Telegram Web Link
TAPSWAP 200,000 coin πŸͺ™

Task irraa code kana itti gashaa

Code:πŸ‘‰ 739551

Date: 04 July 2024
Namooni bayyeen BLUM hack ta'e jechaa jiru😁
Ani garuu akka nati fakkatuuti waan game ykn akka Prank nati fakkaataπŸ™ˆ

Sabaabin isamoo haali hojii blum akkuma durii nagadha LOCKED πŸ” hin tanee dabalatas POINT keenya nagadha🧐

Yoo hack ta'ees ni debi'a jedheen yaadaπŸ™
Yoo ta'u dides " we don't care" 😘

Kanaaf maal gochuu qabnaree?
Ani karaa koo point BLUM irra haaraa ta'ee gaadi ya'uu waliitti qabachaanbjira🧐🫑

Isiniin immoo godhaa jechuuf mirgaa hin qabu!
Ani wanuma nati fakkateen dubbadheeπŸ™πŸ™

Waan haaraan yoo argamee isinaan beeksisa πŸ—£πŸ—£
Join my channel for more information πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/oromooTech
Play? Jedhanii jiru fuula Twitter isanii irratti Question MARK waliin ka'an😁😁

Dhumnii isa maal akka ta'uu waliin ilaalaπŸ§πŸ§‘β€πŸ’»
Duur yeroo BOMBI tuqtaan POINT keessan ni guuba turee😁
Amma garuu ni dabalaπŸ₯°πŸ‘‹

Waan haaraa ilaaleen isiniif maxxansaan deema naa hordoofaπŸ‘‹
πŸ‘‡πŸ‘‡follow
https://www.tg-me.com/oromooTech
Who breaking him self record ⏺️
POKRAS LAMPAS Enyuudha?🧐
Akkuman sila isiniif himu yaale BLUM HACKED hin tanee jedheen turee 🀩

Namnii isan mention godhaan Arti DIGITAL NFT jedhamu kan create godhuudhaπŸ₯°

BLUM update haaraa qabate waan dhufa jiruuf COMPANY POKRAS LAMPAS filatanii jiruπŸ§‘β€πŸ’»

Kanaaf yaado malee BLUM Bot keessanitti fayyadamuu dandeessu πŸ‘‹πŸ‘‹πŸ‘‹

Hiriyoota keessaniif share godhaa FREE πŸ†“ isan godhaa😁
Channel koo kanaas hordoofa
πŸ™πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/oromooTech
πŸ›‘ Gaffii TAPSWAP TASK irraa jiru CODE itti galshuun coin miliyoona 1.5 ol argachuuf πŸͺ™

Koodiwwaan kana guutaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

1: Learn what the ton - 548719
2: TapSwap education - 030072
3: New in The crypto world - 739551
4: Watch the first video - 739002
5: Watch New Video - 5
6: Learn 5 Crypto Terms - 261490

SPECIAL isa jedhuu keessa seenuun Coin 500,000 argachuus ni dandeessu πŸ₯°πŸ₯°

Oddefanoo Tapswap kan biroof channel kana hordoofaπŸ‘‡
https://www.tg-me.com/oromooTech
AVACOIN. irratti Task haaraan dhufee jira seenuun fudhadhaaπŸ‘‹πŸ‘‹
Eegaluuf as tuqaa πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/avagoldcoin_bot?start=0f51b2fc7a06a040ea61
Gaffiin qaba!πŸ€”
Yeroo amma kanati COIN isa kaamtu qarshii garii naf kaffalaa jettanii abdatuu?
Isa kana gadii keessa filadhaa🫑
Anonymous Poll
50%
Hamster
22%
Tapswap
9%
Avacoin
3%
Pixelvers
6%
Lumber jack
9%
Blum
2%
CEX.IO
Akkuma YouTube fi Tiktok telegram illee kaffaltii eegaluuf jedhaa.😍

Major star kaneen hin eegaliin ammumaa eegalaa sababooni isin eegalu qabdaniif

1ffaa Telegram Star ⭐ Ton dhan gurguruun ni danda'ama yeroo booda.

2ffaa Kaffaltii adda addaa kaffaluuf ykn bituuf isin gargaara.

3ffaa gara Token tti jijjiramuus danda'a yoo Token ta'e Gatiin isa guddaa ta'a sababiin isaas Telegram company dhan waan degaramuufπŸ₯³

✨⭐ ✨

Yeroo amma wallet telegram keessanii wajiin connect gochuus ni dandeessu 😍

#many #many #more update coming...

As tuqaa dafaa eegalaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‹πŸ₯°
https://www.tg-me.com/major/start?startapp=1155307663
Ton amma hojechuun ammumaa gara qarshiiti jijjirachuu yoo barbaadan
Link kanaan join godhaa sirritti TASK achirraa hojjedhaa πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/preton_drop_bot?start=788e3bf2-9d4c-47a2-891a-d8d0dae57e9b
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ›‘ Amma dafee kan qarshii isiniif kaffaluu hojii Telegram ni barbaadu?😳

Jalqaba irratti Kan gochuun isin irra eegamu BOT preton eeegaludha!

1. Afaan filadha ENGLISH
2. Bakka view bot jedhu tuqaa
e. Code game fakkatu isin gaffata lakkofsa 4 tuqaa.
4. Channel username dhan jiru JOIN godhaa.

Amma hojii eegaluu dandeessu kan akka  wallet keessan LINK gochuu, link keessan share gochuu fi kkfπŸ‘

Link kanaan join godhaa sirritti TASK achirraa hojjedhaa πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/preton_drop_bot?start=788e3bf2-9d4c-47a2-891a-d8d0dae57e9b
Hubadhaa πŸ›‘
Hojiin online fi Airdrop adda addaa hojechuuf obsa guddaa qabachuun dirqama!

Yeroo amma kana namooni keenya bayyeen isanii hubana malee hojii online fi Airdrop adda addaa hojechuuf yaalu LINK isaniif ergamuus caalistanima CLICK godhu malee seera eegun hin dalagan sababnii isa EASY MONEY ykn qarshii salphaati argachuu waan barbaadaniifπŸ˜” garuu akkas ta'u hin qabuπŸ™Œ

#1ffaa Airdrop ykn hojii online tokko yeroo eegaltan seera isanii eegu qabdu.

#2ffaa. Obsa fi addeemsa "ROAD MAP πŸ—ΊοΈ" PROJECT sana beeku qabdu.

#3ffaa hojii hojjetaan irraa kaffaltii argachuuf wantootni akka wallet address fi account adda addaan isin barbaachisu.

4ffaa Airdrop ykn hojiilee online haaraa itti ammantaan kan kaffaluu danda'an hedduu eegaluu qabdu sababiin isa PROJECT hedduun LIST kan ta'u tanaan isiniis akkasuma fayyadamaa tatu waan ta'eefπŸ‘

#5ffaa oddeefannoo #Research project hojjechaa jirtanii funaanu ykn beeku qabdu.

Inni dhumaa hanga isiniif danda'ame wa'ee CRYPTOCURRENCY fi MEME COIN qoradhaa.

Project kamiyyuu #Probably dhan hojjedhaa yeroo boqonnaa qabdan qofaa.

Oddefanoo dabalataaf channel kana hordoofaaπŸ‘‡
https://www.tg-me.com/oromooTech

From
#ELSAYTECH
Today's PIXELVERSE DAILY Combo
JULY 9

Eegaluuf as tuqaaπŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/pixelversexyzbot?start=1000449387
Hamster kombat Daily Combo
July 7
Coin πŸͺ™ million 5000.000

Eegaluuf πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId1155307663
Kaleesa galgalaara kaasee token LUMBER JACK withdraw gochuun danda'amee jira

Amma ergiin step isanii hordofee booda withdraw godhee gara Tonkeper kooti dabarseen jira haa ta'u malee withdraw gochuuf #GAS FEE kaffaltii gafataπŸ˜”

Ammaaf Kanan isin goorsu amma list ta'uuti obsaan eegadha ammaa daftanii hin kaffaliinaan jedhaπŸ™Œ

Namnii bayyeen rakkachaa waan jiruuf GAS FEE kan amma gafatu FREE gochuu danda'uu jedheen yaadaπŸ˜•

Amma Token qofa baasu dandeeesu JULY 14 kaase immoo trade gochuun gara qarshiiti jijjiruu ni danda'ama jedhanii jiru kanaaf waan jiru waanan irraa ga'ee yeroo yerooti isinaan beeksisa πŸ™

Oddefanoo dabalataaf
Channel koo hordoofu hin dagatiinaa.
πŸ₯³πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/oromooTech
2024/09/23 03:12:48
Back to Top
HTML Embed Code: