Telegram Web Link
Dogs ilaalchisee wantoota isin beeku qabdan 2 jira๐Ÿ˜Ž๐Ÿ˜Ž๐Ÿ˜Ž

Guyyaa har'a yeroo CLAIM Gochuu eegaluu kaasee gara platform irratti gurguramuu danda'u kan akka OXK, BYBIT fi kaneen biro irratti erguun ni danda'ama

Hubachisa yeroo wallet tokko gara wallet birati send gootan MEMO/ COMMENT kan mata keessanii itti guutu akka hin dagane yoo ta'u baate isin jala baadu danda'a

๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต

Guyyaa 3 booda jechuun August 20 irraa eegalee wallet keenya irra kan jiru gurguruun gara qarshiiti jijjirachuu ni dandeenya jechudha๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต

Meqaan keessantu account OKX ykn BYBIT qaba?

App OKX ๐Ÿ‘‡
https://okx.com/join/89356932
Code: 89356932

APP BYBIT๐Ÿ‘‡
https://www.bybit.com/invite?ref=LR8W2QR

Code:
LR8W2QR
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ”ดOduu namaa aarsu๐Ÿคฉ
Monorix yeroo amma platform irratti List ta'e ture BINGX irraa SUSPENDED godhamee jira!๐Ÿ“ข๐Ÿ“ฃ

Sababa Liquidity fi High risk ta'eef ๐Ÿ˜’๐Ÿ˜ก
Kanaa jechuun osoo token nuf keenanii bakki irratti gurguramuu danda'u ammaaf hin jiru jechudha๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Yeroo amma namooni hedduun addunyaa kana irra jiran biyya keenya dabalatee TWITTER irratti mormiif aarii Monorix irratti qaban bifa garagaraan ibsachaa jiru๐Ÿชž๐Ÿชž

Waan haaraa jiru ilaaleen isin beeksisa๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ

Mo'ataan Abdii hin kuutu๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ”ดCLAIM Gochuun eegalee jira Bot dogs keessanii ilaalaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
CLAIM DOGS๐Ÿ”ด๐Ÿ˜ฎ๐Ÿ˜ฎ๐Ÿ˜ฎ
Step kanaan telegram wallet keessan irratti claim gochuu ni dandeessu suuraa irraa ilaalaa waliif share godhaa

Yoo banu dide busy ta'a waan jiruuf suuta jedha yaala
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Kaffaltii tokkolee hin gafatu free dha
๐Ÿ†“๐Ÿ†“
Namoota telegram wallet irratti baastan hundaaf๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS 33764 gara bybit haala argaa jirtan kanaan ergeen jira free dha๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ
Dhagefadhu ๐Ÿ”ด๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Sagalee moo barreefamaan gaffii keessan isiniif deebisu?
Filadha๐Ÿ–๏ธ
Anonymous Poll
62%
Voice
38%
Barreesi
๐Ÿ˜Ž๐Ÿ˜ŽWallet adda addaan bilbila tokko irratti withdraw gochuun ni danda'ama?
Dhageefadhaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Akkaata itti BYBIT ykn OKX irratti withdraw gootan video qopheesan jira
๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ดAkkaata DOGS gara wallet BYBIT erguu dandeessan asirraa ilaalaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/56wQveyt3KA
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dogs yeroo amma Airdrop hedduun akkas jechaa jira mee maal jettu isin?๐Ÿ˜„
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Monirix Claim๐Ÿšซ
Qarshii tokkolee hin kaffaliina wallet Monorix to DOGS kan jedhu system haaraa scam dhaf ittiin qopha'anidha waan ta'eef offeegadhaa.โœ…

Yeroo amma market irraa โŒโŒ ta'anii jiru.
Waan haaraa yeroo argamee isinaan beeksisa ๐Ÿ—ฃ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/22 13:23:12
Back to Top
HTML Embed Code: