Telegram Web Link
Congratulations πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰

πŸ”΄Namooni badhasa keenya kan guyyaa har'aa mo'ataan isaan armaan gadii kanadha▢️

Haala argaa jirtaniin qarshiif tonii ergiine jirra warra hafees ni ergiinaafπŸ‘

Isaan kun kan filatamaan kaneen namaa dursaani WIN 2017 Jechuun barreesaniif EDIT kan hin goone Real dhaπŸ“±πŸ’₯

1.   @hamzealp
2.  @Daawaa430
3. @Galliiko
4. @MU_az2
5. @Siraj123uu
6. @hh000ppp
7. @Hirko24
8. @Hanukkash99
9. @Minajr3
10. @Olekena

Namooni irratti hirmaattan hunduu anaaf mo'atootadhaπŸ™ Yeroo itti anuu kan mo'atu sidhaa qopha'ii🀨🀨🀨

Winner πŸ† picked by ceo of this channel ELSAY TECH


Share Like @OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hamster Ton Blockchain irratti List ni ta'e kana jechuun Telegram wallet fi tonkeeper irratti bafachuu ni dandeenya jechuudha

Oddefanoo dabalataa ilaalee post isiniif goonaπŸ‘

SHARE@oromooTech
             @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Lost Dogs yeroon isaa dhumeeraπŸ“£

42 days, 11 million users guessing, playing and having fun. This was not just a random game, but a story, created by the community. Beautiful.

This is a story that once again showed how important the social aspect is in web3.

Millions of people from all over the world united, planned their steps to determine the fate of the Lost Dogs.

What happened now is a prologue to things that will happen in the coming months.

Now, it’s time to savor a few bones and celebrate this dog-filled adventure 🌚

❀️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namooni DOGS keessan gurgurachuu barbaaddan ammayyuu bitaan jira na dubisaa πŸ‘‹

πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€ πŸ’΅ πŸ’΅

Hubadhaa πŸ‘‡
πŸ“Asin qofa kootaaβœ”οΈ
πŸ”– @MrElsay2 βœ…
@MrElsay2. βœ…


SHARE@oromooTech
             @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Token hamster keenuuf qopha'ee joru billion 100 qofadha😁

Dogs akkauma beekamu million 400 kan ta'u community isaf keene

🀩 We’re happy to announce that the total supply of $HMSTR tokens will be 100 billion coins.

 β€’ Along with the listing, there will be Binance Launchpool and Super Earn features available for the $HMSTR token 

 β€’ Binance’s Launchpool token rewards will be 3.00% of the total supply β€” 3 billion tokens

β€’ If you register on Binance using our referral code and link below, you’ll get a $100 sign-up cashback bonus
Hamster List ta'uuf..πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€ 2️⃣6️⃣

Hamster kombat Token isa xiqqeesun gariii moo gadheedha nuuf?

Akkuma beekamu Token supply ykn dhiyeesin yoo bayyatee gatiin token sana xiqqaacha adeema Yoo Token supply xiqqoo ta'emoo gatiin isaa ni guddata kana jechuun hamster kombat token billion 100 qofa gochuun isaa gatii token isarratti foyya'a ta'u danda'a jechudhaπŸ•―

Kana dura Token 😎 dogs billion 550 ture Hamster immoo billion 100 qopheeseπŸ€”

Garuu akka nati fakkatuuti namoota bayyee sababa adda addaa umuun token xiqqoo qofa latuuf jedheen yaada sababni isaas yoo namaa hundaaf token hedduu keenan token billion 100 illee ordooftotaa isa million 300 ta'aniif keenuun ni ulfaata ga'as mittiπŸ₯±

Mee yaada ykn tilmaama HAMSTER irratti qabdan comment godhaa*️⃣

Wantoota haaraa jiran ilaaleen dabalataan post isiniif godha..


SHARE@oromooTech
             @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ELSAY TECH pinned a photo
Major irra seenuun Task haaraa coin πŸͺ™ kuma 5000 argamsiisu taphadhaa
πŸ‘‰ Durvo Puzzel Game Answer
βœ…September - 13
βœ…Reward : 5000 Coin

@oromooTech
@oromooTech
New socksip file is loading....


Fille kana namoonni nuf gadhiisi jettan react πŸ‘‰πŸ”₯❀️πŸ₯°

@oromooTech
@oromooTech
Project yeroo amma kana namoota baayye dhan hojjetama jiru kana keessaa kamtu gatii guddaa argamsiisa jettani yaaddu?

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
2024/09/23 18:25:36
Back to Top
HTML Embed Code: