenya gadaa tana osoo masjida keessaa huuba baasee... masjida keessa dhaabatee gaarii dalage sana ummata hundatti beeksisa... Rabbiin nu haa eeguu...

laamiyaa kutaa 2ffaa
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Asiin dhageeffadhaa....Laamiyaa kutaa 2ffaa... torbaan 2ffA
โ Mukni guddaan tokko gaafa jigu... nama hundatu sagalee kufaatii isaa dhagaha... garuu gaafa bosonni guutuun dagaaguu, namni quba isaa qabu hin jiru.
Namni kan xiyyeeffannaa kennuuf guddinna kee osoon taane... kufaatii keetiidha...!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Namni kan xiyyeeffannaa kennuuf guddinna kee osoon taane... kufaatii keetiidha...!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Yeroo hundaa anatu sirriidha jettee yoo kan uf yaaddu taate addunyaa kanarraa homaa barachuu hin dandeessu...!
๐@tafak_or
๐@tafak_or
โ Nama hamileen tuqame tokko... bira dhaabbattee hamilee itti godhuun Ibaadaadha...!
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ โ laamiyaa kutaa 2ffaa
Wal argaan sa'aatii 3:00 irratti inshallah
Daqiiqaa 10 booda....
Kitaaba keessan banadhaa
Kitaaba keessan banadhaa