Telegram Web Link
Hamster LIST ta'uuf deema▶️
September 26
Maliif guyyaa achii fageesan😄
Ammaas oduun isanii qubsaa mitti anaaf🙃

maliif yoo jettan akkuma beekamu DOGS turtii ji'a 2 gadiiti Hojii seene LIST ta'e hamster waggaaf deema😳
Amma immoo ji'a 1 eegna gana🤔

Meqaa nuuf keenuf deemu dollar😆 💵💰
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Qarshiiti jijjirattaniitu DOGS Keessan?
Asiin 👇 nu duubisaa 🙌🙌
https://www.tg-me.com/MrElsay2
Anonymous Poll
31%
Eyyee😎
32%
Lakki ka'uun barbaade!😎
37%
Akkaata isan walaale narra biti💵
DOGS MILLION 2.1 Kan ta'u Hanga amma namoota channel keenya irra jiran qofa irraa bine jira▶️🥳🥳🥳

Ammaas nu duubisuu ni dandeessu namooni qarshiiti jijjirachuuf isin rakkisee jiru🤝🤝



Contact us: ✉️ 👇
https://www.tg-me.com/MrElsay2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Protect yourself from scammers 🚨🚨
Hamster kombat osoo list ta'e dollar 💰 hagamiin jettanii of yaadu?🤔

Emoji dhan mira keessan ibsadhamee😍
Anonymous Poll
22%
10$
6%
20$
9%
50$
18%
200$🤔
45%
500$😁
BLUM keessan irraa DOGS Quest kan hojjatnii turtaan ammaa badhasii kenamed jira wallet ton keessan check godhaa
👍Torbaan 2 qofatu hafe LIST ta'uuf Airdrop amanamaa hundi keessan irratti hojjechuu qabda📢📢📢📢📢✔️✔️Lost Dogs

Kaneen hin eegale eegalaa akka booda hin gabine▶️👇👇
https://www.tg-me.com/lost_dogs_bot/lodoapp?startapp=ref-u_608598600__s_628001

Maaltu adda isa godhaa?

1ffaa. Airdrop amanamaa kan akka NOTCOIN fi dogs waliin tokko waan ta'eef

2ffaa. Hojii addaa hin qabu guyyaati si'a tokko seenuun CARD filachuu qofa

3ffaa. Yeroon itti list ta'u guyyoota muraasa keessatidha🥳
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
What the hell 😒
Dogs 🐕 and Notcoin price dumped 😳😳
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Meybe it's Golden opportunity 🤔

Mee maal jettu haala gaba crypto yeroo amma?📈📉💬
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Maliif Namooni Bayyeen Airdrop irraa qarshii argachaa hin jiran?🤩

Sababiin isaas kana jedhen yaada😄

Takkoofa seera AIRDROP walaalu irraan kan ka'eedha jechuun koos akkuma beektan Airdrop bayyeen kan akka HAMSTER, TAPSWAP fi x empire, rocky rabbit coin hedduu million fi billion dhan keenu🤔

Sababa kana irraan kan ka'e namni bayyeen Airdrop kan akka DOGS, CATS, FI LOST DOGS fi kaneen biro hin hojjetuu😔 garuu yeroo gurguramee qarshiin itti argamu ni aara🤣


Yeroo coin bayyee waliiti qabanu gatiin wanta sanaas akkasuma gadii bu'a addeemaa😎

Qarshii Airdrop irraa argachuuf maal gochuu qabna ykn isa kam irratti xuyyeefachuu qabna?

1ffaa kan namni bayyeen hojjechaa hin jirree garuu kan VERIFIED Ta'e PROJECT sirrii ta'e eegaluu qabdu..🤝🤝

2ffaa. Airdrop coin hedduu hin keenine guyyaati muraasa qofa keenu irratti xuyyeefachuu qabdu.😏

3ffaa. Yeroo Airdrop hojjetan seera isanii eegun hojjechuu qabdu Airdrop hundi seera mata isa qaba waan ta'eef💬

Hubachisa 📱 Airdrop yeroo amma hojjechaa jirtaan hundaa dhisaa jechuu koo mitti

Garuu qarshii garii argachuuf AIRDROP maal gochuu akka qabdan suggest isin gochuu qofafidha📢📢

Yaada dabalaa ykn hafe kan jettaan comment.

👍 😍 Tuqaa

Share: oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS namooni CLAIM godhiin jirtaan waan haaraan isiniif ummamee jira🆒

Guyyaa har'a kaastanii karaa 2 withdraw kan ittin gootan UPDATE ni ta'a

Yoo akka dafee withdraw isiniif ta'u barbaaddan Kaffaltiin Fee xiqqoo kutaate akka dafee isiniif ba'u gochuu dandeessu🆗

Yoo fee TON hin qabdaan ta'eef suuta jedhe akka isiniif ba'u withdraw godhamuu gochuu dandeessu 😎😎😎

Kanaa jechuun filanoon 2 Dogs irraa argana jechudhaa📢

Faster withdrawal with a small fee in SDOGS

Slower withdrawal without fees
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
📲 Guys Free internet without balance 0.00birr dhan fayyadamu ni barbaadduu? Wowww speed💥💥💥💥💥💥💥
Anonymous Poll
92%
Eeyyee kun gaaffi hin qabu
8%
Lakki ammaf
OTS ELSAY
📲 Guys Free internet without balance 0.00birr dhan fayyadamu ni barbaadduu? Wowww speed💥💥💥💥💥💥💥
📲Harki caalaan keessan FREE INTERNET fayyadmu barbaanna jettanittu akkaata Itti fayyadama isaf hal dureewwan kana hordofaa.👇👇👇👇

1. Dursa app "socksip" play store irraa download godhachun kaawwaattu.

Link👇👇👇👇 https://play.google.com/store/apps/details?id=com.newtoolsworks.sockstunnel

2.app kana qofan miti kan isin Free internet fayyadamtan file hojjetamutu jiran file kana app kana irratti import gochuun fayyadamtu.👍

3. File kana daily isinif qopha'aa isin import itti gochu qofaa dha.

📲Kanaaf file kun utu upload hin ta'in dursaa app kana download godhadha. qopha'aa!!

✈️Channel keessan kana ammoo share gochuu hin dagatinaa! 👇👇👇👇

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
FREE.sip
6.7 KB
📲File kana socksip app irratti import gochun data bilisaa fayyadamaa!!!

Wowww speed qaba💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥

#HUB

File kun sa'ati 46 booda expired ta'a.

Namoonni maaloo import isa naf galu dide jettan yaada keessan comment irratti barreessaa.💬

Channel keessan kana like , sher gochu akka hin daganne!!!👇👇👇

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Ok namoonni haala isa hin hubanne gara app socksip seenun tuqaa sadii screen gubatti argamu altokko cuqaasuun iddoo import jedhu tuquun file keessan yoo download gootan telegram file Jala fudhachuun itti buutu ofin import ta'a.


Itti aansuun start gochun second 30 keessatti connected success isinin jedha.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Namootii dogs arganna jettanii bot akkasii fayyadamtan of eeggannoo godhaa.

Yeroo hunda Bot DOGS isa sirrii ta'u fi verified akka ta'e mirkanneefadhaa🤭


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
2024/09/21 23:10:47
Back to Top
HTML Embed Code: