Telegram Web Link
Monorix claim gochuun eegalee jira
Claim gochuuf Ton fee ni gafata☹️
Yeroo amma Monorix Ton fee kaffaltanii yoo withdraw gootan wallet mata isanii BOT isanii irra waan qabaniif ueroof achuma irratti balance keessan agarsiisetu kan inni ta'uu ☹️

Gurguruuf mallatoon Withdraw jedhuu nuf dhufu qaba kanaaf nu eega jedhanii waan jiraniif obsaan haa eegnu gafan gurguree isinaan beeksisa🍸

No Risk No Ferrari 🕯

Share/ join
@OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Congratulations 🎉🎉🎉

Monorix Ton fee isin amma kaffaltaan kan isiniif debi'uudha jedhanii jiru

Kanaa jechuun Ton isin amma kaffaltaan kan isaan fayyaduuf Liquidity yeroo List godhamuuf qofa🕯👍

Akkuma beekamu Binance fi Bybit irratti List ni godhama August 10 be ready 📱📌

Start now👇
https://www.tg-me.com/monorixbot?start=1155307663
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Oduu gamachiisa 🛑
Namooni Bump hojjechaa jirtan yeroo amma Buy fi Sell Nft eegalee jira jira coin argatan NFT TIRE tti jijjiruun gurguruu dandeessu jedhaniiru

Yeroo ammaa kana Tire Nft Tokko Ton 10 oolitidha kan gurguramaa jiru 😃
Garuu amma gurguruuf sell button hin jiru obsaa🍸

Yoo filanoo sell kan jedhuu dhabdaan obsaan eega hundafuu ni hojjeta yeroo booda🙌


Eegaluuf as tuqaa👇
https://www.tg-me.com/MMproBump_bot?start=ref_1155307663

Oddefanoo haaraaf mana kana follow godha/ share
https://www.tg-me.com/oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namooni taphaa kubaa milaa ilaaluuf fedhii qabdan akkasumas film figichaa fi kaneen biro 🎥  program adda addaa dawwachuu barbaaddan waan kanati fayyadamaa 🆗

👇👇
https://vm.tiktok.com/ZMrVQL2sR/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo amma Hundumtii keenya Notcoin'ti ansee onee keenya guutun kan itti amanee hojjecha jirruu Airdrop #Dogs dha👍

Amma akkuma beekamu LIST Ta'uuf guyyaa muraasa qofa kan hafe jiru kanaaf jabadhaa August 14

Yeroo amma #Dogs meqaa qabdu balance irraa? comment godhaa🆗

Eegaluuf as tuqaa👇🌡
https://www.tg-me.com/dogshouse_bot/join?startapp=yPEV-4bCS6amjKlpS5Mc9w
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔴Sirritti dubbisaa🔴

📱Akkuma argitan Fee barbaachisu kaffaleen jira Monorix irratti

Namooni bayyeen kaffaluu moo dhisuu wayya waan jedhu gafata jirtu!

Dursa waan isin beeku qabdantu jira!

Airdrop kamiyyuu CLAIM gochuuf ykn token isani argachuuf Fee ni gafata kan fee hin gafane muraasa🍸

Sana irratti hunda'un si'a bayyee Airdrop gurguddaa GOOGLE fi Twitter irra qofa jiran irratti hirmadhee qarshii gurguddaa argadheen beeka👍

Garuu Akkasumaas kan nama scam godhan ni jiru🆗

Yeroo tokko tokko hangii FEE kaffalee fi token isani waal caalaa🤩

Seera hojii Airdrop ykn crypto irratti osoo wanti suun hin mirkana'iin namaan kaffalii dhisii jechuun dhorkadha (Financial Advisor) yoo tatan qofa danda'ama.

Kanaaf Research gochuun yoo itti amantan kaffaluu ykn dhisuu dandeessu jechudha nuti karaa fi adeemsa isa fi akkata itti kaffalamaan qofa agarsiisna jechuudha👍💵

Akka waa irraa hubattaan comment🆗

📱Follow me: @OromooTech

without risk there is no reward
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ELSAY TECH pinned a photo
Ton bitachuuf isin rakkisaa jira?
Akkaan isinitti gurguruu ni barbaadu?
Filanoon na beeksisa nama hangan danda'u isinaan gargaaraa! Ton 1 ykn isa ol qofan gurguraa
Anonymous Poll
92%
Eyyee
8%
Lakkii
It's over for now...
Yeroo amma Gatiin Major Premarket Beingx irra kanaan List ta'uuf🆒

Major meqa irra geessanitu yeroo amma comment

Eegaluuf as tuqii👇
https://www.tg-me.com/major/start?startapp=1155307663
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Tapswap waan haaraa fide jira wallet keessan connect godhaa
👍🕯🕯👍👍👍🔴👍👍
👇👇👇As tuqaa ilaala
https://vm.tiktok.com/ZMrqqMyk8/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hamster 🐹 Kan isiniif keenu Bot kanati fayyadamaa ❗️

Bot kun key Generate godhee kan isiniif keenudha kanaaf hanga parsantii 100 ga'uti eega key 🗝️ 🔐 keessan copy godhaa.

As tuqaa🫴
@hamster_tools_bot

📱Please share waliif godha📱
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Passport 🛂 Osoo akka seeraaf ta'e tola keenu qabu tureem 😀 warri yeroo rakkasaa fudhattan baga gammadanka🤣
Monorix har'a galgala Token isanii nama million 5 ta'uu ni keenu qopha'aa🤩

Nama meqatu monorex amanee Claim godhe jira comment godhaa💬

Today at 21:00 UTC, token distribution will begin for 5M addresses!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dogs guyyaa 3  qofatu hafe 🔜

Wantootni isin beeku qaban 3 jiru
1ffaa Wallet keessan connect godhaa
2ffaaTask isin hafe hojjedhaa xumuraa
3ffaa hanga dandeessan namaaf share godha coin isanii sasabadhaa

Airdrop kun akka warra kaanii kan nama jeequ fi shakisiisu mitti kanaaf jabadha August 14🤨

Eegaluuf as tuqaa 👇💵💵
https://www.tg-me.com/dogshouse_bot/join?startapp=oj0DSuY0SLi0sE1S3neR2w

Join
@OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚠️ Oddeefannoo haaraa MONORIX yeroo amma Token isanii namoota kana dura kaffalanii turaniif wallet irratti erganii jiru ⚠️

Haa ta'u malee kan isan keenan bayyee xiqqoodha MRX 500 qofa maliif akka xiqqoo keenan ammaaf hin ibsiin jiru!💬

Qarshii Ton nuti kaffalee gatii Token isanii ni caalaa😀

Wa'ee Airdrop irratti wanaan isiniif bareessee turee yaadadha.

Gatiin monorix yeroo amma 0.0020 dha gatiin isa binance fi baybit irratti list yoo ta'e dabaluu danda'a jedhen yaada meybe

Kaffaltiin Ton isaan namoota irra funaan Liquidity dhaf isan gargaara kanaaf token hafe BURN ❤️‍🔥 Yoo godhan ol ka'u danda'a meybe📈📉

Guyyaa shaniif kaffaltii fee gara Ton 0.5 tti gadii buusani jiru▶️

Yaada qabdan comment irratti bareesa isiniif deebisu nan yaala💬
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/22 09:30:17
Back to Top
HTML Embed Code: