Telegram Web Link
⚠️ Oddeefannoo haaraa MONORIX yeroo amma Token isanii namoota kana dura kaffalanii turaniif wallet irratti erganii jiru ⚠️

Haa ta'u malee kan isan keenan bayyee xiqqoodha MRX 500 qofa maliif akka xiqqoo keenan ammaaf hin ibsiin jiru!💬

Qarshii Ton nuti kaffalee gatii Token isanii ni caalaa😀

Wa'ee Airdrop irratti wanaan isiniif bareessee turee yaadadha.

Gatiin monorix yeroo amma 0.0020 dha gatiin isa binance fi baybit irratti list yoo ta'e dabaluu danda'a jedhen yaada meybe

Kaffaltiin Ton isaan namoota irra funaan Liquidity dhaf isan gargaara kanaaf token hafe BURN ❤️‍🔥 Yoo godhan ol ka'u danda'a meybe📈📉

Guyyaa shaniif kaffaltii fee gara Ton 0.5 tti gadii buusani jiru▶️

Yaada qabdan comment irratti bareesa isiniif deebisu nan yaala💬
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔴Oduu gamachiisa 😮

MRX 500 Kun badhaasa Top leader dhaf keenamedha kaffaltiin Fee keessan guyyoota 10 keessati isiniif debi'a jedhanii jiru🆗🆗🆗

Guy's akkuma kana dura waada nuf galan itti fufa jiru dhuma isa waan ta'u waluman eegnee ilaala milka'uus milka'u dhabuun wanuma jirudha😏😏
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namooni monorix irratti ton kaffaltanii turtaan Token MRX 500 hin argaane wallet kana dura ittiin kaffaltanii turtaan irra deema ilaalaa

Telegram irra Yonspace seena show hidden Token kan jedhu tuqaa token ni argatu

Token MRX Meqa akka argatan comment godha
Monorix namoota kana dura Fee Ton dhan kaffalanii turaniif Step claim jedhu fide jira ammayyuu kaffaltii verification dhaf gafachaa jira.

Identity 🆔 ykn passport 🛂 isin barbaachisa jedha🆗

Waan haaraa jiru adda bafadheen isinitti hima obsaan na eega Hanagasitti itti dabaltanii Ton hin kaffaliinaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Final day to earn free DOGS! 🤑🤑

🔴Guyyaa 1 qofatu hafe

Task haaraan dabalamee jira seena hojjedhaa.💊

Namooni isiniif hojjechuu dide jirtu tanaan step kanaan sirreefachu ni dandeessu 👇

🔥Gara setting telegram keessanii deema
            Username kan jedhu tuqaa maqaa keessan itti guuta save godhaa🌍📳

Yoo dimaa isinitti ibse lakkofsa itti dabala qubee hirdhisaa ykn dabalaa amm green isiniif ta'utti.🆒

Dhumaratti akka haaraati bot dogs banaa isiniif hojjetaa👍

Eegaluuf as tuqaa👇
https://www.tg-me.com/dogshouse_bot/join?startapp=oj0DSuY0SLi0sE1S3neR2w
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ELSAY TECH pinned a photo
🫴Qarshii meqa argadha jette yaada jirta
Airdrop #Dogs irra❗️

😎😎😎😎😎😎😎😎

Guyyaan tokko qofti kan hafe #Dogs 💡
Task isiniif keename jiru xumurtaniitu?

Binance irratti Yoo List ta'e gatii garii ni baasa jedhame eegama jira🌈🌈🌈

Kan namaati tolu hojjii adda hin qabu join gochuun qabxii inni isiniif keenu Akkasumaas task jiru qofa hojjechuun isiniif kaffalaa wan carraa kanati fayyadamaa👏👏👏


Eegalaa ⬇️⬇️⬇️
https://www.tg-me.com/dogshouse_bot/join?startapp=oj0DSuY0SLi0sE1S3neR2w
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😏wow Tomarket start 20 keena jira🤩

Amma dafaa seena claim godhaa🤨
As tuqaa jalqabaa😐😮
https://www.tg-me.com/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0000fIKx

September 2 Airdrop ni keenina jecha jiru be ready 🗣
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😎 🦴 Today is Dogs Day let's see what Dogs can do🙂


Kaneen hin eegaliin jirtan join godhaa👇
https://www.tg-me.com/dogshouse_bot/join?startapp=oj0DSuY0SLi0sE1S3neR2w

Yaada dogs irratti qabdan comment irratti barreessa....
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔴Dogs xumuramuuf  sa'ati muraasa qofatu hafe jira 🛑

Hubachisa Airdrop #Dogs irratti
Wanti isin beeku qabdan osoo gurguramuu hin eegaliin dura wanti ta'u qabu TOKEN CLAIM gochudha dogs kana dura walitti qabacha turtaan guyyaa har'a walitti sasabuun ni dhabbata. sana bood Token Dogs nuf keenu😎😎

Ergii claim goone platform adda addaa kan akka Bybit, Binaance, OKX fi kaneen biro irratti gurguruu dandeenya jechudha.

Fknf OKX irratti SPOT trade baname gurguramuu kan eegalu August 20 guyyaa 6 booda.

Dogs Iddoo bayyeeti List ta'u waan dandauuf gurgurachuuf nun rakkisu platform kan akka bybit fi binance yoom akka spot trade bane deposit gochuu eegaluu ammaaf homa hin dubbane.

Kanaaf Token Dogs keessan claim gochuuf qophooftaniitu?📢📣 📣
👇👇
https://www.tg-me.com/dogshouse_bot/join?startapp=oj0DSuY0SLi0sE1S3neR2w
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🟢woow waan nama gamachisu #Dogs yeroo dhihooti wallet telegram irratti gurguramu ni eegala qopha'aa jedhanii jiru🤑🤑

Start 👇👇
https://www.tg-me.com/dogshouse_bot/join?startapp=oj0DSuY0SLi0sE1S3neR2w
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔥Baga gammadan namooni DOGS hojjechaa turtaan hundi👍


Yeroo amma wanti guddaan hubachuu qabnu ifa godhame jira innis🧐

Token Dogs  Parseenti 81% community isaniif akka keenan ifa godhanii jiru😮

Kanaa jechuun qarshii nuti Airdrop Dogs irra arganu bayyee foyya'a ni ta'a jechudha🆒

Token keenya fudhachuuf ykn CLAIM gochuuf kan nurraa eegamu maal akka ta'e gana ifa godhu.🆗

Haa ta'u malee Token claim gochuuf gas  Fee  star dhan gafachuu akka danda'an shakiin tokko tokkoo ni jira🤩

Namooni token dogs gurgurachuuf Star bitachuu hin dandeenye ykn akkaata isa hin beekne HIN dhiphatinaa

Hordooftota koo kan tataan hundaaf  Ani hangaan danda'uu isin nan gargaara qarshiiti deebisu akka isin dandeessan nan godha.👍👍

Waan ta'u fi haaraa ta'aan hunda waluman ilaala obsaan nu eega🍸


Share godhaa.. @OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Oddefanoo dabalataa📱

Dogs Guyyaa borii August 16 irra eegalee Token claim gochuu ni dandeessu qopha'aa jedhanii jiru

Namooni Tonkeeper fayyadamtan Gas Fee Ton dhan kaffaluun dirqama akka ta'e ifa godhanii jiru.

Here's what's coming up: - Starting Tomorrow, 16th of August: You can start claiming your tokens to your Telegram Wallet or the CEX of your choice.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namooni Telegram wallet irratti DOGS connect gootan Tonkeeper irratti connect gochuun dirqama mitti kanaaf obsaan eegadha hanga borii🚶‍♂️🚶‍♂️

Kaneen wallet'n Telegram keessan hin hojjenee Tonkeeper fayyadamaa App isa playstore irra ni argatu🫰

As tuqaa bufadhaa yoo barbaadan
🚶‍♂️🚶‍♂️
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.ton_keeper
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dogs ilaalchisee wantoota isin beeku qabdan 2 jira😎😎😎

Guyyaa har'a yeroo CLAIM Gochuu eegaluu kaasee gara platform irratti gurguramuu danda'u kan akka OXK, BYBIT fi kaneen biro irratti erguun ni danda'ama

Hubachisa yeroo wallet tokko gara wallet birati send gootan MEMO/ COMMENT kan mata keessanii itti guutu akka hin dagane yoo ta'u baate isin jala baadu danda'a

📱📱📱💵💵💵

Guyyaa 3 booda jechuun August 20 irraa eegalee wallet keenya irra kan jiru gurguruun gara qarshiiti jijjirachuu ni dandeenya jechudha💵💵💵💵

Meqaan keessantu account OKX ykn BYBIT qaba?

App OKX 👇
https://okx.com/join/89356932
Code: 89356932

APP BYBIT👇
https://www.bybit.com/invite?ref=LR8W2QR

Code:
LR8W2QR
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/23 19:22:29
Back to Top
HTML Embed Code: