Telegram Web Link
๐Ÿ˜ฎ๐Ÿ˜ฎ๐Ÿ˜ฎ๐Ÿ”ค ๐Ÿ”ค ๐Ÿ”ค ๐Ÿ”ค
Screen shot kun muraasa isaniti๐Ÿ‘
๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค

Guyyaa gafa DOGS List ta'e qarshiitti jijjiramuu eegalee kaasee hanga har'ati Namoota 420 ol irraa DOGS MILLION 9 kan ta'u binee jira.โšกโœ”๏ธ

Kanaas Jechuun DOLLAR ๐Ÿ’ต kuma kudhan 10 ,000 ol kan ta'un Member channel keenya fi namoota na beekan irraa biteen jira bayyeen hiriyoota keessan illee nut ergaa turtaan thanks ๐Ÿ™ โšก๏ธ

Qarshii ETHIOPIA MILLION 1 Ol kan ta'un binneera haga amma jechudha๐Ÿ‘‹๐Ÿ™

๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ

Daqiiqaa muraasa keessati gara qarshiiti isaniif jijjiraa akka turree namooni nurraa fayyadamtaan isinuu ragaadha๐Ÿ‘

Namoota Ton Fee hin qabneef ergiine kan akkaata itti gurguraan hin beekne barsiisne agarsiisun irraa bita turree jira๐Ÿ‘

Namooni hedduun karaa TikTok keenya fi Telegram keenyan sirritti gatii nuu beektaniif nu amantanii gara keenya dhufuun tajajilaa keenyati waan fayyadamtaniif GALATOOMAA ulfadhaan jedha๐Ÿ‘ Namooni nu Nu jibbitaniis jabadhaa๐Ÿ™Œ ๐Ÿธ

Amanamuuman koo itti FUFAA๐Ÿ™ ELSAY TECH

Yaada qabdaan karaa keessaf comment dhan na ibsuu dandeesu๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค

Asiin na argatu๐Ÿ“ฑ @MrElsay2

Laki dhan nu jabeesa๐Ÿ‘
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
OTS ELSAY pinned a photo
Baga Jela Bultii Bara Haaraa 2017n isin ga'e๐ŸŒคโ›…๐ŸŒค

๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป

Barrii Kun kan Nagaa fi milka'inaa Hundumaa keenyaaf haa ta'u deemsi keenya itti fuufa haala foyya'a ta'een๐ŸŒ

Wantoota ani channel kana irratti akkaan foyyeesu barbaaddan Akkasumaas itti isiniif dabaluu qabu barbaaddan comment naf gochuu dandeessu ๐Ÿ†—

Karaa YouTube ๐Ÿ“ฑ Telegram ๐Ÿ“ฑ TIKTOK ๐Ÿ“ฑ koo ELSAY TECH yeroo hundaa na argattu โœ”๏ธ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
OTS ELSAY pinned a photo
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Wow Member keenya Kuma 20k nuf ga'e jira Hundumtii keessanu galatoomaa ๐Ÿ™ ๐Ÿ˜€๐Ÿ˜€
We Preparing something Good for you ๐Ÿซด๐Ÿซด

๐ŸŒ. 2๏ธโƒฃ0๏ธโƒฃ1๏ธโƒฃ7๏ธโƒฃ

๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžฒ@oromooTech
                  @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dhageefadha isin fayyadaa โ‰๏ธ๐Ÿ’ฅ
๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžฒ@oromooTech
                  @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Badhaasni kan keenamu har'a galgala kana sa'ati 3 irraa kaaseedha.๐Ÿ’ต๐Ÿ“ฑโœ”๏ธ

Kan isin irraa eegamu nama 2 fi isa oliif channel keessan kana share gochuu dha.๐Ÿค

Sana booda yeroo sa'ati 2 ta'u barreefaman post godhuu irraatti dursiitanii ๐Ÿ‘ Fi comment gochuun badhaas keessan argachuu ni dandeessu โšก๏ธโšก๏ธ

Badhaasni  isiniif qopha'ee jiru isaan armaan gadiidha ๐Ÿ˜Ž

1ffaa Qarshii. 300 ๐Ÿ’ต
2ffaa Qarshii. 200 ๐Ÿ’ต
3ffaa Qarshii. 150 ๐Ÿ’ต

4ffaa TON 0.50๐Ÿ“ฑ
5ffaa TON 0.30 ๐Ÿ“ฑ
6ffaa TON 0.25 ๐Ÿ“ฑ

7ffaa TON 0.20 ๐Ÿ“ฑ
8ffaa TON 0.20
๐Ÿ“ฑ
9ffaa TON 0.20
๐Ÿ“ฑ
10ffaa TON 0.20
๐Ÿ“ฑ
Kan kana caalu isiniif qopha'aa jira kun jalqaba๐Ÿ””โœ”๏ธ

CEO: ELSAY TECH

๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžฒ@oromooTech
                  @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค. Now ๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค

๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ

Namoota Dursaani channel kana namaa 2f share godhanii comment irratti ๐Ÿ‘‰WIN 2017 jechuun barreessaniif namaa 10f badhaasa ni keenina โšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธ

Hubadhaa warri mootan nama 2 ykn isaa oliif share gochuu keessan screen shot isin gafana๐Ÿฅฐ

โšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธWin Win Now
Ceo: ELSAY TECH

SHARE @oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namnii waan barreese Edit godhe akkasumaas nama 2 ykn isa oliif share hin goone badhaasa keenya hin argaatu ๐Ÿ‘

Hojii amanamaa fi qulqulinaa qabu fi waal calsiisoo tokkolee hin qabnee hojjechuu barbaana!!

Namaa mo'atee sirritti adda bafachaa jirra asirraati maqa fi screen shot ittiin qarshii fi Ton ergiine isiniif post ni goona obsaan nu eega
๐Ÿ”œ๐Ÿ”œ๐Ÿ”œ๐ŸŽ๐ŸŽ

Waan irratti hirmaataniif hundii keessanu galatoomaa ๐Ÿ™

SHARE: @oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Badhaasa ilaalchisee waan beeku qabdan๐Ÿ”ฅ

SHARE: @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Congratulations ๐ŸŽ‰ ๐ŸŽ‰ ๐ŸŽ‰ ๐ŸŽ‰

๐Ÿ”ดNamooni badhasa keenya kan guyyaa har'aa mo'ataan isaan armaan gadii kanadhaโ–ถ๏ธ

Haala argaa jirtaniin qarshiif tonii ergiine jirra warra hafees ni ergiinaaf๐Ÿ‘

Isaan kun kan filatamaan kaneen namaa dursaani WIN 2017 Jechuun barreesaniif EDIT kan hin goone Real dha๐Ÿ“ฑ๐Ÿ’ฅ

1.   @hamzealp
2.  @Daawaa430
3. @Galliiko
4. @MU_az2
5. @Siraj123uu
6. @hh000ppp
7. @Hirko24
8. @Hanukkash99
9. @Minajr3
10. @Olekena

Namooni irratti hirmaattan hunduu anaaf mo'atootadha๐Ÿ™ Yeroo itti anuu kan mo'atu sidhaa qopha'ii๐Ÿคจ๐Ÿคจ๐Ÿคจ

Winner ๐Ÿ† picked by ceo of this channel ELSAY TECH


Share Like @OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/21 09:52:20
Back to Top
HTML Embed Code: