Telegram Web Link
Guyyaa 3 qofatu hafe List ta'uuf☹️👀🔔🔔🔔

Karaalee 5 coin kan irraa argachuu dandeessan kan qabu akkasumas guyyaan 3 qofti kan hafe kaffaltiin karaa wallet keessanii Bitget kan ta'e Airdrop bareeda kana ammuma eegalaa👍

Tomatket kan jedhamu Airdrop kun karaa 5 coin isiniif keena🖥

1ffaa. TapTap dhan coin hedduu argachuu dandeessu.

2ffaa. Farming kan jedhu tuquun ofii isan coin akkani walitti isiniif qabu gochuu dandeessu.

3ffa Taskota adda adda waan qabuuf isarra coin argachuu dandeessu.

4ffaa. Daily Gift 🎁 waan qabuuf code guutun argachuu dandeessu.

5ffaa namaaf share gochuun coin bayyee argachuun ni danda'ama 😮

Amma dafaa eegala kan hafe guyyaa 3 qofa ⚡️🫴👇👍
https://www.tg-me.com/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0000fIKx

Share Join: @OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hello good morning my family 🌞
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Akkuma arga jirtan NFT koo claim godhen jira Pixelvers yeroo amma kaffaltii gafata TON. 0.50 birrii 500 tti kan siqu🤔

Wallet keessaniin kaffaltiin isuma irratti nft keessan isiniif keenu🆗

Akkamitti akka NFT keenya gurguruu dandeenyu fi gara qarshiiti jijjiruu isinaan agarsiisa na eega😮👍

Haala CLAIM itti gootaniif kaffaltaan video tiktok irratti nan gadhisa na eega
elsaytech

Join / share: @OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Har'a member channel kana kuma 12k ni darba jedhen yaada🤩📣

Mee maal jettu isin?
Anonymous Poll
84%
Yes we can 🙌
16%
No we can't in one day🤔
Akkaata PIXEL Keessan CLAIM itti gootan beekuuf video kanarraa ilaala📌
https://vm.tiktok.com/ZMrCmM4u3/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namooni Pixel irra NFT argachuuf ergii kaffaltanii booda eessa akkani jiru hin argatiin jirtan🗣🔴

Tonkeeper keessan irra seena step kana hordofaa 💬

"Setting" tuqaa "Token" kan jedhu argatu isa tuquun "collectables" kan jedhu keessa jira NFT'n keessan show all gochuu dandeessu📣

Share godhaa🆗 @OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Bump irratti Task haaraan coin million 500 ta'u dabalamee jira seena hojjedhaa🆒
Eegaluuf as tuqaa👇 https://www.tg-me.com/MMproBump_bot?start=ref_1155307663
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Guyyaan 1 qoftii kan hafe Tomarket wallet kessan connect gochuu hin dagatinaa

Namooni BitGet wallet hin qabne App isa playstore irraa buufadha account create godha sana booda tomato 🍅 keessan telegram waliin connect godha Kan List ta'u Bitget irratti waan ta'e yoo ACCOUNT achirraatti connect gootan salphaati gurgurachuu dandeessu 🆒

Eegaluuf as tuqaa 👇
https://www.tg-me.com/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0000fIKx


App bitget argachuuf 👇
https://share.bwb.site/inviteLink?code=T8VY6w&shareLang=en&teamCode=&source=copy

Referral code: T8VY6w



@tomarket_ai_bot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Bilbiloota Samsung yeroo amma SOFTWARE UPDATE UI 7 Argachuu danda'an isan kanadha📣

Share waliif godha @OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hello my family Good morning 🌄
Namooni Tomarket waliitti qabachaa jirtan wanti nama gamachisu 1 jira innis Bot isani yeroo amma Verify ta'e jira👍

Verify ta'uun isanii nuf fayyiidaa guddaa qaba shakii tokko malees akka hojjenu nu tasiisa🆒

Hanga amma meqaa hojjetanii jirtu? comment godhaa👉

Eegalaa as tuquun 👇
https://www.tg-me.com/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0000fIKx
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔴Wooow osoo nuti HAMSTER eegnu project hedduun qarshiiti jijjiramaa jira😀

Guyyaan 1 qoftii kan hafe Airdrop monorix kan ammuma eegaluu qabdan📣📣📣

Wantii nama gamachisu bakka inni irratti List ta'udha sababiin isaa platform beekama addunyaa kana BINANCE, OKX fi ByBit irratti kan List ta'uuf jedhuu

Amma yoo eegaltaan taskota qofa hojjechuun coin million 3 ol argachuu dandeessu😮

Qarshii gashuuf baasu kan isin dandeessisu (withdraw and Deposit) ni qaba 📱

Akkasumaas Taptap ni qaba namaaf illee share gochuu coin bayyee ni argatu

🔽Yeroo hin guubiin ammuma eegalii
🆗👇
https://www.tg-me.com/monorixbot?start=1155307663
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/23 18:30:46
Back to Top
HTML Embed Code: