Telegram Web Link
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
#Baga_gammaddan... โœ Tafakkur gaafii isin barbaaddan hundaa deebisuuf uf qopheessee jira... isinis guyyaa sanaaf uf qopheessaa.... 1) Aqiidaa 2) Fiqhii 3) Lugaa Nahwii fi Sarfii 4) Balaagaa 5) Manxiqa 6) Usuula Fiqhii 7) Usuula Tafsiiraa 8) Qawaa'idaโ€ฆ
โœ Gadaa tana keessa namni hadiisa barachuudhaaf uf qabaa jiru... warqii caala qaalahee jira.

kana jechuun kallattii biraatiin namni diiniidhaaf uf kennee barataa jiru hin jiru ykn dhabamuuf deemaa jira natti fakkaataahu.... ๐Ÿ˜ญ
Mee Nan taajjabinaa... iddoo ulmaa'iin jiran hunda deemaa ziyaaraa....
Ijoollee Abbaa qabeenyaa nama meeqatu halqaa hadiisaa jira__!?

Mataduree kana ammaaf haganuma jedha...
hundaafuu erga barnoota eegallee booda iccitii isaa isinitti hima inshallah.

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Innaa lillaahi WA innaa ileyhi Raaji'uun....
erga du'a isaanii dhagahee akka malee rifadhe....
๐Ÿ˜ขInnaa Lillaahi Wo'innaa ileeyhi raaj'uun
ุฅู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆุงู†ุง ุงู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู†.....
Namni Akkanaa Yeroo Namarraa Aakiramu
Hedduu Onneen Nama Cabdi
Haaj mohammed haaj sa.id
magaalaa Asaasaa kan jiraatan
Sirna umraatif Gara ganda makkaa
Eega imalanii booda salaata taajudaa
eega geeysanii ramadaana
halkan 23/7/2016 kan aakiraman

rabbiin jannata isaaniif haa hiru

Nama beeka biyyaaf yaadu
rabbiin firdoosiin isaaniif haa hiru.
Salaata Ishaa'ii booda masjida Haramaatti irratti salaatama....
Ergasii qabrii shuhadaa'otaa keessatti awwaalaman..
Nama Diinii kaddamu katmii isaanii Rabbiin akkanatti bareeche....
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
๐Ÿ˜ขInnaa Lillaahi Wo'innaa ileeyhi raaj'uun ุฅู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆุงู†ุง ุงู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู†..... Namni Akkanaa Yeroo Namarraa Aakiramu Hedduu Onneen Nama Cabdi Haaj mohammed haaj sa.id magaalaa Asaasaa kan jiraatan Sirna umraatif Gara ganda makkaa Eega imalanii booda salaataโ€ฆ
๐Ÿ˜ข แŠขแŠ“ แˆŠแˆ‹แˆ‚ แ‹ˆแŠขแŠ“ แŠขแˆˆแ‹ญแˆ‚ แˆซแŒ‚แ‹‘แŠ•!

แ‰ แŠ แˆญแˆฒ แ‹จแŠ แˆณแˆณ แŠจแ‰ฐแˆ› แ‹จแ‹ฒแŠ• แ‰ณแŒ‹แ‹ญแŠ“ แ‰ แŠจแ‹ญแˆญ แˆตแˆซ แˆ‹แ‹ญ แ‰ แˆ›แˆตแ‰ฐแ‰ฃแ‰ แˆญ แŒŽแˆแ‰ฐแ‹ แ‹จแˆšแ‰ณแ‹ฉ แฃแ‹จแˆ€แŒˆแˆญ แˆฝแˆ›แŒแˆŒแŠ“ แ‹จแ‹ณแ‹•แ‹‹ แŠ แŠ•แ‰€แˆณแ‰ƒแˆฝ แˆžแ‰ฐแˆญ แ‹จแŠแ‰ แˆฉแ‰ต แˆ€แŒ‚ แˆ™แˆแˆ˜แ‹ต แˆ€แŒ‚ แˆฐแŠขแ‹ต แŒ‚แˆŽ แˆˆแ‹‘แˆแˆซ แ‹ˆแ‹ฐ แˆณแ‹แ‹ฒ แ‹แˆจแ‰ขแ‹ซ แ‰ฃแ‰€แŠ‘แ‰ แ‰ต แ‰ แ‰ตแŠ“แŠ•แ‰ตแŠ“แ‹ แŠฅแˆˆแ‰ต แ‰ แˆ˜แŠซ แ‰€แŒฃแ‹ฉ แ‹“แˆˆแˆ แ‹ˆแ‹ฐ แŠ แŠชแˆซ แ‰ฐแˆธแŒ‹แŒแˆจแ‹‹แˆแข

แˆแŒ‚ แˆ™แˆแˆ˜แ‹ต แŠฅแ‹ซแŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ฑ แˆ˜แˆตแŒŠแ‹ต แŠจแˆแˆ˜แŠ“ แ‹ˆแŒฅแ‰ฐแ‹ แˆซแˆณแ‰ธแ‹ แˆ˜แ‰ปแˆ แŠ แˆˆแ‰ฃแ‰ธแ‹ แ‰ แˆšแˆ แˆซแ‹•แ‹ซแ‰ธแ‹ แ‰ แŠ แˆญแˆฒ แŠ แˆณแˆณ แŠจแ‰ฐแˆ› แˆ‹แˆ‰ 51 แˆ˜แˆตแŒ‚แ‹ถแ‰ฝ แ‹จแŒˆแ‰ข แˆแŠ•แŒญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ“แ‰ธแ‹ แˆˆแŠฅแ‹ซแŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ณแ‰ธแ‹ แ‹ˆแแŒช แ‰คแ‰ตแŠ“ แ‹จแŒแ‰ฅแˆญแŠ“ แ‰ตแˆซแŠญแ‰ฐแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‰ แŒ‹แˆซ แ‹ฐแŒแˆž แ‹จแ‹ฑแ‰„แ‰ต แ‹แ‰ฅแˆชแŠซ แ‹จแŠจแˆแ‰ฑแฃแ‰ แˆซแˆณแ‰ธแ‹ แ‹ˆแแŒฎ แ‰คแ‰ต แ‹ฐแŒแˆž แ‹“แˆŠแˆžแ‰ฝแฃแ‹ฑแ‹“แ‰ถแ‰ฝแŠ“ แ‰ฝแŒแˆจแŠžแ‰ฝแŠ• แ‰ แŠแƒ แ‹ซแŒˆแˆˆแŒแˆ‰ แŠแ‰ แˆฉแขแŠ แˆ‹แˆ… แˆ˜แˆแŠซแˆ แˆฅแˆซแ‰ธแ‹แŠ• แ‹ญแ‰€แ‰ แˆ‹แ‰ธแ‹แข

แŠ แˆ‹แˆ… แ‰ แŒ€แŠแ‰ต แ‹ญแˆ˜แŠ•แ‹ณแ‰ธแ‹แขแ‹›แˆฌ แˆแˆฝแ‰ต แŠจแŠขแˆป แˆฐแˆ‹แ‰ต แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‰ แˆ˜แŠซ แ‰ แˆ€แˆจแˆ แˆฐแˆ‹แ‰ฑแˆ แŒ€แŠ“แ‹› แ‰ฐแˆฐแŒแ‰ฆแ‰ธแ‹ แ‰ แ‹šแ‹ซแ‹ แ‹ญแ‰€แ‰ แˆซแˆ‰แข

แŠ แˆ‹แˆ… แˆˆแ‰คแ‰ฐแˆฐแ‰ฃแ‰ธแ‹แŠ“ แˆˆแŠ แˆณแˆณ แŠจแ‰ฐแˆ› แˆ…แ‹แ‰  แˆ™แˆตแˆŠแˆ แˆ˜แŒฝแŠ“แŠ“แ‰ตแŠ• แ‹ญแˆˆแŒแˆณแ‰ฝแˆแข

Page Ahmedin Jebal....
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿ˜ข Innaalillahi Lillaahi Woi'nnaa Ileeh Raaji'uun
Geegessa H Muhammad Sa'id jilo Magaala makkaatti Taasifame irratti Aalimmanii fi Hayyoonni Heddutu Irratti Argame
1 H yuusuf Adem/Ciroo
2 Raayya Abba mecca
3. H ibraahim.shaafi
4 sh umer Anshaaggo
5 Doktor mahmud huseen
6 doktor muhamd kamaal tilmo
7 Doktor jeyalan Gammada
8 doktor kamaal Galatuu
9 Jawaar Muhammad
10 sh hasan h/Arrahman
Akkasuma Hayyoonni heddutu Argame.
โœ Bakkuma barbaadde deemi... deemtee garuma Rabbii deebita...!
ุงุฐู‡ุจ ุญูŠุซ ุดุฆุช: (ุฅู† ุฅู„ู‰ ุฑุจูƒ ุงู„ุฑุฌุนู‰)..
โœ๏ธ Salaanni Rukuu'aa fi sujuuda hin qabne salaata tam____?
Anonymous Poll
1%
A) Salaata Fajrii
2%
B) Salaata Iidaa
99%
C) Salaata Janaazaa
โœ๏ธ Yoo abbaan manaa haadha manaa isaatiin "halkan leeylatulqadrii si xalaaqe" jedheen. Xalaaqni Kun yoom argama____?
Anonymous Quiz
19%
A) Bara dhufu..?
11%
B) Bara dabre...?
23%
C) Barana.. ?
47%
D) halkan 27 fi 29 ?
Bada ka nama hin saalfanne tokko ollaa keessan jiraa___?

๐Ÿšดโ€โ™‚ Dargaggessa tokkotu osoo biskileeta/bicycle ๐Ÿšฒ oofaa jiruu manguddittii takkatti buuse. Erga kuffiseenii boodas, kan silaa itti fiigee bakka isheen kuftee kaasuu qabu, itti kolfaa bira kute.

Garuu manguddittiin... " waa si jalaa bu'an mucaa kiyya..." jettee yaamteen.
๐Ÿšดโ€โ™‚ Dargaggessichis ufumarra garagalee gulufaa dhufe...waan gate sana barbaadutti seene.. garuu homaa arguu hin dandeenye...!
Achumaa manguddittiinis akkana jetteen:
"Dhiirummaa fi namummaa keettu si jalaa bade malee homaan bannee deemi..." jetteen. sana yoomuu hin argattuu hin yaadin jetteen.

โœ๏ธ Yoo naamusaa fi adaba hin qabnee; yoo nama hin kabajne jireenyi gatii hin qabdu...!
๐Ÿšดโ€โ™‚.......
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Guyyaa hardhaati hin jennu... garuu hardha tahuu ni kajeella... Yaa Allaah.... ๐Ÿคฒ
#Alhamdulillaah...

๐Ÿฅ Buufata fayyaa keessa nama jireenya ati amma keessa jirtu kana jiraachuuf hawwu heddutu jira...,
๐Ÿš Mana sirreessaa/hidhaa keessa nama bilisummaa ati argatte kana hawwee dhabe heddutu jira....,
๐Ÿชฆ Qabrii keessaahis nama carraa jireenya hardha argatte kana, hawwaa jiru heddutu jira... takkattima osoo duniyatti na deebisanii guyyama takkaaf keeyrii dalagadhee jedhaarutu jira...!

โ›บ๏ธ Kaamphii buqqaatotaa keessa... nama hirribaa fi firaasha akka ati irra raftuu kana aabjataarutu jira...

โœ Obboleessa koo jireenyi kee hanga feete siif hammeenya taatus.... namoota hedduuf hawwii guddoo taatee jirti... nama heddutu jireenyuma tee tanayyuu jiraannaa laata!? jedhee sitti hawwaa jira.
kanaafuu yeroo hundaa @Alhamdulillaah jedhi....

Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Haqiiqaadha...

โœ Ramadaanni gara xumuraa gaafa kalaahu... ramadaanni nu biraa deemuu gahe jennee yaaddofna... garuu kan deemaa jiru Ramadaana osoo hin taane nu tahuu hin barre...! ๐Ÿ˜ข
โœ Ramadaanni deemus abbaa Rabbiin itti deebise wajjiin ima deebi'a... garuu ati gaafa asirraa deemte yoom asitti deebita!?

kan deemaa jiru umrii keenya... azala teenyatu nutti kalaahaa jira....
Rabbiin ka dabarsine nurraa haa jaalatu... kan hafe keessa barakaa nuuf haa kaahu... bakka nu hanqisnes irra nuuf haa dabru...!
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Gaafuma Rasuula arrabsan qofa Fidaaka jechuun tuni.... faashina haaraa muslimoonni itoophiyaa qabatan taheera....!

Ani waa'ee kanarratti waggaa 1 dura Kitaaba guutuu barreesse....eebbisiises... ergaa guddaa dabarsee jiras....
Ergaa sanatti fayyadamuu yoo dandeenye qofa kan bututaa kanniin ufirraa dhaabuu dandeenyu..!
Ummanni kun dhaabbata addaa, deeggarsa addaa qabu, kan kaayyoon isaa duula Rasuula arrabsuu qofarratti ta'e hundeessanii waan qaban fakkaata....!
garuu Dhaabbanni Tumsa Rasuulaa qofti dargaggoota islaamaatiin maaf hin ijaaramne__?
hanga hardhaa nama meeqatu nabii keenya Arrabse?! hanga eennu arrabsu eegaa jirtan?!
wlh ani ummata akkanaatti haasahuunuu natti ulfaata..!
2024/09/30 15:36:41
Back to Top
HTML Embed Code: