Telegram Web Link
Yeroo bilbila nama waliin hasoofnu sagalee keenya yoo Record gochuu eegalan ykn yoo Voice Record ta'a jira ta'e dafee kan nutti himu waan ajaa'iba oddeeffanno guutuu website koo irraa argachuu ni dandeessu๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐ŸŒŽ
https://wanofi.com/nama-bilbilaan-sagalee-keenya-record-godhu-kan-nutti-himu/ ๐Ÿคซ๐Ÿคซ๐ŸŒ๐ŸŒโ˜โ˜
YouTube irraa View hedduu arganne Qarshiin nuuf kaffalamu xiqqoo yoo taโ€™e bayyee nama aarsa๐Ÿ˜ก Kanaaf akkamitti akka view xiqqoon qarshii guddaan argamuu danda'u beekuu qabna Sababni isaa System ykn karaan ittin sirreessu dandeenyu waan jiruuf!
Link kana tuqun odeeffanno guutuu argachuu ni dandeessu ๐Ÿ‘‡#ElsayTech
๐Ÿ’ถ๐Ÿ’ถ๐Ÿ’ถ๐Ÿ’ถ๐Ÿ’ถ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bigtechoro.com/2021/07/21/youtube-irra-qarshii-argannu-dachaa-3-guddifachuuf-maal-gochuu-qabna/
Sekondii muraasa keessatti suuraa keessan haala ajaa'iba taโ€™een edit gochuu yoo barbaadan Application haaraa kana Pro isa website koo irraa gadi buufachuu ni dandeessu link kana tuqun๐Ÿ”ฅ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bigtechoro.com/2022/02/07/haala-ajaaibsiisaan-suuraa-kee-ediiti-gochuuf/
Haala App Knife Go irraa qarshii keessan Paypal dhan fudhachuu dandeessan
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โœ…๐ŸŒโœ…๐ŸŒ
https://youtu.be/-Z8NhN4RD_Y
โ˜โ˜
๐—”๐—ฃ๐—ฃ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—ณ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐˜๐—ฒ ๐—ต๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—น๐—ฒ๐—ฒ 4 ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ๐—ป ๐—ฑ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ด๐˜‚ ๐—ป๐—ถ ๐—ฑ๐—ฎ๐—ป๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ ๐—ผ๐˜€๐—ผ๐—ผ ๐—ฏ๐—ถ๐—น๐—ฏ๐—ถ๐—น๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ถ๐—ฑ๐—ฑ๐—ผ๐—ผ ๐—ด๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ณ๐˜‚๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ป ๐—ช๐—ผ๐˜„ ๐—›๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐—”๐—ฝ๐—ฝ 4 ๐—”๐—ฝ๐—ฝ 1 ๐—พ๐—ผ๐—ณ๐—ฎ๐—ป๐Ÿ‘๐Ÿ‘‡๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒŽ๐ŸŒŽ
https://bigtechoro.com/2022/02/11/app-tokko-qofaan-hojii-gurguddaa-4-dalaguuf/
Appin zoom jedhamu kun free dha playtore irratti argachuu ni dandeessu network 3G 4G fi 5G waliin sirriitti kan dalagudha. Video ittin Haasawuu qofaaf mitti kan nu gargaru faayiloota adda addaa waliin erguu ni dandeenya message๐Ÿ’ฌ dabalatee. Appin zoom bilbila, computer fi tablet irratti akka gariin ni dalaga kan waan fedha keessan ta'en fayyadamu ni dandeessu.

Odeeffannoo guutuu Appisaa walii n website keenya ๐Ÿ‘‡ irra argatu๐Ÿ‘‡๐ŸŒ
https://wanofi.com/haala-kamiin-zoom-app-fayyadamna/ ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅโ˜โ˜
๐—ก๐—”๐— ๐—ข๐—ข๐—ก๐—ก๐—œ ๐—•๐—”๐—ฌ๐—ฌ๐—˜๐—˜๐—ก ๐™‹๐˜ผ๐™”๐™‹๐˜ผ๐™‡ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ป ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—พ๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ต๐—ถ ๐—ฏ๐—ฎ๐˜€๐˜‚๐˜‚ ๐˜†๐—ธ๐—ป ๐˜„๐—ถ๐˜๐—ต๐—ฑ๐—ฟ๐—ฎ๐˜„ ๐—ด๐—ผ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐— ๐—ฎ๐˜€๐˜๐—ฒ๐—ฟ๐—–๐—ฎ๐—ฟ๐—ฑ ๐—ป๐˜‚๐˜‚ ๐—ด๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐˜๐—ฎ ๐—ท๐—ฒ๐˜๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐—ฟ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜๐˜‚ ๐˜๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐˜ƒ๐—ถ๐—ฑ๐—ฒ๐—ผ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—ฑ๐—ฎ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ ๐˜†๐—ผ๐—ผ ๐—บ๐—ฎ๐˜€๐˜๐—ฒ๐—ฟ๐—ฐ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฑ ๐˜๐—ผ๐—ธ๐—ธ๐—ผ ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐˜€๐—ฎ๐—น๐—ฝ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ณ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐˜‚ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐˜‚ ๐˜๐—ฎ'๐—ฒ๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/bN3u1ITGAJY
๐Ÿ’ถ๐Ÿ’ถ๐Ÿ“ฒโ˜โ˜
๐Ÿค‘Namoota hedduuf furmaata!๐Ÿ‘
๐—”๐—ฃ๐—ฃ ๐—ฉ๐—ฃ๐—ก ๐—ž๐—”๐—ก๐—”๐—ง๐—œ ๐—™๐—”๐—ฌ๐—ฌ๐—”๐——๐—”๐— ๐—จ๐—จ๐—ก ๐—œ๐—ก๐—ง๐—”๐—ฅ๐—ก๐—˜๐—˜๐—ง๐—œ๐—œ ๐—ž๐—˜๐—˜๐—ฆ๐—ฆ๐—”๐—ก ๐—ฆ๐—”๐—™๐—œ๐—œ๐—ฆ๐—œ ๐—œ๐—ฆ๐—” ๐—”๐—ž๐—ž๐—” ๐——๐—”๐—•๐—”๐—Ÿ๐—จ ๐—š๐—ข๐—–๐—›๐—จ๐—จ ๐—ก๐—œ ๐——๐—”๐—ก๐——๐—˜๐—˜๐—ฆ๐—ฆ๐—จ Odeefannoo guutuu isa website keenya irratti argatu๐Ÿ‘‡
https://bigtechoro.com/2022/02/24/intarneetii-kee-ispiidii-ykn-saffisa-isa-dachaan-dabaluuf-karaa-salphaa/
โœ…โ˜โ˜๐ŸŒŽ๐ŸŒŽ
Hayyama keessan ala nama bilbila keessan tuquuf yaalu ykn hatuu irraa silkii keessan kan isiniif dhorkuu danda'u, Dabalataanis charjjii irraa nama mobaayila keessan buqqisu kan dhorkuu waan ajaa'iba oddeeffannoo guutuu isaa website keenya irratti ni argatuโœ…๐Ÿ’ก๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bigtechoro.com/2022/02/27/hatuu-irraa-silkii-keessan-eeguuf-karaa-bayyee-salphaa-kanati-gargaraa/
๐Ÿ”‹๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅโ˜โ˜โ˜๐ŸŒŽ๐ŸŒŽ
Haala bareedaa fi offii keessanii filataniin bakka notification bar silkii keessan geddaruu yoo barbadan App one shade jedhamu fayyadama appin kun plestore irrattis ni argama garuu rakkoon isa qarshii akka kaffaluuf nu dirqaamsisa! Kanaaf pro isa kan qarshiin bitamuu tolaan website keenya irraa gadii bufachuun bilbila keesaanirrati install gootanii fayyadamuu ni dandeessu App one shade kanas argachuuf bakka Download jedhu dhuma barruulee kana irra isa jiru tuquu qofadha Kana jechuun osoo hin bakka adda addaa dhaquun isin hin barbachisin argachuu dandeessu.

As tuqaa bufadha App kana๐Ÿ‘‡
https://bigtechoro.com/2023/02/09/akkaataa-suuraa-keessan-notification-gubbaa-kaaachuu-dandeessan/
App haaraa kanatti fayyadamuun suuraa fi vidiyoo dogoggoraan delete of jalaa gootan ittin deefachuu ni dandeessu๐Ÿ‘ Appichaa fi haala itti fayyadama isa gututti website keenya irraa argatu๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐ŸŒŽ๐ŸŒŽ
https://wanofi.com/suuraa-fi-vidiyoo-isin-jelaa-badee-ykn-delete-tae-deeffachuuf/
โ˜โ˜๐Ÿž
2024/09/24 06:30:08
Back to Top
HTML Embed Code: