Telegram Web Link
πŸ’°Catizen gara bybit withdraw warri gootan ilalladhaa seenaa jira.

Namnii Catizen Token 20 ol argate jiraa?

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
πŸ””Rocky Rabbit kaffaltaan malee Token hin keenu waan jedhu fakkataπŸ˜„πŸ˜„

Yeroo Ton fee 0.50 kaffaltaan ELIGIBLE isiniin jedha kana jechuun Airdrop irraa ni argatu jechuu barbaadetu nati fakkata😳

Sababiin isan akka dirqamatti ka'aniif namni bayyeen itti rakkatee hojjechaa waan jiruf amma kana itti dadhabee hin dhisuu ni kaffalaa jedhanii waan yaadan fakkataπŸ˜„

Ani kaffalaas Dhisaas hin jedhuu yoo itti amantaan yoon bu'a guddaa dhabees rakkoo hin qabu jettani yoo yaadan kaffalaa waan ta'u hin beekaniβœ”οΈπŸ’₯

▢️▢️ Sa'ati 13 qofatu hafe⚑️⚑️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ”œ Important Update: The eligibility period has been extended by only 24 hours due to numerous user requests.

If you’ve already become eligible, there’s no need to worry! However, if you haven’t completed your eligibility yet, please make sure to check the FAQs below for assistance.

This is a final opportunity for those who haven't yet completed the eligibility process for the RBTC airdrop. Don't miss your chance!

FAQ:

What happens if I don't complete the eligibility steps?
πŸ”₯Your RBTC airdrop will be burned.

I haven't completed the eligibility tasks, how can I do that?
πŸ’Ž It's recommended to use the TON Keeper wallet to complete this process.

I sent TON multiple times, what will happen to my extra TON?
βœ” Any extra payments will be refunded to the wallet you sent from.

I sent TON without a memo, what should I do?
πŸ‘€ You need to resend your payment with the memo. Transactions without a memo will be refunded to the sending wallet.

I sent TON, but I'm still not eligible.
πŸ” If you've sent TON but haven't become eligible, it's possible that you either forgot to include the memo or the payment amount was less than 0.5 TON. You will need to resend the transaction correctly with the proper memo and the required amount to ensure it is processed.

**Updated Schedule:**

September 21: πŸ“Έ Snapshot and review of activities of eligible users and airdrop distribution.

September 22: 🎁 Airdrop distribution to eligible users.

September 23:πŸ’° Activation of withdrawal options, πŸ”„ launch of trading on major exchanges, 🐰 unveiling the new Rocky Rabbit version, and πŸš€ entering an exciting new world with Play-to-Earn (P2E) games.
.

πŸ“£ Please note: This is your last chance, and there will be no room for complaints after this extension!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸͺ™Major ➑️ Games ➑️ Puzzle Durov  #Major ❀️

πŸ—“Date: 20.09.2024

πŸ”† Puzzle Durov: - 3️⃣5️⃣1️⃣2️⃣

‼️The major combo is correct!  There is a problem with the airdrop bot. 

β­οΈπŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ’²

πŸ“ŒLink πŸ”—

⭐️START MAJOR BOT⭐️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Rocky Rabbit πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€ dha?

πŸ”–Rocky Rabbit yeroo amma sa'ati 24 itti dabalee jira βŒ›

Akka isan jedhanitti yoo ta'e guyyaa borii September 21 Snapshot fi Airdrop distribution ni godhama jedhu kana jechuun warra Ton kaffaleef task hojjete caalaalu eegalu jechudhaπŸ’₯

September 22 Airdrop ni keenu namoota Eligible ta'aniif qofaπŸ˜•

September 23. List ta'a major Exchange πŸ’± irratti πŸ˜’

Guyyaan iaan murteesan kun waliiti siqee jira ga'as mitti jedhen yaada community amma kana ga'u manage gochuun ni ulfaata 😏

Ani akka yaada kooti Project kana hin jalaneen😑 Airdrop gariin Legit ta'e qarshii dursee nama hin gafatu fakkenya DOGS fudhachuu dandeessu 😎

Wanti guddaan nama aarsu sababiin inni guddaan isan TON 0.50 fudhachaa jiran ilee hin beekamu wanuma VERIFIED ta'eef amanamaadha jechuun hin danda'amu MOONORIX illee osoo verified ta'e jiru ummaata samee badeπŸ˜”

Kun yaada dhunfaa koodha🫑 yaada keessan comment irratti naf barreessaa ⚑️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
                  @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⁉️ Coming πŸ₯Ά
Cati list ta'uf sa'ati 2 qofaatu hafa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @oromooTech
@oromooTech
🐹 Hamster exchange kam irratti claim gootan?
Anonymous Poll
40%
Binance
2%
OKX
5%
Bybit
38%
Telegram wallet
15%
Tonkeeper
Ethiofree 🐧.sip
6.8 KB
New socksip file.🀩
Import this on socksip app and use free internetπŸ”₯πŸ”₯

Apk https://play.google.com/store/apps/details?id=com.newtoolsworks.sockstunnel

For How to import this file on socksip app watch this video https://www.tg-me.com/oromooTech/2828

For more free internet file join this channelπŸ’₯πŸ’₯

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/Damina_tech
OTS ELSAY
🐹 Hamster exchange kam irratti claim gootan?
βœ…Wallet kam irratti withdraw yoo goone filatama dha? Jettani namoonni gaaffi dhiyeessitan...

🐹 Earn 300% APY on $HMSTR in Wallet

πŸ‘‰Telegram wallet irratti utu withdraw gootani filatama natti fakkaata.πŸ’₯πŸ’₯

πŸ“²Sababni isas namoonni hamster Kombatin telegram wallet irratti withdraw godhan stake gochudhan TOKEN dabalta argachuu akka danda'an beeksiseera.

⏩Stake gochun kan eegalamu september 24.

πŸ‘‰Kunis guyyaa 7 f kan turu dha.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @oromooTech
@oromooTech
Enyuutu Trade gochuuf qophii irra jira cati Airdrop πŸ”ΌπŸ•―πŸ•―πŸ•―
Daqiiqa 30tu hafe
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gatiin Catizen itti List ta'e gariidha garuu maal godha community isaniif Token 2 haga 50 kan hin caale keenan🀯

Yeroo Amma 1.09$ irratti argama gatiin Catizen 1 πŸ₯±

Retest dhaf 1.18$ ga'e gadii debi'a jedhen yaadaπŸ•―

Like share ➲ @oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€‹πŸ‘‹ Happy Saturday, CEOs!

πŸ€“ We are continuing to talk about the ways you can claim your $HMSTR tokens.

πŸ‘‰ One of the options is Wallet in Telegram!

πŸ‘ It is the easiest way to get your coins, since you don’t even need to leave Telegram.

πŸ”₯ Within Wallet you will be able to trade your tokens on the P2P market, exchange them to other crypto, and send them to other Telegram users without fees!

πŸ˜‰ Wallet has also announced exclusive bonus campaigns for $HMSTR holders with more details to be revealed later, so stay tuned!
Hamster coin πŸͺ™ waliitti qabachuu dhabbatee jira😳

Amma kan itti fuufu Token amma nuf keenamu hojjii keenya irratti hunda'un calculate godhamee nu beeksiisu ta'aπŸ˜ƒ

Mee namni wallet hin godhatiin yeroon irra darbe jira?πŸ˜’

Like share ➲ @oromooTech
                   @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ’΅ πŸ’΅ πŸ’΅ πŸ’΅ πŸ’΅ πŸ’΅ πŸ’΅ πŸ’΅ πŸ’° πŸ’° πŸ’°
Gafa Qarshii hamster kaffalu QOFAA KEE nyaachuu barbaaddu akkas jeettagaπŸ˜πŸ˜πŸ‘
Account meqaan taphatanii jirtu Hamster 🐹🐹 hiriyaan koo account 7n hojjete😳😁

Like share ➲ @oromooTech
                   @oromooTech
Hamster 🐹 Namooni account keessan connect hin godhiin yeroon isinitti darbee jiru Boor irra deebiin ni eegala kanaaf hin dhiphatiina πŸ‘πŸ‘

Like share ➲ @oromooTech
                   @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Guy's namni hamster keessan akkas ta'e jirtuu?

Sababiin kun namoota Key πŸ—οΈπŸ” generator bot fayyadamaniidha guutummaa guututii Airdrop isin dhawatu jedhees hin yaadu me ni ilaala waan ta'u🌐

Like share ➲ @oromooTech
                   @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/20 23:02:13
Back to Top
HTML Embed Code: