Telegram Web Link
Haala YouTube irratti milkaa’uu dandeenyuuf galii ji'a ji’aan argachaa seera isa eegnee hojechuu dandeenyu VIDEO Editting dabalatee barnoota guddaa kan nuuf kennu yeroo dhihoo kessatti barnoota "COURSE" ajaa'iba waan isiniif gadhiisnuuf obsaan nuu eega Thanks
Guyyaa borii Online irraa PAYPAL ACCOUNT keenyatti fayyadamuun meshaalee garagaraa karaa ittiin bitachuu dandeenyu video isa qabadhee isiniif nan dhufaa baga Gammadan🔥💶
Channel koo isa kana kaneen subscribe hin godhiin jirtan as tuquun join godha👇
https://youtube.com/channel/UCEYnuXnH02llHNo3TGWuEtw
Photo kessan haala ajaa'iba ta’en ediit gochuuf Appilee 3 Pro New update kan ta’an as website keenya irra bufadha👇👇
https://bigtechoro.com/2021/12/08/appiwwan-ajaaiba-suuraa-edit-gochuuf-nu-gargaaran-3-best-free-photo-editor/
Namoonni screen bilbila keessaniin vidiyoo waraabuu, edit gochuu fi Live seenu barbaadan hundii Appiwwaan kanaa 2n bufadha keessattiyyuu Youtuber kaneen taatan ykn ta'uuf kan fedha qabdan as tuqaa bufadhaa👇👇🔥👇
https://bigtechoro.com/2021/12/11/screen-bilbila-keenya-qulqullinaan-record-kan-nuuf-godhan-kanaa-2n-beektu/
CPA- Jechuun jecha gabaajeetiin yoo ibsamu “ Cost Per Action” jechuudha. Kana jechuun ajaja agarsiistuu keenyaatiin namni tokko odeeffannoo nurraa argatuu agarsiistuu keenya erga cuqaaseen booda kanneen akka galmaa’uu (Register), Dokumatii buufachuu (Dawnload), Cuqaasuu, daawwachuu fi kkf raawwateen booda kaffaltiin keenya eenyummeessaa nuti CPA irraa qabnutti kaffalamaa deema. Gaafa kana jennu gosoota gurgurtaa CPA nuti hojjennutti kaffaltiin keenya kaffalama deema.

Adwork media

DMSAffiliate

MyLead

Maxbounty

AdCombo

CPAGrip

LosPollos dha.
Kan biroonis nii jiru. Itti fufii dubbisi👇👇💶🌿
https://wanofi.com/hojii-dijitaalaa-akkamitti-eegalu-dandeenya-cost-per-action-cpa-marketing/
𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐘𝐨𝐮𝐭𝐮𝐛𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐞𝐭𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐏𝐈𝐂𝐒𝐀𝐑𝐓 𝐆𝐎𝐋𝐃 𝐢𝐬𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐔𝐩𝐝𝐚𝐭𝐞 𝐭𝐚'𝐞 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐰𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐚𝐥𝐚𝐠𝐮 𝐧𝐢 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐚👇
https://wanofi.com/namoonni-appi-picsart-gold-pro-isa-barbaadan-kunoo-asi-argachuu-dandeessu/
𝙂𝘽𝙒𝙃𝘼𝙏𝙎𝘼𝙋𝙋, 𝙔𝙊𝙒𝙃𝘼𝙏𝙎𝘼𝙋𝙋, 𝙁𝙈𝙒𝙃𝘼𝙏𝙎𝘼𝙋𝙋, 𝙒𝙝𝙖𝙩𝙨𝙖𝙥𝙥𝙋𝙇𝙐𝙎
𝗛𝗮𝗮𝗿𝗮𝗮 𝗨𝗽𝗱𝗮𝘁𝗲 𝘁𝗮'𝗲 𝘄𝗮𝗮𝗻 𝗷𝗶𝗿𝘂𝘂𝗳 𝘢𝘴 𝗍𝗎𝗊𝗎𝗇 𝗯𝘂𝗳𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮👇🔥
https://wanofi.com/gosoota-whatsapp-hunda-bakka-tokkotti-isniif-finee-jira/
2024/09/24 10:16:22
Back to Top
HTML Embed Code: