Telegram Web Link
๐Ÿ“ž Malaa'ikoota armaan gadii keessaa wardiyyaa Azaabaa kan tahe isa kam____?
Anonymous Quiz
4%
A) Jibriil
30%
B) Riduwaan
66%
C) Maalik...
#Nama_garii

โœ Namoonni tokko tokko dogoggora kee fageenya 500km laalanii argu, garuu gaarii kankee arguuf ๐Ÿ”ฌ microscopen laaluu isaan gaafata...!!
โœ Kana jechuun sa'aatii hirribaa dammaqerraa eegalee hanga yeroo rafuutti dogoggoruma isaa eega....!!
@Ibro

Share๐Ÿ‘‡
โž–@tafak_orโž–
Jechi qabrii jedhu qur'aana keessatti bakka meeqatti dubbatame___?
Anonymous Quiz
26%
A) Yeroo tokko
30%
B) yeroo lama
45%
C) yeroo sadi..
๐ŸŒฑ Sammuu Kee kunuunsuudhaaf...wantoota armaan gadii kanatti fayyadamuu qabda... (@Ibro);

1) Dogoggora jettee waan yaaddu kamuu akka hin raawwanne ( Don't do anything that you feel is wrong).

2) Sammuu keetitti amanuu qabda..
(แ‰ แŠ แ‹•แˆแˆฎแ‹Ž แ‹ญแˆ˜แŠ‘)
3) Hamaa/badooma kankee akka hin haasofne...(Don't speak badly about yourself).
แˆตแˆˆ แˆซแˆตแˆ… แˆ˜แŒฅแŽ แŠแŒˆแˆญ แŠ แ‰ตแŠ“แŒˆแˆญ

4) Abjuu Kee milkeessuu irraa akka uf duubatti hin deebine...ykn harka hin kennanne.. (Do not give up on achieving your dream).
แˆ…แˆแˆแˆ…แŠ• แˆˆแˆ›แˆณแŠซแ‰ต แ‰ฐแˆตแ‹ แŠ แ‰ตแ‰แˆจแŒฅแข

5) Eeyyan/miti jechuudhaaf akka keessa keetitti sodaan hin uumamne... (Don't be afraid to say no/yes).
แŠ แ‹ญ/แŠ แ‹Ž แˆˆแˆ›แˆˆแ‰ต แŠ แ‰ตแแˆฉแข
6) Akka garaa ufitti hin jabaanne..(Be kind to yourself)
แˆˆแˆซแˆตแˆ… แ‹ฐแŒ แˆแŠ•แข
7) Waan too'annoo kee Jala oolchuu hin dandeenye itti dhiisu qabda...
(let go of what you cannot control)
แˆ˜แ‰†แŒฃแŒ แˆญ แ‹จแˆ›แ‰ตแ‰ฝแˆˆแ‹แŠ• แŠแŒˆแˆญ แˆแ‰€แ‰€แ‹แข
8) Diraamaa fi yaadota negative irraa fagaachuu qabda...!
( stay away from drama and negativity)...
ุงุจุชุนุฏ ุนู† ุงู„ุฏุฑุงู…ุง ูˆุงู„ุณู„ุจูŠุฉ."

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Gaafii_hirmaachisaa...

๐Ÿ“ž Yeroo hedduu Rakkoo furuu barbaannu tokko, maaliif furuu hin dandeenye___?
Deebiin .....๐Ÿ‘‡

๐ŸŒท Jireenya kankee keessatti yeroo hedduu Rakkinna si mudate tokkoof furmaata ni barbaadda... garuu furmaanni Kee siif hin milkaahu maaliif beektaa___?

๐Ÿƒ) Ammuma, osoo hin turin furmaata waaraa waan barbaadduuf...
๐Ÿƒ) Furmaata qofa barbaaduu osoo hin taane... furmaata gahaa fi quubsaa waan barbaadduuf...
๐Ÿƒ) Furmaata argachuuf, dirqama dhimma kee keessatti yaada namoota biraa irraa waan eegduuf....

๐Ÿ‘‰ Obboleessa/tti koo na dhageessaa.....!!
โœ Furmaanni hedduun argamuuf yeroo gaafata; suuta suutaan deemuu gaafata; obsa gahaa ai gaafata;
โœ furmaanni hedduun quubsaa fi gahaas tahuu baatu... garuu furmaata kaayyoo keetitti si geessuudha.... kanaafuu amala akkasii kana aadeffachuu qabda...
โœ Furmaata argachuuf yaada namoota biroo eeggachuu sin barbaachisu.... yoo ati uf fayyaduu hin dandeenye eennullee si fayyaduu hin danda'u...

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Argitee_beektaa!!....๐Ÿค”

โœ Hanga feete duniyaan waa irraa fudhattus isaan dureeyyiidha.... gariin immoo hanga fedhan duniyaa irraa waa fudhatanis isaan yoomuu hiyyeeyyiidha....!

Share
@tafak_or
#Siif_galeeraa...

โœWaan barbaaddu ni beekta taanaan.... shakkii tokko malee gara fuulduraatti tarkaanfatta.
waan barbaaddu hin beektu taanaan...., nama biraattu waan ufii barbaadu irratti si qajeelcha... ergasii waan ati barbaaddutu kana jedhanii si amansiisuu...!!
ุฅุฐุง ูƒู†ุช ุชุนุฑู ู…ุงุฐุง ุชุฑูŠุฏ ูุณุชู…ุถูŠ ู‚ุฏู…ู‹ุง ุฏูˆู† ุชุฑุฏุฏุŒ ุฃู…ุง ุฅุฐุง ูƒู†ุช ู„ุง ุชุนุฑู ู…ุงุฐุง ุชุฑูŠุฏ ูุณูŠุฑุดุฏูƒ ุงู„ุขุฎุฑูˆู† ู„ู…ุง ูŠุฑูŠุฏูˆู†ู‡ ู‡ู… ุซู… ูŠู‚ู†ุนูˆู†ูƒ ุฃู†ู‡ ู…ุง ุชุฑูŠุฏ.

โœ แ‹จแˆแ‰ตแˆแˆแŒˆแ‹แŠ• แŠซแ‹ˆแ‰…แŠญ แ‹ซแˆˆแˆแŠ•แˆ แˆ›แˆ˜แŠ•แ‰ณแ‰ต แ‹ˆแ‹ฐ แŠแ‰ต แ‰ตแˆ„แ‹ณแˆˆแˆ… แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แ‹จแˆแ‰ตแˆแˆแŒˆแ‹แŠ• แŠซแˆ‹แ‹ˆแ‰…แŠญ แˆŒแˆŽแ‰ฝ แ‹ˆแ‹ฐแˆšแˆแˆแŒ‰แ‰ต แŠแŒˆแˆญ แ‹ญแˆ˜แˆฉแˆƒแˆ แŠจแ‹šแ‹ซแˆ แ‹จแˆแˆˆแŠจแ‹แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ†แŠ แ‹ซแˆณแˆแŠ‘แˆƒแˆแข
โœ If you know what you want, go ahead without hesitation, but if you don't know what you want, others will guide you to what they want, and then convince you that it is what you want.

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
@Hin_dagatin....

โœ Ilmi namaa hanga fedhe bahaa fi dhihaa, kaabaa fi kibbaa si faarsus kan ilaalamu ati eennu Rabbiin biratti....?!

๐Ÿ‘‰ Ati Rabbiin biratti eennu jedhamta laata...? Allaaaah...

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Ergamaa_Aalamaa....

โœ Guyyaan Jum'aas mataa/sayyida guyyoota hundaati, Ergamaan Aalamaas (SAW) sayyidaa fi irra caalaa ilmaan Aadam hundaati.... kanaafuu guyyaa kana keessa Salawaata isaan irratti buusuun waan guyyaa kana adda godhu keessaa isa tokkoodha .....

โœ Iccitiin biraas....;
qananiin; keeyrii fi milkaa'inni ummanni isaa addunyaa fi aakirattis guyyaa boruu argattu kallattii Rasuulaatiin SAW....
Rabbiin ummata isaatiif keeyrii duniyaa fi Aakiraa walitti qabeef.... Alhamdulillaah

Kanaafuu Salawaata buusaa....
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุขู„ู‡ ูˆุตุญุจู‡ ูˆุณู„ู…....

Share ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿชด Shamarran keenyaaf kabaja guddaan qaba.....๐Ÿ‘‡

โœ Dhiirri waan dhiirummaa isaatii fi qarummaa isaaf dabalaa tokko onnee dubartii irraa barachuun gadhummaa/gadi aantummaa miti....
โœ Shamarran lamaan keessaa takka siif hin dhabdu....:
takkaa dhukkuba guddaa sitti taati yookiin immoo fala guddaa siif taati.., garuu kan lamaanuu murteessuu danda'u sihi.
โœ Yoo kan ati ishee gowwoomsuuf yaaltu taate, isheen More si gowwoomsuu dandeessi.
yoo kan ishee kabajju taate, isheen immoo matร a irra si kaahatti.
โœ Dubartiin hanga feete guddattus, yeroo hundaa akka waan isheen daa'imaatti wajjiin haa jiraattuu barbaaddi....
โœ Dubartiin waan impossible ta'e wahii ykn waan addunyaa tanarra hin jirre wahii sirraa hin barbaaddu..... isheen kan sirraa eegdu, dhiira akka obboleettii teetiif hawwituu san akka isheef taatu sirraa hawwiti.

Nagahaan naaf turaa... Jum'aa barakaa isiniif haa tahu....

@Ibroo

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Warroonni milkaa'innaan beekkaman....( Successful people):

1) Ganama yeroodhaan hirribaa dammaqana...
They wake up early
2) Baay'ee hin haasahan.... (yeroo isaanii oduudhaan hin guban)....
they talk little
3) Waan dalagan hundaafuu sirritti xiyyeeffannaa Kennan....
They focus well
4) Yeroo isaanii hin qisaasessan/ Yeroo qabanitti seeraan fayyadaman...
They don't waste their time ...
5) Fayyaa isaaniif dursa kennan...(They take care of their health)...
6) Wantoota bu'aa hin qabne irraa qaamaa fi qalbiidhaan fagaatan....
ูŠุจุชุนุฏูˆู† ุนู† ุงู„ุชูุงู‡ุงุช....

โœ Ati qabxiiwwan armaan olii keessaa kamiin qabda mee?
@Ibro

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#ุญู‚ูŠู‚ุฉ.....

โœ Hiriyyaa jireenyi isaa sin fayyanne....duuti isaa homaa sirraa hin hirdhisu....!!

@tafak_or
@Garaa_nutti_laafaa....!

โœ Shamarran mana haadhaa fi Abbaa ishee osoo waa takkaan milkaa'innatti hin gahin waggaa 20 ol jiraattu..
garuu waa nama ajaa'ibu, gaafa heerumte immoo ganamuma sana abbaan warraa ishee waan isheen barbaaddu hunda; hawwii ishee hunda akka guutuuf irra barbaaddi.....!! ๐Ÿค”
โœ Sila ani ka jedhu, Abbaa qabeenyaa obbo Alamuddiinitti heerumte seeta moo... maal yaaddeeti kan mucaa akkanatti cinqituuf..... ooooh
โœ Dhiirota keessaniif garaa laafaa... Nama obsa Nabiyyallaahi Ayyuub qabutu jiraataa jira malee, jireenyi danda'amutti hin jirtuu....

ูุฑูู‚ุงู‹ ุจุงู„ุฑุฌุงู„ ........

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Shamarraniif....

โœ " Nama beektu tokko, Sababa diinii isaatiif jaalattee... akka Rabbiin isatti si qabu yoo Rabbiin gaafatte, akka shari'aa Islaamaatti ni hayyamama... "

๐Ÿ‘‡
๐ŸŒฑ Shek Saalih Alfowzan....
๐ŸŒฑ ุงู„ุดูŠุฎ ุตุงู„ุญ ุงู„ููˆุฒุงู† ุญูุธู‡ ุงู„ู„ู‡
.
@tafak_or
2024/09/27 19:19:50
Back to Top
HTML Embed Code: