Telegram Web Link
Yeroo amma BUMP sababa rakkoo SYSTEM irraan kan ka'ee biizii ta'e jira bakkii Friends fi VOUCHER Jedhu hojii irra hin jiru

Wanti gochuun isin irraa eegamuu hanga sirratuuti obsuudha gafa sirraate dafeen isin beeksisa asirraati ✔️

Na eega
@OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Pixelvers Level meqaara jirtu?💵🤔
Anonymous Poll
43%
1
16%
2
14%
3
8%
4
19%
5+
Pixelvers irratti Level keessan guddiifadhaa task adda addaas hojjedhaa
Yoo xiqqate hanga Level 3 ykn 5⚡️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Lumber jack platform
Biconomy irratti LIST Ta'a guyyaa har'a obsaan na eega waan gochuu qabdan isiniifan hima▶️✔️

Only 1 hour left 😁
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gatiin LUMBER JACK bayyee gadii bu'a kan ta'edha yeroo amma☹️😭

Garuu gatiin isaa yoo tureeyyuu ol ni ka'a jedheen yaada kanaaf waan ta'u walumaan ilaala 🔜
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hello my family 👋
This is new project with best ide💡

Jalqaba👇
https://www.tg-me.com/muskempire_bot/game?startapp=hero1155307663
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Bump irratti Task Haaraan coin miliyoona 500 ol ta'u gadhifamee jira seena hojjedhaa fudhadhaa.🎉


Eegaluuf 👇✔️ https://www.tg-me.com/MMproBump_bot?start=ref_1155307663
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔴Wow Pixelvers irratti waan beeku qabdan✔️

Yeroo amma sirritti hojjechaa waan jiruuf dafaa dashboard irra seena wallet keessan CONNECT godhaa🔗

Bakka SIGN IN WITH GOOGLE isa jedhu tuqaa Email keessaniin seenu hin dagatiinaa✉️

Profile keessaniif maqaa fi umurii country guutaa📍
Akkasumaas WALLET bot pixel fi dashboard irra jiru wal fakkata ta'u qaba 🌐

Yoo referral code isin gafe.
Kana guuta▶️. apepcrippn

DASHBOARD Pixelvers asiin seena Login godhaa🕯🔗👇
https://dashboard.pixelverse.xyz/?ref=apepcrippn&v=apepcrippn94514

Share waliif gachuun waal gargaara 🗣️
@OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Pixelvers Token meqa isiniif keene?
Anonymous Poll
58%
0
18%
200+
9%
500+
15%
1000+
🔼Qophooftaniitu? jechaa jiru AVACOIN 🔽

Bakka Task jedhuu irraas Task haaraa COIN 🪙 isiniif keenan bayyeen galani jiru seena hojjedhaa👍

Eegaluuf as tuqaa👇
https://www.tg-me.com/avagoldcoin_bot?start=0f51b2fc7a06a040ea61


Namooni Avacoin Airdrop kanaa hojjechaa jirtan 👍 ❤️ godhaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🛑 Oduu gamachiisa [Good News 👍👍] Avacoin JULY 30 List akka ta'u ibsamee jira😮🆒

🔥 Amma isiniif danda'amee walitti qabadhaa badhaasa addaas ni qopheesina jedhanii jiru✔️

Ammuma eegala 👇👇
https://www.tg-me.com/avagoldcoin_bot?start=0f51b2fc7a06a040ea61
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ELSAY TECH pinned a photo
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akkaata QULFII 🔐 Hamster itti bantan✔️
Assirraa ilaalaa👀
Walii keessaniif share godhaa🔗
@OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🟢DOTCOIN Oduu haaraa qabate dhufe 🔥

Amma booda TOKEN isanii DTC walitti qabachuun ni danda'ama jedhanii jiru

💸 List ta'uuf guyyaa muraasa qofatu hafa kanaaf kaneen hojjechaa turtaan jabadhaa

Token isanii argachuuf Kan isin irraa eegamuu waa 3 jira🗣

1ffaa Namaa 1 fi isa active kan ta'e hojjetuuf share gochuu qabdu kan kana share gootanis ni ta'a✔️
2ffaa Telegram isanii kan hordooftan ta'u qabdu⚡️
3ffaa Dotcoin ga'aa qabaachuu qabdu

Hedduu salphadha😋

Eegaluuf as tuqaa
https://www.tg-me.com/dotcoin_bot?start=r_1155307663

Please share godhaa walii keessaniif 💌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/22 07:30:51
Back to Top
HTML Embed Code: