#Be_ready
โ Namoota milkaa'inna gonfatan hedduu... jireenya isaanii keessa yoo seentee ilaaltu...uf qopheessuu keessatti wareegama guddaa kan kafalan laaltee garta...!
Fakkeenyaaf; Barataan cimaan tokko osoo barnoonni hin eegalin dursee barnoota fuulduraatiif uf qopheessa... Akkasuma atileetiin cimaan tokko... guyyaan fiigicha marathon osoo hin geenye dursee... qophii cimaa gaggeessa...
โ Ramadaanaafis sha'abaanni dirree qophii akka tahe meeqa keessantu beeka....!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

#Are_you_ready ?
โ Akkuma argaa.. dhagahaa oollu... namni kaayyoo isaa keessatti irratti qophaahe hundi.. qophii isaa keessatti hin milkaahu... qophooftee milkaahuu dhabuus ni dandeessa...!
Namni uf qopheessee, qophii isaatti abdii horate hundis... bakka yaadee sana hin gahu..!
๐ Kaayyoo keetiif qophiin ati uf qopheessitu kunuu namaaf namaan Wal dhaba... namni hundi qixa hin qophaahu...!Namni hunduu hanguma dadhabee fi aarsaa kafaleen gatii aarsaa isaa argata...!
โ Kan namni uf qopheessee sadarkaa hanganaa keessa dabru.. kan hin qophoofne; kan inumaa yaada qophii jedhu sammuu keessaa hin qabne eessa gaha jettee yaadda....!!
Hangam qophooftan Ramadaanaaf......!!?

โ Fedhii qabaannaan ykn keessi kee hayyamamaa taanaan..... yeroo kamuu karaan banaadha....!
ุทุงูู ุง ุชูุฌุฏ ุฅุฑุงุฏุฉ ููุฌุฏ ูููุงู ุณูุจู๐ค
๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐
แแแต แฅแตแซแ แตแจแต แแแแถแฝ แ แแข

โ๏ธ Qur'aana keessatti Suuraan maqaa Nabiyyootaatiin moggaafamte suuraa meeqa___? isaanis____?
Anonymous Quiz
45%
Suuraa 5
33%
Suuraa 6
22%
Suuraa 7
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
#Heexoo/sha'abaanaa... 4) Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wasallam) baatii lama walitti aansanii soomanii hin beekan... yoo sha'abaanaa fi Ramadaana taate malee...Hadiisa Aa'ishaan (Radiyallaahu anhaa) gabaaste keessa jira. Irra hedduu goyyoota sha'abaanaaโฆ
#7ffaaa: Yeroo namni keessa rafutti fayyadamuu...!!
โ Namni muslimaa tokko yeroo ilmi namaa keeyrii dagate keessatti uf yaadachuun... qulqullinna dalagaa isaatiif baay'ee isa qarqaara.
๐ Dalagaalee sunnaadhaa dhoksanii dalagachuun Ikhlaasa horachuu irratti nama qajeelcha.
๐ Namni muslimaa tokko dalagaa gaggaarii yeroo dalagatu...Carraan lubbuu isaatiin na argaa jalaa bahuudhaa baay'ee xiqqaadha... Kanaafuu sha'abaanni yeroo Irra hedduun keenya itti uf dagannuudha...!!
#8ffaa: Baatii sha'abaanaa soomuun baatii Ashhural-hurum keessa soomuus ni caala...!
Baatiin sha'abaanaa baatii Ramadaanaa wajjiin akka fakkenya sunnaawwan waajiba wajjiiniiti.... Sadarkaan isaa waajibatti qixxaata....!
Akkuma sunnaawwan waajiba jala deemtu sun sunnaawwan biroo irra gatii qaban, Soomni Ramadaana duraa fi Ramadaana boodaas sooma sunnaa biroo irra gatii qaba...!!
#9ffaa..:
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Namni muslimaa tokko yeroo ilmi namaa keeyrii dagate keessatti uf yaadachuun... qulqullinna dalagaa isaatiif baay'ee isa qarqaara.
๐ Dalagaalee sunnaadhaa dhoksanii dalagachuun Ikhlaasa horachuu irratti nama qajeelcha.
๐ Namni muslimaa tokko dalagaa gaggaarii yeroo dalagatu...Carraan lubbuu isaatiin na argaa jalaa bahuudhaa baay'ee xiqqaadha... Kanaafuu sha'abaanni yeroo Irra hedduun keenya itti uf dagannuudha...!!
#8ffaa: Baatii sha'abaanaa soomuun baatii Ashhural-hurum keessa soomuus ni caala...!
Baatiin sha'abaanaa baatii Ramadaanaa wajjiin akka fakkenya sunnaawwan waajiba wajjiiniiti.... Sadarkaan isaa waajibatti qixxaata....!
Akkuma sunnaawwan waajiba jala deemtu sun sunnaawwan biroo irra gatii qaban, Soomni Ramadaana duraa fi Ramadaana boodaas sooma sunnaa biroo irra gatii qaba...!!
#9ffaa..:
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Psychologically....
(The greatest evidence of love...)๐
โ Hariiroo namoota wajjiin qabdu keessatti... namni tokko si jaalatuu isaa ragaan guddaan ati mirkaneeffatuu dandeessu... yeroo wal dhabbii qabdanitti kabaja inni siif muldhisuudha....!
Wal dhaba keessan keessattis hanga hayyamameef bira kutuu dhabuudha ...!
โ Yeroon Wal dhabbiidhaa.... jaalala keessatti, yeroo qormaata dhugaa ati hiriyyaa kankee/tee ittiin qormaatuu dandeessuudha....!
โ Namni hunduu yeroo nagaa fi tasgabbiin jiru... haasawa jaalalaa kana ni mimmi'eessa... garuu yeroo wal dhibdeen gidduu isaaniitti argame.. dhibee keessa isaa jiru hargufata.
โ Jaalala keessaa inni guddaan....(The greatest degree of love is...)
nama jaalattuun hanga feetes walitti buutu.... garuu nageenyii fi tasgabbiin keessa keetitti dhagahamuudha...!

February 14
(#Valentine_day ๐ซ)
โ Namtichatu intalatti gumna dalage/Nikaaha malee wajjiin rafe... badii guddaa waan raawwateef ajjeefame... achumaa ummanni kafaraa yaadannoo waggaa taasisaniif... ergasii... #Valentine_day/Ayyaana jaalalaa jechuudhaan moggaasaniif...
Ati hoo maaltu si galche kan muslimaa....!!
Ayyaana jaalalaa ayyaaneffachuun Haraama... kaafiratti fakkachuu uf keessaa waan qabuuf...!

โ๏ธ Namni Hajjii deeme tokko jalqaba maalirraa eegala___?
Anonymous Poll
35%
A) Safaa fi Marwaa gidduu suksukuu..
67%
B) Xawaafa
12%
C) Darbannaa dhakaa
โ Baatiin sha'abaanaa baatii galmeen waggaadhaa gara Rabbii keessa ol baatu...
#Garaagarummaa....
(Isaan_amaanaadha)
โ Eeyyan dubartiin cinaacha jallataa irraa uumamte... garuu dubartiin gaariin faaya jiruu duniyaati...
โDubartiinis bakkuma dhiirri bahe, dhiiruma dhiirri irraa bahe sanirraa baate...!!
โ Dubartiin.. haadha; obboleettidha; adaadaadha; haadha ijoollee teetiiti; Mucattii tabteeti....!!
โ Dubartiin gaariin qubsuma ykn iddoo jireenyaa abbaa warraati ..!
โ Iddoon inni laalee itti gammadu; bakki gammachuu isaa haadha manaa isaati....!
โItti gaafatamummmaa manaa kan baatu; guddisa ijoollee irratti kan bobbaatu isheedha..!
โ Dubartiidhaa bar bakka inni hin jirretti lubbuu ofiitii fi qabeenya isaatis kan eegdu...!
๐ซต Akkuma jallinna isheetti itti gammadaa... yaada dhiphaa kana sammuu keessan keessaa baasaa....!
๐คฒ Haadha mu'imintootiif Rabbiin Rahmata haa godhu... hunda keenyaa Rabbiin haa qajeelchu..!
Share๐ซต
https://www.tg-me.com/tafak_or
(Isaan_amaanaadha)
โ Eeyyan dubartiin cinaacha jallataa irraa uumamte... garuu dubartiin gaariin faaya jiruu duniyaati...
โDubartiinis bakkuma dhiirri bahe, dhiiruma dhiirri irraa bahe sanirraa baate...!!
โ Dubartiin.. haadha; obboleettidha; adaadaadha; haadha ijoollee teetiiti; Mucattii tabteeti....!!
โ Dubartiin gaariin qubsuma ykn iddoo jireenyaa abbaa warraati ..!
โ Iddoon inni laalee itti gammadu; bakki gammachuu isaa haadha manaa isaati....!
โItti gaafatamummmaa manaa kan baatu; guddisa ijoollee irratti kan bobbaatu isheedha..!
โ Dubartiidhaa bar bakka inni hin jirretti lubbuu ofiitii fi qabeenya isaatis kan eegdu...!
๐ซต Akkuma jallinna isheetti itti gammadaa... yaada dhiphaa kana sammuu keessan keessaa baasaa....!
๐คฒ Haadha mu'imintootiif Rabbiin Rahmata haa godhu... hunda keenyaa Rabbiin haa qajeelchu..!
Share๐ซต
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Warwaannaa...๐คฒ
โ "Fuuldura Rabbii yeroo teessu Amala daa'immanii fayyadamuu qabda... daa'imman yoo waan barbaadan argachuu baatan.. hanga waan barbaadan argatanitti imimmaan ija isaanii irraa hin qooru... "
Allaaaah.... ๐คฒ
Share๐ซต
@tafak_or

#7ffaaa: Yeroo namni keessa rafutti fayyadamuu...!! โ Namni muslimaa tokko yeroo ilmi namaa keeyrii dagate keessatti uf yaadachuun... qulqullinna dalagaa isaatiif baay'ee isa qarqaara. ๐ Dalagaalee sunnaadhaa dhoksanii dalagachuun Ikhlaasa horachuu irrattiโฆ
#9ffaan
(Waa'ee baatii sha'abaanaa irraa)๐
โ Galmeen ilma namaa tuni kallattii #sadihiin (3) gara Rabbii ol fuudhamti....:
@1ffaa:
โ๏ธ#Guyyaa_guyyaadhaan...
Dalagaan ati dalagattu kamuu guyyatti yeroo lama ol baati. yeroo tokko halkan, yeroo tokko ammoo guyyaadha...
Akkuma Hadiisa keessatti dubbatametti dalagaan guyyaas xumura guyyaa irratti; dalagaan halkaniis xumura halkanii osoo bariin hin seenne gara Rabbii ol baati.
ยซ ูุฑูุน ุฅููู ุนู ู ุงูููู ูุจู ุนู ู ุงููููุงุฑุ ููุฑูุน ุฅููู ุนู ู ุงูููุงุฑ ูุจู ุนู ู ุงููููู....ยป
๐ซต Hadiisa biraa keessattis Malaa'ikoonni halkanii fi kan giyyaa...isin irratti wal tarreeffatu... Salaata Fajrii fi Salaata Asrii irratti wal gahan...
Namni yeroo sana akka tasaa ibaadaa irra jiraate Rabbiin Rizqii isaatii fi dalagaa isaa keessas barakaa kaahaaf jedhan.
@2ffaa:
โ #Galmee_Torbaanii
Galmeen ilma namaa torbaan keessatti yeroo lama ol baati. isaanis: Guyyaa Kamisaa fi guyyaa Jimaataa ture.
๐ซต Guyyoota kana keessa nama gidduu isaanii Wal dhabbiin jiru malee hundaafuu araaramatu isaaniif godhama.
ยซุชุนุฑุถ ุฃุนู ุงู ุงููุงุณ ูู ูู ุฌู ุนุฉ ู ุฑุชูู: ููู ุงูุงุซููู ูููู ุงูุฎู ูุณ......ยป
@3ffaa:
โ#Galmee_waggaadhaa..
Dalagaan waggaa guutuun bakka tokko baatii sha'abaanaa keessa ol baati..
Akkuma Rasuulli (SAW) jedhan :
ยซููู ุดูุฑ ุชุฑูุน ููู ุงูุฃุนู ุงู ุฅูู ุฑุจ ุงูุนุงูู ูู.....ยป
Ergasii dalagaan Umrii keetii guutuun erga ati duutee ol baafama..... dalagaan tantee Rabbiin bira geessi... xumurarratti galmeen dalagaa cufamee... galmeen qormaataa eegalama....
Dalagaan teenya bifa kamiin ol bahaa jirti laata.... ๐ข
@Ibro
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
(Waa'ee baatii sha'abaanaa irraa)๐
โ Galmeen ilma namaa tuni kallattii #sadihiin (3) gara Rabbii ol fuudhamti....:
@1ffaa:
โ๏ธ#Guyyaa_guyyaadhaan...
Dalagaan ati dalagattu kamuu guyyatti yeroo lama ol baati. yeroo tokko halkan, yeroo tokko ammoo guyyaadha...
Akkuma Hadiisa keessatti dubbatametti dalagaan guyyaas xumura guyyaa irratti; dalagaan halkaniis xumura halkanii osoo bariin hin seenne gara Rabbii ol baati.
ยซ ูุฑูุน ุฅููู ุนู ู ุงูููู ูุจู ุนู ู ุงููููุงุฑุ ููุฑูุน ุฅููู ุนู ู ุงูููุงุฑ ูุจู ุนู ู ุงููููู....ยป
๐ซต Hadiisa biraa keessattis Malaa'ikoonni halkanii fi kan giyyaa...isin irratti wal tarreeffatu... Salaata Fajrii fi Salaata Asrii irratti wal gahan...
Namni yeroo sana akka tasaa ibaadaa irra jiraate Rabbiin Rizqii isaatii fi dalagaa isaa keessas barakaa kaahaaf jedhan.
@2ffaa:
โ #Galmee_Torbaanii
Galmeen ilma namaa torbaan keessatti yeroo lama ol baati. isaanis: Guyyaa Kamisaa fi guyyaa Jimaataa ture.
๐ซต Guyyoota kana keessa nama gidduu isaanii Wal dhabbiin jiru malee hundaafuu araaramatu isaaniif godhama.
ยซุชุนุฑุถ ุฃุนู ุงู ุงููุงุณ ูู ูู ุฌู ุนุฉ ู ุฑุชูู: ููู ุงูุงุซููู ูููู ุงูุฎู ูุณ......ยป
@3ffaa:
โ#Galmee_waggaadhaa..
Dalagaan waggaa guutuun bakka tokko baatii sha'abaanaa keessa ol baati..
Akkuma Rasuulli (SAW) jedhan :
ยซููู ุดูุฑ ุชุฑูุน ููู ุงูุฃุนู ุงู ุฅูู ุฑุจ ุงูุนุงูู ูู.....ยป
Ergasii dalagaan Umrii keetii guutuun erga ati duutee ol baafama..... dalagaan tantee Rabbiin bira geessi... xumurarratti galmeen dalagaa cufamee... galmeen qormaataa eegalama....
Dalagaan teenya bifa kamiin ol bahaa jirti laata.... ๐ข
@Ibro
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Nafsee_too
๐ซตTelephonni ๐ฑ kee islaamummaa tajaajilaa jira moo ..!? islaamummaa diigaa jira....!?
๏ดฟ ูููุญู ูู ุฃุซูุงููู ูุฃุซูุงูุง ู ุน ุฃุซูุงููู ูููุณุฃูู ููู ุงูููุงู ุฉ ุนู ุง ูุงููุง ููุชุฑูู ๏ดพ
โ ๏ธUf_eeggadhu....
โ Osoo hin qoramin dura lubbuu keessan qorraa.... guyyaa galmeen kee cufamee asirraa godaattu waan hin beekneef...!

๐ Azaaba warra qabrii keessaa beeyladoonni ni dhagahu....!!
Anonymous Quiz
92%
A) Dhugaa
8%
B) Soba
๐ซตNa_ajaa'ibe...!
โ Mataan keenya osoo Akka telephone ๐ฑ irratti gonbisamu kana qur'aana irratti gonbisamee... silaa qur'aana torbaanitti altokko yookiin lama kattamuu dandeenya...!
ุงูููู ุงุฌุนู ุงููุฑุขู ุฑุจูุน ูููุจูุง ูููุฑ ุตุฏูุฑูุง.
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Mataan keenya osoo Akka telephone ๐ฑ irratti gonbisamu kana qur'aana irratti gonbisamee... silaa qur'aana torbaanitti altokko yookiin lama kattamuu dandeenya...!
ุงูููู ุงุฌุนู ุงููุฑุขู ุฑุจูุน ูููุจูุง ูููุฑ ุตุฏูุฑูุง.
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#10ffaa .....
(Baatii simannaa keessummaa)
โ Osoo keessummaa jabaa wahiittu torbaan dhufu keessa, mana kankee dhufuu heda siin jedhanii ... garuu manni kankee qulqullinna hin qabnee... mana kee osoo hin qulqulleessine bareechita moo...!?, qulqullinna manaa irratti hojjatta....!?
Kanaafuu ...:
๐
๐งWaajibaata kankee seeraan jajjabeeffachuun....!
๐งโโDaangaa Rabbii bira kutuu dhabuu...
๐ง Badii baatii 11 guutuu keessa dalagaa baate keessatti lubbuu kee qormaatuun... !
๐งโโOsoo badii waggaa dabartee irraa hin qulqullaahin... Ramadaanaa haaraa eegaluu hin qabdu...!
๐งShakkii fi shirkii adda addaa irraa onnee tantee qulqulleessuun....!
๐งHaraama ijji kee laalte; gurraan dhageeffatte; harka itti diriirsite; miilaan itti deemte hundarraa towbaa deebi'uun...!
๐งโโ Rabbiin daangaan isaa yoo cabdu ni hinaafa... kana yeroo hundaa yaadachuu qabda ..!
๐งTowbaadhaaf qaxaroo kennuu dhabuu....!
๐งโโObsi Rabbii si dagee... zulmii keessatti akka hin hafne...!
11ffaa....Share ๐

โ Hariiroon koo nama wajjiin akka baala mukaati...
kan na wajjiin hafe ni daraara; kan narraa kufe yoomuu hin deebi'u...!
@tafak_or
kan na wajjiin hafe ni daraara; kan narraa kufe yoomuu hin deebi'u...!
@tafak_or
#Sรฉequu...
(Haadha manaatiin qoosuu barbaadeeti....)
๐ Jaarsa: Rabbiin sammuu tana qofa isin hirdhise malee, faayuma wahii isin uumee bar..!
๐ฅป Jaartii: Rabbiin wanti bareechee nu uumeef akka nu jaalattaniif...wanti sammuu nu hirdhiseef akka nuti isin jaalannuuf....
Jaarsa: akkana jedhaa weeddisaa lixe:
ููููููุง ููุณููุงูู ุจุฑุงู ุงูููู ู ููุตูููุชูุง
ูููุงูู ุญููููููุฉ ุฃู ุณูููู ูุชูููุงูู
ุดูุงุบูุจุชูููุง ู ููุงุฒุญูุงู ุญุชููู ุฃูุบุงุฒููุง
ูููุณูู ุชู ุฌุจูุชู ูุตููู ูู ุงูุญุงูู
Haa isiniif hiikuu... ๐