โ Haadhaa fi Abbaan kankee hamilee guddaa sirraa qaban.... Abjuun isaanii suni akka hin fashaloofneef.... tattaaffii guddaa gochuu qabda ...!
@tafak_or
@tafak_or
โ Wantoota ati yoomuu namatti himuu hin qabne....
(Things you never tell people)
โซ๏ธ - แแฐแแฝ แ แแแ แแแแญ แจแแแฃแธแ แแแฎแฝแก- ๐๐๐ป
1) Mindaa kankee yookiin madda mindaa kankeetii nama tokkottuu akka hin himne.
yeroo hundaa akka isaan hin beekne gochuu qabda... xumurarratti waan sitti roorrisaniif.
๐ แแแแ แแขแ แ แแญแ แจแแข แแแซแ แ แ แตแแแญ แแ แแ แจแแฅแแต แญแแ แ แแแ แ แตแญแแข
2) Karoora kankee kan fuulduraaf baafatte eennutuu hin himin.... nama karoora kee karaa irraa maqsuuf deemtutu jira waan taheef....
(
๐แ แแณแแฑ แแซแฐแแ แ แตแแแแแ แจแแฐแแต แฅแ แตแ แ แ แตแแแซแธแแข
3) kallattii dadhabinna keetii namatti hin himin.... namoonni gariin bakka saniin sitti fayyadama waan taheef....
๐ แตแ แตแญแแถแฝแ แแแแ แ แตแแแญ แฃ แแญแแซแฑแ แ แแณแแถแน แ แ แแฐ แแญ แญxeqemubahal____แข
4) Kufaatii kankeetis namatti hin himatin .... namoonni hedduun yeroo hundaa gatii kufaadhaa siif kennuun.... carraa biraa si daangessuu waan danda'aniif...
(Do not tell anyone about your failure. Some will always treat you as a failure, and will not give you any other chance.)
๐แตแ แแตแแตแ แแแแ แ แตแแแญแก- แ แแณแแถแฝ แแแ แฅแแฐ แแตแแต แญแแฅแฉแแ แฅแแ แแ แฅแตแ แ แญแฐแกแ แแข
5) Iccitii kankee nama tokkottuu hin himatin.....dhimma dhuunfaa keetii... hawaasa hundaaf facaasee bahaaf gala si dhoorkaati...!
(Do not tell anyone your secrets, you will make your privacy public for everyone.)
๐ แแตแฅแญแ แ แแแแ แ แตแแแญแก แแแแแตแ แ แแแแ แญแ แณแฐแญแแแ แข
6) Tarkaanffii kankee Isa itti aanu eennuttis hin himin.... yeroo hundaa sagalee kee dhokfadhuu socho'i.... Surprise nama gochuu qabda... ati ufirraa haasahuu osoon taane... milkaa'inni kee bakka Kee sirraa haa haasahuu itti dhiisi....
(Do not tell anyone your next steps. Always move in silence. Surprise people and let your success speak for you.)
@Ibro
Nama jaalattuuf๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

Nama tokko qofa kan Rasuulli (SAW) harka isaatiin ajjeesan eennu_____?
Anonymous Quiz
19%
A) Abdallaa binu Ubayyi binu Saluul
24%
B) Uqbaa binu Abii Mu'eyxi
29%
C) Ubayyi binu Kalaf..
28%
D) Hin beeku...
#Beektuu_laata...!
(Smoking ๐ญ)
โ Kaamphaaniin Sigaaraadhaa kan Ameerikaa keessatti argamu, wantoota Tanboon irraa ittiin dalagamutti sukkaara akka dabalu.
Sababni isaas ?
Akka namoota Sigaaraa xuuxaniif seeraan mi'aauu fi akka namni Sigaaraa xuuxu addaan hin kunneef....
โ Wanti sana caala nama gaddisiisu immoo.... Sukkaara tanbootti dabaluu jechuun... Summiin qaama keessa garmalee akka dabaluuf Sababa ta'a jedhan qoratyoonni... akkasuma dhukkuba kaansariitiin saaxilamuufis Sababa ni taha....!
โ Fitnaan kuni hanga biyya keenya keessa hin jirre, biyyoota Arabaa fi biyyoota Europe, akkasuma biyyoottan hafan keessa garmalee babaldhatee jira....!
Share
https://www.tg-me.com/tafak_or
(Smoking ๐ญ)
โ Kaamphaaniin Sigaaraadhaa kan Ameerikaa keessatti argamu, wantoota Tanboon irraa ittiin dalagamutti sukkaara akka dabalu.
Sababni isaas ?
Akka namoota Sigaaraa xuuxaniif seeraan mi'aauu fi akka namni Sigaaraa xuuxu addaan hin kunneef....
โ Wanti sana caala nama gaddisiisu immoo.... Sukkaara tanbootti dabaluu jechuun... Summiin qaama keessa garmalee akka dabaluuf Sababa ta'a jedhan qoratyoonni... akkasuma dhukkuba kaansariitiin saaxilamuufis Sababa ni taha....!
โ Fitnaan kuni hanga biyya keenya keessa hin jirre, biyyoota Arabaa fi biyyoota Europe, akkasuma biyyoottan hafan keessa garmalee babaldhatee jira....!
Share
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Gammachuu....
โ Wanti guddaan gammachuu barbaannutti gahuu nu dhoorke... gammachuu guddoo eeguudha....!!
Waanuma qabdutti gammadi..

#Gammachuu.... โ Wanti guddaan gammachuu barbaannutti gahuu nu dhoorke... gammachuu guddoo eeguudha....!! Waanuma qabdutti gammadi.. @tafak_or
โ The great obstacle to achieving happiness is waiting for great happiness.
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ The great obstacle to achieving happiness is waiting for great happiness.
โ แฐแตแณแ แแแแแต แตแแ แฅแแ
แแต แณแแ
แฐแตแณแ แแ แ แ
แแแข ๐ก
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ แฐแตแณแ แแแแแต แตแแ แฅแแ
แแต แณแแ
แฐแตแณแ แแ แ แ
แแแข ๐ก
ุงูุนุงุฆู ุงููุจูุฑ ูููุตูู ุฅูู ุงูุณุนุงุฏุฉ ูู ุงูุชุธุงุฑูุง ุณุนุงุฏุฉ ููุจุฑู .
Eddoon haati Rasuulaa (SAW) itti duute maal jedhama______?
Anonymous Quiz
14%
A) Makkaa
10%
B) Madiinaa
69%
C) Abuwaa
7%
D) Jiddaa
โ Namni waa isinitti jajjabaatan, kan keessi keessan isin dhiphate.... jecha tana akka heddummeessitan isiniif dhaama....๐
โูุง ุฅูู ุฅูุง ุฃูุช ุณุจุญุงฺูช ุฅูู ฺชูุช ู ู ุงูุธุงูู ูู.
" Laa ilaaha Illaa anta subhaanaka innii kuntu minazzaalimiin.... "
Share๐
๐๐ป๐ธโขโโโข โ ๐ด โ โขโโโข๐ธ๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
โูุง ุฅูู ุฅูุง ุฃูุช ุณุจุญุงฺูช ุฅูู ฺชูุช ู ู ุงูุธุงูู ูู.
" Laa ilaaha Illaa anta subhaanaka innii kuntu minazzaalimiin.... "
Share๐
๐๐ป๐ธโขโโโข โ ๐ด โ โขโโโข๐ธ๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Xinsammuun_caccabuu...๐ง
โ Irra hamaa wantoota gammachuu namaa balleessanii keessaa inni tokko keessi kee dadhabuudha....!!
#keessaan_dadhabuu jechuun;
๐ Daftee rifatuu, daftee yaada keessa seenuu....!
๐ jechi/haasofni namaa dafee Keessa keetitti dhagahamuu..!
๐ Namuma kamitti irkattee jiraachuu...
๐ Waa hunda keessatti/bakka hundatti daangaa dabruu...!
๐ himataa fi hifannaa, akkasuma nama qeequu heddummachuu...!
๐ Waan dinqisiifate hundaan daftee booj'amuu....
โAkka kanatti nama keessaan caccabaa.... galabaa namaa .. kan keessi isaa miidhame taatee argamta...
โ Furmaanni isaa #Xiinsammuun_jabaachuudha....(psychological strength).
Keessi kee jabaachuudha jechuun;
๐ Hamilee fi fedhii jabaa, akkasuma ufitti amanamummaa guddaa qabaachuu jechuudha.
๐ Balballi addunyaa tanaa guutuun sitti dhiphatte... osoo qaawwa bahiinsaas dhabdee... harka kennachuu dhabuudha...!
๐ Abbaan fedhe si ganee; si gurguratee... namaaf bakka kennuu dhabuudha...!
๐ Yaa Rabbii ati gahaa kooti jechuudha....!!
@Ibroo keessaniin....
Nama jaalattuuf... ๐

Suuraawwan qur'aanaa keessaa, kan jalqabni isaa Suuraa jedhee eegalu suuraa kami___?
Anonymous Quiz
22%
A) Suuraa Hajjii
62%
B) Suuraa Nuuri
15%
C) Suuraa qalam.
#Hunduu_hireedha....
โ Mallaqni qofti qabeenyaa miti. inumaayyuu;
๐ Keessi kee tasgaabbaahuun,
๐ Sammuu beekkumsaan ifte qabaachuun,
๐ Fayyaan qaama keetii....,
๐ Qulqullinni qalbii keetii (fayyaalummaan)...,
๐ Sammuu hin faalamin qabaachuun kee ...,
๐ Du'aa'iin haadhoo keetii....,
๐ Gara laafinnaa fi marartuun abbaa keetii...,
๐ Obboleessa gaarii qabaachuun kee....,
๐ Ilmoo fuuldura keetii seeqattu Rabbiin siif kennuun....,
๐ Hiriyyaa siif dhiphatuu fi dhugamaan si jaalatu qabachuun kee....,
๐ Nama imala wajjiin deemtu qabaachuun kee....
๐ Namni si jaalatu affeerraa siif gochuun..... fi kkf hedduun isaa qabeenya guddaadha ....
๐ kanaafuu Rizqiin tee mallaqa qofaa miti....
@Oolmaa_gaarii
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Mallaqni qofti qabeenyaa miti. inumaayyuu;
๐ Keessi kee tasgaabbaahuun,
๐ Sammuu beekkumsaan ifte qabaachuun,
๐ Fayyaan qaama keetii....,
๐ Qulqullinni qalbii keetii (fayyaalummaan)...,
๐ Sammuu hin faalamin qabaachuun kee ...,
๐ Du'aa'iin haadhoo keetii....,
๐ Gara laafinnaa fi marartuun abbaa keetii...,
๐ Obboleessa gaarii qabaachuun kee....,
๐ Ilmoo fuuldura keetii seeqattu Rabbiin siif kennuun....,
๐ Hiriyyaa siif dhiphatuu fi dhugamaan si jaalatu qabachuun kee....,
๐ Nama imala wajjiin deemtu qabaachuun kee....
๐ Namni si jaalatu affeerraa siif gochuun..... fi kkf hedduun isaa qabeenya guddaadha ....
๐ kanaafuu Rizqiin tee mallaqa qofaa miti....
@Oolmaa_gaarii
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Suuraawwan qur'aanaa keessaa, kan guutuun isaa qubee R/ุฑ uf keessaa hin qabne suuraa kam_____?
Anonymous Quiz
16%
A) Suuraa Naas/ุณูุฑุฉ ุงููุงุณ
69%
B) Suuraa Ikhlaas/ุณูุฑุฉ ุงูุฅุฎูุงุต
15%
C) Suuraa Kowsar/ุณูุฑุฉ ุงูููุซุฑ
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Photo
Ajaa'iba...๐๐ฃ
โ Gurri namaatii fi funyaan ilma namaa, osoo suutallee guddataa dhufee... guddinna addaan hin kutu.
Kanaafuu funyaanii fi gurri manguddootaa gugurdatee muldhata.
@tafak_or
โ Gurri namaatii fi funyaan ilma namaa, osoo suutallee guddataa dhufee... guddinna addaan hin kutu.
Kanaafuu funyaanii fi gurri manguddootaa gugurdatee muldhata.
@tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Alhamdulillaah Rabbil Aalmiin/
ุงูุญู ุฏููู ุฑุจู ุงูุนุงูู ูู
Jechi kuni qur'aana keessatti yeroo meeqa dubbatame ? Suuraa kam keessatti?
ุงูุญู ุฏููู ุฑุจู ุงูุนุงูู ูู
Jechi kuni qur'aana keessatti yeroo meeqa dubbatame ? Suuraa kam keessatti?
Anonymous Quiz
34%
A) Yeroo 2
26%
B) Yeroo 4
40%
C) Yeroo 6
โ Sadarkaan kankee kan laalamu bakka ilmi namaa si dhaabe osoo hin taane... bakka ati uf dhaabdeedha... ilmi namaa Wal qixxummaa dalaguu fi waa madaaluu keessatti hirdhinna guddaa waan qabuuf....!
@tafak_or
@tafak_or
#Toltuu_1000......
(Alhamdulillaah)
โ Guyyaa tokkotti toltuu 1000 hojjattee ooluun dalagaa ulfaataa sitti hin fakkaatin.
๐
Guyyaa tokkotti keeyrii 1000 hojjachuuf yeroo 100 qofa #Subhaanallaah jechuu si gaafata.
ูุงู ๏ทบ:
โ Ergamaan Aalamaa (SAW) akkana jedhan:
"ุฃูุนุฌุฒ ุฃุญุฏูู ุฃู ููุณุจ ูู ููู ุฃูู ุญุณูุฉุ ูุณุจุญ ู ุฆุฉ ุชุณุจูุญุฉุ ูููุชุจ ูู ุฃูู ุญุณูุฉุ ุฃู ูุญุท ุนูู ุฃูู ุฎุทูุฆุฉ"
" Isin keessaa namni guyya guyyaan toltuu 1000 dalagachuu hin dandeenye ni jiraa ?
Yeroo dhibba tokko #Subhaanallaah jedha, toltuu 1000 isaaf galmaaha ykn dilii/dogoggora 1000 irraa harca'a. "
Muslimtu gabaase...
- ุฑูุงู ู ุณูู .
Share godhaa๐