Telegram Web Link
Akkuma arga jirtan w coin yeroo amma RoadMap isanii post godhanii jiru akka RoadMap isanii irra jedhuuti step isaan irra ga'anii jiran Blockchain selection dha.

Amma kan itti fufu Airdrop fi Listing ta'a jechudha kanaaf namooni hojjechaa turtaan jabadha

W coin irraa coin walitti qabatan stake gochuun coin bayyee akka isiniif ta'u gochuu dandeessu wallet telegram keessan waliin connect gochuus dandeessu πŸ‘

Coin meqa yeroo amma comment godhaa😏

kaneen hin eegaliin eegalaa
https://www.tg-me.com/wcoin_tapbot?start=MTE1NTMwNzY2Mw==
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hello my family πŸ’ŸπŸ‘‹
Yeroo amma Monorix claim gochuun eegalee jiraπŸ‘

Garuu waan namnii bayyeen wal fana seene yaala jiruuf xiqqoo biziidha UPDATE gochaa jirra jedhaniru obsaan eegaaπŸ†—

Hubachisa token isanii List ta'e waan jiruuf claim goone yoo fudhanee gurgurachuu ni dandeenya 100%

Waan haaraa jiru hordofeen isin beeksisa Wait me⬆️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Monorix claim gochuun eegalee jira
Claim gochuuf Ton fee ni gafata☹️
Yeroo amma Monorix Ton fee kaffaltanii yoo withdraw gootan wallet mata isanii BOT isanii irra waan qabaniif ueroof achuma irratti balance keessan agarsiisetu kan inni ta'uu ☹️

Gurguruuf mallatoon Withdraw jedhuu nuf dhufu qaba kanaaf nu eega jedhanii waan jiraniif obsaan haa eegnu gafan gurguree isinaan beeksisa🍸

No Risk No Ferrari πŸ•―

Share/ join
@OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Congratulations πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰

Monorix Ton fee isin amma kaffaltaan kan isiniif debi'uudha jedhanii jiru

Kanaa jechuun Ton isin amma kaffaltaan kan isaan fayyaduuf Liquidity yeroo List godhamuuf qofaπŸ•―πŸ‘

Akkuma beekamu Binance fi Bybit irratti List ni godhama August 10 be ready πŸ“±πŸ“Œ

Start nowπŸ‘‡ ✨ ⭐
https://www.tg-me.com/monorixbot?start=1155307663
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Oduu gamachiisa πŸ›‘
Namooni Bump hojjechaa jirtan yeroo amma Buy fi Sell Nft eegalee jira jira coin argatan NFT TIRE tti jijjiruun gurguruu dandeessu jedhaniiru

Yeroo ammaa kana Tire Nft Tokko Ton 10 oolitidha kan gurguramaa jiru πŸ˜ƒβœ³
Garuu amma gurguruuf sell button hin jiru obsaa🍸

Yoo filanoo sell kan jedhuu dhabdaan obsaan eega hundafuu ni hojjeta yeroo boodaπŸ™Œ


Eegaluuf as tuqaaπŸ‘‡
https://www.tg-me.com/MMproBump_bot?start=ref_1155307663

Oddefanoo haaraaf mana kana follow godha/ share
https://www.tg-me.com/oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namooni taphaa kubaa ⚽ milaa ilaaluuf fedhii qabdan akkasumas film figichaa fi kaneen biro πŸŽ₯  program adda addaa dawwachuu barbaaddan waan kanati fayyadamaa πŸ†—

πŸ‘‡πŸ‘‡
https://vm.tiktok.com/ZMrVQL2sR/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo amma Hundumtii keenya Notcoin'ti ansee onee keenya guutun kan itti amanee hojjecha jirruu Airdrop #Dogs dhaπŸ‘

Amma akkuma beekamu LIST Ta'uuf guyyaa muraasa qofa kan hafe jiru kanaaf jabadhaa August 14

Yeroo amma #Dogs meqaa qabdu balance irraa? comment godhaaπŸ†—

Eegaluuf as tuqaaπŸ‘‡πŸŒ‘
https://www.tg-me.com/dogshouse_bot/join?startapp=yPEV-4bCS6amjKlpS5Mc9w
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ”΄Sirritti dubbisaaπŸ”΄

πŸ“±Akkuma argitan Fee barbaachisu kaffaleen jira Monorix irratti

Namooni bayyeen kaffaluu moo dhisuu wayya waan jedhu gafata jirtu!

Dursa waan isin beeku qabdantu jira!

Airdrop kamiyyuu CLAIM gochuuf ykn token isani argachuuf Fee ni gafata kan fee hin gafane muraasa🍸

Sana irratti hunda'un si'a bayyee Airdrop gurguddaa GOOGLE fi Twitter irra qofa jiran irratti hirmadhee qarshii gurguddaa argadheen beekaπŸ‘

Garuu Akkasumaas kan nama scam godhan ni jiruπŸ†—

Yeroo tokko tokko hangii FEE kaffalee fi token isani waal caalaa🀩

Seera hojii Airdrop ykn crypto irratti osoo wanti suun hin mirkana'iin namaan kaffalii dhisii jechuun dhorkadha (Financial Advisor) yoo tatan qofa danda'ama.

Kanaaf Research gochuun yoo itti amantan kaffaluu ykn dhisuu dandeessu jechudha nuti karaa fi adeemsa isa fi akkata itti kaffalamaan qofa agarsiisna jechuudhaπŸ‘πŸ’΅

Akka waa irraa hubattaan commentπŸ†—

πŸ“±Follow me: @OromooTech

without risk there is no reward
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ELSAY TECH pinned a photo
Ton bitachuuf isin rakkisaa jira?
Akkaan isinitti gurguruu ni barbaadu?
Filanoon na beeksisa nama hangan danda'u isinaan gargaaraa! Ton 1 ykn isa ol qofan gurguraa
Anonymous Poll
92%
Eyyee
8%
Lakkii
It's over for now...
Yeroo amma Gatiin Major Premarket Beingx irra kanaan List ta'uufπŸ†’

Major meqa irra geessanitu yeroo amma comment

Eegaluuf as tuqiiπŸ‘‡
https://www.tg-me.com/major/start?startapp=1155307663
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Tapswap waan haaraa fide jira wallet keessan connect godhaa
πŸ‘πŸ•―πŸ•―πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ”΄πŸ‘πŸ‘
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡As tuqaa ilaala
https://vm.tiktok.com/ZMrqqMyk8/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hamster 🐹 Kan isiniif keenu Bot kanati fayyadamaa ❗️

Bot kun key Generate godhee kan isiniif keenudha kanaaf hanga parsantii 100 ga'uti eega key πŸ—οΈ πŸ” keessan copy godhaa.

As tuqaa🫴
@hamster_tools_bot

πŸ“±Please share waliif godhaπŸ“±
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Passport πŸ›‚ Osoo akka seeraaf ta'e tola keenu qabu tureem πŸ˜€ warri yeroo rakkasaa fudhattan baga gammadanka🀣
Monorix har'a galgala Token isanii nama million 5 ta'uu ni keenu qopha'aa🀩

Nama meqatu monorex amanee Claim godhe jira comment godhaaπŸ’¬

Today at 21:00 UTC, token distribution will begin for 5M addresses!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/22 09:39:53
Back to Top
HTML Embed Code: